Maanuwaalii adeemsa hojii ijoo bulchinsa kontiraataafi hojiiwwan ijaarsaa


Tarsimoo Fooyya’insa 5.1. Qorannoo Gaggeessuu



Yüklə 1,18 Mb.
səhifə2/15
tarix27.10.2017
ölçüsü1,18 Mb.
#16485
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   15

Tarsimoo Fooyya’insa

5.1. Qorannoo Gaggeessuu


  • Adeemsi hojii ijarsaa akka tarsimotti qorannoo fedhii (need assessment ) wal irraa hin cine gaggeessudhan jijjirrama jiru wajjin deemu fi rakkina uumamu hiikudhan gaba keessatti turuf

  • Qorrannon fedhii (need assessment) Adeemsa Hojii Karooraa fi Dagaggina Bizinassi wajjin qindoominaan gaggeefamuu qaba

  • Manaajimentini fedhii fi rakkina adeemsicha yeroo yeroon qorachuun fala ka’a deemu qaba.

5.2. Piroomoshinii fi Qunnamtii


Adeemsi hojii ijarsaa/suphaa haala hojii isaa midiyaa addaa adda fayyadamun piroomoshinii gaggeessuu qaba.

Adeemsi hojii ijarsaa/suphaa manejimantii, pirojeektii.maamiilaa fi dhimmamtootaa wajjin mariiwwan gaggeessuudhaan walqunnamtii garii akka jiraatu taasiisu.


  1. Maamiltoota fi Dhimmamtoota Adeemsichaa


    1. Maamila Alaa

  • Abbaa Taayitaa Daandiwwan Oromiyaa

  • Biroo Misooma Bishaan ,Albuudaa fi Inarjii Oromiyaa

  • Bulchiinsa Godinaalee

  • Aanaalee

  • Bulchiinsa Magaalootaa

  • Hawaasa fayyadamuu

  • Abbotii qabeenyaa

    1. Maamila Keessaa

  • Boordii IIDO

  • Adeemsaalee Hojii

  • Hojjettoota waajjira

    1. Dhimmamtoota

Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa

Abbaa Taayitaa To’annoo Dhaabilee Misoomaa Oromiyaa


  1. Yaa’nsa Hojii Adeemsichaa

Adeemsi Ijoo Kun adeemsa hojii xiqqaa lama qaba:

1. Adeemsa Hojii Bulchiinsa Kontraata

2. Adeemsa Hojii Hojiiwwan Ijaarsaa/suphaa


7.1. Yaa’nsa Hojii Adeemsichaa


  • Karoora hojii Qopheessuu

  • Gabaa Qayyabachuu

  • Hojii barbaaduu

  • Bakka hojii haaraa qorachuu

  • Gatii gutuudhaan dorgomu

  • Waliigaltee taasiisuu

  • Wal harkaa fudhiinsa bakka hojii taasiisuu

  • Karoora gocha hojii piroojeektii qopheessuu

  • Qabeenyaa fi keessa galtoota bakka hojiitin gahuu

  • Hojii ijaarsaa kaampii gaggeessuu

  • Hojiiwwan ijaarsaa/suphaa gaggeessuu

  • Hojii hojjatame safaruun ragaa kaffaltii qopheessuu fi mirkanneessisuu

  • kaffaltii gaafachuu

  • Hordoffii fi gamaggama raawwii hojii pirojeektootaa yeroo yeroo dhaan taasisuu

  • Gabaasa raawwii hojii qophessuu

  • Hojii hojjetame walharkaa fudhinsa duraa fi xumuraa taasiisuu

  • Ergaa piroojektiin xumurame qabeenyaa bakka hojiitii deebisuu (demobilization)





    1. Adeemsa Hojii Bulchiinsa Kontraata

Yaa’nsa Hojii Adeemsichaa



  • Karoora hojii qopheessuu

  • Gabaa qayyabachuu

  • Hojii barbaaduu

  • Haala bakka hojii qorachuu/site visit/

  • Gatii gutuudhaan dorgomu

  • Waliigaltee hojii taasiisuu

  • Wal harkaa fudhiinsa bakka hojii gochuu

  • Ragaa kaffaltii xiinxaluun kaffaltii gaafachu

  • Hordoffii fi gamaggama hojii pirojeektootaa taasisuu

  • Rakkina daangaa kabachiisuu fi rakkina dizaayinii hojii irraattii yoo mudate duuka bu’uun abban hojii akka hiiku taasisuu

  • Gabaasa dhiyeessuu

  • Hojii hojjetame walharkaa fudhinsa duraa fi xumuraa taasisuu




    1. Adeemsa Hojii Hojiiwwan Ijaarsaa


Yaa’insa Hojii Adeemsichaa

  • Karoora hojii qopheessuu

  • Qabeenyaa fi keessa galtoota geejibuu

  • Kaampii ijaaruu

  • Cirracha filatamaa, dhakaa dakamaa fi kkf oomishuu

  • ‘Diroowing’ hojii qopheessuu

  • Hojiiwwan ijaarsaa/suphaa gaggeessuu

  • Hojii hojjatame safaruun ragaa kaffaltii qopheessuu fi mirkanessisuu

  • Hordoffii fi gamaggama raawwii hojii pirojeektootaa taasisuu

  • Gabaasa hojii qopheessuu

  • Ergaa piroojektiin xumurame qabeenyaa bakka hojiitii deebisuu (demobilization)



  1. Walitti Dhufeenya (Interface) Adeemsichaa


Hojii hojjatamu keessatti qaama keessaa fi alaa waliin qunnamtii jiru adda baasuun dhiibbaa fi gumaacha/fedhii isaani hubachuuf gargaara. Haaluma kanaan walitti dhufeenya isaanii fi sababbii walitti dhufaniif haala armaan ibsameeraa.


Lakk

Qaama Walitti Dhufamuun

Sababa Walitti Dhufeenyaa

Bu’aa

1

- Abbaa Taayitaa Daandiwwan Oromiyaa

-Bulchiinsa Magaala adda addaa

-Abbaa qabeenya

-Hojii hojjetamu irratti walii

galtee galuu fi wajjin

hojjachuuf


Daandii Ijaramee ykn ijarsa

biraa


2

Biiroo Qabeenya Bishaan, Albuuda fi Inarjii Oromiyaa

Hojii hojjetamu irratti walii

galtee galuu fi wajjin

hojjachuuf



Hojii Bishaani hojjatamee


3

Waajiraa Qabeenya Bishaan Albuuda fi Inarjii godinalee.

Waajiraa Qabeenya Bishaan Albuuda fi Inarjii aanalee.

Gandaa


Dhagaa fi cirracha

hayyamsisuf



Hayyama dhaaga fi cirracha

filatama argachuu fi oomishaa

gaggeefamee


4

Gorsiitoota

-To’annoo, hordoffii fi

ragaa kaffaltii mirkaneessuu



Hojii qulqullina qabu fi raga

kafalitti mirkanaa’ee



5

Adeemsa Hojii Bulchinsa humna namaa,

-Ragaa human nama

argachuuf fi human nama

guutachuu


Ragaa barbachisa fi human

nama hojiif barbachisu

argachuu


6

Adeemsa Hojii Faayinaansii,

- Qarshii hojiif barbachisuu

Akka ramadamu



Qarshii hojiif ramadame

7

Adeemsa Hojii Bulchiinsa Qabeenya fi

Dhiyeessaa



  • Ragaa adda addaa fudhachuuf

  • Ramaddii ikkuppimentii fi meeshaa biroo

  • Ragaa hojii barbadameef qophii ta’ee

  • Iikkuppimentii fi meeshaa hojiif qophii ta’e

8

Adeemsa hojii tajaajila oodiitii keessaa

Bakka barbachisa ta’etti

tajaajila gorsaa faayinaansii

argachuu


dhimaa faayinansii irratti

murtii sirrii kennuf



9

Adeemsa hojii tajaajila seeraa

Bakka barbachisa ta’etti

tajajila gorsa seera

gaafachuuf


Murtii sirrii kennuf

10

Adeemsa hojii dhimma kominikeeshinii

  • Hojii wajjirichaa ilaalichisee poromooshiini akka gaggefamuu

  • Waa’ee IIDO qaama adda addaa hubachisuf



IIDO beeksisuu






  1. Yüklə 1,18 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   15




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin