Hojimaata Hojiwwaan Suphaa Daandii (Road Maintenance Procedure)
Hojiiwwwan gurguddoo suphaa daandii fi walduraa duuba hojii (work procedure)
-
Biyyee filatamaa oomishuu (Borrow material Production)
-
Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya konkolaata/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuun biyye hin barbaachisne(overburden material) irraa soquun gatuu
-
Biyyee filatamaa oomishuu
-
Qulqullina mirkanneeffachuu
-
Hojii hordofuu fi safaru
-
Ragaa guyyaa guyyaan galmeessuu
-
Wantoota hin barbaachifne irraa kaasu(Removal over burden material)
-
Qabeenya bakka yeroof turutti walittii qabu
-
Ikkupimentii kunuunsuu
-
Boba’aa fi zaayita raabsuu
-
Gabaasuu
-
Dhakaa oomishuu (Quarry Rock production)
-
Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuun biyye hin barbaachisne(overburden material) irraa soquun gatuu
-
Qofforuu(Drilling)
-
Dhodhosuu(Blasting)
-
Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu
-
Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu
-
Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul
-
Qabeenya (equipment )kunuunsuu
-
Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)
-
Dhakaa geejjibuu(Quarry Rock Hauling)
-
Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuun
-
Fe’uu
-
Geejjibuu
-
Buusuu(Dumping)
-
Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu
-
Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu
-
Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul
-
Qabeenya (equipment )kunuunsuu
-
Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)
-
Cirracha filatamaa Oomishuu (Select material Production)
-
Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya konkolaata/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuun biyye hin barbaachisne(overburden material) irraa soquun gatuu
-
Cirracha filatamaa oomishuu
-
Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu
-
Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu
-
Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul
-
Qabeenya (equipment )kunuunsuu
-
Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)
-
Dhakaa gimbii oomishuu (Masonry Stone Production)
-
Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya konkolaata/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuun
-
Dhakaa gimbii oomishuu
-
Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu
-
Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu
-
Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul
-
Qabeenya (equipment )kunuunsuu
-
Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)
-
Daandii urate cirrachs filatamaan suphuu(Spot repair Gravel Road Selected Material)
-
Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya konkolaata/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuun iddoo(bal’ina) suphamutti milkita gochuu
-
Keessa isaa haxaawuu
-
Cirracha filatamaa itti naquu
-
Bishaan obaasuu
-
Damaddamuu
-
Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu
-
Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu
-
Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul
-
Qabeenya (equipment )kunuunsuu
-
Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)
-
Gabaasuu Ensuring Quality
-
Ujumoo qulqullessuu(Culvert Cleaning)
-
Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuun
-
Sababa ujumoon itti cufame adda baasuu
-
Ujumoo qulqulleessuu
-
Ujumoo keessaa kan qotamee bahe gatuu
-
Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu
-
Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu
-
Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul
-
Qabeenya (equipment )kunuunsuu
-
Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)
-
Gabaasuu
-
Booyii humna namaan qulqulieessuu (Ditch clearing Manual)
-
Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu
-
Booyii qulqullesuu
-
Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu
-
Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu
-
Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul
-
Qabeenya (equipment )kunuunsuu
-
Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)
-
Gabaasuu
-
Bakka lolaan midhame cirracha filatamaan suphuu (Repair Erosion damage Select Fill)
-
Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu
-
Bakka suphamu adda baasuu
-
Biyyee hin barbaachifnee keessaa baasuu
-
Cirracha filatamaa/dhakaa/ itti naquu
-
Bishaan itti biifuu
-
Damaddamuu
-
Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu
-
Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu
-
Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul
-
Qabeenya (equipment )kunuunsuu
-
Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)
-
Gabaasuu
-
Bakka lolaan midhame dhakaan suphuu (Repair Erosion damage Rock Fill)
-
Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu
-
Bakka suphamu adda baasuu
-
Biyyee hin barbaachifnee keessaa baasuu
-
Cirracha filatamaa/dhakaa/ itti naquu
-
Bishaan itti biifuu
-
Damaddamuu
-
Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu
-
Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu
-
Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul
-
Qabeenya (equipment )kunuunsuu
-
Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)
-
Gimbii Suphuu (Mortar Masonry repair)
-
Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu
-
Gimbii hin jigne kan jige irraa adda baasuu
-
Bu’uura qoforuu
-
Dhakaa gimbii tarresuu
-
Cirrachaa fi simintoo bukeessuun dhakaa tarrefametti guutuu
-
Gimbii sirreesuu(Pointing Mortar)
-
Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu
-
Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu
-
Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul
-
Qabeenya (equipment )kunuunsuu
-
Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)
-
Gabaasuu
-
Dhakaadhaan Suphuu (Dry Masonry repair)
-
Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu
-
Dhakaa hin jigne kan jige irraa adda baasuu
-
Bu’uura qoforuu
-
Dhakaa gimbii tarresuu
-
Cirrachaa fi simintoo bukeessuun dhakaa tarrefametti guutuu
-
Gimbii sirreesuu(Pointing Mortar)
-
Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu
-
Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu
-
Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul
-
Qabeenya (equipment )kunuunsuu
-
Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)
-
Shiboo fi Dhakaadhaan Hidhuu (Gabion Structure)
-
Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu
-
Bakka hin jigne kan jige irraa adda baasuu
-
Bu’uura qoforuu
-
Shiboo bakka qoforame kaa’uun guutuu
-
Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu
-
Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu
-
Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul
-
Qabeenya (equipment )kunuunsuu
-
Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)
-
Gabaasuu
-
Margaa fi Mukkeen Xixiqaa Daandii Madditti Biqilan Haxawuu (Brush Clearing)
-
Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu
-
Margaa fi mukkeen haxawuu (Cutting vegetation)
-
Margaa fi mukkeen haxawaman gatuu
-
Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu
-
Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu
-
Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul
-
Qabeenya (equipment )kunuunsuu
-
Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)
-
Gabaasuu
-
Irra Daandii Soquun Sirreessuu (Blade Gravel Road Light)
-
Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya naannoo tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu
-
Irra daandii soquu (Blading)
-
Dhangala’insa bishaanif dhundhula isaa mirkaneesuu (Checking Drain runs)
-
Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu
-
Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu
-
Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul
-
Qabeenya (equipment )kunuunsuu
-
Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)
-
Gabaasuu
-
Irra Daandii Soquun Sirreessuu (Blade Gravel Road Heavy)
-
Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu
-
Irra daandii soquu (Blading)
-
Cirracha filatamaa irra daandii duraan qoforuun sirresuu (Cutting existing gravel surface)
-
Cirracha irra daandii irraa qoforame bittinsuu
-
Bishaan biifuu
-
Damaddamuu
-
Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu
-
Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu
-
Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul
-
Qabeenya (equipment )kunuunsuu
-
Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)
-
Gabaasuu
-
Cirracha Filatamaa Uwwisuu (Gravel Provision Selected Material) Suphaa Salphaatiif
-
Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu
-
Cirracha filatamaa fe’uu
-
Geejjibuu
-
Buusuu
-
Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu
-
Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu
-
Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul
-
Qabeenya (equipment )kunuunsuu
-
Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)
-
Gabaasuu
-
Booyii Maashiniidhaan Qulqulleessuu (Ditch clearing Machine)
-
Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya naannoo tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu
-
Booyii keessaa fi maddii booyii qulqulleessuu (Clearing the ditch, side slope)
-
Dhundhula mirkaneessuu (Checking the slope)
-
Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu
-
Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu
-
Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul
-
Qabeenya (equipment )kunuunsuu
-
Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)
-
Gabaasuu
-
Ijaarsa konkiritii (Concrete Construction Class 1)
-
Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu
-
Ijaarsa dura jiru jigsuu
-
Bu’uura qoforuun formiwoorkii hojjechuu
-
Cirracha, dhakaa daakamaa fi simintoo walitti makuun bukeessuun bakka qophaa’etti naquu
-
Damaddamuu (Compacting/ Vibrating)
-
Gogisuu (Drying)
-
Bishaan obaasuu (Moistening)
-
Irra konkiritii walqixxeessuu (Smoothing the surface of the concrete)
-
Foormiworkii diiguu (Removal of forms)
-
Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu
-
Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu
-
Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul
-
Qabeenya (equipment )kunuunsuu
-
Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)
-
Gabaasuu
-
Hojii sibiilaa (Steel Reinforcement)
-
Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu
-
Sibila bakka barbaadamutti geessuun dizaayinii irraa hammaa, gosa fi boca isaa adda baasuu
-
Dirirsuu
-
Muruu
-
Boca barbaadamun hojjechuu (shaping)
-
Bakka barbaadamutti geessuun tarreessuu (Placing )
-
Hidhuu (Fixing)
-
Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu
-
Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu
-
Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul
-
Qabeenya (equipment )kunuunsuu
-
Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)
-
Gabaasuu
-
Cirracha filatamaa uwwissuu (Gravel Resurfacing Selected Material) suphaa cimaatiif
-
Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu
-
Bakka suphamu adda baasuu
-
Osoo cirracha irratti hin buusin irra daandii soquun walqixeessuu
-
Bishaan biifuu
-
Damaddamuu
-
Cirracha filatamaa buusuu
-
Bishaanin walmakuun diriirsuu
-
Damaddamuu
-
Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu
-
Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu
-
Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul
-
Qabeenya (equipment )kunuunsuu
-
Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)
-
Geejjibuu/Geessuu/ (Overhaul)
-
Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu
-
Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu
-
Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu
-
Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul
-
Qabeenya (equipment )kunuunsuu
-
Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)
-
Gimbii guutuu (Backfilling of structures)
-
Garee suphaa qabeenya barbaachisu , nageenya tiraafikaa/ traffic safety / eega adda baase booda qabeenya bobasuu
-
Quliqullina fi jabina mirkaneeffachuu
-
Hojii hordofuu , safaruu fi raawwii hojii galmeessuu
-
Biyyee gara daandiitti bahee irraa haxawwuun daandii tiraafikiidhaaf banaa taasisuul
-
Qabeenya (equipment )kunuunsuu
-
Bobaa’aa fi dibata dhiheesuu(kennuu)
-
Hojii labiraatoorii (Laboratory Activities)
-
Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu
-
Konsaltaantii wajjii samuuda fudhachu
-
Qoranoowwaan barbaachisaan konsaltaantii wajjin hojjechu(conducting sample test with consultant)
-
Laboratoriwwan jiranitti eerguu
-
Akkaataa itti oomishamuu qorachuu
-
‘ mix design’ hojjechuu
-
Samuuda fudhachuu fi qorachuu (Taking sample & Testing)
B. Hojii Suphaa Daandii
Dostları ilə paylaş: |