Maanuwaalii adeemsa hojii ijoo bulchinsa kontiraataafi hojiiwwan ijaarsaa



Yüklə 1,18 Mb.
səhifə7/15
tarix27.10.2017
ölçüsü1,18 Mb.
#16485
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   ...   15

Istanderdii Suphaa Daandii



Yaa’insa Hojii

QQQQu

Qaama raawwatu

Yoom akka raawwatu

Sadarkaa Raawwii

Baasii/cost/ Qr’n

Qulqullina (100%)

Yero (sa’aatiin)

Sadarkaa/step/

1.Biyyee filatamaa oomishuu v=600m3, Garee:Doozara -1, Konkolaataa xiqqaa -1, Hojjataa Mana kusa dirre-1,Formaanii-

1.1 Qabeenya adda baasuu ,ramaduu fi bobaasuu

Mahaandisa,formaanii

Eega karoorri qophaa’ee booda




-------

00:05

2

1.2 Biyye gubbaa irraa qotanii gatuu

Op.dozaraa

Eega 1.1 raawwate booda




95-100%

1:00

2

1.3 Qulqullina biyyee mirkanneessuu

Maateriyaalistii

Osoo biyyeen omishamuu hin jalqabiin




95-100%

7:30

3

1.4 Biyyee filatamaa oomishuu

Op.dozaraa

Eega

1.2 raawwate booda






95-100%

96:00

2

1.5 Hordoffii suphaa ikuupimentii/ guyyaa guyyaan/ Daily equipment follow up/

Makaanika

Eega hojiin dhumee




95-100%

95-100%


00:40

2

1.8 Boba’aa fi dibata dirree irratti kennuu/guutuu/

Raabsaa boba’aa dirree

Eega hojiin dhume




-------

00:20

2

1.9 Hojii hojjetaman galmeessuu fi gabaasuu

Mahaandisa ,foormanii

Eega hojiin dhume




100%

00:15

2

2.Cirracha filatamaa omishuu ( Select material Production), 525m3 Gare:Doozara – 1konkolaataa xiqaa-1, foormaanii 1, Opireetara-1, raabsaa boba’aa dirree

2.1 Qabeenya adda baasuu ,ramaduu fi bobaasuu

Mahaandisa,formaanii

Eega karoorri qophaa’ee booda




95-100%

00:05

2

2.2 Biyye gubbaa irraa qotanii gatuu

Op.doozara

Eega 2.1 raawwate booda




95-100%

1:00

2

2.3 Qulqullina cirrachaa mirkaneessuu

Maateriyaalistii

Osoo qotuu hin jalqabin




100%

2:20

3

2.4 Cirracha filatamaa omishuu

Op.doozara

Eega 2.3 raawwate booda




-

7:30

2

1.7 Hordoffii suphaa ikuupimentii guyyaa guyyaan/ Daily equipment follow up/

Makaanika

Eega hojiin dhumee







00:40

2

1.8 Boba’aa fi dibata dirree irratti kennuu/guutuu/

Raabsaa boba’aa dirree

Eega hojiin dhume







00:20

2

1.9 Hojii hojjetaman galmeessuu fi gabaasuu

Mahaandisa ,foormanii

Eega hojiin dhume




100%

00:15

2

3. Daandii bobola’e(urate) suphuu (Spot repair Gravel Road Selected Material) 60m3 Gare:Tiraakaraa fi Tireelara – 1, Meeshaa harkaa, Foormaanii hojjataa humnaa – 1 , hojjataa guyyaa - 15

3.1 Qabeenya adda baasuu ,ramaduu fi bobaasuu

Mahaandisa,formaanii

Eega karoorri qophaa’ee booda




100%

00:05

2

3.2 Bakka suphamuu adda baasuu km tokko keessatti(identifying spot per km)



Osoo hojiin hin jalqabamin




95-100%

00:20

2

3.3 Cirracha filatamaa buusuun bittinsuu

Op.giredaraa

Eega 3.2 raawwate booda




95-100%

3:00

2



3.4 Bishaan itti biifuun damaddamuu

Op.bootee fi Rolaraa

Eega 3.3 raawwate booda




95-100%

4:30

2

3.5 Hojii hojjetaman galmeessuu fi gabaasuu

Mahaandisa,formaanii

Eega 3.4 raawwate booda




100%

00:15

2

4. Ujumoo quliqulleessuu/Culvert Cleaning/ (22.5m3, Garee:- meeshaa harkaa(wheel barrows, Buckets, shovels ,long – reach hoes) Mallattoo of eegannoo tiraafikaa(2 lakkoofsaan), Foormaanii humnaa– 1, Hojjetoota guyyaa – 15)



4.1 Qabeenya adda baasuu ,ramaduu fi bobaasuu

Mahaandisa,formaanii

Eega karoorri qophaa’ee booda




100%

00:05

2

4.2 Sababa ujomoon duudeef adda baasuu



Osoo hojiin hin eegalamin




95-100%

00:15

2

4.3 Ujomoo qulqulleessuu fi haxaahanii kaasuu

Hojjetaa guyyaa

Eega 4.2 hojjetame booda




95-100%

7:30

2

4.4 Hojii hojjetaman galmeessuu fi gabaasuu

Mahaandisa,formaanii

Eega 4.2 hojjetame booda




100%

00:15

2

5.Booyii humna namaan qulquleessuu (Ditch clearing (Manual)( 81m3 Garee :- Mallattoo of eegannoo tiraafikaa(2 lakkoofsaan),Meeshaalee harkaa( Wheel barrows,

Shovels ), Foormaanii humnaa – 1, Hojjetaa humnaa – 9)



5.1 Qabeenya adda baasuu ,ramaduu fi bobaasuu

Mahaandisa,formaanii

Eega karoorri qophaa’ee booda




100%

00:05

2

5.2 Booyii qulqulleesuu

Hojjetaa guyyaa

Eega 5.1 hojjetame booda




95-100%

7:30

2

5.3 Hojii hojjetaman galmeessuu fi gabaasuu

Mahaandisa,formaanii

Eega 5.2 hojjetame booda




100%

00:15

2

6.Lolaan kan midhame suphuu (Repair Erosion damage: Select Fill,) 24m3,Garee: Konkolaataa garagalchaa- sa’a 2, Mallattoo of eegannoo tiraafikaa(2 lakkoofsaan), Meeshaalee harkaa(Wheel Barrows



, shovel , Hand tampers, Watering cans), konkolaachisaa garagalchaa-1, Formaanii humnaa–1, Hojjetaa humnaa–10)

6.1 Qabeenya adda baasuu ,ramaduu fi bobaasuu

Mahaandisa,formaanii

Eega karoorri qophaa’ee booda




100%

00:05

2

6.2 Bakka suphamuu adda baasuu



Osoo hojiin hin jalqabin




95-100%

00:15

-

6.3 Biyyee hin barbaachisne kaasuu/removing soft material/

Hojjetaa guyyaa

Eega 6.2 raawwate booda




95-100%

1:00

2

6.4 Cirracha filatamaa itti guutuu



Eega 6.3 raawwate booda




95-100%

4:30

2

6.5 Bishaan itti biifuun damaddamuu



Eega 6.4 raawwate booda




95-100%

2:00

2

6.8 Hojii hojjetaman galmeessuu to’achuu fi gabaasuu

Mahaandisa,formaanii

Eega hojjin dhumee




100%

00:15

2

7.Lolaa dhakadhaan ittisuu(Repair Erosion damage: Rock Fill)( 24m3,Garee: Konkolaataa garagalchaa- sa’a 2, Mallattoo of eegannoo tiraafikaa(2 lakkoofsaan), Meeshaalee harkaa(Wheel Barrows, shovel , Hand tampers, Watering cans), konkolaachisaa garagalchaa-1, Formaanii humnaa– 1, Hojjetaa humnaa–12)

7.1 Qabeenya adda baasuu ,ramaduu fi bobaasuu

Mahaandisa,formaanii

Eega karoorri qophaa’ee booda




100%

00:05

2

7.2 Bakka suphamuu adda baasuu



Osoo hojiin hin jalqabin




95-100%

00:15




7.3 Biyyee hin barbaachisne kaasuu/removing soft material/

Hojjetaa guyyaa

Eega 7.2 raawwate booda




95-100%

1:00

2

7.4 Dhakaa itti guutuu



Eega 7.3 raawwate booda




95-100%

4:30

2

7.5 Bishaan itti biifuun damaddamuu



Eega 7.4 raawwate booda




95-100%

2:00

2



7.6 Hojii hojjetaman galmeessuu ,to’achuu fi gabaasuu

Mahaandisa,formaanii

Eega hojiin dhumee




100%

00:15

2

8.Mortar Masonry repair(8.0m3,Garee:- Konkolaataa garagalchaa- sa’atii lamaaf , Mallattoo of eegannoo tiraafikaa(2 lakkoofsaan), Meeshaalee harkaa(Wheel Barrows, Watering cans), konkolaachisaa garagalchaa-1, Formaanii ijaarsaa II– 1, Hojjetaa humnaa–8,Gimbeessaa-4)

8.1 Qabeenya adda baasuu ,ramaduu fi bobaasuu

Mahaandisa,formaanii

Eega karoorri qophaa’ee booda




100%

00:05

2

8.2 Bakka suphamuu adda baasuu



Osoo hojiin hin jalqabin




95-100%

00:20




8.3 Istiraakcherii jige isa kaani irraa adda baasuu(dismantling and removing failed structure)

Hojjeta guyyaa

Eega 8.2 raawwate booda




95-100%

1:10

2

8.4 Bakka Gimbiin ijaaramu qoforuu(excavating stretch foundation)



Eega 8.3 raawwate bood




95-100%

1:10

2

8.5 Bakka gimbiin ijaaramu qopheesuu



Eega 8.4 raawwate bood




95-100%

00:30

2



8.6 Gimbii ijaaruu



Eega 8.4 raawwate bood




95-100

2:00

2

8.7 Hojii hojjetaman galmeessuu to’achuu fi gabaasuu

Mahaandisa,formaanii

Eega hojiin dhumee




100%

00:15

2

9 .Dhakaadhaan suphuu(Dry Masonry repair)(12m3, Garee:- Konkolaataa garagalchaa–sa’aatii lamaaf, Meeshaalee harkaa , Formaanii humnaa– 1,

Hojjetaa guyyaa– 4, Konkolaachisaa garagalchuu- 1, Gimbeessaa– 2)



9.1 Qabeenya adda baasuu ,ramaduu fi bobaasuu

Mahaandisa,formaanii

Eega karoorri qophaa’ee booda




100%

00:05

2

9.2 Bakka suphamuu adda baasuu



Osoo hojjin hin jalqabin




95-100

00:20

2

9.3 Istiraakcherii jige isa kaani irraa adda baasuu(dismantling and removing failed structure)

Hojjetaa guyyaa

Eega 9.2 raawwate bood




95-100%

1:00

2

9.4 Bakka dhakaan ijaaramu qoforuu(excavating stretch foundation)



Eega 9.3 raawwate bood




95-100%

1:30

2

9.5 Bakka dhakaan ijaaramu qopheesuu



Eega 9.4 raawwate bood




95-100%

00:20

2

9.6 Ijaarsa gaggeessuu



Eega 9.5 raawwate bood




95-100%

5:20

4

9.7 Hojii hojjetaman galmeessuu to’achuu fi gabaasuu

Mahaandisa,formaanii

Eega hojiin dhumee




100%

00:15

2

10.Dhakaa shibootti guutuun suphuu(Gabion structure) (6m3,Garee:-Konkolaataa garagalchaa –sa’aatii lamaaf, Meeshaalee harkaa( wheel barrows,wire pliers, crow – bars etc, ) Mallattoo of eegannoo tiraafikaa(2 lakkoofsaan) ) Formaanii humnaa – 1, Hojjetaa guyyaa – 2, Konkolaachisa garagalchaa- 1, Gimbeessaa – 1)

10.1 Qabeenya adda baasuu ,ramaduu fi bobaasuu

Mahaandisa,formaanii

Eega karoorri qophaa’ee booda




100%

00:05

2

10.2 Bakka suphamuu adda baasuu



Osoo hojjin hin jalqabin




95-100%

00:20

2

10.3 Istiraakcherii jige isa kaani irraa adda baasuu(dismantling and removing failed structure)

Hojjetaa guyyaa

Eega 10.2 raawwate bood




95-100%

1:00

2

10.4 Bakka Gaabiyonin ijaaramu qoforuu(excavating stretch foundation)



Eega 10.2 raawwate bood




95-100%

1:30

2

10.5 Shiboo bakka qoforame kaa’un dhakaa guutuu



Eega 10.2 raawwate bood




95-100%

2.10

2

10.6 Hojii hojjetaman galmeessuu to’achuu fi gabaasuu

Mahaandisa,formaanii

Eega hojiin dhumee




100%

00:15

3

11.Bush clearing(1350m2 Garee :- Mallattoo of eegannoo tiraafikaa(2 lakkoofsaan) ,Meeshaalee harkaa( Slasher,



And axe rakes ,Hojjetaa humnaa– 1, Hojjetaa– 25)

11.1 Qabeenya adda baasuu ,ramaduu fi bobaasuu

Mahaandisa,formaanii

Eega karoorri qophaa’ee booda




100%

00:05

3

11.2 Biqiltuu daandii madditti biqilan muruu

Hojjetaa guyyaa

Osoo hojjiin daandii biro dura




95-100%

5:00

2

11.3 Biqiltuu muraman daandii irraa gatuu/gathering &removing/



Eega 11.2 raawwate bood




95-100%

2:30

2

11.4 Hojii hojjetaman galmeessuu to’achuu fi gabaasuu

Mahaandisa,formaanii

Eega hojiin dhumee




100%

00:15

2

  1. Irrra Daandii soquu/Blade Gravel Road (Light)( 3.75km, Garee: - Giredara -1, Mallattoo of eegannoo tiraafikaa(2 lakkoofsaan) , Opiretara giredara– 1, Formaanii humnaa –1, Hojjetaa guyyaa – 2)




12.1 Qabeenya adda baasuu ,ramaduu fi bobaasu

Mahaandisa,formaanii

Eega karoorri qophaa’ee booda




100%

00:05

2

12.2 Daandii soquu/Blading/

Op. Gireedaraa

Eega 12.1 raawwate booda




95-100%

7:30

2

12.3 Yaa’umsa bishaanii mirkaneessuu/Checking Drain runs/

Foormaanii

Eega 12.2 raawwate booda




95-100%

00:20

2

12.4 Hojii hojjetaman galmeessuu to’achuu fi gabaasuu

Mahaandisa,formaanii

Eega hojiin dhumee




100%

00:15

2

12.5 Suphaa ittisa/servicing equipment/

Makaanika

Eega hojiin dhumee




95-100%

00:40

2

12.6 Boba’aa fi dibata kennu/guutuu/

Raabsaa boba’aa dirree

Eega hojiin dhume




95-100%

00:20

2

13.Cirracha filatamaa suhaa daandii salphaa uwwisuu(Gravel Provision –Selected Material)(700m3, Garee:-Loodara – 1,Konkolaata garagalcha-2,Gireedara-2, Konkolaachisaa garagalchaa-2 ,14m3, Opiretara giredara-1,Opiretara loodara-1 Foormaanii ijaarsaa-II-1,Hojjetaa guyyaa-4, , Fageenya giddugaleessa (average hualing distance=6km)

13.1 Qabeenya adda baasuu ,ramaduu fi bobaasuu

Mahaandisa fi formaanii

Eega karoorri qophaa’ee booda




100%

00:05

2

13.2 Cirracha filatamaa fe’uu

Opiretara loodaraa

Eega qotamee booda




95-100%

5:00

2

13.3 Yeroo geejjibaa kan dhaabbatee fe’u waliin(yeroo fe’ee jiruu)

Konkolaachisaa

Eega 13.2 raawwate booda




95-100%

5:00

2

13.4 Cirracha garagalchuu



Eega 13.2 raawwate booda




95-100%

00:50

2

13.5 Cirracha bittinsuu

Opiretara giredara

Eega 13.2 raawwate booda




95-100%

6:15

2

13.6 Hojii hojjetaman galmeessuui to’achuu fi gabaasuu

Mahaandisa fi formaanii

Eega hojjin dhumee




100%

00:15

2

13.7 Suphaa ittisa/servicing equipment/

Makaanika

Eega hojiin dhume




95-100%

00:40

2

13.8 Boba’aa fi dibata kennu/guutuu/

Raabsaa boba’aa dirree

Eega hojiin dhume




95-100%

00:20

2

14.Booyii maashiniin haxaawuu(Ditch clearing Machine)( 2.km, Garee :-Gireedara– 1, Meeshaalee harkaa( shovels & wheelbarrows)

Mallattoo of eegannoo tiraafikaa(2 lakkoofsaan) , Formaanii homnaa-1, Hojjetaa guyyaa- 4, Opiretara giredaraa-1)



14.1 Qabeenya adda baasuu ,ramaduu fi bobaasuu

Mahaandisa fi formaanii

Karoora qophaa’e booda




100%

00:05

3

14.2 Keessaa fi maddii booyii qulqulleessuu

Opiretara gireedaraa

14.1 raawwatee booda




95-100%

7:30

2

14.3 Dhundhulli daandii sirrii ta’uu mirkanessuu/Checking slop/

Foormaanii

14.2 raawwatee booda




95-100%

00:20

2

14.4 Hojii hojjetaman galmeessuu, to’achuu fi gabaasuu

Foormaanii

14.3 raawwatee booda




100%

00:15

2

14.5 Suphaa ittisa/servicing equipment/

Makaanikaa

Eega hojiin dhume




95-100%

00:40

2

14.6 Boba’aa fi dibata kennu/guutuu/

Raabsaa boba’aa dirree

Eega hojiin dhume




95-100%

00:20

2

16.Concrete Construction (Class-A)( 8m3, Garee:-Konkolaaataa garagalchaa-1, Mikserii(Concrete Mixer)-1, ‘Concrete Vibrator-1’, Meeshaalee harkaa(wheel barrows, wire pliers, crowbars etc.,) Mallattoo of eegannoo tiraafikaa(2 lakkoofsaan) , Formaanii istiraakcherii-1, Hojjetaa humnaa-8, Op. Mikseerii-1,Gimbeessaa-1, Anaaxii-2,Konkolaachisaa garagalchaa-1)

16.1 Qabeenya adda baasuu,bobaasuu fi ramaduu

Mahaandisa, formaanii

Karoorri yeroo qophaa’u




100%

00:05

2

16.3 Istiraakcherii duraan jiru kaasuu

Foormaanii

Jalqaba yeroo hojii




95-100%

2:30

2

16.4 Bakka konkiriitiin itti bu’uu qopheessuu/Formworks/



16.3 raawwate booda




95-100%

00:30

2

16.5 Konkiriitii bukeessuu fi bakka barbaachisutti geessuu fi to’aachuu

Foormaanii,mahaandisa,itti gaafatamaa piroojektii

16.4 raawwate booda




95-100%

4:30

2

16.6 Konkiriitii damaddamuu/compacting&vibrating/

Mahaandisa,formaanii

16.5 raawwate booda




95-100%

1:30

2

16.7 Bishaan obaasuu fi foormiworkii kaasuu

Foormaanii

16.6 booda raawwata




95-100%

3:30

2

16.8 Hojii hojjetaman galmeessuu to’achuu fi gabaasuu

Mahaandisa,formaanii

Eega hojiin dhumee




100%

00:15

2

16.9 Suphaa ittisa/servicing equipment/

Makaanika

Eega hojiin dhumee




95-100%

00:40

2

16.10 Boba’aa fi dibata kennu/guutuu/

Raabsaa boba’aa dirre

Eega hojiin dhumee




95-100%

00:20

2

17.(Sibila konkiriitii)Steel Reinforcement(280kg, Garee:-Meeshaalee harkaa(wire pliers, hacksaws, bending – bars)

Foormaanii II-1,Sibila kan jal’isu-2, Hojjetaa guyyaa-10)




17.1 Qabeenya adda baasuu, bobaasuu fi ramaduu

Mahaandisa fi formaanii

Karoora qophaa’e booda




100%

00:05

2

17.2 Gosa sibilaa haala diizayiniitiin adda baasuu

Mahaandisa

Yeroo hojiin jalqabu




95-100%

00:20

2

17.4 Diriirsuu fi muruu hordofuu

Foormaanii

17.2 raawwate booda




95-100%

4:00

2

17.5 Boca barbaachisun hojjetamuu hordofuu

Foormaanii

17.4 raawwate booda




95-100%

5:00

2

17.6 Bakka barbaachisu kaa’uu fi hidhuu hordofuu fi to’achuu

Mahaandisa

17.5 raawwate booda




95-100%

00:40

2

17.7 Hojii hojjetaman galmeessuu, to’achuu fi gabaasu

Foormaanii

Eega hojin xumuramee booda




100%

00:15

2

18.Cirracha filatamaa suphaa cimaaf uwwisuu(Gravel Resurfacing Selected Material)( 700m3, Garee:- Gireedara-2, Konkolaataa garagalchaa-2, Loodara-1,Roolara(Heavy steel wheeled , Bootee bishaanii(with loading pump) -1,Formaanii II-1,Hojjetaa guyyaa-4, Opiretara giredaraa-2, Opiretara loodaraa-1, Opiretara Rollaraa-1 ,Konkolaachisaa bootee bishaanii-1, Fageenya giddugaleessa(average hualing distance=6km) )

18.1 Qabeenya adda baasuu ,boobaasu fi ramaduu

Mahaandisa fi formaanii

Karoora qophaa’e booda




100%

00:05

2

18.2 Bakka hojii sarveeying taasisu/Conducting surveying/

Foormaanii

karoora qophaa’ee booda




95-100%

00:30

2

18.3 Daandii soquun cirracha uwwisuuf qopheessu

Opiretara gireedaraa

18.3 raawwate booda




95-100%

2:10

2

18.4 Bishaan biifuun damaddamuu

Opireetara bootee bishaanii fi roolaraa

18.4 raawwatee booda




95-100%

2:00

2

18.5 Cirracha filatamaa fe’uu

Opiretaraa loodaraa

18.3 raawwate booda




95-100%

5:00

2

18.6 Yeroo geejjibaa kan dhaabbatee fe’u waliin(yeroo fe’ee jiruu)

Konkolaachisaa

18.4 raawwate booda




95-100%

5:00

2


18.6 Cirracha garagalchuu



18.5 raawwate booda




95-100%

00:50

2

18.8 Cirracha filatamaa irra buu’e bittinsuu




18.6 raawwate booda




95-100%

6:15

2

18.9 Bishaan biifuun damaddamuu

Op.bootee bishaanii fi rolaraa

18.8 raawwate booda




95-100%

3:30

2

18.10 Hojii hojjetaman galmeessuu to’achuu fi gabaasuu

Mahaandisa fi formaanii

Eega hojiin xumaramee booda




100%

00:15

2

18.11 Suphaa ittisa/servicing equipment/

Makaanika

Eega hojiin xumaramee booda




95-100%

00:40

2

18.12 Boba’aa fi dibata kennu/guutuu/

Raabsaa boba’aa dirree

Eega 18.9 raawwate booda




95-100%

00:20

2

19.Hojii hojjetame safaruun gabaasa walii gala qopheessuu

Hojii gaggeessa piroojektii

Eega hojiin raawwate




100%

16:00




20.Hojii hojjetame raga kaffaltii qopheessuu

Hojii gaggeessa piroojektii

Eega hojiin raawwate




100%

16:00




21.Hordoffii fi gamagama raawwii suphaa daandii taasiisuu



Yeroo hojiin hojjetamu




100%

15:00




22. Eega hojiin suphaa xumuramee qabeenya deebisuu

Adeemsa Hojii Qabeenya fi Dhiyeessa







100%







23.Itti quufinsa maamilaa adda baasu

Itti gaafatamaa piroojektii

Yeroo hojjin xumurame




100%

1:00




Yüklə 1,18 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   ...   15




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin