Maanuwaalii adeemsa hojii ijoo bulchinsa kontiraataafi hojiiwwan ijaarsaa


Hojimaata Hojii Dabarsanii Kennuu (Work Delivery)



Yüklə 1,18 Mb.
səhifə6/15
tarix27.10.2017
ölçüsü1,18 Mb.
#16485
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   15

Hojimaata Hojii Dabarsanii Kennuu (Work Delivery)

Hojiiwwan haala waliigalteetin hojjetamani xumuraman abbaa hojiitiif dabarsanii kennu dha.

Hojiiwwan armaan gadii hojii ijaarsaa fi suphaa daandii karaa sirrii hojiin abbaa hojiitiif darbee

itti kennamuu dha.



      1. Bakka Cirracha (Biyyoo) Filatamaa Qoforame Deebisanii Misoomsuu

  • Bakka misoomuu adda baasuu

  • Karoora ittin misoomsamu baafachuu

  • Hojii misoomsuu hojjechuu

  • Hojii mirkanneessississu Approval of the works

      1. Walharkaa Fudhinsa (Works Handover)

  • Hojii dhume adda baafachuu (Identification of completed works)

  • Hojiwwan xumuraman akka walharkaa fudhiinsa taasifamu gaffii dhiyessuu (Request for delivery of completed works )

  • Hojii xumuramee abba hojii wajjin mirkanneessuu (Joint inspection of the completed works)

  • Sirrefamni fi komin yoo jiraate fudhachu (Receiving corrections/ comments from client/ supervisor)

  • Sirrfamni yoo jiraatee sirreessuu(Carrying out correction works; if any)

  • Walharkaa fudhiinsaa dura gaaffii dhiyeessuu (Requesting provisional handing over)

  • Walharkaa fudhiinsa dura taasiisuu (Provisional hand over signing)

  • Hanga yeroon wabumaan dhumutti eeguu ‘Waiting for defects liability period’

  • Sirreefama yeroo dhumaa taasiisuu (Conducting final correction works)

  • Walharkaa fudhiinsaa xumuraaf gaaffii dhiyeessuu (Joint inspection )

  • Walharkaa fudhiinsa xumuraa taasiisuu (Signing of Final acceptance )



      1. Ragaa Kaffaltii Qopheessuu fi Mirkaneessisuu (Completed Works Statement Preparation)

  • Hojiiwwan mirkanneeffaman adda baasuu (Identify approved works)

  • Hojiiwaan mirkanna’aan hanga isaa kaa’u (Quantify the approved works)

  • Baay’ina hojiiwaan mirkanna’aan tilmaamu( Estimate the amount of approved works)

  • Raga kaffaltii qopheessuu

  • Mirkanneessisssu (Request for approval)

  • Kan mirkanna’e sassabuu ( Collect the approved statement)

      1. Qabeenya Deebisuu (Demobilization of Resources)

  • Qabeenya deebi’an adda baasu (Identification of resources to be Deployment)

  • Qabeenya deebi’an qophii taasiisuu (Make ready the resources to be demobilized)

  • Mala ittin gejjibaman addan baasanii ka’u (Make ready the means of transportation)

  • Hojjettootaa fi ikupmentiif daandii irratti haalli mijaa’aan jiraachuu mirkaneeffachuu

  • Qabeenya deebisuu (Demobilize resources)

      1. Itti Quufinsa Maamilaa (Customer Satisfaction)

  • Maamila fi Dhimmamtoota kallatii adda baasuu (Identification of target Customer/ Stakeholders)

  • Waan gaaffin irratti qophaa’u adda baafachuu (Identification area of questionnaires)

  • Gaaffii qopheessuu (Preparing questionnaires)

  • Gaaffii tamsaasuu( Distributing questionnaires)

  • Gaaffiif ibsa kennu (Briefing on questionnaires)

  • Dubdeebbii maamila sassabuu (Collecting customers/ stakeholders feed back)



C.Maappii Yaa’insa Hojii Dabarsanii Kennuu (Process Flow Chart for Work Delivery)



  1. ‘Istaandard’ Hojii (Place and standard performance)

    1. Bulchinsa Kontiraataa fi hojiiwwan Ijaarsaa





Yaa’insa hojii

Qaama raawwatu



Yoom akka raawwatu

Sadarkaa raawwii

Baasii

Qulqullina (100%)

Yero (sa’aatiin)

Sadarkaa/step/

1.Karoora qopheessuuf



















1.1.Ragaa funaanu

A/H Bulchinsa kontiraata

Jalqaba bara baajetaa




95% -100%

16:00

3

1.2.Ragaa qindeessuu

‘’

‘’




95-100%

6:00

3

1.3 Karoora hojii qopheessuu

‘’

‘’




95-100%

8:00

3

2.Dorgomuuf



















2.1 Dokumantii caalbasii

Bituu




Qayyabanna gabaa

booda














2.2 Ragaa haala gabaa funaanuu fi qindeessuu



caalii beraasiin dura




95-100%

12:00

3

2.3.Bakka hojii qorachuu/site visit/ fi diizaayinii xinxaluu dhaan ragaa qindeessuu



Ergaa caalii baasii

bahee





95% -100%

32:00

4

2.4.Hojii diizaayiniifi kan lafa irra jiru xinxalu








100%

2:00

2

2.5.Hojii addaa addatiif qabeenya adda baafachu








100%

6:00

2

2.6.Gatii gabaa ammaa qorachu








100%

3:00




2.7.Gatii (price index) murteessuu








100%

0:40

2

2.8.Baasii fi bu’aa murteessuu









100%

0:15




2.9.Gatii guutuudhaan dokimeentii qopheessuu



Ergaa caalii baasiin bahee booda




100%

16:00

2

2.10.Dookumentii caalbaasii dorgommii dhaaf galchuu








-

4:00




2.11.Waliigaltee taasisuu

H/G Ol’aanaa fi Bulchinsa

Kontraata



Xalayaan injifannoo erga gahee booda




100%

2:00

3

2.12.Wal harkaa fudhiinsa bakka hojii taasiisuu

A/H Bulchinsa Kontraata fi Itti Gafatamaa Pirojektii

Erga waligalteen mallataa’ee booda




95% -100%

16:00

3



3.Manajimeentiin Jalqaba piroojektitif haala mijeesssu



















3.1.Garee manejimentii piroojeektii ramaduu

A/H Ijaarsaa Daandii

Eerga wal harkafudhinsa bakka hojii rawwatee booda




100%

8:00

3

3.2.Hojjettoota barbaachisan ramadu (other staff member)








100%

6:00

3

3.3.Sagantaa hojii piroojeektii qopheessuu (work programme)

Piroojektii

Hojii eegalun dura




90% -100%

21

3

3.4.Qabeenya fi keessa galtoota adda baafachuu fi ajajuu

Piroojektii, Adeemsa Hojii Bulchiinsa qabeenya fi Dhiyeessaa

Jalqaba hojii piroojeektii




100%

8:00

3

4.Ijaarsa kaampii



















4.1.Bakka kaampiin ijaramu filaachuu

Piroojektii

Qabeenyi bakka hojii gahu isaan dura




100%

4:00

3

4.2.Bakka kaampiif hojii sarvayeera hojjechu



Bakki kaampii erga filatame booda




100%

9:00

3

4.3.Hojii ijaarsaa kaampii gaggessuu

Piroojektii

Jalqaba hojii piroojektii




100%

240:00-360:00

3

5.Ijaarsa daandii fi istiraakcherii



















5.1.Hojii haxaawwii lafaa- hektara 1, Doozara(250-305 FWHP) -1, meeshaa harkaa, Foormanii ijaarsaa -1 ,

H/humnaa-2






Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

Mahandisaa fi formaanii

Eerga karoorri rawwatee booda




95% -100%

00:05

2

Hojii sarveeyaraa hojjachuu

Sarvayeera

Eerga bakki hojii beekame booda







02:00

3

Hojii haxaawwii lafaa raawwachuu


Oppireetara

Eerga hojiin sarvayeera dhume booda




95% - 100%

08:13

3

Safaruu, galmeessuu fi gabaasa gochuu

Formaanii ijaarsaa

Eerga hojiin rawwate booda




100%

01:00

2

5.2.Biyyoo qotuu fi guutuu (Comman excavation and embankment) 800 m3, Doozara(250-305 FWHP)-1, Gireedara(120-140FWHP)-1, Roolara (12-16 ton)-1, Bottee Bishanii(12000-14000Lit)-1, Foormaanii ijaarsaa-1, Gargaaraa oppireetaraa-3


Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

Mahandisaa fi formaanii

Eerga karoorri rawwatee booda




100%

00:05

2

Hojii sarveeyaraa hojjachuu

Sarvayeera

Eerga bakki hojii beekame booda




100%

03:00

3

Qotuu (excavation)

Oppireetara

Eerga hojiin sarvayeera dhume booda




95% - 100%

09:45

2

Bishaan biifuu fi damadamuu

Konkolaachisaa Bottee bishaanii fi Opp.Rolaraa

Erga qotame roga qabatee




100%

01:30




Safaruu, galmeessuu fi gabaasa gochuu

Mahandisaa fi formaanii

Erga hojiin dhume booda




100%

02:30

2

5.3.Biyyoo filatamaa Fe’uu (Borrow hauling) 168m3,Average hauling= 2km, Loodara(3m3) -1, Konkolaataa garaglchaa (14m3)-4, Foormaanii-2,

.Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

Mahandisaa fi formaanii

Eerga karoorri rawwatee booda




100%

00:05

2

Biyyee fiduu

K/konkolaata garagalchaa







95-100

01:15

3

Gabaasa dhiyeessuu

Formaanii

Eerga hojiin rawwate booda




100%

00:15

2

5.4.Bittineessuu : 800m3 : Gireedara(120-140FWHP)-1, Roolara (12-16 tone)-1, Bottee Bishanii(12000-14000Lit)-1, Foormaanii ijaarsaa-1, Gargaaraa oppireetaraa-2


Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

Mahandisaa fi formaanii

Eerga karoorri rawwatee booda




100%

00:05

2

Hojii sarveeyaraa hojjachuu

Sarvayeera

Eerga bakki hojii beekame booda




100%

01:00

3

Bishaan biifuu

Konkolaachisaa Bottee bishaanii

Eerga hojiin sarvayeera dhume




95% -100%

02:00

2

Bishaani fi biyyee Waliin makuun bitineessuu



Erga qotame booda




100%

04:15

2

Bishaan biifuu fi damaddamuu



Erga hojiin dhume booda




95% -100%

01:15

2

Jabeenya qorachuuf (Test)

Materiyaalistii

Erga hojin dhume booda




100%

01:00

3

Safaruu, galmeessuu fi gabaasa gochuu

Mahandisaa fi formaanii

Erga hojin dhume booda




100%

01:00

2

5.5.Hojii cirracha uwwisuuf qoheessuu meetira 500m (Road bed preparation for gravel road) Gireedara(120-150FWHP)-1, Roolara (8-10 tone)-1, Bottee Bishanii(12000-14000Lit)-1, Doozara (140-200FWHP)-1, Foormaanii-1, Hojjataa humnaa -3

Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

Mahandisaa fi formaanii

Eerga karoorri rawwatee booda




100%

00:05







Hojii sarveeyaraa hojjachuu

Sarvayeera

Eerga bakki hojii beekame booda




100%

02:30

3




“ Road bed preparation”

Oppireetara

Eerga hojiin sarvayeera dhume booda




95%-100%

08:00

2




Bishaan biifuu

Konkolaachisaa Bottee

Erga hojjatame booda




95-100%

01:30

2




Damaddamuu



Erga hojiin dhume booda




95%-100%

02:30

2




Jabeenya qorachuuf (Test)

Materiyaalistii

Erga hojin dhume booda




100%

01:00

3




Safaruu, galmeessuu fi gabaasa gochuu

Formanii

Erga hojin dhume booda




100%

02:00

2




5.6.Cirracha filatamaa omishuu 800m3: Doozara (250-305FWHP)-1

Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

Mahaandisaa fi formaanii

Eerga karoorfame booda




100%

00:05

2


Omishuu

Oppiretara

Erga bakki hojii barame




95% -100%

08:53

3

Safaruu, galmeessuu fi gabaasa gochuu

Formaanii

Erga hojjetame booda




100%

00:15

2



5.7.Bu’uura qooffaruu ( Minor structural excavation) 40m3: Exikavaatara(250-300CL), meeshaalee harkaa, Foormaanii gimbeessaa-1, hojjataa guyyaa-8,

Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

Mahandiisaa fi foormaanii

Eerga karoorfame booda




100%

0:05

2

Hojii sarveeyaraa hojjachuu

Sarvayeera

Eerga bakki hojii beekame booda




100%

1:00

3

Qooffaruu (excavation)

Oppiretara

Eerga hojiin sarvayeera dhume booda




95% - 100%

4:00

2

Safaruu, galmeessuu fi gabaasa gochuu

Formaanii

Erga hojin dhume booda




100%

0:15

2

5.8.Ujummoo hidhuu (Pipe installation)Loodara (2.0-2.5m3)-1, ujummo 8, =42” formaanii ijaarsaa-1 ginbeessaa -4, H/guyyaa-16, opiretara lodaraa-1, gargaaraa-1, sarvayeera-1

Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu

Mahaandisaa fi formaanii







95% - 100%

0:05

2

Hojii sarveeyaraa hojjachuu

Sarvayeera

Eerga bakki hojii beekame booda




100%

0:55

3

Bedding and placing

Oppiretara

Eerga hojiin sarvayeera dhume booda




95 % -100%

2:25

2

Deebisanii guutuu(backfill)



Erga hojjatame booda




95% – 100%

3:10

3

Damaddamuu



Erga hojiin dhume booda







0:55

2

Jabeenya isaa mirkaneeffachuu (ensuring quality)’


Materiyaaliistii

Erga hojin dhume booda




100%

0:50

3

Safaruu, galmeessuu fi gabaasa gochuu

Formaanii

Erga hojiin dhume booda




100%

0:48

2

5.9.‘Class ‘A’ concrete-16m3, Garee:-lodara -1(2.5-3m3),Konkolaaataa garagalchaa-1,bishaan boottee(12000-14000), Mikserii(Concrete Mixer)-2, ‘Concrete Vibrator-1’, Meeshaalee harkaa(wheel barrows, wire pliers, crowbars etc.,) Formaanii istiraakcherii-1, Hojjetaa humnaa-80, Op. Mikseerii-1,Gimbeessaa-2, Anaaxii-2,Konkolaachisaa garagalchaa-1.opiretara lodara-1, Gargaaraa-1

Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu













0:05




Hojii konkiiritii

Formaanii

Eergaa qabeenyii bbakka hojii gahee booda







3:25

3

Safaruu, galmeessuu fi gabaasa gochuu

Formaanii

Erga hojiin dhume booda




100%

0:48

2

6.Hojii hojjatame safaruun ragaa kaffaltii qopheessuu fi mirkanessisuu

H/G Piroojektii

Erga xumurame booda



100%


18:00

3

7.Hordoffii fi gamaggama raawwii hojii pirojeektootaa yeroo yeroo dhaan taasisuu



Yeroo hojii piroojektii




95% -100%




3

8.Gabaasa raawwii hojii qophessuu



Erga xumurame booda




100%

4:30

3

9.Ergaa piroojektiin xumurame qabeenyaa bakka hojiitii deebisuu (demobilization)

A/H/D/ dulchinsa qabeeyaa fi dhiyeessaa

Erga piroojektiin xumurame booda




100%

40:00

3

10.Xalayaa akka wal harkaa fudhiinsii taasifamu barreessu

Ijaarsa Daandii

Erga piroojektiin xumurame booda




100%

00:30

2

11.Abba hojii wajjin hojii hojjetame walharkaa fudhinsa duraa fi xumuraa taasiisuu

Ijaarsaa fi bulchinsa koontiraataa






100%

16:00

2




    1. Yüklə 1,18 Mb.

      Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   15




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin