Kutaa Tokko Qabinsa Heerrega


A. Hojjetaan durgoo fudhate irratti yommuu galmaa’u:- AGH ( JV )



Yüklə 232,46 Kb.
səhifə3/8
tarix26.11.2023
ölçüsü232,46 Kb.
#135120
1   2   3   4   5   6   7   8
9. Galmeefama Bu\'aa Odiitii

 

 A. Hojjetaan durgoo fudhate irratti yommuu galmaa’u:- AGH ( JV )

4211/xx XX

5601 XX

…Basii seeraan alaa


B. Hojjetaa durgoo fudhate irraa maallaqni yommuu galii ta’u ykn yommuu bakka bu’u:-
N.G ( RV)
4101/03 XX
4211/xx XX
  

4. Taaksii osoo hin citin hafe

Fakeenya 1. Maallaqa / Taaksii Hojii adeemsistuu irraa citee hafuu qabu (withholding tax ,2 % ) irra darbame:-

…..Rawwii Seeraan Alaa


a) Qondaala Heerregaa /gibira kaffalaa irratti yommuu galmaa’u:- AGH (JV)
42xx XX
5026/1103/1104 XX

…..Rawwii Seeraan Alaa


b) Qondalaa Heerregaa /gibira kaffalaa irraa Yeroo maallaqni bakka bu’u ykn galii ta’u:- N.G (RV)
4101/03 /05 XX
42XX XX

…..Rawwii Seeraan Alaa


Fakkeenya 2. Bara baajataa keessatti galii gibira hojii hojjattoota irraa osoo hincitin hafe gibira mindaa (income tax) irraa citee hafuu qaba. Sababa adda adaatiin osoo hin muramne yoo hafe, galmeeffamni isaa:

…..Rawwii Seeraan Alaa


a) Bara baajata keesa gibira kaffalaa irratti yommuu galmaa’u:
.
42xx xx
1101 xx ni hundeeffama.

….Rawwii Seeraan Alaa


b) Gibira kaffalaa irraa Yeroo maallaqni bakka bu’u ykn galii ta’u:- N.G (RV)
4101/03 /05 XX
42XX XX

….Rawwii Seeraan Alaa


Fakeenya 3. Buusii sooramaa hojjattoota irraa osoo hin citin hafe buusiin soorotaa (%4) hojjattoota irraa citee hafuu qabu sababa adda addaatiin osoo hin hir’ifamin yoo hafe, galmeeffamni isaa

….Rawwii Seeraan Alaa


a) Hojjattoota irratti yommuu galmaa’u
4203 XX
5003 XX

…raawwii seeran ala


c) Sooratni mindaa hojjattootaa irraa citee Abba Taayitaa wabii Hawwaasummaa yemmuu darbu
5003 XX
4103/03/05 XX

Yüklə 232,46 Kb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin