-
Karoora Hojii Piroojektoota bara 2008-2012
Lak
|
Tarkaanfilee Tarsiimo’aa Hojii piroojektii
|
Safartuu
|
2008-2012
|
Karoora Waggaa Shanii (Bara 2008-2012)
|
2008
|
2009
|
2010
|
2011
|
2012
|
1
|
Manneen Sirreessaa Magaalaan marfaman magaala keessaa baasuu
|
Biloo
|
|
|
|
|
|
| |
Biloo
|
6
|
2
|
4
|
6
|
-
|
-
| |
Biloo
|
6
|
2
|
4
|
6
|
-
|
-
|
2
|
GAONF tiif waajira tajaajila hojiif oolu dabalatee mana jirreenyaa sirreeffamtoota seeraa ijaaruu fi kan jalqabame xumuruu
|
Biloo
|
11
|
6
|
3
|
2
|
|
|
3
|
Manneen sirreessaa dulloomaniif bakkuma jiranitti ijaarsi mana jireenyaa sirreeffamtoota seeraa Bilookii dabalataa akka raawwatamu gochuu
|
Biloo
|
|
|
|
|
|
|
Aanaa Adoolaa
|
Bilo.
|
2
|
1
|
1
|
|
|
|
AanaaEjeree
|
Bilo.
|
2
|
1
|
|
1
|
|
|
Aanaa Dadar
|
Bilo.
|
1
|
|
|
|
|
|
Aanaa Beddellee
|
Bilo.
|
1
|
1
|
|
|
|
|
Da/Mannaa
|
Bilo.
|
1
|
1
|
|
|
|
|
Ad/Tu/Ji/Kombolchaa
|
Bilo.
|
1
|
|
1
|
|
|
|
Aanaa Gursum
|
Bilo.
|
2
|
1
|
|
1
|
|
|
5
|
Aanaa Najjootti ijaarsi mana sirreessaa haaraa tokko waajjira isaa waliin raawwachuu
|
Bilo.
|
4
|
3
|
1
|
|
|
|
6
|
Gamoo wajjira koomishinii sadarkaa isaa eeggatee haaraa ijaaruu
|
%
|
100
|
25
|
75
|
100
|
-
|
-
|
7
|
Wiirtuu leenjii miseensotaa poolisii sadarkaa isaa eeggate tokko ijaaruu
|
%
|
100
|
50
|
75
|
100
|
-
|
-
|
8
|
Hospitaala waligalaa tokko ijaaruu
|
%
|
100
|
25
|
50
|
75
|
100
|
-
|
-
Baajata Kaappitaalaa /Piroojektoota Gurguddoo
Lak
|
Piroojektoota Gurguddoo
|
Safa
|
Manii 2008-2012
|
Karoora Faayinaansii/Baajataa
|
Ida’ama
|
2008
|
2009
|
2010
|
2011
|
2012
|
|
1
|
Manneen Sirreessaa Magaalaan marfaman magaala keessaa baasuun haaraa ijaaruuf
|
Bilo.
|
| |
Bilo.
|
6
|
4,000,000
|
4,000,000
|
4,000,000
|
0
|
0
|
12,000,000
| |
Bilo.
|
6
|
4,000,000
|
4,000,000
|
4,000,000
|
0
|
0
|
12,000,000
|
2
|
Manneen sirreessaa dulloomaniif ijaarsaaf baajata barbaachisu
|
Bilo.
|
|
Aanaa Adoolaa
|
Bilo.
|
1
|
2,000,000
|
0
|
0
|
0
|
0
|
2,000,000
|
AanaaEjeree
|
Bilo.
|
3
|
2,000,000
|
2,000,000
|
2,000,000
|
0
|
|
6,000,000
|
Aanaa Dadar
|
Bilo.
|
3
|
2,000,000
|
2,000,000
|
2,000,000
|
0
|
0
|
6,000,000
|
Aanaa Beddellee
|
Bilo.
|
4
|
2,000,000
|
2,000,000
|
2,000,000
|
2,000,000
|
0
|
8,000,000
|
Da/Mannaa
|
>>
|
4
|
2,000,000
|
2,000,000
|
2,000,000
|
2,000,000
|
0
|
8,000,000
|
Ad/Tu/Ji/Kombolchaa
|
>>
|
2
|
2,000,000
|
2,000,000
|
0
|
0
|
0
|
4,000,000
|
Aanaa Gursum
|
>>
|
2
|
2,000,000
|
2,000,000
|
0
|
0
|
0
|
4,000,000
|
3
|
Ijaarsa mana jireenyaa sirreeffamtoota seeraa mana sirreessaa GAONF eegalamee jiru xumuruu
|
>>
|
10
|
4,000,000
|
4,000,000
|
4,000,000
|
4,000,000
|
4,000,000
|
20,000,000
|
4
|
Aanaa Najjootti ijaarsi mana sirreessaa haaraan tokko waajjira isaa waliin raawwachuu
|
>>
|
4
|
2,000,000
|
2,000,000
|
0
|
0
|
0
|
4,000,000
|
5
|
Gamoo wajjira koomishinii sadarkaa isaa eeggatee ammaayyaa ta’e ijaaruuf
|
%
|
100
|
40,000,000
|
40,000,000
|
40,000,000
|
40,000,000
|
40,000,000
|
200,000,000
|
6
|
Wiirtuu leenjii miseensotaa poolisii sadarkaa isaa eeggate tokko ijaaruuf baajata barbaachisu
|
%
|
100
|
10,000,000
|
10,000,000
|
10,000,000
|
10,000,000
|
10,000,000
|
50,000,000
|
7
|
Hspitaala waliigalaa tokko sadsa rkaa naannootti ijaaruuf baajata qabame
|
%
|
100
|
10,000,000
|
10,000,000
|
10,000,000
|
10,000,000
|
10,000,000
|
50,000,000
|
Ida’ama Baajata Kaappitaalaa Piroojektootaa
|
94,000,000
|
92,000,000
|
86,000,000
|
68,000,000
|
64,000,000
|
404,000,000
|
-
Baajata Baasiwwan Biroo Adda-Addaa tiif Barbaachisan
Lak
|
Baasiwwan Biroo
|
Safart
|
Baajata Baasii Biroo Waggaa Shanii (Bara 2008-2012)
|
Ida’ama
|
2008
|
2009
|
2010
|
2011
|
2012
|
|
1
|
Nyaata Sirreffamtoota seeraa tiif
|
Qar
|
154,056,887
|
164,000,000
|
172,000,000
|
176,000,000
|
180,000,000
|
846,056,887
|
2
|
Yaala Sirreeffamtoota seeraa tiif
|
Qar
|
10,000,000
|
12,000,000
|
14,000,000
|
16,000,000
|
18,000,000
|
60,000,000
|
3
|
Baajata hojii adeemsiftuu fi meeshaalee Dhaabbataa fi Dhumataa tiif
|
Qar
|
50,000,000
|
55,000,000
|
60,000,000
|
65,000,000
|
70,000,000
|
300,000,000
|
4
|
Mindaa hojjetootaa fi durgoolee adda-addaa tiif
|
Qar
|
143,157,767
|
153157767
|
163,157,767
|
173,158,930
|
183,005,690
|
815,637,921
|
Ida’ama
|
Qar
|
710,429,308
|
764,315,534
|
814,315,534
|
856,317,860
|
948,011,380
|
4,043,389,616
|
-
Carraa fi Yaaddoowwan
-
Carraa
-
Humni dargaggoo fi dubartootaa hojii nageenyaa irratti hirmaachaa jiraachuu
-
Hirmaannaa fi deeggarsi arjoomtootaa fi qooda fudhattootaa guddachaa dhufuu
-
Gudinni diinagdee akka naannoo fi biyyaatti itti fufiinsaan galmaa’u isaa hojii dhabdummaa hir’isuudhaan yakki akka hin babal’ane gumaacha qabaachu isaa
-
Kutannoon siyaasaa dimokiraasii, nageenyaa itti fufiinsa qabuu fi bulchiinsa gaarii mirkaneessuu jiraachuu isaa
-
Heeraa, seeroota, Imaammatoota, dambilee fi qajeelfamoonni hojii hojjechiisuu dandeessisan jiraachuu isaa
-
Muuxannoowwan gaggaarii fi hojimaata walii dabarsuu irratti qunnamtiin jalqabamee jajjabeessaa ta’u isaa
-
Baayinni humna namaa baratee gabaa irratti dabalaa dhufuu isaa
-
Teknooloojiiwwan ammayyaa fi bu’a-qabeessa ta’an jiraachuu isaanii
-
Yaaddoowwan
-
Qaala’insa jireenyaa ol-ka’uu fi tasgabbiin gabaa jiraachuu dhabuun dhiyeessa nyaata sirreeffamtoota seeraa irratti midhaa qabaachuu
-
Baajatni dhaabbatichaaf ramadamu ga’aa ta’uu dhabuu
-
Galiin hojii misooma adda addaa irraa argamu haala qilleensaa,ol ka’iinsaa fi gadi bu’iinsa gatii gabaa irratti waan hundaa’uuf galiin argamu akka eegame ta’uu dhiisuu ni danda’a.
-
Dhaabbileen mormitoota ilaalcha siyaasa dogongooraa qaban sirreeffama seeraatti fayyadamuf yaaluu danda’u
-
Tatamsa’innii dhibee HIV/AIDS, Sombaa fi kan biroo jiraachuun isaa humna hojiif ooluu miidhuu danda’uu
-
Teekinoloojjii amayyaa guddachaa dhufuu irra kan ka’e sirreeffamtootni seeraa itti fayyadamuun midhaa geessuu fi odeeffannoo hin mallee dabarsuu danda’uu isaanii
-
Sirna Karoora, hordooffii, gamaaggamaa, gabaasaa fi duub-deebii
-
Karoorri karaa guutuu ta’een orenteshiniin irratti kennamee qaama raawwatu hunda bira yeroon akka gahu taasisuu
-
Cheeklistiin karoorichi ittin hordoofamu sadarkaa hundatti qophaa’ee akka ittiin hordofamu gochuu
-
Gabaasa raawwii hojii akkaataa barbaachisummaa isaatti bilbilaan, barreeffaman(ji’aa fi kurmaana kurmaanaan) qindaa’ee qaama dhimmin ilaalatuuf akka ergamu taasisuu
-
Gamaagamnii fi deeggarsi hojii waggaatti yeroo 4 ykn akka barbachisummaa isaatti akka raawwatamu gochuu
-
Gamaaggama taasiffamu keessatti ciminaalee fi hanqinaalee mul’atan addaan baasuun duub-deebii irratti kennuun hojichi akka sirraa’u taasisuu.
-
Bu’awwan Raawwii Karoora Kana Irraa Egaman
-
Rakkoolee gama hudhaalee sadan /ilaalcha,dandeettii fi dhyeessii dhabamsiisuudhaan ilaalchaa fi gocha kiraa sassaabdummaa hundeerraa hiikame.
-
Qabinsa mirga namoomaa sirreeffamtoota guutummaa guuutuutti mirkanaa’e
-
Tajaajila sirreessaa kennameen sirreeffamtoonni seeraa jijjiirama amalaa fi ilaalchaa fidanii lammii homishaa ta’uun gara hawwaasaatti makaman
-
Ijaarsa raayyaa jijjiiramaa guutummaatti hojiirra oole
-
Hojiiwwan misoomaa bu’aa leenjii ogummaa sirreeffamtoota seeraa tiin homishaa fi homishtummaa dabaluun uwwisa galii keessaa dabale
-
Dandeettii raawwachiistummaa dhaabbatichaa dabalee fi koorniyaa idilaa’e akkasumas jijjiirama ilaalchaa guutummaatti dhufe.
-
Raawwii karooraa kallattii barbaadamuun galma ga’ee fi bulchiinsi gaariin duiriiree hawwaasti amantaa irratti horate.
12.Yaada xumuraa
Hanqinaalee fi ciminaalee hojiilee bara KGT 1ffaa keessatti mul’atan irraa barachuudhaan muuxannowwan argaman hunda itti fayyadamuun hojiileen ijoo fi gurguddoo karoora kana keessatti qabaman kutannoo fi kaka’umsa caasaalee keenya sadarkaan jiraniin galma kaa;ame kana karaa milkessuun danda;amuun raawwachuuf karoorri KGT –II kun akkaataa armaan olitti jiruun qophaa’ee dhiyaateera.
Adoolessa Bara 2007
Finfinnee
~ ~
Dostları ilə paylaş: |