|
|
səhifə | 11/15 | tarix | 27.10.2017 | ölçüsü | 1,18 Mb. | | #16485 |
| -
Hojii kontiraatni galame fudhachuu
-
Karoora gocha hojii qopheessuu
-
Qabeenya bakka hojiitin gahuu
-
Hojii dabalataa dabarsuu fi ajaja hojii fudhachuu
-
Hojii haala kontiraatatiin hojjachuu
-
Rakkowwan pirojektoota irratti mudatan furmaata itii barbaaduu
-
Hojii akka haaratti mudate (Pay item hin jirre) dabarsuu
-
Qabeenya hojiitii bobba’ee hojii hojjatame waliin madaaluu
-
Bu’aa fi baasii pirojektootaa adda baasuu
-
Tokko tokko pirojeektii seenaa isaa dookimentii qopheesudhan galmeessaan qabachuu;
-
Hojii hojjatamee xumurame gabaasuu
-
Ragaawwan adda addaa qindeessun qabachuu
-
Kafalitin hojii hojjatamee (payment certificate) yeroo fi hanga hojii hojjatameen safaramee akka qopha’uu hordofu
-
Gabaasa hojii fi kaffaltii yeroon akka dhiyaatu taasisuu
-
Gaabasa hojii qulqullina eeggatee qopheessuu fi dhiyeessuu
-
Gabaasa hojii hojjatamee fi hojii karoorfamame waliin madaaluu
-
Hojii loojistikii hordofuu
Hojii Suphaa Daandii -
Hojii kontiraatni galame fudhachuu
-
Karoora gocha hojii qopheessuu
-
Qabeenya bakka hojiitin gahuu
-
Hojii dabalataa dabarsuu fi ajaja hojii fudhachuu
-
Hojii haala kontiraatatiin hojjachuu
-
Rakkowwan pirojektoota irratti mudatan furmaata itii barbaaduu
-
Hojii akka haaratti mudate (Pay item hin jirre) dabarsuu
-
Qabeenya hojiitii bobba’ee hojii hojjatame waliin madaaluu
-
Bu’aa fi baasii pirojektootaa adda baasuu
-
Kafalitin hojii hojjatamee (payment certificate) yeroo fi hanga hojii hojjatameen safaramee akka qopha’uu hordofu
-
Gaabasa hojii qulqullina eeggatee qopheessuu fi dhiyeessuu
-
Hojii hojjatamee xumurame gabaasuu
-
Ragaawwan adda addaa qindeessun qabachuu
-
Gabaasa hojii fi kaffaltii yeroon akka dhiyaatu taasisuu
-
Gabaasa hojii hojjatamee fi hojii karoorfamame waliin madaaluu
-
Hojii loojistikii hordofuu
-
Maqaa Adeemsa Hojii: Adeemsa Hojiiwwan Ijaarsaa
Odeeffannoo Waliigalaa
-
Gita hojii: Itti gaafatamaa A/H/ Hojiwwan Ijaarsaa
-
Qaama itti waamamu: Abbaa A/H Bulchiinsa Kontiraataa fi Hojiiwwan Ijaarsa
Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu
Gahuumsa
-
Beekumsa bulchiinsa kontiraataa hojiiwwan ijaarsaa irratti kan qabu
-
Dandeettii ogummaa hojii gahaa kan qaba
-
Dandeetti gahaa hojjatoota qindeessuu fi wajjin hojjachuu
-
Dandeettii gahaa karoora qopheessuu fi gabaasa barreessuu
-
Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu
Ulaaagaa
-
Sadarkaa baruumsaa: MSc/BSc
-
Gosa Baruumsa: Mahaandisa Sivilii
-
Muuxannoo: 5/7
-
Leenjii: “Ms Road, Auto CAD, Eagle Point & Project management)
Gahee hijii
-
Karoora qopheessuu
-
Hordoffi fi deeggarsa pirojektootaf taasisuu
-
Hojiin haala kontiraatatiin deemuu isaaa mirkaneessuu hordofuu
-
Rakkoolee mudataniif furmaata barbaaduu fi kan humnaa ol ta’an gabaasuu
-
Qabeenyi hojiif akka bobba’u taasisuu akkasumas hojiirra oolmaa isaanii hordofuu
-
Qabeenya bobba’an fi hojii hojjataman waliin madaaluu ragaan kaffaltii qulqullaa’ee dhiyaachuu isaa mirkaneeffachuu
-
Hojiin haala waliigalteen hojjatamaa jiraachuu isaa hordofuu
-
Ragaan kaffaltti fi gabaasni yeroon akka dhiyaatu taasisuu
-
Ragaawwan “claim” fayyadan akka galmaa’an mirkaneessu fi gabaaasuu
Maqaa Adeemsa Hojii: Adeemsa Hojiiwwan Ijaarsaa
Odeeffannoo Waliigalaa
-
Gita hojii: Mahaandisa Ijaarsaa Dursaa
-
Qaama itti waamamu: - A/H Ijaarsaa
Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu
Gahuumsa
-
Beekumsa bulchiinsa kontiraataa fi hojiiwwan ijaarsaa irratti kan qabu
-
Dandeettii ogummaa hojii gahaa kan qaba
-
Dandeetti hojjatoota wajjin hojjachuu kan qabu
-
Dandeettii gahaa karoora qopheessuu fi gabaasa barreessuu
-
Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu
Ulaaagaa
-
Sadarkaa baruumsaa: MSc/BSc
-
Gosa Baruumsa: Mahaandisa Sivilii
-
Muuxannoo: 1/3
-
Leenjii: “Ms Road, Auto CAD, Eagle Point)
Gahee Hojii
-
Gabaasa pirojektoota irraa dhufan qindeessuu
-
Ragaa kaffaltii fi gabaasa akka dhiyaatu hordofuun qindeessuu,
-
Hojii gamaggamuu fi firii isaa qaama dhimmi ilaaluuf gabaasuu
-
Deeggarsaa fi hordoffii pirojektootaaf taasisuu
-
Baasi fi bu’aa pirojaktootaa adda baasuun galmeessuu
-
Rakkoolee gabaafaman qindeessun dabarsuu
-
“Site Vist” taasisuu fi gabaasa dhiyyeessuu
-
Sababa “over head” dabalte fidan qindeessun dabarsuu
-
Kaffaltii tajaajila adda addaa qulquleessuu fi akka kafalamu gochuu
-
Hojiin qulqullina hojjatamuu isaa hordofuu
-
Sababa baasii “over head cost” xinxaluun adda baasee qindeessun dabarsuu
-
Ragaan kaffaltii abbaa hojiitii darbuu isaa mirkaneeffachuu
Maqaa Adeemsa Hojii: A/H Hojiwwan Ijarsaa
Odeeffannoo Waliigalaa
-
Gita hojii: Mahaandisa Ijaarsaa Ol’aanaa
-
Qaama itti waamamu: A/H Hojiwwan Ijarsaa
-
Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu
Gahuumsa
-
Beekumsa bulchiinsa kontiraataa fi hojiiwwan ijaarsaa irratti kan qabu
-
Dandeettii ogummaa hojii gahaa kan qaba
-
Dandeetti hojjatoota wajjin hojjachuu kan qabu
-
Dandeettii gahaa karoora qopheessuu fi gabaasa barreessuu
-
Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu
Ulaaagaa
-
Sadarkaa baruumsaa : MSc/BSc Mahaandisa Sivilii
-
Gosa Baruumsa: Mahaandisa Sivilii
-
Muuxannoo:0/2
-
Leenjii: “Auto CAD, Eagle Point )
Gahee Hojii
-
Dokimentii kontiraata dhihaata xinxaluu
-
Dokimentii kontiraataa qorachuu fi ‘specification’ ogummaa adda baasuu
-
Bakka hojii fi qabeenya hojichaaf barbaachisu adda baasuun dhiheessuu
-
Mormii (claim) suphaa daandii fi rakkoolee adda baasuu fi furmaata walfakaataa (correspondence settlement) akka kennamu yaada dhiheessuu
-
Gabaasin hojii dhihaate haala karooraa fi kontiraatatin hojjetamaa jiraachu isaa adda baasuu
-
Gabaasa daawwii dirree (site visit) xinxaluu qopheesuu
-
Gabaasa pirojektoota irraa dhufan qindeessuu
-
Ragaa kaffaltii fi gabaasa akka dhiyaatu hordofuun qindeessuu, akkasumas waliin madaaluu
-
Deeggarsaa fi hordoffii pirojektootaaf taasisuu
-
Baasi fi bu’aa pirojaktootaa adda baasuun galmeessuu
-
Rakkoolee gabaafaman qindeessun dabarsuu
-
“Site Vist” taasisuu fi gabaasa dhiyeessuu
-
Hojiin qulqullina hojjatamuu isaa hordofuu
Maqaa Adeemsa Hojii: A/H Hojiwwan Ijarsaa
Odeeffannoo Waliigalaa
-
Gita hojii: Mahaandisa Ijaarsaa Jalqabaa
-
Qaama itti waamamu: A/H Hojiwwan Ijarsaa
-
Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu
Gahuumsa
-
Beekumsa bulchiinsa kontiraataa fi hojiiwwan ijaarsaa irratti kan qabu
-
Dandeettii ogummaa hojii gahaa kan qaba
-
Dandeetti hojjatoota wajjin hojjachuu kan qabu
-
Dandeettii gahaa karoora qopheessuu fi gabaasa barreessuu
-
Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu
Ulaaagaa
-
Sadarkaa baruumsaa : MSc/BSc Mahaandisa Sivilii
-
Gosa Baruumsa: Mahaandisa Sivilii
-
Muuxannoo:0
-
Leenjii: “Auto CAD, Eagle Point )
Gahee Hojii
-
Bakka hojii fi qabeenya hojichaaf barbaachisu adda baasuun dhiheessuu
-
Gabaasa pirojektoota irraa dhufan qindeessuu
-
Ragaa kaffaltii fi gabaasa dhiyaatu hordofuun qindeessuu, akkasumas waliin madaaluu
-
Deeggarsaa fi hordoffii pirojektootaaf taasisuu
-
Rakkoolee gabaafaman qindeessun dabarsuu
-
“Site Vist” taasisuu fi gabaasa dhiyeessuu
Maqaa Adeemsa Hojii: Adeemsa Hojiiwwan Ijaarsaa
Odeeffannoo Waliigalaa
-
Gita hojii: Sarveeyara ol’aanaa
-
Qaama itti waamamu: Adeemsa Hojii Hojii Ijaarsaa
Gahuumsa fi Ulaagaa Barbaachisu
Gahuumsa
-
Leenjii hojii kennuuf gahuumsa kan qabu
-
Dandeettii barumsaan ykn muxannon argatee hojiitti kan hiikuu
-
Raga fi dookimentii qindeessee qabachuu kan danda’u
-
Gabaasa barreessuuf gahumsa gahaa kan qabu
-
Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu
Ulaaagaa
-
Sadarkaa Baruumsaa: B.Sc./CD/TD Sarveeyingiidhaan
-
Gosa Baruumsa: saarveeying
-
Muuxannoo: 4/7
-
Leenjii:
Gahee Hojii
-
Dizaayinii fi speesifikeeshinii fudhachuun xiinxaluu
-
Ragaa sarveeyingii waliin walqabate guutuu ta’uu isaa mirkaneeffachuu
-
Gargaarsa teeknikaa gochuu
-
Qophii dokumentii caal-baasii irratti hirmaachuu
-
Ragaan “survey control point” lafa fi dokumentii irra jiru wal-simuu isaa mirkaneeffachuu
-
Hojii qorannoo dirree (site investigation) irratti hirmaachuu
-
Hojii sarveeyingii hordofuu, deeggaruu fi to’achuu
-
Sarveerotaaf leenjii kennuu
Maqaa Adeemsa Hojii: - Adeemsa Hojii Hojiiwwan Ijaarsaa
Odeeffannoo Waliigalaa
-
Gita hojii: Quntity Sarveeyara
-
Qaama itti waamamu: - A/H/ Adeemsa Hojii Hojiiwwan Ijaarsaa
Gahuumsa fi Ulaagaa Barbaachisu
Gahuumsa
-
Muxannoo argatee barsiisuuf fedhii kan qabu
-
Waan barumsaan ykn muxannon argatee hojiitti kan hiikuu
-
Raga fi dookimentii qindeessee qabachuu kan danda’u
-
Gabaasa barreessuuf gahumsa gahaa kan qabu
-
Gareen hojjachuuf gahumsa gahaa kan qabu
-
Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu
Ulaaagaa
-
Sadarkaa baruumsaa: B.Sc. /CD/TD Sarveeyingiidhaan
-
Gosa Baruumsa: saarveeyingiidhaan
-
Muuxannoo: 2/5
-
Leenjii: “Auto CAD, Eagle Point”
Gahee Hojii
-
Sagantaa hojii qopheessuu
-
Hojiiwwaan sarveyingiiif daataa guuruu
-
Drawing’ hojiif barbaachiisu hojjechuu
-
Ragaawwan (elevation, widening, vertical&horizontal alighment..Etc) hojii barbaachiisan raga isaa funaanuu
-
Meeshaa hojiif harkaa galaan kununsuun qusannoon fayyadamu
-
Ragaawwan hojjetaman gabaasuu
-
‘Quantity’hojjetaman funaanuun gabaasuu
-
‘Lay out’ istraakcharii, ‘Road way template’ ka’ame hojatamuu isaanii hordofuun gabaasuu
-
Hojiwwan wal fakkatan kan bira hojjechu
Maqaa Adeemsa Hojii: - Adeemsa Hojii Hojiiwwan Ijaarsaa
Odeeffannoo Waliigalaa
-
Gita hojii: Ogeessa Fanjii
-
Qaama itti waamamu: - A/H/ Adeemsa Hojii Hojiiwwan Ijaarsaa
Gahuumsa fi Ulaagaa Barbaachisu
Gahuumsa
-
Muxannoo argatee barsiisuuf fedhii kan qabu
-
Waan barumsaan ykn muxannon argatee hojiitti kan hiikuu
-
Raga fi dookimentii qindeessee qabachuu kan danda’u
-
Gabaasa barreessuuf gahumsa gahaa kan qabu
-
Gareen hojjachuuf gahumsa gahaa kan qabu
-
Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu
Ulaaagaa
-
Sadarkaa baruumsaa: BLTO Sad.IV / kutaa 12/10
-
Gosa Baruumsa: Ijaarsaan fi leenjii kallatii
-
Muuxannoo: 5/11
-
Leenjii: nama leenjii qabu
Gahee Hojii
Hojii Pirojaktii Ijaarsaa
-
Karoora hojii qopheessuu
-
Qabeenya hojiif barbaachisan haala karooratiin akka dhiyaatan gaafachuu
-
Sagantaa hojii qopheessuu
-
Hojiiwwan walduraa duuban hojjechuu (Critical path method)
-
Hojiiwwan haala waligalteen hojjechuu
-
Sarveeyingii gochuu (Daataa funaanuun qindeessuun hanga hojii hojjatamee dabarsuu, “lay out” hojjachuu)
-
Meeshaalee ijaarsa kaampiif oolan qopheessuu
-
Kaampii ijaaruu
-
Meeshaalee ijaarsaa (Material) oomishuu
-
Hojii lafaa hojjechuu ‘Earth Work’
-
Cirracha uwwisuu ‘Pavement Work’
-
Hojii istiraakcheeraa “Structural work’
-
Hojii safaruu fi kaffaltii gaafachuu
-
Balaan akka hin uumaneef hojjatootaf hubannoo kennuu
-
Suphaa meeshaalee taasisuu
-
sagantaa muuxannoo wal jijjiiruu qopheesuu
-
Hojjataa qacaruu
-
Madaallii hojjatoota gaggeessuu
-
Naamusa hojjatootaa hordofuu
-
Ikupimantii fi meeshaalee biraa bulchuu
-
Maallaqa bulchuu
-
Bittaa gaggeessuu
-
Rakkoowwan hojii irratti mudatan furmaata kennuu
-
Galii fi baasii pirojektii adda baasuu
-
Hojii hojjatamee karoora waliin madaaluu
-
Hojii hojjatamee (oolmaa guyyaa) fi hojii itti aanu irratti marii gochuu
-
Hojii xumurame walharkaa fudhinsa taasisuu
-
Erga hojiin xumuramee qabeenya deebisuu (resource demobilization)
-
Gabaasa hojii dhiyeessuu
Maqaa Adeemsa Hojii: - Adeemsa Hojii Hojii Ijaarsaa
Odeeffannoo Waliigalaa
-
Gita hojii:- Hoji Gaggeessaa Pirojektii
-
Qaama itti waamamu:- Adeemsa Hojii Hojiiwwan Ijaarsaa
Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu
Gahuumsa
-
Beekumsa gahaa bulchiinsa kontiraataa fi hojiiwwan ijaarsaa irratti kan qabu
-
Dandeetti gahaa hojjatoota qindeessuu fi wajjin hojjachuu
-
Dandeettii gahaa karoora qopheessuu fi gabaasa barreessuu
-
Haala ammayawan hojii qindeessu fi hojjachuu kan danda’u
-
Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu
Ulaaagaa
-
Sadarkaa baruumsaa: MSc/BSc
-
Gosa Baruumsa: Mahaandisa Sivilii
-
Muuxannoo: 4/6
-
Leenjii: “Ms Road, Auto CAD, Eagle Point & Project management)
Gahee Hojii
-
Hojii karoorsuu, qindeessuu, hordoofuu fi to’achuu
-
Bakka kaampii fi bakka cirachaa filachuun qaama dhimmi ilaaluu gaafachuu
-
Qabeenya hojiif barbaachisan gaafachuu
-
Dokimentii Kontiraata xinxaaluu fi hubachuu
-
Hojii haala kontiraatatiin akka hojjatamuu hordoofuu
-
Qabeenya hojiif ergaman hojii iratti boba’uu isaanii hordofuu fi to’achuu
-
Ragaawwan (time extension, claim...) ta’an qindeessun gabaasuu
-
Hojiiwwan taartiba isaanii eegatanii akka hojjataman hordofuu
-
Rakkoowwan uumamaniif furmaata kennuu
-
“Working drawing” mirkaneessississuu
-
Hojii hojjatamee fi karoora bahe yeroo yeroon madaaluu
-
Itti gafatamtoota garee hojii guyyaa guyyaan mari’achiisuu fi muxannoo waljijjirruu
-
Ji’a ji’aan raawwii hojii gamagamuu fi haamilee hojjattota jajjabeessuu
-
Walharka fudhinsaa hojii xumuramee akka tasifamuu gaafachuu
-
Gabaasa hojii fi ragaa kaffaltii dhiyeessuu
Maqaa Adeemsa Hojii: - Adeemsa Hojii Hojiiwwan Ijaarsaa
Odeeffannoo Waliigalaa
-
Gita hojii: - Mahaandisa Ol’aanaa Hojii Wajjirra
-
Qaama itti waamamu: - Itti gaafatamaa Pirojektii
Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu
Gahuumsa
-
Beekumsa bulchiinsa kontiraataa fi ijaarsa irratti kan qabu
-
Dandeetti gahaa hojjatoota qindeessuu fi wajjin hojjachuu
-
Daandeetti ragaa qulqullinaan qabachuu kan qabu
-
Dandeettii gahaa saganteeffachuu, karoora qopheessuu fi gabaasa barreessuu
-
Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu
Ulaaagaa
-
Sadarkaa baruumsaa: MSc/ BSc
-
Gosa Baruumsa: Mahaandisa Sivilii
-
Muuxannoo: 0\2
-
Leenjii: “Auto CAD, Eagle Point”
Gahee hojii
-
Sagantaa hojii qaama dhimmi ilaalu waliin qopheessuu
-
Dizaayinii fi gabaasa injinaringi xiinxaluun yaada itti kennuu
-
“Working drawing” qopheessuu
-
Qorannoo (test) meeshaa ijaarsaa hordofuu fi deeggaruu
-
Qabeenya hojiif barbaachisan adda baafachuu fi bobbaasu
-
Qabeenya hojiif bobba’an hordofuu fi to’achuu
-
Ajaja hojii (work requisition) guutun konsaltaantii mallatteesisuu
-
Gabaasa guuyyaa guyyaan hojjataman qindeessuu konsaltaantii mirkaneessississuu
-
Hojiiwwan hojjataman safaruun ragaa kaffaltii fi gabaasa qopheessu
Maqaa Adeemsa Hojii: - Adeemsa Hojii Hojiiwwan Ijaarsaa
Odeeffannoo Waliigalaa
-
Gita hojii: - Mahaandisa Dirree
-
Qaama itti waamamu: - Itti gaafatamaa Pirojektii
Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu
Gahuumsa
-
Beekumsa bulchiinsa kontiraataa fi ijaarsa irratti kan qabu
-
Dandeetti gahaa hojjatoota qindeessuu fi wajjin hojjachuu
-
Daandeetti ragaa qulqullinaan qabachuu kan qabu
-
Dandeettii gahaa saganteeffachuu, karoora qopheessuu fi gabaasa barreessuu
-
Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu
Ulaaagaa
-
Sadarkaa baruumsaa: BSc
-
Gosa Baruumsa: Mahaandisa Sivilii
-
Muuxannoo: 0
-
Leenjii: “Auto CAD, Eagle Point”
Gahee hojii
-
Sagantaa hojii qaama dhimmi ilaalu waliin qopheessuu
-
Dizaayinii fi gabaasa injinaringi xiinxaluun yaada itti kennuu
-
“Working drawing” qopheessuu
-
Qorannoo (test) meeshaa ijaarsaa hordofuu fi deeggaruu
-
Qabeenya hojiif barbaachisan adda baafachuu fi bobbaasu
-
Qabeenya hojiif bobba’an hordofuu fi to’achuu
-
Ajaja hojii (work requisition) guutun konsaltaantii mallatteesisuu
-
Gabaasa guuyyaa guyyaan hojjataman konsaltaantii mirkaneessississuu
-
Hojii dirree irraatti hojjataman hunda guyyaa guyyaan hordofuu fi deggaruu
-
Gabaasa guyyaa guyyaan garee ijaarsaa irraa sassaabuu,qindeessuu fi gabaasuu
-
Hojii irratti balaan akka hin geenyii hojjattotni ofi-eeggannoo akka taasisan to’achuu
-
Hojiiwwan hojjataman safaruun ragaa kaffaltii fi gabaasa qopheessu
Maqaa Adeemsa Hojii: - Adeemsa Hojii Hojiiwwan Ijaarsaa
Odeeffannoo Waliigalaa
-
Gita hojii: - Gargaara Sarveeyara
-
Qaama itti waamamu: - Itti gaafatamaa Pirojektii
Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu
Gahuumsa
-
Hojii baruuf fedhii kan qabu
-
Waan barumsaan ykn muxannon argatee hojiitti kan hiikuu
-
Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu
Ulaaagaa
-
Sadarkaa baruumsaa: BLTO Sad.IV,III Sarveeyingidhaan
-
Gosa Baruumsa: Sarveeyingidhaan
-
Muuxannoo: 0/1
-
Leenjii: “Auto CAD, Eagle Point “
Gahee Hojii
-
Ragaa funaname qulqullinaan akka qabamu gargaaru
-
Ragaan yommu qindaa’uu gargaaruu (levels, cross section, elevation, template, area, volume....)
-
Hojii haala ‘teempileettin, hojjatamuu isaa qulqullefachuu (grade,suparelivation, widening)
-
Hojii teekinikaa salphaa hundaa raawwachuu
-
Hojii teekinikaa cimmaa yoo raawwatamuu gargaaruu
-
Hojii hojjatamee (quantity) yeroo hojjatamuu gargaaru
-
Hordofii fi deeggarsa opireetaroota fi foormaanif kennuu
-
Dokumentiiwwan gurmeessanii qabachuu fi faayila gochuu
-
Meeshaa hojiif harkaa galaan kunuunsuu
Maqaa Adeemsa Hojii: - Adeemsa Hojii Hojiiwwan Ijaarsaa
Odeeffannoo Waliigalaa
-
Gita hojii: Sarveeyara
-
Qaama itti waamamu: - Itti gaafatamaa Pirojektii
Gahuumsa fi Ulaagaa barbaachisu
Gahuumsa
-
Hojii baruuf barsiisuu fedhii kan qabu
-
Dandeettii hojii qindeessuu kan qabu
-
Waan barumsaan ykn muxannon argatee hojiitti kan hiikuu
-
Kaka’uumsa fi naamusa gaarii kan qabu
Ulaaagaa
-
Sadarkaa baruumsaa: BLTO Sad.IV,III Sarveeyingidhaan
-
Gosa Baruumsa: Sarveeyingii
Muuxannoo: 3\4
Leenjii: “Auto CAD, Eagle Point)
Gahee Hojii
-
Ragaa funaname fi qulqullinaan qabu
-
Ragaan fuunanaman‘calculate’gochuu (levels, cross section, elevation, template, area, volume...)
-
‘Road way template’ hojjechuu
-
Hojiin haala teempileettin hojjatamuu isaa mirkaanneessuu (grade, supeelivation, widening)
-
Hojii teekinikaa raawwachuu
-
‘Quantity’ hojjachuu
-
Hordoffii fi deeggarsa gargaara sarveeyara, opireetaroota fi foormaanif kennuu
-
Dokumentiiwwan gurmeessanii qabachuu fi faayila gochuu
-
Meeshaa hojiif harkaa galaan kunuunsuu
-
‘Lay out’ istraakcharii ka’u
-
Hojiwwan wal fakkatan kan bira hojjechu
Maqaa Adeemsa Hojii: - Adeemsa Hojii Hojiiwwan Ijaarsaa
Odeeffannoo Waliigalaa
-
Gita hojii: Sarveeyara Ol’aanaa
-
Qaama itti waamamu: Itti gaafatamaa Pirojektii
-
Dostları ilə paylaş: |
|
|