Komishinii bulchiinsa manneen sirreessaa oromiyaatti


Misooma Beelladaa Ilaalchisee



Yüklə 0,68 Mb.
səhifə5/9
tarix27.10.2017
ölçüsü0,68 Mb.
#15367
1   2   3   4   5   6   7   8   9



Hojii sirreessa sirreeffamtootaa jijjiirraa amalaa keessaa inni tokko leenji ogummaa misooma beelladaa irratti kennamu yommuu ta’u horii (sangoota furdisuu) hoolaa fi re’ee furdisuu horsiisa horii Aannanii irratti leenjii kennuu.

Bu’uruma kanaan bara KGT 2ffa kanatti

Furdisa Sangootaa 5228 irra jiru waggaa waggaadhaan 3000 raawwachuudhaan gara 20,228 tti ol guddisuu

Furdisa Hoolaa fi Re’ee2246 irra jiru gara 6246 tti ol guddisuu

Horsiisa horii Aannanii 201irra jiru gara 401tti ol guddisuu

Homisha Aaannanii Litira 24,286.9 irra jiru gara Litira 74,286.9 tti guddisuu

Gaagura Aadaa fi Ammayyaa qopheessuudhaan homisha Dammaa KG 1384.5 irra jiru gara Kg 16,384.5 tti guddisuudhaan sirreeffamtoonni seeraa akka irratti leenji’anii fi galiin dhaabtichaa cimu ni taasifama.

Muuxannoowwan gaggaarii babal’isuu dhaan hojiiwwan misooma qonnaa adda addaa hojjetamu keessatti hirmaannaa fi bu’aa qabeessummaa sirreeffamatoota seeraa guddisuun

Lafa misooma qonnaa manneen sirreessaa qaban hunda karaa ammayyaawaa ta’een (Extension Package), rooba gannaa, jallisii fi boneetti fayyadamuudhaan miidhaan nyaataa, sanyii filatamaa adda addaa, kuduraa fi muduraa , biqiltuu dhaabbataa sanyii bunaa filatamaa misoomsuun sirreeffamtoonni seeraa leenjii gahaa ta’ee akka irratti argatan gochuu fi akkasumas lafa misoomaa jiru Ejensicha irraa ragaa abba qabeenyummaa kanneen hin qabneef akka bahuuf taasisuu.


  • Oomisha Misooma Qonnaa Ilaalchisee

  • Raawwii KGT-I(2003-2007) kuntaala 46,000

  • Galma KGT-II(2008-2012) kuntaala 92,,000 irraan gahuu







  • Raawwii KGT-I(2003-2007) kuntaala 2000

  • Galma KGT-II(2008-2012) kuntaala 8,000 irraan gahuu

Faalama qilleensa naannoo sababa manca’iina bosonaatiin dhufu hir’isuuf biqiltuu adda addaa biqilchuun dhaabuu fi kunuunsa misooma bosonaa taasisuu,



  • Biqiltuu Bunaa Biqichuu Ilaalchisee

  • Raawwii KGT-I(2003-2007) lakk.1,120,800

  • Galma KGT-II(2008-2012) Lakk. 2,000,000 irraan gahuu







  • Raawwii KGT-I(2003-2007) lakk. 239,005

  • Galma KGT-II(2008-2012) Lakk. 400,000 irraan gahuu




  • Biqiltuu Muka Bosonaa Biqilchuu Bhaabuu Ilaalchisee




  • Raawwii KGT-I(2003-2007) lakk. 164,733

  • Galma KGT-II(2008-2012) Lakk. 350,000 irraan gahuu

1. Oomishaalee sirreeffamtootni seeraa IMX’n gurmaa’uun oomishamaniif haala gurgurtaa gabaa isaa mijeessuu.

2. Qaama dhimmi ilaallatu waliin ta’uudhaan haala lafti misoomaaf oolu itti argamuu danda’uu fi lafti kanaan dura bakka bu’iinsa malee fudhatamee fi kan biroo dabalataan haala itti argachuu danda’amu mijeessuudhaan harkaan ga’achuu fi hojii irra oolchuu.



17.2.4. Dhimmoota Komunikeeshinii Ilaalchisee

  • Hojiiwwan Ijoo manneen hojichaa keessatti hojjataman miidiyaatti fayyadamuun qilleensa irra akka oolu gochuun hawaasnii fi qaamni dhimmi ilaalu hubannoo gaarii akka argatu taasisuu. Fknf Biroosharii, Banariitiin footoo fi baruulee adda addaa qopheessuun qaama dhimmi ilaallatu akka qaqqabu gochuu.

  • Meeshaalee miidiyaa fi sab-qunnamtiif barbaachisaa fi ammayyaawaa ta’an akka guutaman taasisuun hojii sab-qunnamtii cimsuu. Dhaabbilee miidiyaa Mootummaa fi dhuunfaatti fayyadamuudhaan sochiin hojii komishinichaa hawaasa bira akka ga’uuf yeroo qilleensaa bitachuun odeeffannoon haala mana hojichaa hawaasa bira akka gahu taasisuu

  • Kilabiin Hawwisoo akka komishinichaatti akka hundaa’uu fi meeshaalee fi humna namaa tiin akka guutamu taasisuun sirreeffamtootni seeraa jijjiirama ilaalchaa fi amalaa akka fidan taasisuu.

  • Miinii miidiyaa qopheessuun sirreeffamtoonni seeraa akkaataa tajaajila argachuu danda’an mijeessuu

  • Pilazmaa manneen sirreessaa haalli mijataa ta’e keessatti akka guutamuu taasisuu

  • Asxaan mana hojichaa akkaataa barbadamuun bifa haaran maxanfamee manneen sirreessaa hunda bira akka gahu taasisuu

17.2.5. Hojiiwwan Rifoormii Adda Addaa Hojiirra Oolchuu

Riifoormii fi sagantaa paakejii bulchiinsa gaarii hojji irra oolchuu dhaan tajaajila saffisaa, qulqullinaa fi itti gaafatamummaa akka qabaatu gochuun jijjiirama hunde qabeessa fiduudha.



17.2.6. JBAH fi SMBKT Hojiirra Oolchuu Ilaalchisee

  • Hojii irra oolmaa JBAH keessatti ciminaalee fi hanqinaalee mul’atan adda basuun hojii irra oolmaa isaa gara sadarkaa olaanaatti haala gahuu danda’amuun raawwachuun jijjiiramichi saffina tajaajilaa bu’aa qabeessummaa raawwii, iftoominaa fi ittigaafatamummaa haala walitti qindaa’een akka raawwatamu sirna odeeffannoo fi teeknoolojii hammayya’een akka deeggaramu gochuu.

17.2.7. Sirna Hoggansa Odeeffannoo fi Qabiinsa Ragaa  Ammayyeessuu


  • Qabiinsa ragaa sirreeffamtoota seeraa fi miseensota (hojettoota) mana hojichaa ”Daataa beeziin”’ qindaa’ee haala ammayyaa’een bakka hundatti akka qabamu gochuu.

  • Odeeffannoo haala nageenyaa manneen sirreessaa sadarkaa hundatti argamu qindeessuun hiika itti kennuun xiinxaluu

  • Istaatiksii Hojjettootaa, sir/seeraa fi qabeenyaa qabatamaa ta’e qopheessuun qaama sadarkaa sadrkaadhaan jiruuf dabarsuu.

  • Sirna hooggansa odeeffannoo fi qabiinsa ragaa dirriirsuun hojiiwwan raawwataman “automate” gochuudhaan qabiinsa ragaa ammayyeessuun qaama adda addaatiif odeeffannoo waayitaawaa fi ragaa qulqulina qabu akka argatu gochuu.

  • Hooggansa oddeeffannoo (MIS) fi qabiinsa ragaa hojii irra oolchuun tajaajila hundaa TQO’n akka deeggaramu taasisuun odeeffannoo fi ragaan yeroo barbaadame keessatti bakka barbaadametti tajaajilamtootaaf haala saffisaa fi qulqullina qabuun kennuu.

  • Meeshaalee fi ogeessota misooma TQO’f gargaaran guuttachuudhaan teeknooloojiin mana hojichaa keessatti akka babal’atu taasisuu

  • Web Site Komishinichaa banuun hojiirra oolchuu


17.2.8. Hojiiwwan Oodiitii Keessaa Raawwachuu Ilaalchisee


  • Sadarkaa hundatti caasaa odiitii jiru cimsuun galii fi baasiin baajataa akkasuma qabiinsi qabeenya mootummaa dambii fi qajeelfama faayinaasii eegatee akka hojjetamu taasisuu

  • Madaallii hereega galii fibaasii ji’a ji’aan akka gaggeeffamu gochuu fi argannoo oodiitii irraa ka’uudhaan tarkanfii sirreeffamaa fudhachuun akka sirraa’u taasisuu.

  • Humna namaa hojii oodiitii raawwatu cimaa ta’e akka uumamu taasisuu

  • Maddawwan galii keessaa irratti hundaa’uun akkaataa raawwii herrega isaa sadarkaa sadarkaan xiinxalaa deemuu.

17.2.8. Dagaagina Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa


  • Hojimaata malaammaltummaaf qaawa banuu danda’an qo’annaan addaan baasuun tarkaanfii sirreessaa fudhachuu

  • Seerotnii fi danbiiwwan naamusaa jiran miseensotaa fi hojjettoota biratti hubannoo gahaa akka argatan taasisuun hojiirra oolmaa isaa hordofuu

  • Tajaajila iftoominaa fi itti gaafatamummaa qabuu fi fedhii maammiltootaa guutu kennuudhaan amanamummaa uummataa mirkaneessuu.

  • Walitti dhufeenyi miseensotaa fi sirreeffamtoota seeraa gidduu jiru bu’uura seeraa qabaatee qajeelfamaa fi hojimaata iftoomina qabuun akka deeggaramu gochuu,.

  • Dhimma malaamaltummaa irratti sirreeffamtoota seeraa, miseensotaa fi uummata biratti ilaalcha gaarii ta’e fiduuf hojimaata ykn waltajjii marii waliinii hirmaachisummaa qabu diriirsuun iftoomina uumuu.

17.2.10. Qorannoo fi Qo’annoo Ilaalchisee

Hojii kana dhugoomsuuf sirna qo’annoo fi qorannoofooyessuun haala itti fufiinsa qabuu fi bu’a qabeesa ta’een diriirsuun qo’annoo fi qorannoo gaggeessuun bu’aawwan argamanii fi kan bu’a qabeessa ta’an, haala qabatamaa naannoo waliin wal-simsiisuun hojiirra oolchuu fi babal’isuun ni barbaachisa. Bu’uruma kanaan:-



  • Dhiyaatinsa nyaata sirreeffamtoota seeraa ilaalchisee qaama ilaallatu waliin ta’uun qorannoo fi qo’aannoon gaggeeffamuu qaba.

  • Hojimaata mana hojichaa fooyyeessuuf qorannoo fi qo’annoon bilchina qabu gaggeeffamuu qaba.

    1. Kallattii Faayinaansiitiin

      1. Bu’aa Qabeessummaa fi Itti Fayyadama Baajataa fi Qabiinsa Qabeenyaa Foyyeessuu

Baajata ramadamu sadarkaa hundatti seera faayinaansii eeggatee karaa iftoominaa fi qulqullina qabuun%100 hojiirra akka oolu gochuu.Fknf



  • Raawwii KGT 2003-2007 biliyoona 1,136,501,308 qisasama tokko malee hojirra oolee jira

Karoora Baajata Hojii Idilee Waggaa Shanii

Lak

Gosa Baajataa

Mani Waggaa Shanii

2008

2009

2010

2011

2012

 1

Baajata Idilee

4,043,389,616

710,429,308

764,315,534

814,315,534

856,317,860

948,011,380

 2

Baaja/Kaappitaa

404,000,000

94,000,000

92,000,000

86,000,000

68,000,000

64,000,000

 3

Galii keessaa

30,000,000

33,000,000

36,000,000

39,000,000

42,000,000

180,000,000

Ida’ama

4,477,389,616

837,429,308

892,315,534

939,315,534

966,317,860

1,192,011,380

Galii keessaa fi humna baajataa ol guddisuun itti fayyadama isaa qisaasama tokko malee hojiirra oolchuun bu’aa qabeessummaa itti fayyadama bajataa fi qabiinsa qabeenyaa %100 dabaluu

Maddawwan galii jiran babal’suudhaan , maddawwan galii haaraa uumuudhaan fi wiirtuulee misooma qannaa jiran loojastikii fi humna namaatiin cimsuudhaan karaa iftoominaa fi qulqullina qabuun haala galiin keessa itti sassaabamuu foyyeessuun galii irraa uwwisa baajataa qar. 180,000,000irraan gahuudha.


Karoora Uwwisa Galii Keessaa Guddisuu:-

2008

2009

2010

2011

2012

Ida’ama

30,000,000

33,000,000

36,000,000

39,000,000

42,000,000

180,000,000



  • Rakkoo loojestiksii adda addaa kan akka konkolaatawwan, meeshaalee Biiroo dhaabbataa kkf bituun %100 guuttachuu

Karooraa Loojistiksiiwwan Adda Addaa Guuttachuu



La/L

Hojii Hojjatamu

2008

2009

2010

2011

2012

Ida’ama



Konkolataa gosa adda addaa

44

22

28

24

20

138







1000

270

50

69,040




56

949





Motor saayklii Aanaalee hin qabne hundaaf bituu

5

5

5

5

5

25

25




1000

270

50

69,040




56

949





Meeshaalee waraanaa gosa adda addaa

Kilaashi

200

200

200

200

200

1000

Shuguxi

54

54

54

54

54

270

Meeshaalee kannaan biro(bran,snyper, Meeshaa fanji,materias)

10

10

10

10

10

50



Rasaasa gosa adda addaa

13,808

13,808

13,808

13,808

13,808

69,040







1000

270

50

69,040




56

949





Meeshaalee Ittisa yakkaa (radiyoo, CCTV camera, meeshaa sakatta’iinsaa)

15

14

10

9

8

56



Meeshaalee elektrooniksii adda addaa (comp.,fax, printer..)

177

248

173

173

178

949







1000

270

50

69,040




56

949





      1. Yüklə 0,68 Mb.

        Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin