Maanuwaalii adeemsa hojii ijoo bulchinsa kontiraataafi hojiiwwan ijaarsaa


Hojimaata Adeemsa Hojii Hojiiwwan Ijaarsaa



Yüklə 1,18 Mb.
səhifə4/15
tarix27.10.2017
ölçüsü1,18 Mb.
#16485
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   15

Hojimaata Adeemsa Hojii Hojiiwwan Ijaarsaa


Qabeenya Ramaduu fi Bakka Hojiin Gahu (Resource Allocation & Mobilization)

Hojii yeroo barbaachiisu kessatti eegaluu akka garagaaruu qabeenya adda baasuu fi ramaduun hojii adeemsa hojii hojiwwann Ijaarsaa keessaa isaa tokko yoo ta’u; hojichis manejimantii pirojeektii, ikupimantii, meeshaalee ijaarsaa, mallaqa fi waan hojiif barbaachiisu hunda haala waliigaltee keessaatti tumameen ramadu dha.

Qabeenyii barbaachiisu akka bakka hojii yeroo barbaadame keessaatti gahu adeemsa hojii humna namaa, faayinaansii, bulchiins aqabeenyaa fi dhiyyeessaa haala dhimmi ilaallatuun itti hirmaaachuu dhaan qindeessee erguu qaba.

Hojiin qabeenya ramaduu fi bakka hojiitiin gahu haala armaan gadiitiin rawwatama.




      1. Maneejimantii Piroojektii Ramaduu

  • Abban adeemsa hojiwwan ijaarsaa miseensa maneejimantii pirooojektii akka ramadaman yaada dhiyyeessa

  • Abbaan adeemsa hojii humna nama xinxaaluudhaan hojjetoota barbaachiisan dhiyyeessaa

  • Maneejimantiin piroojeektii hojii gaggeessaa ol’aanaan erga mirkannaa’ee niramadama.




      1. Sagantaa /karoora Qopheessuu(Master work Programming)

  • Itti gafataam piroojektii hojiii haala waliigaltee irra jiruun xinxaluu

  • Itii gafatamaan piroojeektii qabeenya hojiif barbaachiisuu adda baasuu

  • Itii gafatamaan piroojeektii haala bakka hojii xinxaluu

  • Itii gafatamaan piroojeektii sagantaa hojii qopheessuu




      1. Kaffaltii Duraa Gaafachuu fi Fudhaachu

  • Itii gafatamaan piroojeektii kaffaltii duraa adda baasuun gafachuu

  • Mahaandisnii III sagantaa kaffaltii duraa qopheessuun abbaan adeemsa hojiwwaan ijaarsaa akkaa mirkanneessu taasiisu.

  • Hojii gaggeessaan kaffaltii duraa mallatteessa

  • Adeemsa hojii faayinaansii kaffaltii duraa ni fudhata




      1. Qabeenya Ramaduu (Providing Resource Gaps)

  • Ittii gafatamaa piroojektii qabeenya hojiiif barbaachiisuu nigafata.

  • Qabeenya hojiif barbaachiisuu humna namaa, bulchiinsa qabeenyaa fi dhiyyeessaa,faayinaansiitiin

  • Haluma sagantaatiin itti gafatamaan piroojeektii qabeenya bakka hojiitiin gaha.


Qabeenya Ramaduu fi Geejiibuu

(Resource Allocation & Mobilization)

Maappii Yaa’iinsa Hojii




      1. Ijaarsa Kaampii

  • Ittii gafatamaan piroojektii bakka kaampiin itti ijaaramuu adda baafata

  • Qaama dhiimmi ilaalu gaafachuun heyyamsiisa

  • Haala teessuma ijaarsaa(layout) murteessaa

  • Ijaarsii kaampii eegalama

      1. Daandii Sarvayii Gochuu(Surveying of Road Way)

  • Ittii gafata piroojeektii ykn mahaandiisnii dirree daandii dura sarvayii ta’u adda baasa

  • Hojiin sarvayiingii ni eegalama

      1. Bakka Ciraacha Filatamaa adda baasu

  • Bakka itti argamuu barbaaduu fi adda baasuu

  • Baay’ina oomishamu murteessuu

  • Qorannoo samuuda(sample test) gochu

  • Bakka ciraachi oomishaamu heyyamsiisu

  • Hanga barbaachiisuu oomishu
    1. Hojii Idilee Daandii Gaggeessuu

Hojiin ijaarsa daandii hojii gurguddaa meeshaa ijaarsaa oomishuu, hojii lafaa, hojii cirraacha uwwisu, hojii istiraakcharaa fi hojiiwwaan mallattoo tiraafikaa of keessaa qabata.

Hojiin qabeenyajiruu irratti hundaa’uu dhaan walciinaa ykn walduraa duuba hojjetamuu daanda’a.

Hojiichi haala walii galtee yeroo fi qulqullina barbaachiisuu eeguudhaan rawwachuun murteessaadha

Hojiin ijaarsaa gosuma daaandii garaagarruummaa muraasa haa qabaatu malee haala armaan gadiitiin gaggeeffama.

Gareen ijaarsaa hojiimaaticha hordoofuun hojicha akka harcaa’e hin haafnee ykn akka hin qisaasamne hojjechuu qaba.


    1. Hojiimaata Ijaarsaa Daandii ( Road Construction Procedure)

      1. Hojii lafaa





        1. Lafa haxaawu

        1. Dozeraan Lafa Qotuu fi Gutuu

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Hojii sarvayeeraa hojjechuu

  • Qotuu

  • Gejjibuu (transportation)

  • Bittinneessuu (Placing)

  • Bishaan biifuu fi damadamuu(Showering & Compacting)

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachuu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Biyyoo busuu(Borrow Hauling)

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Fe’uu

  • Gejjiibuu (Transporting)

  • Busuu (Dumping)

  • Qulqullina mirkanneeffachuu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Wantoota hin barbaachifne irraa kaasu(Removal over burden material)

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Dhagaa Qotuu(Rock Excavation)

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Wantoota hin barbaachifne irraa kaasu(Removal over burden material)

  • Dhagaa Qotuu (Excavation of rock)

  • Qulqullina mirkanneeffachuu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Biyyee Guutuu fi Gatuu (Overhaul and Embankment)

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Dhiibuu (Dozing)

  • Biyyuu gutamu bittinneessuu (Embankment placing)

  • Bishaan biifuu fi damadamuu

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachuu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu




        1. Biyyoo Gutamu Bittinneessuu (Embankment Placing)

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Hojii suarveyeera hojeechuu

  • Bishaan biifuu

  • Waliin makuu

  • diriirsuu

  • Bishaan biifuu fi damadamuu

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachuu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Daandii Cirachaa Afuuf Qopheessuu(Road bed preparation – Gravel Roads)

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Hojii suarveyeera hojeechuu

  • ‘Scarifying’

  • Karaa jiruu boca qabsiisu(Shaping of existing road bed)

  • Bishaan biifuu

  • damadamuu

  • ‘Cleaning and reconditioning of ditches and shaping of shoulders’

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachuu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu




        1. Ciraacha filatamaa oomishuu

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Wantoota hin barbaachifne irraa kaasu(Removal over burden material)

  • Ciraacha filatamaa oomishuu

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Biyyoo Filatamaa Oomishuu (Borrow material Production)

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Wantoota hin barbaachifne irraa kaasu(Removal over burden material)

  • Biyyoo filatama oomishuu

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Dhagaa Oomishuu(Quarry Rock production)

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Dhodhosuu (Blasting)

  • Dhagaa dhodho’ee dhibanii baasu(Dozing of Blasting Material)

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Dhagaa Bakka Hojiin gahuu (Quarry Rock Hauling)

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Geejjibuu(Transporting)

  • Busuu(Dumping)

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Dhagaa Daakuu (Rock-Crushing Concrete)

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Dhagaa daakuu (Crushing)

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Dhagaa Caccabsuu (Rock Crushing – Base – Aggregate)

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Dhakaa kiresharatti naquu (Feeding)

  • Dhagaa daakuu (Crushing)

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu




        1. Stock piling (Aggregate Crushed material)’

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Fee’uu

  • Gejjibuu (Transporting)

  • Piling for temporary use

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Ciraaacha Filatamaa Fe’uu (Sub base)

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Gejjibuu (Transporting)

  • Busuu (Dumping)

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Ciraaacha Filatamaa Bittinneessuu (Sub- Base Placing)

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Hojii sarvaayeeraa hojjechu

  • Bitinneessuu

  • Bishaan biifu

  • Waliin maku

  • Wal qixxeessuu(Grading)

  • Damadamuu

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Bu’ura Qotu (Minor and Major Structural Excavation)

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Hojii sarvaayeeraa hojjechu

  • Qutuu

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Ujummoo Oomishuu

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Formorkii qopheeffaachu

  • Konkiiriitii waliin makuu

  • Konkiiriitii naquu (Placing of concrete)

  • Damadamu (vibrating)

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu




        1. Ujimmoo Diiriirsuu (Pipe Installation)

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Hojii sarvaayeeraa hojjechu

  • Bakka ujummoon galuu qopheessoo (Bedding)

  • Diriirsuu(Placing)

  • Deebisanii gutu (Backfill)

  • Damadamuu

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Class “A” Concrete – Minor and Major’

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Konkiriitii bukkeessuu

  • Bakkaan gahu(Placing of concrete)

  • Konkiiriitii damadamu(Vibrating of concrete)

  • Bishaan oobaasu(Curing)

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Hojii siibiilaa (Reinforcement Steel – Minor and Major)

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Hojii sarvaayeeraa hojjechu

  • Siibila dabsuu fi boca qabsiisu(Bending & shaping)

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Gabaasuu

        1. Hojii Gimbii (Class “B” masonry –minor and Major0

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Hojii sarvaayeeraa hojjechu

  • Haala ispeesifikeeshinii irratti hundaa’udhaan ciraaachaa fi siimintoo walitti maku(mortar)

  • ‘Placing of mortar’

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Hojii Formoorkii (Formwork –Minor and Major)

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • ‘Placement of the formwork’

  • ‘Dismantling of the from work and supports’

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Gabaasuu




        1. Class “C” Concrete – Minor and Major’

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Hojii sarvaayeeraa hojjechu

  • Preparing of admixtures (Cement, Sand, Aggregate & water)

  • Waliitti maku (Mixing of concrete)

  • Placing of concrete admixtures

  • Damadamuu (Vibrating)

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Dhagaa Afuu (Loose Riprap Placing)

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • ‘Rip-Rap Placement’

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Paved Water way – Grouted

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • ‘Mixing of mortar’

  • ‘Placing of mortar’

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Detour Construction’

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • ‘Dozing and Shaping’

  • Bishaan biifuu

  • Damadamuu

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

[

        1. Furrow Ditching

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Hojii sarvayeera hojjechuu

  • ‘Excavation of furrow ditches’

  • Qulqullina mirkanneeffachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Damadamuu (Compaction)

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Hojii sarvayeera hojjechuu

  • Bishaan biifuu

  • Damadamuu

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Hand Laid Rock Embankment

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Dhagaa diriirsuu (Placing of rocks)

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Bridge Railing (Concrete)’

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Hojii sarvayeera hojjechuu

  • Formorkii hojjechuu

  • Hojii siibilaa hojjechuu

  • Konkiiriitii ittii guutuu

  • Bishaan obaasuu

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Meeshaalee fe’u

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Fe’uu

  • Geejjibuu (Transporting)

  • Busuu (Dumping)

  • Qulqullina mirkanneeffachuu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Deebisanii Gutuu (Backfilling of structures)

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Hojii sarvayeera hojjechuu

  • Fe’uu

  • Geejjibuu (Transporting)

  • Busuu (Dumping)

  • Hanga barbaachiisuu

  • Bishaan biifuu

  • Damadamuu

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Gabion Boxes

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Hojii sarvayeera hojjechuu

  • ‘Dismantling and removal of the failed part of the structure’

  • Bu’ura qotuu

  • ‘Placing and Filling the gabion box’

  • Qulqullina mirkanneeffachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu




        1. Istiraakichara Moofa Diiguu (Demolishing of old structure)

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Diiguu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Mallattoo Tiraafikaa dhaabu (Road Traffic sign and Markings)

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Hojii sarvayeera hojjechuu

  • Bu’ura qotu

  • Konkiriitii qopheeffachuu

  • Postii dhaabuu

  • Konkiriitii itti guutuu (Casting of concrete)

  • Postii qalama diibuu (Painting of posts)

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Mallattoo Tiraafikaa fi Agarsiiftuu Kiloometiraa

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Hojii sarvayeera hojjechuu

  • Konkiriitii qopheeffachuu

  • ‘Installation of guard rail’

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

        1. Mallattoo Daandii (Road sign)

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Hojii sarvayeera hojjechuu

  • Bu’ura qotu

  • Konkiriitii qopheeffachuu

  • Jabeenyaa fi qulqullina qorachu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu



        1. Contract Management During works Execution

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Hojii dabalataa adda baasuu

  • Yadannoo mormii (claim) dhaaf qabachuu

  • Ragaa kaffaltii hordofuu

  • Correspondences on settlement of disputes

  • Jabeenyaa fi qulqullina mirkanneeffachu

  • Gabaasuu

        1. Laboratory Activities

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Konsaltaantii wajjii samuuda fudhachu

  • Qoranoowwaan barbaachisaan konsaltaantii wajjin hojjechu(conducting sample test with consultant)

  • Laboratoriwwan jiranitti eerguu

  • Akkaataa itti oomishamuu qorachuu

  • ‘ mix design’ hojjechuu

  • Samuuda fudhachuu fi qorachuu (Taking sample & Testing)


­­­­
Maappii Yaa’insa Hojii
A) Hojiiwwaan Ijaarsa Daandii





    1. Yüklə 1,18 Mb.

      Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   15




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin