|
|
səhifə | 4/8 | tarix | 26.11.2023 | ölçüsü | 232,46 Kb. | | #135120 |
| 9. Galmeefama Bu\'aa Odiitii
Fakkeenya 4. Baasii bilbilaa hojjattootaan dhimma
dhuunfaatiif bilbilamee
saanduqa irraa kaffalamee mindaa hojjattootaa irraa
hin hir’ifamin hafe
…raawwii seeran ala
4203 XX
6258 XX
AGH
H
a) Hojjattoota irratti yommuu galmaa’u:
b) Hojjatttoota irraa yommuu maallaqni bakka-bakk-bu’u /galii ta’u
4101/03/05 XX
4203 XX
Bara baajaataa keessatti a.Hojjetaa ragaa hin dhiyyeeffatiin irratti yommuu galmaa’u:-AGH (JV) 4211/XX XX 62XX XX
b) Hojjetaan ragaa hin dhiyyeeffatiin irraa Yeroo maallaqni bakka bu’u ykn galii ta’u:-
4101/03 /05 XX
4211/XX XX
a) Hojjetaan ragaa hin dhiyyeeffatiin irratti yommuu galmaa’u
4211/XX XX
5601 XX
…barii baajata isaa erga darbee booda
b) Hojjetaan ragaa hin dhiyyeeffatiin irraa Yeroo maallaqni bakka bu’u ykn galii ta’u:-
4101/03 /05 XX
4211/XX XX
6. Cheekii ji,a ja’a (6) ol saanduqa keessa ture (Overdue cheques ) Galiin Cheekiidhaan naga’ee galii irratti galmaa’e tokko yoo ji’a 6 ol saanduqa keessa ture gara mallaqaatti jijjiiramuu hin danda’u. Kaanafuu, cheekiichaaf sirreeffamni hojjatamuufii qaba. …Cheekii ji,a ja’a (6) ol
a) Kaffalaa Gibiraa /Mallaqaa qabaa irratti yommuu galmaa’u:- AGH (JV)
42XX XX
4101 XX
…Cheekii ji,a ja’a (6) ol
b) Kaffalaa gibiraa irraa/Mallaqaa qabaa Yeroo maallaqni bakka bu’u ykn galii ta’u:-
N.G (RV) 4101/03 XX
42XX XX
7.1 Walitti qabamaa ibsa herreega Baankii (bank statement) irratti galmaa’ee, galmee herreegaa (Books of account) irratti hin galma’iin argame, galmeeffamni isaa:- NG(RV)
Dostları ilə paylaş: |
|
|