Komishinii bulchiinsa manneen sirreessaa oromiyaatti


Karoora Hojii Piroojektoota bara 2008-2012



Yüklə 0,68 Mb.
səhifə9/9
tarix27.10.2017
ölçüsü0,68 Mb.
#15367
1   2   3   4   5   6   7   8   9



  1. Karoora Hojii Piroojektoota bara 2008-2012

Lak

Tarkaanfilee Tarsiimo’aa Hojii piroojektii

Safartuu

2008-2012

Karoora Waggaa Shanii (Bara 2008-2012)

2008

2009

2010

2011

2012

1

Manneen Sirreessaa Magaalaan marfaman magaala keessaa baasuu

Biloo



















  • Godina Shawaa Bahaa

Biloo

6

2

4

6

-

-

  • Godina Baalee

Biloo

6

2

4

6

-

-

2

GAONF tiif waajira tajaajila hojiif oolu dabalatee mana jirreenyaa sirreeffamtoota seeraa ijaaruu fi kan jalqabame xumuruu

Biloo

11

6

3

2







3

Manneen sirreessaa dulloomaniif bakkuma jiranitti ijaarsi mana jireenyaa sirreeffamtoota seeraa Bilookii dabalataa akka raawwatamu gochuu

Biloo



















Aanaa Adoolaa

Bilo.

2

1

1










AanaaEjeree

Bilo.

2

1




1







Aanaa Dadar

Bilo.

1
















Aanaa Beddellee

Bilo.

1

1













Da/Mannaa

Bilo.

1

1













Ad/Tu/Ji/Kombolchaa

Bilo.

1




1










Aanaa Gursum

Bilo.

2

1




1







5

Aanaa Najjootti ijaarsi mana sirreessaa haaraa tokko waajjira isaa waliin raawwachuu

Bilo.

4

3

1










6

Gamoo wajjira koomishinii sadarkaa isaa eeggatee haaraa ijaaruu

%

100

25

75

100

-

-

7

Wiirtuu leenjii miseensotaa poolisii sadarkaa isaa eeggate tokko ijaaruu

%

100

50

75

100

-

-

8

Hospitaala waligalaa tokko ijaaruu

%

100

25

50

75

100

-




  1. Baajata Kaappitaalaa /Piroojektoota Gurguddoo

Lak

Piroojektoota Gurguddoo

Safa

Manii 2008-2012

Karoora Faayinaansii/Baajataa

Ida’ama

2008

2009

2010

2011

2012




1

Manneen Sirreessaa Magaalaan marfaman magaala keessaa baasuun haaraa ijaaruuf

Bilo.




  • Godina Shawaa Bahaa

Bilo.

6

4,000,000

4,000,000

4,000,000

0

0

12,000,000

  • Godina Baalee

Bilo.

6

4,000,000

4,000,000

4,000,000

0

0

12,000,000

2

Manneen sirreessaa dulloomaniif ijaarsaaf baajata barbaachisu

Bilo.




Aanaa Adoolaa

Bilo.

1

2,000,000

0

0

0

0

2,000,000

AanaaEjeree

Bilo.

3

2,000,000

2,000,000

2,000,000

0




6,000,000

Aanaa Dadar

Bilo.

3

2,000,000

2,000,000

2,000,000

0

0

6,000,000

Aanaa Beddellee

Bilo.

4

2,000,000

2,000,000

2,000,000

2,000,000

0

8,000,000

Da/Mannaa

>>

4

2,000,000

2,000,000

2,000,000

2,000,000

0

8,000,000

Ad/Tu/Ji/Kombolchaa

>>

2

2,000,000

2,000,000

0

0

0

4,000,000

Aanaa Gursum

>>

2

2,000,000

2,000,000

0

0

0

4,000,000

3

Ijaarsa mana jireenyaa sirreeffamtoota seeraa mana sirreessaa GAONF eegalamee jiru xumuruu

>>

10

4,000,000

4,000,000

4,000,000

4,000,000

4,000,000

20,000,000

4

Aanaa Najjootti ijaarsi mana sirreessaa haaraan tokko waajjira isaa waliin raawwachuu

>>

4

2,000,000

2,000,000

0

0

0

4,000,000

5

Gamoo wajjira koomishinii sadarkaa isaa eeggatee ammaayyaa ta’e ijaaruuf


%

100

40,000,000

40,000,000

40,000,000

40,000,000

40,000,000

200,000,000

6

Wiirtuu leenjii miseensotaa poolisii sadarkaa isaa eeggate tokko ijaaruuf baajata barbaachisu

%

100

10,000,000

10,000,000

10,000,000

10,000,000

10,000,000

50,000,000

7

Hspitaala waliigalaa tokko sadsa rkaa naannootti ijaaruuf baajata qabame

%

100

10,000,000

10,000,000

10,000,000

10,000,000

10,000,000

50,000,000

Ida’ama Baajata Kaappitaalaa Piroojektootaa

94,000,000

92,000,000

86,000,000

68,000,000

64,000,000

404,000,000



  1. Baajata Baasiwwan Biroo Adda-Addaa tiif Barbaachisan

Lak

Baasiwwan Biroo

Safart

Baajata Baasii Biroo Waggaa Shanii (Bara 2008-2012)

Ida’ama

2008

2009

2010

2011

2012




1

Nyaata Sirreffamtoota seeraa tiif

Qar

154,056,887

164,000,000

172,000,000

176,000,000

180,000,000

846,056,887

2

Yaala Sirreeffamtoota seeraa tiif

Qar

10,000,000

12,000,000

14,000,000

16,000,000

18,000,000

60,000,000

3

Baajata hojii adeemsiftuu fi meeshaalee Dhaabbataa fi Dhumataa tiif

Qar

50,000,000

55,000,000

60,000,000

65,000,000

70,000,000

300,000,000

4

Mindaa hojjetootaa fi durgoolee adda-addaa tiif

Qar

143,157,767

153157767

163,157,767

173,158,930

183,005,690

815,637,921

Ida’ama

Qar

710,429,308

764,315,534

814,315,534

856,317,860

948,011,380

4,043,389,616



  1. Carraa fi Yaaddoowwan

    1. Carraa

  • Humni dargaggoo fi dubartootaa hojii nageenyaa irratti hirmaachaa jiraachuu

  • Hirmaannaa fi deeggarsi arjoomtootaa fi qooda fudhattootaa guddachaa dhufuu

  • Gudinni diinagdee akka naannoo fi biyyaatti itti fufiinsaan galmaa’u isaa hojii dhabdummaa hir’isuudhaan yakki akka hin babal’ane gumaacha qabaachu isaa

  • Kutannoon siyaasaa dimokiraasii, nageenyaa itti fufiinsa qabuu fi bulchiinsa gaarii mirkaneessuu jiraachuu isaa

  • Heeraa, seeroota, Imaammatoota, dambilee fi qajeelfamoonni hojii hojjechiisuu dandeessisan jiraachuu isaa

  • Muuxannoowwan gaggaarii fi hojimaata walii dabarsuu irratti qunnamtiin jalqabamee jajjabeessaa ta’u isaa

  • Baayinni humna namaa baratee gabaa irratti dabalaa dhufuu isaa

  • Teknooloojiiwwan ammayyaa fi bu’a-qabeessa ta’an jiraachuu isaanii

    1. Yaaddoowwan

  • Qaala’insa jireenyaa ol-ka’uu fi tasgabbiin gabaa jiraachuu dhabuun dhiyeessa nyaata sirreeffamtoota seeraa irratti midhaa qabaachuu

  • Baajatni dhaabbatichaaf ramadamu ga’aa ta’uu dhabuu

  • Galiin hojii misooma adda addaa irraa argamu haala qilleensaa,ol ka’iinsaa fi gadi bu’iinsa gatii gabaa irratti waan hundaa’uuf galiin argamu akka eegame ta’uu dhiisuu ni danda’a.

  • Dhaabbileen mormitoota ilaalcha siyaasa dogongooraa qaban sirreeffama seeraatti fayyadamuf yaaluu danda’u

  • Tatamsa’innii dhibee HIV/AIDS, Sombaa fi kan biroo jiraachuun isaa humna hojiif ooluu miidhuu danda’uu

  • Teekinoloojjii amayyaa guddachaa dhufuu irra kan ka’e sirreeffamtootni seeraa itti fayyadamuun midhaa geessuu fi odeeffannoo hin mallee dabarsuu danda’uu isaanii




  1. Sirna Karoora, hordooffii, gamaaggamaa, gabaasaa fi duub-deebii

  • Karoorri karaa guutuu ta’een orenteshiniin irratti kennamee qaama raawwatu hunda bira yeroon akka gahu taasisuu

  • Cheeklistiin karoorichi ittin hordoofamu sadarkaa hundatti qophaa’ee akka ittiin hordofamu gochuu

  • Gabaasa raawwii hojii akkaataa barbaachisummaa isaatti bilbilaan, barreeffaman(ji’aa fi kurmaana kurmaanaan) qindaa’ee qaama dhimmin ilaalatuuf akka ergamu taasisuu

  • Gamaagamnii fi deeggarsi hojii waggaatti yeroo 4 ykn akka barbachisummaa isaatti akka raawwatamu gochuu

  • Gamaaggama taasiffamu keessatti ciminaalee fi hanqinaalee mul’atan addaan baasuun duub-deebii irratti kennuun hojichi akka sirraa’u taasisuu.

  1. Bu’awwan Raawwii Karoora Kana Irraa Egaman

  • Rakkoolee gama hudhaalee sadan /ilaalcha,dandeettii fi dhyeessii dhabamsiisuudhaan ilaalchaa fi gocha kiraa sassaabdummaa hundeerraa hiikame.

  • Qabinsa mirga namoomaa sirreeffamtoota guutummaa guuutuutti mirkanaa’e

  • Tajaajila sirreessaa kennameen sirreeffamtoonni seeraa jijjiirama amalaa fi ilaalchaa fidanii lammii homishaa ta’uun gara hawwaasaatti makaman

  • Ijaarsa raayyaa jijjiiramaa guutummaatti hojiirra oole

  • Hojiiwwan misoomaa bu’aa leenjii ogummaa sirreeffamtoota seeraa tiin homishaa fi homishtummaa dabaluun uwwisa galii keessaa dabale

  • Dandeettii raawwachiistummaa dhaabbatichaa dabalee fi koorniyaa idilaa’e akkasumas jijjiirama ilaalchaa guutummaatti dhufe.

  • Raawwii karooraa kallattii barbaadamuun galma ga’ee fi bulchiinsi gaariin duiriiree hawwaasti amantaa irratti horate.

12.Yaada xumuraa

Hanqinaalee fi ciminaalee hojiilee bara KGT 1ffaa keessatti mul’atan irraa barachuudhaan muuxannowwan argaman hunda itti fayyadamuun hojiileen ijoo fi gurguddoo karoora kana keessatti qabaman kutannoo fi kaka’umsa caasaalee keenya sadarkaan jiraniin galma kaa;ame kana karaa milkessuun danda;amuun raawwachuuf karoorri KGT –II kun akkaataa armaan olitti jiruun qophaa’ee dhiyaateera.



 Adoolessa Bara 2007

Finfinnee

~ ~


Yüklə 0,68 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin