Yaadachiisa:
Gabaasni kun itti gaafatamummaadhaan kan nama gaafachiisuu waan ta’eef akkaatuma qajeelfamichaatiin of eeggannoodhaan guutamuu qaba. Gabaasichi waraabbii lamaan qophaawee waraabbiin tokko Adeemsa Hojii BHN, Waraabbiin inni lammaffaan ammo Adeemsa hojichaa keessa akka taa’uu ni taasifama.
-
Akkaataa armaan olitti orneelicha irratti ibsametti bu’aan madaallii raawwii karooraa herregamee argame saanduqa itti aanu keesatti akkaataa walta’uun mallattoo ‘X” gochuudhaan sadarkaan bu’aa madaallii addaan foyama.
Daran ol’aanaa 95 – 100
Ol’aanaa 75 – 94
Quubsaa 50-74
Gad-aanaa 25-49
-
Raawwannaa Karooraa itti gaafatamaa hojii /hojjataa foyyessuudhaaf leenjiin kan isa barbaachisu yoo ta’e gosti leenjichaa yaa ibsamu. ________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________
-
Gageesaan/Qindeesaan hojii hojjataan hojii isaa yoyyeessuu sagantaan shaakala addaa qophaa’uutiin kan barbaachisu ta’ee yoo argame gosti sagantaa fi halli kennisaa yaa ibsamu. ________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________
Maqaa Hojjataa I/G Hojii I/G Hojii Dhiyoo _____________________________________________________________________
Waamama gita hojii _________________________________________________
Mallattoo __________________________
Guyyaa fi bara _____________________
-
Yaada Abbaa Bu’ichaa
Hojjataan/Gageesan hojii bu’aa karoorichaa raawwate saanduqotaa armaan gaditti
taa’an keessaa iddoo barbaachisutti mallattoo ‘X” teessisuudhaan yaada isaa kenname.
-
Bu’aa raawwannaa karooraa kennametti
Itti Waliigala Itti walii hin galuu
-
Hojjataan bu’aa Raawwannaa Karoora kennametti kan itti walii hin gallee yoo ta’ee sababa tarreeffamaan ibsuun itti jira. ______________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________________
Maqaa hojjataa _____________________________
Waamama gita hojii _________________________
Mallattoo ____________________________________
Guyyaa fi bara _______________________________
-
Itti gaafatamaa ol’aanaa itti gaafatamaa hojii dhiyyoo raggaasise
Maqaa I/G ol’aanaa I/Gaafatmaa hojii dhiyoo __________________
Waamama gita hojii ____________________________________________
Mallattoo ___________________
Guyyaa _____________________
-
Gabaasichi guutamee yeroodhaan dhiyaachuu isaa maqaa
hojjatootaatiin nan mirkaneessa.
Maqaa gageessaa ________________
Waamama gita hojii _____________
Mallattoo ________________________
Guyyaa fi bara ___________________
Foormiin Bu’aan Madaallii Raawwii Karooraa Itti Guutamu
Adoolessa ------ hanga Mudee --------
Lakk.
|
Karoora Hojii Ijoo, Gurguddoo fi Xixiqqaa
|
Gosa Hojii
|
Ulfina qaphxii
25 keessaa
|
Safartuu waliigalaa
|
Safartuu madaallii Bu’aa Raawwannaa Hojii
|
Ida’a
|
Qaphxi Giddu Galeessa
|
Bu’aa Raawwii
|
Ibsa
|
Quubsaa
|
Ol-aanaa
|
Daran
ol-aanaa
|
|
|
|
|
Baayina
|
|
|
|
|
|
|
|
Qulqullina
|
|
|
Yeroo
|
|
|
Baasii
|
|
|
Hubachiisa:- Foormiin kun qajeelfamicha keessatti keeyyata 10 jalatti keeyyata xiqqaa 3 hanga 8 fi keeyyata 11 irratti haala ibsameen kan
guutamu ta’a.
Dostları ilə paylaş: |