Maanuwaalii adeemsa hojii ijoo bulchinsa kontiraataafi hojiiwwan ijaarsaa


Hojimaata Hojiwwaan Suphaa Daandii (Road Maintenance Procedure)



Yüklə 1,18 Mb.
səhifə5/15
tarix27.10.2017
ölçüsü1,18 Mb.
#16485
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   15

Hojimaata Hojiwwaan Suphaa Daandii (Road Maintenance Procedure)


Hojiiwwwan gurguddoo suphaa daandii fi walduraa duuba hojii (work procedure)

      1. Biyyee filatamaa oomishuu (Borrow material Production)

  • Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya konkolaata/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuun biyye hin barbaachisne(overburden material) irraa soquun gatuu

  • Biyyee filatamaa oomishuu

  • Qulqullina mirkanneeffachuu

  • Hojii hordofuu fi safaru

  • Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu

  • Wantoota hin barbaachifne irraa kaasu(Removal over burden material)

  • Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu

  • Ikkupimentii kunuunsuu

  • Boba’aa fi zaayita raabsuu

  • Gabaasuu

      1. Dhakaa oomishuu (Quarry Rock production)

  • Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuun biyye hin barbaachisne(overburden material) irraa soquun gatuu

  • Qofforuu(Drilling)

  • Dhodhosuu(Blasting)

  • Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu

  • Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu

  • Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul

  • Qabeenya (equipment )kunuunsuu

  • Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)

  • Gabaasuu

      1. Dhakaa geejjibuu(Quarry Rock Hauling)

  • Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuun

  • Fe’uu

  • Geejjibuu

  • Buusuu(Dumping)

  • Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu

  • Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu

  • Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul

  • Qabeenya (equipment )kunuunsuu

  • Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)

  • Gabaasuu

      1. Cirracha filatamaa Oomishuu (Select material Production)

  • Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya konkolaata/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuun biyye hin barbaachisne(overburden material) irraa soquun gatuu

  • Cirracha filatamaa oomishuu

  • Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu

  • Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu

  • Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul

  • Qabeenya (equipment )kunuunsuu

  • Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)

  • Gabaasuu

      1. Dhakaa gimbii oomishuu (Masonry Stone Production)

  • Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya konkolaata/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuun

  • Dhakaa gimbii oomishuu

  • Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu

  • Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu

  • Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul

  • Qabeenya (equipment )kunuunsuu

  • Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)

  • Gabaasuu




      1. Daandii urate cirrachs filatamaan suphuu(Spot repair Gravel Road Selected Material)

  • Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya konkolaata/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuun iddoo(bal’ina) suphamutti milkita gochuu

  • Keessa isaa haxaawuu

  • Cirracha filatamaa itti naquu

  • Bishaan obaasuu

  • Damaddamuu

  • Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu

  • Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu

  • Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul

  • Qabeenya (equipment )kunuunsuu

  • Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)

  • Gabaasuu Ensuring Quality

      1. Ujumoo qulqullessuu(Culvert Cleaning)

  • Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuun

  • Sababa ujumoon itti cufame adda baasuu

  • Ujumoo qulqulleessuu

  • Ujumoo keessaa kan qotamee bahe gatuu

  • Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu

  • Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu

  • Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul

  • Qabeenya (equipment )kunuunsuu

  • Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)

  • Gabaasuu

      1. Booyii humna namaan qulqulieessuu (Ditch clearing Manual)

  • Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu

  • Booyii qulqullesuu

  • Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu

  • Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu

  • Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul

  • Qabeenya (equipment )kunuunsuu

  • Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)

  • Gabaasuu

      1. Bakka lolaan midhame cirracha filatamaan suphuu (Repair Erosion damage Select Fill)

  • Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu

  • Bakka suphamu adda baasuu

  • Biyyee hin barbaachifnee keessaa baasuu

  • Cirracha filatamaa/dhakaa/ itti naquu

  • Bishaan itti biifuu

  • Damaddamuu

  • Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu

  • Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu

  • Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul

  • Qabeenya (equipment )kunuunsuu

  • Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)

  • Gabaasuu

      1. Bakka lolaan midhame dhakaan suphuu (Repair Erosion damage Rock Fill)

  • Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu

  • Bakka suphamu adda baasuu

  • Biyyee hin barbaachifnee keessaa baasuu

  • Cirracha filatamaa/dhakaa/ itti naquu

  • Bishaan itti biifuu

  • Damaddamuu

  • Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu

  • Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu

  • Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul

  • Qabeenya (equipment )kunuunsuu

  • Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)

  • Gabaasuu

      1. Gimbii Suphuu (Mortar Masonry repair)

  • Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu

  • Gimbii hin jigne kan jige irraa adda baasuu

  • Bu’uura qoforuu

  • Dhakaa gimbii tarresuu

  • Cirrachaa fi simintoo bukeessuun dhakaa tarrefametti guutuu

  • Gimbii sirreesuu(Pointing Mortar)

  • Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu

  • Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu

  • Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul

  • Qabeenya (equipment )kunuunsuu

  • Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)

  • Gabaasuu

      1. Dhakaadhaan Suphuu (Dry Masonry repair)

  • Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu

  • Dhakaa hin jigne kan jige irraa adda baasuu

  • Bu’uura qoforuu

  • Dhakaa gimbii tarresuu

  • Cirrachaa fi simintoo bukeessuun dhakaa tarrefametti guutuu

  • Gimbii sirreesuu(Pointing Mortar)

  • Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu

  • Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu

  • Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul

  • Qabeenya (equipment )kunuunsuu

  • Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)

  • Gabaasuu

      1. Shiboo fi Dhakaadhaan Hidhuu (Gabion Structure)

  • Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu

  • Bakka hin jigne kan jige irraa adda baasuu

  • Bu’uura qoforuu

  • Shiboo bakka qoforame kaa’uun guutuu

  • Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu

  • Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu

  • Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul

  • Qabeenya (equipment )kunuunsuu

  • Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)

  • Gabaasuu

      1. Margaa fi Mukkeen Xixiqaa Daandii Madditti Biqilan Haxawuu (Brush Clearing)

  • Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu

  • Margaa fi mukkeen haxawuu (Cutting vegetation)

  • Margaa fi mukkeen haxawaman gatuu

  • Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu

  • Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu

  • Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul

  • Qabeenya (equipment )kunuunsuu

  • Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)

  • Gabaasuu

      1. Irra Daandii Soquun Sirreessuu (Blade Gravel Road Light)

  • Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya naannoo tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu

  • Irra daandii soquu (Blading)

  • Dhangala’insa bishaanif dhundhula isaa mirkaneesuu (Checking Drain runs)

  • Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu

  • Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu

  • Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul

  • Qabeenya (equipment )kunuunsuu

  • Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)

  • Gabaasuu

      1. Irra Daandii Soquun Sirreessuu (Blade Gravel Road Heavy)

  • Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu

  • Irra daandii soquu (Blading)

  • Cirracha filatamaa irra daandii duraan qoforuun sirresuu (Cutting existing gravel surface)

  • Cirracha irra daandii irraa qoforame bittinsuu

  • Bishaan biifuu

  • Damaddamuu

  • Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu

  • Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu

  • Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul

  • Qabeenya (equipment )kunuunsuu

  • Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)

  • Gabaasuu

      1. Cirracha Filatamaa Uwwisuu (Gravel Provision Selected Material) Suphaa Salphaatiif

  • Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu

  • Cirracha filatamaa fe’uu

  • Geejjibuu

  • Buusuu

  • Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu

  • Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu

  • Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul

  • Qabeenya (equipment )kunuunsuu

  • Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)

  • Gabaasuu




      1. Booyii Maashiniidhaan Qulqulleessuu (Ditch clearing Machine)

  • Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya naannoo tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu

  • Booyii keessaa fi maddii booyii qulqulleessuu (Clearing the ditch, side slope)

  • Dhundhula mirkaneessuu (Checking the slope)

  • Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu

  • Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu

  • Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul

  • Qabeenya (equipment )kunuunsuu

  • Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)

  • Gabaasuu

      1. Ijaarsa konkiritii (Concrete Construction Class 1)

  • Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu

  • Ijaarsa dura jiru jigsuu

  • Bu’uura qoforuun formiwoorkii hojjechuu

  • Cirracha, dhakaa daakamaa fi simintoo walitti makuun bukeessuun bakka qophaa’etti naquu

  • Damaddamuu (Compacting/ Vibrating)

  • Gogisuu (Drying)

  • Bishaan obaasuu (Moistening)

  • Irra konkiritii walqixxeessuu (Smoothing the surface of the concrete)

  • Foormiworkii diiguu (Removal of forms)

  • Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu

  • Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu

  • Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul

  • Qabeenya (equipment )kunuunsuu

  • Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)

  • Gabaasuu

      1. Hojii sibiilaa (Steel Reinforcement)

  • Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu

  • Sibila bakka barbaadamutti geessuun dizaayinii irraa hammaa, gosa fi boca isaa adda baasuu

  • Dirirsuu

  • Muruu

  • Boca barbaadamun hojjechuu (shaping)

  • Bakka barbaadamutti geessuun tarreessuu (Placing )

  • Hidhuu (Fixing)

  • Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu

  • Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu

  • Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul

  • Qabeenya (equipment )kunuunsuu

  • Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)

  • Gabaasuu

      1. Cirracha filatamaa uwwissuu (Gravel Resurfacing Selected Material) suphaa cimaatiif

  • Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu

  • Bakka suphamu adda baasuu

  • Osoo cirracha irratti hin buusin irra daandii soquun walqixeessuu

  • Bishaan biifuu

  • Damaddamuu

  • Cirracha filatamaa buusuu

  • Bishaanin walmakuun diriirsuu

  • Damaddamuu

  • Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu

  • Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu

  • Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul

  • Qabeenya (equipment )kunuunsuu

  • Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)

  • Gabaasuu

      1. Geejjibuu/Geessuu/ (Overhaul)

  • Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu

  • Fe’uu

  • Geejjibuu

  • Buusuu

  • Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu

  • Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu

  • Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul

  • Qabeenya (equipment )kunuunsuu

  • Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)

  • Gabaasuu

      1. Gimbii guutuu (Backfilling of structures)

  • Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu

  • Fe’uu

  • Geejjibuu

  • Buusuu

  • Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu

  • Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu

  • Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul

  • Qabeenya (equipment )kunuunsuu

  • Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)

  • Gabaasuu

      1. Hojii labiraatoorii (Laboratory Activities)

  • Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

  • Konsaltaantii wajjii samuuda fudhachu

  • Qoranoowwaan barbaachisaan konsaltaantii wajjin hojjechu(conducting sample test with consultant)

  • Laboratoriwwan jiranitti eerguu

  • Akkaataa itti oomishamuu qorachuu

  • ‘ mix design’ hojjechuu

  • Samuuda fudhachuu fi qorachuu (Taking sample & Testing)


B. Hojii Suphaa Daandii



    1. Yüklə 1,18 Mb.

      Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   15




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin