Maanuwaalii adeemsa hojii ijoo bulchinsa kontiraataafi hojiiwwan ijaarsaa



Yüklə 1,18 Mb.
səhifə11/15
tarix27.10.2017
ölçüsü1,18 Mb.
#16485
1   ...   7   8   9   10   11   12   13   14   15

Adeemsa Hojii Ijaarsaa


  • Hojii kontiraatni galame fudhachuu

  • Karoora gocha hojii qopheessuu

  • Qabeenya bakka hojiitin gahuu

  • Hojii dabalataa dabarsuu fi ajaja hojii fudhachuu

  • Hojii haala kontiraatatiin hojjachuu

  • Rakkowwan pirojektoota irratti mudatan furmaata itii barbaaduu

  • Hojii akka haaratti mudate (Pay item hin jirre) dabarsuu

  • Qabeenya hojiitii bobba’ee hojii hojjatame waliin madaaluu

  • Bu’aa fi baasii pirojektootaa adda baasuu

  • Tokko tokko pirojeektii seenaa isaa dookimentii qopheesudhan galmeessaan qabachuu;

  • Hojii hojjatamee xumurame gabaasuu

  • Ragaawwan adda addaa qindeessun qabachuu

  • Kafalitin hojii hojjatamee (payment certificate) yeroo fi hanga hojii hojjatameen safaramee akka qopha’uu hordofu

  • Gabaasa hojii fi kaffaltii yeroon akka dhiyaatu taasisuu

  • Gaabasa hojii qulqullina eeggatee qopheessuu fi dhiyeessuu

  • Gabaasa hojii hojjatamee fi hojii karoorfamame waliin madaaluu

  • Hojii loojistikii hordofuu
    1. Hojii Suphaa Daandii


  • Hojii kontiraatni galame fudhachuu

  • Karoora gocha hojii qopheessuu

  • Qabeenya bakka hojiitin gahuu

  • Hojii dabalataa dabarsuu fi ajaja hojii fudhachuu

  • Hojii haala kontiraatatiin hojjachuu

  • Rakkowwan pirojektoota irratti mudatan furmaata itii barbaaduu

  • Hojii akka haaratti mudate (Pay item hin jirre) dabarsuu

  • Qabeenya hojiitii bobba’ee hojii hojjatame waliin madaaluu

  • Bu’aa fi baasii pirojektootaa adda baasuu

  • Kafalitin hojii hojjatamee (payment certificate) yeroo fi hanga hojii hojjatameen safaramee akka qopha’uu hordofu

  • Gaabasa hojii qulqullina eeggatee qopheessuu fi dhiyeessuu

  • Hojii hojjatamee xumurame gabaasuu

  • Ragaawwan adda addaa qindeessun qabachuu

  • Gabaasa hojii fi kaffaltii yeroon akka dhiyaatu taasisuu

  • Gabaasa hojii hojjatamee fi hojii karoorfamame waliin madaaluu

  • Hojii loojistikii hordofuu




Maqaa Adeemsa Hojii: Adeemsa Hojiiwwan Ijaarsaa

Odeeffannoo Waliigalaa

  • Gita hojii: Itti gaafatamaa A/H/ Hojiwwan Ijaarsaa

  • Qaama itti waamamu: Abbaa A/H Bulchiinsa Kontiraataa fi Hojiiwwan Ijaarsa

Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu

Gahuumsa

  • Beekumsa bulchiinsa kontiraataa hojiiwwan ijaarsaa irratti kan qabu

  • Dandeettii ogummaa hojii gahaa kan qaba

  • Dandeetti gahaa hojjatoota qindeessuu fi wajjin hojjachuu

  • Dandeettii gahaa karoora qopheessuu fi gabaasa barreessuu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu


Ulaaagaa

  • Sadarkaa baruumsaa: MSc/BSc

  • Gosa Baruumsa: Mahaandisa Sivilii

  • Muuxannoo: 5/7

  • Leenjii: “Ms Road, Auto CAD, Eagle Point & Project management)


Gahee hijii

  • Karoora qopheessuu

  • Hordoffi fi deeggarsa pirojektootaf taasisuu

  • Hojiin haala kontiraatatiin deemuu isaaa mirkaneessuu hordofuu

  • Rakkoolee mudataniif furmaata barbaaduu fi kan humnaa ol ta’an gabaasuu

  • Qabeenyi hojiif akka bobba’u taasisuu akkasumas hojiirra oolmaa isaanii hordofuu

  • Qabeenya bobba’an fi hojii hojjataman waliin madaaluu ragaan kaffaltii qulqullaa’ee dhiyaachuu isaa mirkaneeffachuu

  • Hojiin haala waliigalteen hojjatamaa jiraachuu isaa hordofuu

  • Ragaan kaffaltti fi gabaasni yeroon akka dhiyaatu taasisuu

  • Ragaawwan “claim” fayyadan akka galmaa’an mirkaneessu fi gabaaasuu


Maqaa Adeemsa Hojii: Adeemsa Hojiiwwan Ijaarsaa

Odeeffannoo Waliigalaa

  • Gita hojii: Mahaandisa Ijaarsaa Dursaa

  • Qaama itti waamamu: - A/H Ijaarsaa


Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu

Gahuumsa

  • Beekumsa bulchiinsa kontiraataa fi hojiiwwan ijaarsaa irratti kan qabu

  • Dandeettii ogummaa hojii gahaa kan qaba

  • Dandeetti hojjatoota wajjin hojjachuu kan qabu

  • Dandeettii gahaa karoora qopheessuu fi gabaasa barreessuu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu

Ulaaagaa

  • Sadarkaa baruumsaa: MSc/BSc

  • Gosa Baruumsa: Mahaandisa Sivilii

  • Muuxannoo: 1/3

  • Leenjii: “Ms Road, Auto CAD, Eagle Point)

Gahee Hojii

  • Gabaasa pirojektoota irraa dhufan qindeessuu

  • Ragaa kaffaltii fi gabaasa akka dhiyaatu hordofuun qindeessuu,

  • Hojii gamaggamuu fi firii isaa qaama dhimmi ilaaluuf gabaasuu

  • Deeggarsaa fi hordoffii pirojektootaaf taasisuu

  • Baasi fi bu’aa pirojaktootaa adda baasuun galmeessuu

  • Rakkoolee gabaafaman qindeessun dabarsuu

  • “Site Vist” taasisuu fi gabaasa dhiyyeessuu

  • Sababa “over head” dabalte fidan qindeessun dabarsuu

  • Kaffaltii tajaajila adda addaa qulquleessuu fi akka kafalamu gochuu

  • Hojiin qulqullina hojjatamuu isaa hordofuu

  • Sababa baasii “over head cost” xinxaluun adda baasee qindeessun dabarsuu

  • Ragaan kaffaltii abbaa hojiitii darbuu isaa mirkaneeffachuu

Maqaa Adeemsa Hojii: A/H Hojiwwan Ijarsaa

Odeeffannoo Waliigalaa

  • Gita hojii: Mahaandisa Ijaarsaa Ol’aanaa

  • Qaama itti waamamu: A/H Hojiwwan Ijarsaa



Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu

Gahuumsa

  • Beekumsa bulchiinsa kontiraataa fi hojiiwwan ijaarsaa irratti kan qabu

  • Dandeettii ogummaa hojii gahaa kan qaba

  • Dandeetti hojjatoota wajjin hojjachuu kan qabu

  • Dandeettii gahaa karoora qopheessuu fi gabaasa barreessuu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu

Ulaaagaa

  • Sadarkaa baruumsaa : MSc/BSc Mahaandisa Sivilii

  • Gosa Baruumsa: Mahaandisa Sivilii

  • Muuxannoo:0/2

  • Leenjii: “Auto CAD, Eagle Point )

Gahee Hojii

  • Dokimentii kontiraata dhihaata xinxaluu

  • Dokimentii kontiraataa qorachuu fi ‘specification’ ogummaa adda baasuu

  • Bakka hojii fi qabeenya hojichaaf barbaachisu adda baasuun dhiheessuu

  • Mormii (claim) suphaa daandii fi rakkoolee adda baasuu fi furmaata walfakaataa (correspondence settlement) akka kennamu yaada dhiheessuu

  • Gabaasin hojii dhihaate haala karooraa fi kontiraatatin hojjetamaa jiraachu isaa adda baasuu

  • Gabaasa daawwii dirree (site visit) xinxaluu qopheesuu

  • Gabaasa pirojektoota irraa dhufan qindeessuu

  • Ragaa kaffaltii fi gabaasa akka dhiyaatu hordofuun qindeessuu, akkasumas waliin madaaluu

  • Deeggarsaa fi hordoffii pirojektootaaf taasisuu

  • Baasi fi bu’aa pirojaktootaa adda baasuun galmeessuu

  • Rakkoolee gabaafaman qindeessun dabarsuu

  • “Site Vist” taasisuu fi gabaasa dhiyeessuu

  • Hojiin qulqullina hojjatamuu isaa hordofuu

Maqaa Adeemsa Hojii: A/H Hojiwwan Ijarsaa

Odeeffannoo Waliigalaa

  • Gita hojii: Mahaandisa Ijaarsaa Jalqabaa

  • Qaama itti waamamu: A/H Hojiwwan Ijarsaa



Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu

Gahuumsa

  • Beekumsa bulchiinsa kontiraataa fi hojiiwwan ijaarsaa irratti kan qabu

  • Dandeettii ogummaa hojii gahaa kan qaba

  • Dandeetti hojjatoota wajjin hojjachuu kan qabu

  • Dandeettii gahaa karoora qopheessuu fi gabaasa barreessuu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu

Ulaaagaa

  • Sadarkaa baruumsaa : MSc/BSc Mahaandisa Sivilii

  • Gosa Baruumsa: Mahaandisa Sivilii

  • Muuxannoo:0

  • Leenjii: “Auto CAD, Eagle Point )

Gahee Hojii

  • Bakka hojii fi qabeenya hojichaaf barbaachisu adda baasuun dhiheessuu

  • Gabaasa pirojektoota irraa dhufan qindeessuu

  • Ragaa kaffaltii fi gabaasa dhiyaatu hordofuun qindeessuu, akkasumas waliin madaaluu

  • Deeggarsaa fi hordoffii pirojektootaaf taasisuu

  • Rakkoolee gabaafaman qindeessun dabarsuu

  • “Site Vist” taasisuu fi gabaasa dhiyeessuu




Maqaa Adeemsa Hojii: Adeemsa Hojiiwwan Ijaarsaa

Odeeffannoo Waliigalaa

  • Gita hojii: Sarveeyara ol’aanaa

  • Qaama itti waamamu: Adeemsa Hojii Hojii Ijaarsaa


Gahuumsa fi Ulaagaa Barbaachisu

Gahuumsa

  • Leenjii hojii kennuuf gahuumsa kan qabu

  • Dandeettii barumsaan ykn muxannon argatee hojiitti kan hiikuu

  • Raga fi dookimentii qindeessee qabachuu kan danda’u

  • Gabaasa barreessuuf gahumsa gahaa kan qabu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu

Ulaaagaa

  • Sadarkaa Baruumsaa: B.Sc./CD/TD Sarveeyingiidhaan

  • Gosa Baruumsa: saarveeying

  • Muuxannoo: 4/7

  • Leenjii:


Gahee Hojii

  • Dizaayinii fi speesifikeeshinii fudhachuun xiinxaluu

  • Ragaa sarveeyingii waliin walqabate guutuu ta’uu isaa mirkaneeffachuu

  • Gargaarsa teeknikaa gochuu

  • Qophii dokumentii caal-baasii irratti hirmaachuu

  • Ragaan “survey control point” lafa fi dokumentii irra jiru wal-simuu isaa mirkaneeffachuu

  • Hojii qorannoo dirree (site investigation) irratti hirmaachuu

  • Hojii sarveeyingii hordofuu, deeggaruu fi to’achuu

  • Sarveerotaaf leenjii kennuu






Maqaa Adeemsa Hojii: - Adeemsa Hojii Hojiiwwan Ijaarsaa

Odeeffannoo Waliigalaa

  • Gita hojii: Quntity Sarveeyara

  • Qaama itti waamamu: - A/H/ Adeemsa Hojii Hojiiwwan Ijaarsaa

Gahuumsa fi Ulaagaa Barbaachisu

Gahuumsa

  • Muxannoo argatee barsiisuuf fedhii kan qabu

  • Waan barumsaan ykn muxannon argatee hojiitti kan hiikuu

  • Raga fi dookimentii qindeessee qabachuu kan danda’u

  • Gabaasa barreessuuf gahumsa gahaa kan qabu

  • Gareen hojjachuuf gahumsa gahaa kan qabu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu


Ulaaagaa

  • Sadarkaa baruumsaa: B.Sc. /CD/TD Sarveeyingiidhaan

  • Gosa Baruumsa: saarveeyingiidhaan

  • Muuxannoo: 2/5

  • Leenjii: “Auto CAD, Eagle Point”

Gahee Hojii

  • Sagantaa hojii qopheessuu

  • Hojiiwwaan sarveyingiiif daataa guuruu

  • Drawing’ hojiif barbaachiisu hojjechuu

  • Ragaawwan (elevation, widening, vertical&horizontal alighment..Etc) hojii barbaachiisan raga isaa funaanuu

  • Meeshaa hojiif harkaa galaan kununsuun qusannoon fayyadamu

  • Ragaawwan hojjetaman gabaasuu

  • ‘Quantity’hojjetaman funaanuun gabaasuu

  • ‘Lay out’ istraakcharii, ‘Road way template’ ka’ame hojatamuu isaanii hordofuun gabaasuu

  • Hojiwwan wal fakkatan kan bira hojjechu

Maqaa Adeemsa Hojii: - Adeemsa Hojii Hojiiwwan Ijaarsaa

Odeeffannoo Waliigalaa

  • Gita hojii: Ogeessa Fanjii

  • Qaama itti waamamu: - A/H/ Adeemsa Hojii Hojiiwwan Ijaarsaa

Gahuumsa fi Ulaagaa Barbaachisu

Gahuumsa

  • Muxannoo argatee barsiisuuf fedhii kan qabu

  • Waan barumsaan ykn muxannon argatee hojiitti kan hiikuu

  • Raga fi dookimentii qindeessee qabachuu kan danda’u

  • Gabaasa barreessuuf gahumsa gahaa kan qabu

  • Gareen hojjachuuf gahumsa gahaa kan qabu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu


Ulaaagaa

  • Sadarkaa baruumsaa: BLTO Sad.IV / kutaa 12/10

  • Gosa Baruumsa: Ijaarsaan fi leenjii kallatii

  • Muuxannoo: 5/11

  • Leenjii: nama leenjii qabu

Gahee Hojii




Hojii Pirojaktii Ijaarsaa

  • Karoora hojii qopheessuu

  • Qabeenya hojiif barbaachisan haala karooratiin akka dhiyaatan gaafachuu

  • Sagantaa hojii qopheessuu

  • Hojiiwwan walduraa duuban hojjechuu (Critical path method)

  • Hojiiwwan haala waligalteen hojjechuu

  • Sarveeyingii gochuu (Daataa funaanuun qindeessuun hanga hojii hojjatamee dabarsuu, “lay out” hojjachuu)

  • Meeshaalee ijaarsa kaampiif oolan qopheessuu

  • Kaampii ijaaruu

  • Meeshaalee ijaarsaa (Material) oomishuu

  • Hojii lafaa hojjechuu ‘Earth Work’

  • Cirracha uwwisuu ‘Pavement Work’

  • Hojii istiraakcheeraa “Structural work’

  • Hojii safaruu fi kaffaltii gaafachuu

  • Balaan akka hin uumaneef hojjatootaf hubannoo kennuu

  • Suphaa meeshaalee taasisuu

  • sagantaa muuxannoo wal jijjiiruu qopheesuu

  • Hojjataa qacaruu

  • Madaallii hojjatoota gaggeessuu

  • Naamusa hojjatootaa hordofuu

  • Ikupimantii fi meeshaalee biraa bulchuu

  • Maallaqa bulchuu

  • Bittaa gaggeessuu

  • Rakkoowwan hojii irratti mudatan furmaata kennuu

  • Galii fi baasii pirojektii adda baasuu

  • Hojii hojjatamee karoora waliin madaaluu

  • Hojii hojjatamee (oolmaa guyyaa) fi hojii itti aanu irratti marii gochuu

  • Hojii xumurame walharkaa fudhinsa taasisuu

  • Erga hojiin xumuramee qabeenya deebisuu (resource demobilization)

  • Gabaasa hojii dhiyeessuu


Maqaa Adeemsa Hojii: - Adeemsa Hojii Hojii Ijaarsaa

Odeeffannoo Waliigalaa

  • Gita hojii:- Hoji Gaggeessaa Pirojektii

  • Qaama itti waamamu:- Adeemsa Hojii Hojiiwwan Ijaarsaa

Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu

Gahuumsa

  • Beekumsa gahaa bulchiinsa kontiraataa fi hojiiwwan ijaarsaa irratti kan qabu

  • Dandeetti gahaa hojjatoota qindeessuu fi wajjin hojjachuu

  • Dandeettii gahaa karoora qopheessuu fi gabaasa barreessuu

  • Haala ammayawan hojii qindeessu fi hojjachuu kan danda’u

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu

Ulaaagaa

  • Sadarkaa baruumsaa: MSc/BSc

  • Gosa Baruumsa: Mahaandisa Sivilii

  • Muuxannoo: 4/6

  • Leenjii: “Ms Road, Auto CAD, Eagle Point & Project management)

Gahee Hojii

  • Hojii karoorsuu, qindeessuu, hordoofuu fi to’achuu

  • Bakka kaampii fi bakka cirachaa filachuun qaama dhimmi ilaaluu gaafachuu

  • Qabeenya hojiif barbaachisan gaafachuu

  • Dokimentii Kontiraata xinxaaluu fi hubachuu

  • Hojii haala kontiraatatiin akka hojjatamuu hordoofuu

  • Qabeenya hojiif ergaman hojii iratti boba’uu isaanii hordofuu fi to’achuu

  • Ragaawwan (time extension, claim...) ta’an qindeessun gabaasuu

  • Hojiiwwan taartiba isaanii eegatanii akka hojjataman hordofuu

  • Rakkoowwan uumamaniif furmaata kennuu

  • “Working drawing” mirkaneessississuu

  • Hojii hojjatamee fi karoora bahe yeroo yeroon madaaluu

  • Itti gafatamtoota garee hojii guyyaa guyyaan mari’achiisuu fi muxannoo waljijjirruu

  • Ji’a ji’aan raawwii hojii gamagamuu fi haamilee hojjattota jajjabeessuu

  • Walharka fudhinsaa hojii xumuramee akka tasifamuu gaafachuu

  • Gabaasa hojii fi ragaa kaffaltii dhiyeessuu

Maqaa Adeemsa Hojii: - Adeemsa Hojii Hojiiwwan Ijaarsaa

Odeeffannoo Waliigalaa

  • Gita hojii: - Mahaandisa Ol’aanaa Hojii Wajjirra

  • Qaama itti waamamu: - Itti gaafatamaa Pirojektii

Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu

Gahuumsa

  • Beekumsa bulchiinsa kontiraataa fi ijaarsa irratti kan qabu

  • Dandeetti gahaa hojjatoota qindeessuu fi wajjin hojjachuu

  • Daandeetti ragaa qulqullinaan qabachuu kan qabu

  • Dandeettii gahaa saganteeffachuu, karoora qopheessuu fi gabaasa barreessuu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu

Ulaaagaa

  • Sadarkaa baruumsaa: MSc/ BSc

  • Gosa Baruumsa: Mahaandisa Sivilii

  • Muuxannoo: 0\2

  • Leenjii: “Auto CAD, Eagle Point”



Gahee hojii

  • Sagantaa hojii qaama dhimmi ilaalu waliin qopheessuu

  • Dizaayinii fi gabaasa injinaringi xiinxaluun yaada itti kennuu

  • “Working drawing” qopheessuu

  • Qorannoo (test) meeshaa ijaarsaa hordofuu fi deeggaruu

  • Qabeenya hojiif barbaachisan adda baafachuu fi bobbaasu

  • Qabeenya hojiif bobba’an hordofuu fi to’achuu

  • Ajaja hojii (work requisition) guutun konsaltaantii mallatteesisuu

  • Gabaasa guuyyaa guyyaan hojjataman qindeessuu konsaltaantii mirkaneessississuu

  • Hojiiwwan hojjataman safaruun ragaa kaffaltii fi gabaasa qopheessu


Maqaa Adeemsa Hojii: - Adeemsa Hojii Hojiiwwan Ijaarsaa

Odeeffannoo Waliigalaa

  • Gita hojii: - Mahaandisa Dirree

  • Qaama itti waamamu: - Itti gaafatamaa Pirojektii

Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu

Gahuumsa

  • Beekumsa bulchiinsa kontiraataa fi ijaarsa irratti kan qabu

  • Dandeetti gahaa hojjatoota qindeessuu fi wajjin hojjachuu

  • Daandeetti ragaa qulqullinaan qabachuu kan qabu

  • Dandeettii gahaa saganteeffachuu, karoora qopheessuu fi gabaasa barreessuu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu

Ulaaagaa

  • Sadarkaa baruumsaa: BSc

  • Gosa Baruumsa: Mahaandisa Sivilii

  • Muuxannoo: 0

  • Leenjii: “Auto CAD, Eagle Point”


Gahee hojii

  • Sagantaa hojii qaama dhimmi ilaalu waliin qopheessuu

  • Dizaayinii fi gabaasa injinaringi xiinxaluun yaada itti kennuu

  • “Working drawing” qopheessuu

  • Qorannoo (test) meeshaa ijaarsaa hordofuu fi deeggaruu

  • Qabeenya hojiif barbaachisan adda baafachuu fi bobbaasu

  • Qabeenya hojiif bobba’an hordofuu fi to’achuu

  • Ajaja hojii (work requisition) guutun konsaltaantii mallatteesisuu

  • Gabaasa guuyyaa guyyaan hojjataman konsaltaantii mirkaneessississuu

  • Hojii dirree irraatti hojjataman hunda guyyaa guyyaan hordofuu fi deggaruu

  • Gabaasa guyyaa guyyaan garee ijaarsaa irraa sassaabuu,qindeessuu fi gabaasuu

  • Hojii irratti balaan akka hin geenyii hojjattotni ofi-eeggannoo akka taasisan to’achuu

  • Hojiiwwan hojjataman safaruun ragaa kaffaltii fi gabaasa qopheessu

Maqaa Adeemsa Hojii: - Adeemsa Hojii Hojiiwwan Ijaarsaa

Odeeffannoo Waliigalaa

  • Gita hojii: - Gargaara Sarveeyara

  • Qaama itti waamamu: - Itti gaafatamaa Pirojektii

Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu

Gahuumsa

  • Hojii baruuf fedhii kan qabu

  • Waan barumsaan ykn muxannon argatee hojiitti kan hiikuu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu


Ulaaagaa

  • Sadarkaa baruumsaa: BLTO Sad.IV,III Sarveeyingidhaan

  • Gosa Baruumsa: Sarveeyingidhaan

  • Muuxannoo: 0/1

  • Leenjii: “Auto CAD, Eagle Point “


Gahee Hojii

  • Ragaa funaname qulqullinaan akka qabamu gargaaru

  • Ragaan yommu qindaa’uu gargaaruu (levels, cross section, elevation, template, area, volume....)

  • Hojii haala ‘teempileettin, hojjatamuu isaa qulqullefachuu (grade,suparelivation, widening)

  • Hojii teekinikaa salphaa hundaa raawwachuu

  • Hojii teekinikaa cimmaa yoo raawwatamuu gargaaruu

  • Hojii hojjatamee (quantity) yeroo hojjatamuu gargaaru

  • Hordofii fi deeggarsa opireetaroota fi foormaanif kennuu

  • Dokumentiiwwan gurmeessanii qabachuu fi faayila gochuu

  • Meeshaa hojiif harkaa galaan kunuunsuu


Maqaa Adeemsa Hojii: - Adeemsa Hojii Hojiiwwan Ijaarsaa

Odeeffannoo Waliigalaa

  • Gita hojii: Sarveeyara

  • Qaama itti waamamu: - Itti gaafatamaa Pirojektii

Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu

Gahuumsa

  • Hojii baruuf barsiisuu fedhii kan qabu

  • Dandeettii hojii qindeessuu kan qabu

  • Waan barumsaan ykn muxannon argatee hojiitti kan hiikuu

  • Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu

Ulaaagaa

  • Sadarkaa baruumsaa: BLTO Sad.IV,III Sarveeyingidhaan

  • Gosa Baruumsa: Sarveeyingii

Muuxannoo: 3\4

Leenjii: “Auto CAD, Eagle Point)

Gahee Hojii

  • Ragaa funaname fi qulqullinaan qabu

  • Ragaan fuunanaman‘calculate’gochuu (levels, cross section, elevation, template, area, volume...)

  • ‘Road way template’ hojjechuu

  • Hojiin haala teempileettin hojjatamuu isaa mirkaanneessuu (grade, supeelivation, widening)

  • Hojii teekinikaa raawwachuu

  • ‘Quantity’ hojjachuu

  • Hordoffii fi deeggarsa gargaara sarveeyara, opireetaroota fi foormaanif kennuu

  • Dokumentiiwwan gurmeessanii qabachuu fi faayila gochuu

  • Meeshaa hojiif harkaa galaan kunuunsuu

  • ‘Lay out’ istraakcharii ka’u

  • Hojiwwan wal fakkatan kan bira hojjechu

Maqaa Adeemsa Hojii: - Adeemsa Hojii Hojiiwwan Ijaarsaa

Odeeffannoo Waliigalaa

  • Gita hojii: Sarveeyara Ol’aanaa

  • Qaama itti waamamu: Itti gaafatamaa Pirojektii



Yüklə 1,18 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   7   8   9   10   11   12   13   14   15




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin