Kutaa Tokko Qabinsa Heerrega



Yüklə 232,46 Kb.
səhifə5/8
tarix26.11.2023
ölçüsü232,46 Kb.
#135120
1   2   3   4   5   6   7   8
9. Galmeefama Bu\'aa Odiitii

4103 XX

42XX XX

 

 

 

 

 

 

….Sirreeffama Araarsa Baankii


7.2 Baasii ibsa herreega baankii irratti galma’ee, galmee herregaa irraatii hin galmaa’iin
argame, galmeeffamni isaa (tajaajila baankii)
 
6256 XX
4103 XX

….Sirreeffama Araarsa Baankii


7.3 Galii ibsa herreega baankii irratti galma’ee, galmee herregaa irratti hin galmaa’iin
argame, Sirreeffamni isaa:- NG(RV)

4103 XX
1000/4017 XX


….Sirreeffama Araarsa Baankii

7.4 Herreega Baasii Galmee irratti caalmaan galmaa’ee argame , Sirreeffamni isaa:-AGH(JV)

4103 XX

6000 XX

 

 

 

….Sirreeffama Araarsa Baankii


7.5 Herreega baasii galmee irratii hir’inaan galmaa’ee argame , Sirreeffamni isaa:-NB (PV)
6000 XX
4101/03 /05 XX
 

….Sirreeffama Araarsa Baankii


7.6 Herreega galii galmee irratii hir’inaan galmaa’ee argame , Sirreeffamni isaa:-NG(RV)
4101/03 /05 XX
1000 XX

8. Basii Caalmaadhaan kaffalame

a) Bara baajataa tokko keessatti hojjetaa caalmaadhaan kaffalameef irraa ykn kan caalmaadhaan kaffale irratti Yommuu galmaa’u ykn Sirreeffamni yommuu hojjatamu,AGH (JV)

4211/XX XX

6000 XX

…..Basii Caalmaadhaan kaffalame


b) Hojjetaan caalmaadhaan kaffalameef irraa ykn kan caalmaadhaan kaffale irraa Yeroo maallaqni bakka bu’u ykn galii ta’u:- N.G (PV)
4101/03 XX
4211/XX XX

…..Basii Caalmaadhaan kaffalame


c) Barri baajataa erga darbee booda hojjetaan caalmaadhaan kaffalameef irraa ykn kan caalmaadhaan kaffale irratti yommuu galmaa’u:- AGH (JV)
4211/XX XX
5601 XX

Yüklə 232,46 Kb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin