baasiiwaan odiitaraan fudhatama dhaban Herreegni mana hojii tokkoo odiitaraan xiinxalamee baasiin isaa seeraan ala ta’uun isaa mirkanaa’ee marii ba’umsaan (exist conference) erga irratti walii-galamee booda, baasiin maallaqaa odiitaraan fudhatama dhabe kun akka bakka-bu’u ta’a.
…Basii seeraan alaa
Haaluma kanaan osoo baasichi bakka hin bu’in maallaqichi yommuu galii ta’u madda isaa kan agarsiisu tokko hundeessuun barbaachisaa-dha. Bu’uuruma kanaan raawwichi yommuu galmeeffamu maallaqichi eenyu irraa akka barbaadamuu fi kan bara baajata kamii akka ta’e haala ibsuu danda’uun teessisuunis barbaachisaadha.
…Basii seeraan alaa
Fakkeenya: 1baruma baajataa sana keessatti baasiidurgoo oolmaa nama tokkoo seeraan ala bahii ta’uun isaa kan bira gahame yoo ta’e, haalli galmeeffamni isaa :-
…basii seeraan alaa
Durgoo Seeran alaa A. Hojjetaan durgoo fudhatee irratti yommuu galmaa’u:- AGH (JV) 4211/XX XX
6231 XX ni hundeeffama.
…basii seeraan alaa
B.Hojjetaan durgoo fudhate irraa Yeroo maallaqni bakka bu’u ykn galii ta’u:-
N. /G(RV)
4101/03 /05 XX 4211/XX XX
…Basii seeraan alaa
Fakkeenya: 2 Barii baajataa kan darbe yoo ta’ee, haalli galmaa’insi isaa :-