Maanuwaalii adeemsa hojii ijoo bulchinsa kontiraataafi hojiiwwan ijaarsaa


Waliqunnamitti fi Hordooffi Hojii



Yüklə 1,18 Mb.
səhifə14/15
tarix27.10.2017
ölçüsü1,18 Mb.
#16485
1   ...   7   8   9   10   11   12   13   14   15

Waliqunnamitti fi Hordooffi Hojii


Abbaa Adeemsa Hojii Bulchinsa Kontiraata fi Hojiiwwan Ijaarsaa adeemsalee xiqqaa jala jiran marii haala hojiin kontiraata fi hojiiwwan ijaarsaa maal irra akka jiru gadi fageenyaan ilaalun bakka rakkinni jirutti furmaata kennu dha. Bakka barbaachisaa ta’etti bilbilaan, faaksii/xalayaa,’E-mail’ fi raadiyoon fayyadamun eergaa walii dabarsuu fi furmaatawwan tokko takko walii kennu dha. Adeemsi hojii xiqqaa bulchiinsa kontiraataa Adeemsa hojii xiqqaa hojiwwan ijaarsaa haala kontiraatatin hojiwwan hojjetama jiraachuu isaanii ni hordofa. Akkasumas yommuu walharkaa fudhiinsi bakka hojii taasiifamuu wal deggaruun bakka hojii deemun fudhatu. Hojii hojjetame xumurame walharkaa fudhiinsii yommu taasifamu wal deggaruun abba hojitti dabarsu.

Akkasumas hojii ijaarsaa fi suphaa daandii maal irra akka jiru hojii gaggeessota piroojektii waliin kurmaana kurmaanan raawwii hojii irratti marii taasisuudhaan rakkolee umamaniif furmaata kennu.

Walumaagalatti gamgammaa raawwii hojii waggaatti taasisuun pirojeektota cimaa fi hanqina qaban adda baasuun; piroojektota cimnaan hojjetan daran jajjabessuf badhaasuu.Karaa biraan immoo kan hanqina qaban cimanii akka hojjetan fala adda addaa kaa’u.

  1. Seeraa fi Meeshalee Hojiif Barbaachisan


    1. Dambii fi Waliigaltee Hojii (contract agreement)




  • Dambii lakk. 116/2000 Interpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa dhaabuuf Mootummaa Naannoo Oromiyaatin bahee hojii irra olee.

  • Waliigaltee hojii abbaa hojii waliin taasiifamu.
  1. Meeshalee Hojiif Barbaachisan


Adeemsa Hojii Ijoo Bulchinsa Kontiraata fi Hojiiwwan Ijaarsaatif meeshaaleen

barbaachisa Gabatee armaan gadii keessatti tokko tokkoon ibsameera.


    1. Adeemsa Hojii Ijoo Bulchinsa Kontiraata fi Hojiiwwan Ijaarsaa





Lakk.

Gosa Meeshaalee

Baay’na

1

Minjaala Abbaa Adeemsa

1

2

Minjaala walgahii

1

3

Teessoo Abbaa Adeemsa (managerial chair)

1

4

Teessoo keessumootaa

6

5

Kompitara (desk top)

1

6

Laptopii

1

7

Printara

1

8

Bilbiala (Fixed phone)

1

9

Moobaayilii

1

10

Shelf

1

11

Minjaala Haala Mijeessituu

1

12

Teessoo Haala Mijeessituu

1

13

Tessoo keessummaa

4

14

Galmee

1

15

‘file tree’

3

16

Urtuu waraqaa(puncher)

2

17

‘Stepler ‘

2

18

Meeshaa Barreessaa(Stationary)

AB

19

Korojoo (bag)

1

20

Konkoolaataa

1

21

Tajaajila intarnetii

AB

22

Shaalii balfaa (waste pit)

2


    1. Adeemsa Hojii Bulchinsa Kontiraata


      Lakk.

      Gosa Meeshaalee

      Baay’na

      1

      Minjaala Abbaa Adeemsa

      4

      2

      Teessoo Abbaa Adeemsa (managerial chair)

      1

      3

      Teessoo fi minjaala Ogeessootaa

      3

      4

      Teessoo keessumootaa

      7

      5

      Kompitara (desk top)

      3

      6

      Laptopii

      2

      7

      Printara

      1

      8

      Bilbiala (Fixed phone)

      1

      9

      Shelf

      2

      10

      ‘file tree’

      3

      11

      Urtuu waraqaa(puncher)

      2

      12

      Stepler

      2

      13

      Stationary

      AB

      14

      Korojoo (bag)

      4

      15

      Tajaajila intarnetii




      16

      GPS

      2

      17

      Kaamera (digital)

      1

      18

      Shaalii balfaa (waste pit)

      2

    2. Yüklə 1,18 Mb.

      Dostları ilə paylaş:
1   ...   7   8   9   10   11   12   13   14   15




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin