Maanuwaalii adeemsa hojii ijoo bulchinsa kontiraataafi hojiiwwan ijaarsaa

Gahee Hojii (Job Description) Hojii Ijoo Bulchiinsa Kontiraataa fi Hojiiwwan Ijaarsa

Yüklə 1,18 Mb.
səhifə10/15
tarix27.10.2017
ölçüsü1,18 Mb.
#16485
1   ...   7   8   9   10   11   12   13   14   15

Gahee Hojii (Job Description)

    1. Hojii Ijoo Bulchiinsa Kontiraataa fi Hojiiwwan Ijaarsa

Maqaa Adeemsa Hojii: -A/H Ijoo Bulchiinsa Kontiraataa fi Hojiiwwan Ijaarsa

Odeeffannoo Waliigalaa

Gita hojii: - Itti Aaanaa Hojii Gaggeessaa fi Itti gaafatamaa A/H/ Ijoo Bulchiinsa Kontiraataa fi Hojiwwan ijaarsaa

Qaama itti waamamu: - Hoji Gaggeessa Ol’aanaa
Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu

Gahuumsa

  • Beekumsa gahaa bulchiinsa kontiraataa fi hojiiwwan ijaarsaa irratti kan qabu

  • Dandeettii nama amansiisuu kan qabu

  • Dandeetti gahaa hogganuu fi hojii qindeessuu kan qabu

  • Dandeettii gahaa karoora qopheessuu fi gabaasa barreessuu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu

  • Fakkeenya gaarii ta’uu Kan danda’u

Ulaaagaa

  • Sadarkaa Baruumsaa: MSc/BSc

  • Gosa Baruumsaa: Mahaandisa Sivilii

  • Muuxannoo: 7/9

  • Leenjii: “Ms Road, Auto CAD, Eagle Point & Project management)

Gahee Hojii

  • Hojii Bulchiinsa kontiraata fi ijaarsa/suphaa karoorsuu, hordofuu, deeggaru, qindeessuu fi too’achuu fi oogganuu

  • Walharkaa fuudhinsa duraa fi dhumaa taasisuu

  • Dookumentii caalbaasiif qophaa’e xiinxaluun mirkaneessuu

  • Gatii bal-tokkee mirkaneessuu

  • Heeyyamni hojii haaromsiifamuu isaa mirkaneessuu

  • Yeroo dabalataa akka kennamu abbaa hojii gaafachuu fi hordofuun raawwachiisuu

  • Kaffaltiin rakkina yoo godhate abbaa hojii wajjin furmaata barbaaduu

  • Rakkoo daandii kabachiisuu osoo hojii hin eegalamin abbaa daandii wajjin fala itti barbaaduu

  • Baasii sababa hanqina abbaa hojiitin dhufe gaafachuu

  • Bu’aa fi baasii pirojektoota adda bahuu mirkaneeffachuu

  • Walgahii pirojektootaa yeroo barbaachisaa ta’etti gaggeessuu

  • Pirojaktootni muuxannoo akka waljijjiiran haala mijeessuu

  • Qabeenyi hojiif barbaachisan pirojaktoota gahuu isaa mirkaneeffachuu

  • Waliigaltee kontiraata irratti hirmaachuu

  • Itti quufinsa maamilaa mirkaneeffachuu

  • Raawwii hojii itti gaafatamtoota pirojaktootaa mirkaneessuu

  • Raawwii hojii Bulchiinsa kontiraataa, ijaarsa fi suphaa madaaluu

  • Gabaasa hojii dhiyeessuu

Hojii Bulchiinsa Kontiraataa

  • Hojii karoorsuu, qindeessuu, hordofuu, bulchuu, oogganuu fi too’achuu

  • Dambii fi seeraa caal-baasii sadarkaa biyyaa fi addunyatti yeroo yerootti bahuu qindeesani qabachuun hojii irraa oolchuu

  • Ragaa funaanuu fi qindeessuu

  • Gatii haala yeroo gabaa fi ulaagaa barbaachisa ta’e irratti hunda’udhan dookimentti caalli baasii qopheessuu;

  • Xalayaa ‘awwardii’ fudhachudhan hojiin akka eegalamuu haala mijeessuu

  • Marii karoora irratti gaggeessuu

  • Hojii barbaaduu- hojiin jiraachuuf ragaa funaanuun xiinxaluu

  • ‘Engineering report, design and specification’ xinxaluun yaada itti kennuu

  • Qabeenya hojiif barbaachisan akka ramadamuu gochuu

  • Hojii walifakkatuu ni raawwata;

  • Baasii fi bu’aa pirojektii murteessuu

  • Walgahii dhimmaa kontiraartatiin/ijaarsaan walqabate irratti hirmaachuu

  • Gorsa ogummaa qaama dhimmii ilaaluf ni kenna

  • Itti quufinsa maamilaa adda baasuun qindeessuu

  • Kaffaltii duraa/advance payment/ gaafachuu

  • Rakkina daangaa kabachisuu (Right of way) maamila waliin mar’achuun furuu

  • Cheek listii fi unka hordoffi hojii ijaarsaa qopheessuu

  • Sababa of duubatti hafiinsa/delay/ pirojeektii adda baasuun furmaata kennuu

  • Haala waligaltee fi haala sagantaatin hojiin pirojeektii raawwatama jiraachuu isaa hordofuu;

  • Wantoota baasii pirojeektii olkaasan adda baasuu fi tarkaanifii fudhachuu

  • Ragaa funaanun gatii gabaa qorachuu

  • Sireeffama gatii baal-tokkee irratti hojjachuu

  • Yeroo dabalataa gaafachuu (time extension) gaafachuu

  • Hojii dabalataa (varietion) qaamaa dhimmi ilaalu wajjin mari’achuun dookimentii qopheessuu;

  • Hojii dabalata beeksisuu fi ajaja hojii fudhachuu

  • Kaffaittin hafe (retation) haala waligateetin akka kafalamuu gaafii dhiyeessudhan rawwachisuu;

  • Miidiyaa adda addaa hordofuun odeeffannoo hojiin walqaabate funaanachuu

  • Dokumentii caal-baasii xiinxaluu

  • Calbaasii irrratti hirmachuu

  • Waliigaltee kontiraataa mallatessuu

  • Wal-harkaa fuudhiinsa bakka hojii

  • Hordoffii fi deeggarsa pirojektiif gochuu

  • Kaffaltii mirkaneesu fi gaafachuu

  • Qabeenya adda baasuu

  • Walharkaa fuudhinsa duraa fi dhumaa taasisuu

  • Gabaasa hojii dhiyeessuu

Maqaa Adeemsa Hojii: - A/H/ Bulchiinsa Kontiraataa

  • Gita hojii: A/H/ Bulchiinsa Kontiraataa

  • Qaama itti waamamu: - A/H/ Ijoo Bulchiinsa Kontiraataa fi Hojiwwan ijaarsaa

Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu

Gahuumsa

  • Beekumsa gahaa bulchiinsa kontiraataa hojiiwwan ijaarsaa irratti kan qabu

  • Dandeettii nama amansiisuu kan qabu

  • Dandeetti gahaa hojjatoota qindeessuu fi wajjin hojjachuu

  • Dandeettii gahaa karoora qopheessuu fi gabaasa barreessuu

  • Iciitii hojii waajjirichaa kan eegu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu

Ulaaagaa

  • Sadarkaa baruumsaa: MSc/BSc

  • Gosa Baruumsa: Mahaandisa Sivilii

  • Muuxannoo: 5/7

  • Leenjii: “Ms Road, Auto CAD, Eagle Point & Project management)

Gahee Hojii

  • Karoora ni qopheessa

  • Hojii qorannoo gabaa ni hordofa

  • Hojii barbaaduu irratti ni hojjata

  • Gatii baltokke ni qopheessa

  • Gatii ni guuta

  • Dokumentii caalbaasii ni qopheessa

  • Waliigaltee ni taasisa

  • Kaffaltii duraa ni gaafata

  • Rakkoo dizaayiniin walqabatan akka hiikamu ni godha

  • Hojii haala kontiraatatiin deemuu isaa ni hordofa

  • Heeyyama hojii waggaa waggaadhan ni haaromsiisa

  • Yeroo dabalataa (time extension) ni gaafata

  • Walharka fuudhinsa bakka hojii ni taasisa

  • Hojii dabalataa beeksisuu fi ajaja hojii fudhachu

  • Walharkaa fuudhinsa duraa fi dhumaa taasisuu

  • Rakkina daangaa kabachiisuu furuu

  • Gabaasa hojii dhiyeessuu

  • Hojjatootaf deeggarsa ni kenna

Maqaa Adeemsa Hojii: - Bulchiinsa Kontiraataa

Odeeffannoo Waliigalaa

  • Gita hojii: Dursaa Garee Bulchiinsa Kontiraataa

  • Qaama itti waamamu: - Abbaa Adeemsa hojii Bulchiinsa Kontiraataa

Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu

Gahuumsa

  • Beekumsa bulchiinsa kontiraataa irratti kan qabu

  • Dandeetti hojjatoota wajjin hojjachuu kan qabu

  • Dandeettii gahaa karoora qopheessuu fi gabaasa barreessuu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu

Ulaaagaa

  • Sadarkaa baruumsaa: MSc/BSc

  • Gosa Baruumsa: Mahaandisa Sivilii

  • Muuxannoo: 2/4

  • Leenjii: “Ms road, Auto CAD, Eagle Point ”

Gahee hojii

  • Karoora bahuu irratti hirmaachuu fi qindeessuu

  • Hojii barbaadu irratti ogeessota waliin hirmaachuu fi qindeessuu

  • Bakka hojii adda baasuu

  • Daawwii dirree (site investigation) gochuu

  • Qabeenyaa fi loojistikii piroojektootaa barbaachisu adda baasu

  • Gatii bal-tokke qopheessuu

  • ‘Price index’ humna namaa, meeshaalee ijaarsaa fi ikupmeentii guutuu

  • Dookimeentii calbaasii qopheessuu fi guutuu

  • Hojii fi qabeenya saganteessuu

  • Gorsaa fi gargaarsa teekinikaa taasisuu

  • Dookimentii kontiraataa sassabuu fi kaa’u

  • Hojiiwwan hafanii fi hojjetaman adda baasuu

  • Ragaa kaffaltii qopheessuu

  • Hojii dabalataa adda baasuu

  • Yaadannoo ‘claim’ qabachuu

  • Claim intent’ hordofuu

  • Komii fi waldhabbii hiiku

Maqaa Adeemsa Hojii: - Bulchiinsa Kontiraataa

Odeeffannoo Waliigalaa

  • Gita hojii: Contact Claim

  • Qaama itti waamamu: - Dursaa Garee Bulchiinsa Kontiraataa

Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu

Gahuumsa

  • Beekumsa bulchiinsa kontiraataa irratti kan qabu

  • Dandeetti hojjatoota wajjin hojjachuu kan qabu

  • Dandeettii gahaa karoora qopheessuu fi gabaasa barreessuu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu

Ulaaagaa

  • Sadarkaa baruumsaa: MSc/BSc

  • Gosa Baruumsa: Mahaandisa Sivilii

  • Muuxannoo: 1\3

  • Leenjii: “Ms road, Auto CAD, Eagle Point ”

Gahee hojii

  • Karoora bahuu irratti hirmaachuu fi qindeessuu

  • Daawwii dirree (site investigation) gochuu

  • Gatii bal-tokke qopheessuu

  • ‘Price index’ humna namaa, meeshaalee ijaarsaa fi ikupmeentii guutuu

  • Dookimeentii calbaasii qopheessuu fi guutuu

  • Hojii fi qabeenya saganteessuu

  • Gorsaa fi gargaarsa teekinikaa taasisuu

  • Dookimentii kontiraataa sassabuu fi kaa’u

  • Hojiiwwan hafanii fi hojjetaman adda baasuu

  • Hojii dabalataa adda baasuu

  • Yaadannoo ‘claim’ qabachuu

  • ‘Claim intent’ hordofuu

Komii fi waldhabbii hiiku

Maqaa Adeemsa Hojii: - Bulchiinsa Kontiraataa

Odeeffannoo Waliigalaa

  • Gita hojii: - Mahaandiisa Olaanaa Bulchiinsa kontraataa

  • Qaama itti waamamu: - Dursaa Garee Bulchiinsa Kontiraataa

Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu

Gahuumsa

  • Beekumsa bulchiinsa kontiraataa irratti kan qabu

  • Dandeetti hojjatoota wajjin hojjachuu kan qabu

  • Dandeettii gahaa karoora qopheessuu fi gabaasa barreessuu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu

Ulaaagaa

  • Sadarkaa baruumsaa: M.Sc. /B.Sc. Mahaandisa Sivilii

  • Muuxannoo: 0/2

  • Leenjii: “Ms Road, Auto CAD, Eagle Point”

Gahee hojii

  • Gatii tokkoon tokkoon hojiilee baasuu (Cost break down)

  • Gatii baaltokkee qopheessuu

  • ‘Enjineering report, design and specification” xiinxaluu

  • Qulqullina hojii hordofuu

  • Cheek listii fi unka hordoffii hojii ijaarsaa qopheessuu

  • Gatii guutuu

  • Dokumentii caal-baasii qopheessuu

  • Hojiileen haala kontiraatatiin hojjatamuu isaa hordofuu

  • “Site investigation” taasisuu

  • Ragaalee dabalata yeroo hojii (time extension) gafachuu

Maqaa Adeemsa Hojii: - Bulchiinsa Kontiraataa

Odeeffannoo Waliigalaa

  • Gita hojii: Ogeessa Ol’aanaa Qorataa xiinxala gatii baal tokkee hojiiwwan Ijaarasaa (unit rate anlyst)

  • Qaama itti waamamu: Dursaa Garee Bulchiinsa Kontiraataa

Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu

Gahuumsa

  • Beekumsa gahaa qorannoo gabaa irratti kan qabu

  • Dandeettii ragaa qulqullinaan funaanuu fi xiinxaluu

  • Dandeetti ragaa fi dokumentii qindeessuu fi qabachuu

  • Dandeettii gahaa sagantaa qopheeffachuu fi gabaasa barreessuu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu

Ulaaagaa

  • Sadarkaa baruumsaa: M.Sc. /B.Sc.

  • Gosa Baruumsa: Mahaandisa Sivilii

  • Muuxannoo: 1/3

  • Leenjii: Beekumsa bu’uuar kompitaraa (Microsoft office package)

Gahee hojii

  • Yeroo yeroodhan ragaa gatii gabaa funaanuu fi qindeessuu

  • Caal-baasii gaazexaa fi maddaa odeeffannoo adda addaa irraa hordofuu

  • Qophii dookumentii caal-baasii irratti hirmaachuu

  • Ragaa fi dookumentii adda addaa faayila gochuun qabachuu

  • Gabaasa dhiyeessuu

Maqaa Adeemsa Hojii: - Bulchiinsa Kontiraataa

Odeeffannoo Waliigalaa

  • Gita hojii: Dursaa Garee Diizaayinii fi to’annoo hojii Ijaarsaa

  • Qaama itti waamamu: Abbaa Adeemsa hojii Bulchiinsa Kontiraataa

Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu

Gahuumsa

  • Beekumsa gahaa qorannoo gabaa irratti kan qabu

  • Dandeettii ragaa qulqullinaan funaanuu fi xiinxaluu

  • Dandeetti ragaa fi dokumentii qindeessuu fi qabachuu

  • Dandeettii gahaa sagantaa qopheeffachuu fi gabaasa barreessuu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu

Ulaaagaa

  • Sadarkaa baruumsaa: M.Sc. /B.Sc.

  • Gosa Baruumsa: Mahaandisa Sivilii

  • Muuxannoo: 2/4

  • Leenjii: Beekumsa bu’uuar kompitaraa (Microsoft office package)

Gahee hojii

  • Hojii karoorsuu, qindeessuu, hordofuu, bulchuu, oogganuu fi too’achuu

  • Dambii fi seeraa caal-baasii sadarkaa biyyaa fi addunyatti yeroo yerootti bahuu qindeesani qabachuun hojii irraa oolchuu

  • Ragaa funaanuu fi qindeessuu

  • ‘Engineering report, design and specification’ xinxaluun yaada itti kennuu

  • Gorsa ogummaa qaama dhimmii ilaaluf ni kenna

  • Rakkina daangaa kabachisuu (Right of way) maamila waliin mar’achuun furuu

  • Cheek listii fi unka hordoffi hojii ijaarsaa qopheessuu

  • Sababa of duubatti hafiinsa/delay/ pirojeektii adda baasuun furmaata kennuu

  • Haala waligaltee fi haala sagantaatin hojiin pirojeektii raawwatama jiraachuu isaa hordofuu;

  • Hordoffii fi deeggarsa pirojektiif gochuu

  • Gabaasa hojii dhiyeessuu

Maqaa Adeemsa Hojii: - Adeemsa Hojii Bulchiinsa Kontiraataa

Odeeffannoo Waliigalaa

  • Gita hojii: Senior Material Engineer

  • Qaama itti waamamu: Dursaa Garee Diizaayinii fi to’annoo hojii Ijaarsaa

Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu

Gahuumsa

  • Beekumsa gahaa qorannoo gabaa irratti kan qabu

  • Dandeettii ragaa qulqullinaan funaanuu fi xiinxaluu

  • Dandeetti ragaa fi dokumentii qindeessuu fi qabachuu

  • Dandeettii gahaa sagantaa qopheeffachuu fi gabaasa barreessuu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu

Ulaaagaa

  • Sadarkaa baruumsaa: M.Sc. /B.Sc.

  • Gosa Baruumsa: Ji’oolojii/Mahaandiisa Siivilii

  • Muuxannoo: 1/3

  • Leenjii: Beekumsa bu’uuar kompitaraa (Microsoft office package)

Gahee hojii

  • Hojii saganteefachuu fi haaluma sagantan raawwachuu

  • Ajaja hojii akka gaafatamuu tasisuu

  • Bakka biyyee filatamaa fi dhagaan (quary site) jiruu addaan baasu

  • Meeshaa qoraannoof barbachisan addaa baasuu fi gaafachuu

  • Meeshaa ijaarsaa ‘test’ gochuu

  • Yeroo yeroo bakka barbaachisutti qorannoo (“test”) gochuu fi ragaa qindeessun qabachuu

  • Hojiin hojjatamu qulqullina isaa eegee hojjatamuu isaa mirkanneessuu

  • Hojjattota hojiin walitti dhufan deeggarsaa teekinikaa kennuuf

  • Guyyaa guyyaan hojii hojjatamee kutaa konstiraakshinif gabaasuu

  • Rakkoowwan mudatan furuu fi humnaa oli kan ta’an gabaasuu

  • Qabeenyaa hojiif haraka galee kununsuu fi qusannon itti fayyadamuu

  • Hojii dabalatani kennamu ni rawwata

Maqaa Adeemsa Hojii: - Adeemsa Hojii Bulchiinsa Kontiraataa

Odeeffannoo Waliigalaa

  • Gita hojii: Jenior Material Engineer

  • Qaama itti waamamu: Dursaa Garee Diizaayinii fi to’annoo hojii Ijaarsaa

Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu

Gahuumsa

  • Beekumsa gahaa qorannoo gabaa irratti kan qabu

  • Dandeettii ragaa qulqullinaan funaanuu fi xiinxaluu

  • Dandeetti ragaa fi dokumentii qindeessuu fi qabachuu

  • Dandeettii gahaa sagantaa qopheeffachuu fi gabaasa barreessuu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu

Ulaaagaa

  • Sadarkaa baruumsaa: M.Sc. /B.Sc.

  • Gosa Baruumsa: Ji’oolojii/Mahaandiisa Siivilii

  • Muuxannoo: 0/1

  • Leenjii: Beekumsa bu’uuara kompitaraa (Microsoft office package)

  • Gahee hojii

  • Hojii saganteefachuu fi haaluma sagantan raawwachuu

  • Ajaja hojii itti kennamu fdhachuun hojjachuu

  • Ragaa barbaachisu qabachuu

  • Bakka biyyee filatamaa fi dhagaan (quary site) jiruu deemun hordoffii taasisuu

  • Meeshaa qoraannoof barbachisan addaa baasuu fi gaafachuu

  • Meeshaa ijaarsaa ‘test’ gochuu

  • Yeroo yeroo bakka barbaachisutti qorannoo (“test”) gochuu fi ragaa qindeessun qabachuu

  • Hojiin hojjatamu qulqullina isaa eegee hojjatamuu isaa mirkanneessuu

  • Hojjattota hojiin walitti dhufan deeggarsaa teekinikaa kennuuf

  • Guyyaa guyyaan hojii hojjatamee gabaasuu

  • Qabeenyaa hojiif haraka galee kununsuu fi qusannon itti fayyadamuu

  • Hojii dabalatani kennamu ni rawwata

Maqaa Adeemsa Hojii: - Adeemsa Hojii Bulchiinsa Kontiraataa

Odeeffannoo Waliigalaa

  • Gita hojii: Senior Structural Engineer

  • Qaama itti waamamu: Dursaa Garee Diizaayinii fi to’annoo hojii Ijaarsaa

Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu

Gahuumsa

  • Beekumsa gahaa qorannoo gabaa irratti kan qabu

  • Dandeettii ragaa qulqullinaan funaanuu fi xiinxaluu

  • Dandeetti ragaa fi dokumentii qindeessuu fi qabachuu

  • Dandeettii gahaa sagantaa qopheeffachuu fi gabaasa barreessuu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu

Ulaaagaa

  • Sadarkaa baruumsaa: M.Sc. /B.Sc.

  • Gosa Baruumsa: Mahaandisa Sivilii

  • Muuxannoo: 1/3

  • Leenjii: Beekumsa bu’uuar kompitaraa (Microsoft office package)

  • Gahee hojii

Maqaa Adeemsa Hojii: - Adeemsa Hojii Bulchiinsa Kontiraataa

Odeeffannoo Waliigalaa

  • Gita hojii: Structural Engineer

  • Gita hojii: Hydraulic Engineer

Gosa Baruumsa: M.Sc/B.Sc. Mahaandiisa Haayidroliiksii

  • Muuxannoo: 0/2

  • Leenjii: Beekumsa bu’uuar kompitaraa (Microsoft office package)

  • Gahee hojii

Maqaa Adeemsa Hojii: - Adeemsa Hojii Bulchiinsa Kontiraataa

Odeeffannoo Waliigalaa

  • Gita hojii: Junior Hydraulic Engineer

  • Qaama itti waamamu: Dursaa Garee Diizaayinii fi to’annoo hojii Ijaarsaa

Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu

Gahuumsa

  • Beekumsa gahaa qorannoo gabaa irratti kan qabu

  • Dandeettii ragaa qulqullinaan funaanuu fi xiinxaluu

  • Dandeetti ragaa fi dokumentii qindeessuu fi qabachuu

  • Dandeettii gahaa sagantaa qopheeffachuu fi gabaasa barreessuu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu

Ulaaagaa

  • Sadarkaa baruumsaa: /B.Sc.

  • Gosa Baruumsa: B.Sc. Mahaandiisa Haayidroliiksii/water Resource Mgt

  • Muuxannoo: 0

  • Leenjii: Beekumsa bu’uura kompitaraa (Microsoft office package)

  • Gahee hojii

    1. Yüklə 1,18 Mb.

      Dostları ilə paylaş:
1   ...   7   8   9   10   11   12   13   14   15

Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə

yükləyin