Adeemsi hojii ijarsaa/suphaa manejimantii, pirojeektii.maamiilaa fi dhimmamtootaa wajjin mariiwwan gaggeessuudhaan walqunnamtii garii akka jiraatu taasiisu.
1. Adeemsa Hojii Bulchiinsa Kontraata
2. Adeemsa Hojii Hojiiwwan Ijaarsaa/suphaa
Lakk
|
Qaama Walitti Dhufamuun
|
Sababa Walitti Dhufeenyaa
|
Bu’aa
|
1
|
- Abbaa Taayitaa Daandiwwan Oromiyaa
-Bulchiinsa Magaala adda addaa
-Abbaa qabeenya
|
-Hojii hojjetamu irratti walii
galtee galuu fi wajjin
hojjachuuf
|
Daandii Ijaramee ykn ijarsa
biraa
|
2
|
Biiroo Qabeenya Bishaan, Albuuda fi Inarjii Oromiyaa
|
Hojii hojjetamu irratti walii
galtee galuu fi wajjin
hojjachuuf
|
Hojii Bishaani hojjatamee
|
3
|
Waajiraa Qabeenya Bishaan Albuuda fi Inarjii godinalee.
Waajiraa Qabeenya Bishaan Albuuda fi Inarjii aanalee.
Gandaa
|
Dhagaa fi cirracha
hayyamsisuf
|
Hayyama dhaaga fi cirracha
filatama argachuu fi oomishaa
gaggeefamee
|
4
|
Gorsiitoota
|
-To’annoo, hordoffii fi
ragaa kaffaltii mirkaneessuu
|
Hojii qulqullina qabu fi raga
kafalitti mirkanaa’ee
|
5
|
Adeemsa Hojii Bulchinsa humna namaa,
|
-Ragaa human nama
argachuuf fi human nama
guutachuu
|
Ragaa barbachisa fi human
nama hojiif barbachisu
argachuu
|
6
|
Adeemsa Hojii Faayinaansii,
|
- Qarshii hojiif barbachisuu
Akka ramadamu
|
Qarshii hojiif ramadame
|
7
|
Adeemsa Hojii Bulchiinsa Qabeenya fi
Dhiyeessaa
| -
Ragaa adda addaa fudhachuuf
-
Ramaddii ikkuppimentii fi meeshaa biroo
| -
Ragaa hojii barbadameef qophii ta’ee
-
Iikkuppimentii fi meeshaa hojiif qophii ta’e
|
8
|
Adeemsa hojii tajaajila oodiitii keessaa
|
Bakka barbachisa ta’etti
tajaajila gorsaa faayinaansii
argachuu
|
dhimaa faayinansii irratti
murtii sirrii kennuf
|
9
|
Adeemsa hojii tajaajila seeraa
|
Bakka barbachisa ta’etti
tajajila gorsa seera
gaafachuuf
|
Murtii sirrii kennuf
|
10
|
Adeemsa hojii dhimma kominikeeshinii
| -
Hojii wajjirichaa ilaalichisee poromooshiini akka gaggefamuu
-
Waa’ee IIDO qaama adda addaa hubachisuf
|
IIDO beeksisuu
|