Kutaa Tokko Qabinsa Heerrega



Yüklə 232,46 Kb.
səhifə4/8
tarix26.11.2023
ölçüsü232,46 Kb.
#135120
1   2   3   4   5   6   7   8
9. Galmeefama Bu\'aa Odiitii

…raawwii seeran ala


Fakkeenya 4. Baasii bilbilaa hojjattootaan dhimma
dhuunfaatiif bilbilamee
saanduqa irraa kaffalamee mindaa hojjattootaa irraa
hin hir’ifamin hafe

…raawwii seeran ala


4203 XX
6258 XX
AGH
H
a) Hojjattoota irratti yommuu galmaa’u:
b) Hojjatttoota irraa yommuu maallaqni bakka-bakk-bu’u /galii ta’u
4101/03/05 XX
4203 XX

5. Baasii ragaa hin qabne

Bara baajaataa keessatti

a.Hojjetaa ragaa hin dhiyyeeffatiin irratti yommuu galmaa’u:-AGH (JV)

4211/XX XX

62XX XX

…Baasii ragaa hin qabne


b) Hojjetaan ragaa hin dhiyyeeffatiin irraa Yeroo maallaqni bakka bu’u ykn galii ta’u:-
4101/03 /05 XX
4211/XX XX

2. Barii baajata isaa erga darbee booda


a) Hojjetaan ragaa hin dhiyyeeffatiin irratti yommuu galmaa’u
4211/XX XX
5601 XX

…barii baajata isaa erga darbee booda


b) Hojjetaan ragaa hin dhiyyeeffatiin irraa Yeroo maallaqni bakka bu’u ykn galii ta’u:-
4101/03 /05 XX
4211/XX XX

6. Cheekii ji,a ja’a (6) ol saanduqa keessa ture (Overdue cheques )

Galiin Cheekiidhaan naga’ee galii irratti galmaa’e tokko yoo ji’a 6 ol saanduqa keessa ture gara mallaqaatti jijjiiramuu hin danda’u. Kaanafuu, cheekiichaaf sirreeffamni hojjatamuufii qaba.

…Cheekii ji,a ja’a (6) ol


a) Kaffalaa Gibiraa /Mallaqaa qabaa irratti yommuu galmaa’u:- AGH (JV)

42XX XX
4101 XX


…Cheekii ji,a ja’a (6) ol


b) Kaffalaa gibiraa irraa/Mallaqaa qabaa Yeroo maallaqni bakka bu’u ykn galii ta’u:-
N.G (RV) 4101/03 XX
42XX XX
 
 

7. Sirreeffama Araarsa Baankii

7.1 Walitti qabamaa ibsa herreega Baankii (bank statement) irratti galmaa’ee, galmee herreegaa (Books of account) irratti hin galma’iin argame, galmeeffamni isaa:- NG(RV)


Yüklə 232,46 Kb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin