|
Hojimaata Hojii Dabarsanii Kennuu (Work Delivery)
|
səhifə | 6/15 | tarix | 27.10.2017 | ölçüsü | 1,18 Mb. | | #16485 |
| Hojimaata Hojii Dabarsanii Kennuu (Work Delivery)
Hojiiwwan haala waliigalteetin hojjetamani xumuraman abbaa hojiitiif dabarsanii kennu dha.
Hojiiwwan armaan gadii hojii ijaarsaa fi suphaa daandii karaa sirrii hojiin abbaa hojiitiif darbee
itti kennamuu dha.
-
Bakka Cirracha (Biyyoo) Filatamaa Qoforame Deebisanii Misoomsuu
-
Bakka misoomuu adda baasuu
-
Karoora ittin misoomsamu baafachuu
-
Hojii misoomsuu hojjechuu
-
Hojii mirkanneessississu Approval of the works
-
Walharkaa Fudhinsa (Works Handover)
-
Hojii dhume adda baafachuu (Identification of completed works)
-
Hojiwwan xumuraman akka walharkaa fudhiinsa taasifamu gaffii dhiyessuu (Request for delivery of completed works )
-
Hojii xumuramee abba hojii wajjin mirkanneessuu (Joint inspection of the completed works)
-
Sirrefamni fi komin yoo jiraate fudhachu (Receiving corrections/ comments from client/ supervisor)
-
Sirrfamni yoo jiraatee sirreessuu(Carrying out correction works; if any)
-
Walharkaa fudhiinsaa dura gaaffii dhiyeessuu (Requesting provisional handing over)
-
Walharkaa fudhiinsa dura taasiisuu (Provisional hand over signing)
-
Hanga yeroon wabumaan dhumutti eeguu ‘Waiting for defects liability period’
-
Sirreefama yeroo dhumaa taasiisuu (Conducting final correction works)
-
Walharkaa fudhiinsaa xumuraaf gaaffii dhiyeessuu (Joint inspection )
-
Walharkaa fudhiinsa xumuraa taasiisuu (Signing of Final acceptance )
-
Ragaa Kaffaltii Qopheessuu fi Mirkaneessisuu (Completed Works Statement Preparation)
-
Hojiiwwan mirkanneeffaman adda baasuu (Identify approved works)
-
Hojiiwaan mirkanna’aan hanga isaa kaa’u (Quantify the approved works)
-
Baay’ina hojiiwaan mirkanna’aan tilmaamu( Estimate the amount of approved works)
-
Raga kaffaltii qopheessuu
-
Mirkanneessisssu (Request for approval)
-
Kan mirkanna’e sassabuu ( Collect the approved statement)
-
Qabeenya Deebisuu (Demobilization of Resources)
-
Qabeenya deebi’an adda baasu (Identification of resources to be Deployment)
-
Qabeenya deebi’an qophii taasiisuu (Make ready the resources to be demobilized)
-
Mala ittin gejjibaman addan baasanii ka’u (Make ready the means of transportation)
-
Hojjettootaa fi ikupmentiif daandii irratti haalli mijaa’aan jiraachuu mirkaneeffachuu
-
Qabeenya deebisuu (Demobilize resources)
-
Itti Quufinsa Maamilaa (Customer Satisfaction)
-
Maamila fi Dhimmamtoota kallatii adda baasuu (Identification of target Customer/ Stakeholders)
-
Waan gaaffin irratti qophaa’u adda baafachuu (Identification area of questionnaires)
-
Gaaffii qopheessuu (Preparing questionnaires)
-
Gaaffii tamsaasuu( Distributing questionnaires)
-
Gaaffiif ibsa kennu (Briefing on questionnaires)
-
Dubdeebbii maamila sassabuu (Collecting customers/ stakeholders feed back)
C.Maappii Yaa’insa Hojii Dabarsanii Kennuu (Process Flow Chart for Work Delivery)
‘Istaandard’ Hojii (Place and standard performance) Bulchinsa Kontiraataa fi hojiiwwan Ijaarsaa
Yaa’insa hojii
|
Qaama raawwatu
|
Yoom akka raawwatu
|
Sadarkaa raawwii
|
Baasii
|
Qulqullina (100%)
|
Yero (sa’aatiin)
|
Sadarkaa/step/
|
1.Karoora qopheessuuf
|
|
|
|
|
|
|
1.1.Ragaa funaanu
|
A/H Bulchinsa kontiraata
|
Jalqaba bara baajetaa
|
|
95% -100%
|
16:00
|
3
|
1.2.Ragaa qindeessuu
|
‘’
|
‘’
|
|
95-100%
|
6:00
|
3
|
1.3 Karoora hojii qopheessuu
|
‘’
|
‘’
|
|
95-100%
|
8:00
|
3
|
2.Dorgomuuf
|
|
|
|
|
|
|
2.1 Dokumantii caalbasii
Bituu
|
“
|
Qayyabanna gabaa
booda
|
|
|
|
|
2.2 Ragaa haala gabaa funaanuu fi qindeessuu
|
“
|
caalii beraasiin dura
|
|
95-100%
|
12:00
|
3
|
2.3.Bakka hojii qorachuu/site visit/ fi diizaayinii xinxaluu dhaan ragaa qindeessuu
|
“
|
Ergaa caalii baasii
bahee
|
|
95% -100%
|
32:00
|
4
|
2.4.Hojii diizaayiniifi kan lafa irra jiru xinxalu
|
“
|
“
|
|
100%
|
2:00
|
2
|
2.5.Hojii addaa addatiif qabeenya adda baafachu
|
“
|
“
|
|
100%
|
6:00
|
2
|
2.6.Gatii gabaa ammaa qorachu
|
“
|
“
|
|
100%
|
3:00
|
|
2.7.Gatii (price index) murteessuu
|
“
|
“
|
|
100%
|
0:40
|
2
|
2.8.Baasii fi bu’aa murteessuu
|
“
|
|
|
100%
|
0:15
|
|
2.9.Gatii guutuudhaan dokimeentii qopheessuu
|
“
|
Ergaa caalii baasiin bahee booda
|
|
100%
|
16:00
|
2
|
2.10.Dookumentii caalbaasii dorgommii dhaaf galchuu
|
“
|
“
|
|
-
|
4:00
|
|
2.11.Waliigaltee taasisuu
|
H/G Ol’aanaa fi Bulchinsa
Kontraata
|
Xalayaan injifannoo erga gahee booda
|
|
100%
|
2:00
|
3
|
2.12.Wal harkaa fudhiinsa bakka hojii taasiisuu
|
A/H Bulchinsa Kontraata fi Itti Gafatamaa Pirojektii
|
Erga waligalteen mallataa’ee booda
|
|
95% -100%
|
16:00
|
3
|
3.Manajimeentiin Jalqaba piroojektitif haala mijeesssu
|
|
|
|
|
|
|
3.1.Garee manejimentii piroojeektii ramaduu
|
A/H Ijaarsaa Daandii
|
Eerga wal harkafudhinsa bakka hojii rawwatee booda
|
|
100%
|
8:00
|
3
|
3.2.Hojjettoota barbaachisan ramadu (other staff member)
|
“
|
“
|
|
100%
|
6:00
|
3
|
3.3.Sagantaa hojii piroojeektii qopheessuu (work programme)
|
Piroojektii
|
Hojii eegalun dura
|
|
90% -100%
|
21
|
3
|
3.4.Qabeenya fi keessa galtoota adda baafachuu fi ajajuu
|
Piroojektii, Adeemsa Hojii Bulchiinsa qabeenya fi Dhiyeessaa
|
Jalqaba hojii piroojeektii
|
|
100%
|
8:00
|
3
|
4.Ijaarsa kaampii
|
|
|
|
|
|
|
4.1.Bakka kaampiin ijaramu filaachuu
|
Piroojektii
|
Qabeenyi bakka hojii gahu isaan dura
|
|
100%
|
4:00
|
3
|
4.2.Bakka kaampiif hojii sarvayeera hojjechu
|
“
|
Bakki kaampii erga filatame booda
|
|
100%
|
9:00
|
3
|
4.3.Hojii ijaarsaa kaampii gaggessuu
|
Piroojektii
|
Jalqaba hojii piroojektii
|
|
100%
|
240:00-360:00
|
3
|
5.Ijaarsa daandii fi istiraakcherii
|
|
|
|
|
|
|
5.1.Hojii haxaawwii lafaa- hektara 1, Doozara(250-305 FWHP) -1, meeshaa harkaa, Foormanii ijaarsaa -1 ,
H/humnaa-2
|
|
Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu
|
Mahandisaa fi formaanii
|
Eerga karoorri rawwatee booda
|
|
95% -100%
|
00:05
|
2
|
Hojii sarveeyaraa hojjachuu
|
Sarvayeera
|
Eerga bakki hojii beekame booda
|
|
|
02:00
|
3
|
Hojii haxaawwii lafaa raawwachuu
|
Oppireetara
|
Eerga hojiin sarvayeera dhume booda
|
|
95% - 100%
|
08:13
|
3
|
Safaruu, galmeessuu fi gabaasa gochuu
|
Formaanii ijaarsaa
|
Eerga hojiin rawwate booda
|
|
100%
|
01:00
|
2
|
5.2.Biyyoo qotuu fi guutuu (Comman excavation and embankment) 800 m3, Doozara(250-305 FWHP)-1, Gireedara(120-140FWHP)-1, Roolara (12-16 ton)-1, Bottee Bishanii(12000-14000Lit)-1, Foormaanii ijaarsaa-1, Gargaaraa oppireetaraa-3
|
Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu
|
Mahandisaa fi formaanii
|
Eerga karoorri rawwatee booda
|
|
100%
|
00:05
|
2
|
Hojii sarveeyaraa hojjachuu
|
Sarvayeera
|
Eerga bakki hojii beekame booda
|
|
100%
|
03:00
|
3
|
Qotuu (excavation)
|
Oppireetara
|
Eerga hojiin sarvayeera dhume booda
|
|
95% - 100%
|
09:45
|
2
|
Bishaan biifuu fi damadamuu
|
Konkolaachisaa Bottee bishaanii fi Opp.Rolaraa
|
Erga qotame roga qabatee
|
|
100%
|
01:30
|
|
Safaruu, galmeessuu fi gabaasa gochuu
|
Mahandisaa fi formaanii
|
Erga hojiin dhume booda
|
|
100%
|
02:30
|
2
|
5.3.Biyyoo filatamaa Fe’uu (Borrow hauling) 168m3,Average hauling= 2km, Loodara(3m3) -1, Konkolaataa garaglchaa (14m3)-4, Foormaanii-2,
|
.Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu
|
Mahandisaa fi formaanii
|
Eerga karoorri rawwatee booda
|
|
100%
|
00:05
|
2
|
Biyyee fiduu
|
K/konkolaata garagalchaa
|
|
|
95-100
|
01:15
|
3
|
Gabaasa dhiyeessuu
|
Formaanii
|
Eerga hojiin rawwate booda
|
|
100%
|
00:15
|
2
|
5.4.Bittineessuu : 800m3 : Gireedara(120-140FWHP)-1, Roolara (12-16 tone)-1, Bottee Bishanii(12000-14000Lit)-1, Foormaanii ijaarsaa-1, Gargaaraa oppireetaraa-2
|
Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu
|
Mahandisaa fi formaanii
|
Eerga karoorri rawwatee booda
|
|
100%
|
00:05
|
2
|
Hojii sarveeyaraa hojjachuu
|
Sarvayeera
|
Eerga bakki hojii beekame booda
|
|
100%
|
01:00
|
3
|
Bishaan biifuu
|
Konkolaachisaa Bottee bishaanii
|
Eerga hojiin sarvayeera dhume
|
|
95% -100%
|
02:00
|
2
|
Bishaani fi biyyee Waliin makuun bitineessuu
|
“
|
Erga qotame booda
|
|
100%
|
04:15
|
2
|
Bishaan biifuu fi damaddamuu
|
“
|
Erga hojiin dhume booda
|
|
95% -100%
|
01:15
|
2
|
Jabeenya qorachuuf (Test)
|
Materiyaalistii
|
Erga hojin dhume booda
|
|
100%
|
01:00
|
3
|
Safaruu, galmeessuu fi gabaasa gochuu
|
Mahandisaa fi formaanii
|
Erga hojin dhume booda
|
|
100%
|
01:00
|
2
|
5.5.Hojii cirracha uwwisuuf qoheessuu meetira 500m (Road bed preparation for gravel road) Gireedara(120-150FWHP)-1, Roolara (8-10 tone)-1, Bottee Bishanii(12000-14000Lit)-1, Doozara (140-200FWHP)-1, Foormaanii-1, Hojjataa humnaa -3
|
Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu
|
Mahandisaa fi formaanii
|
Eerga karoorri rawwatee booda
|
|
100%
|
00:05
|
|
|
Hojii sarveeyaraa hojjachuu
|
Sarvayeera
|
Eerga bakki hojii beekame booda
|
|
100%
|
02:30
|
3
|
|
“ Road bed preparation”
|
Oppireetara
|
Eerga hojiin sarvayeera dhume booda
|
|
95%-100%
|
08:00
|
2
|
|
Bishaan biifuu
|
Konkolaachisaa Bottee
|
Erga hojjatame booda
|
|
95-100%
|
01:30
|
2
|
|
Damaddamuu
|
“
|
Erga hojiin dhume booda
|
|
95%-100%
|
02:30
|
2
|
|
Jabeenya qorachuuf (Test)
|
Materiyaalistii
|
Erga hojin dhume booda
|
|
100%
|
01:00
|
3
|
|
Safaruu, galmeessuu fi gabaasa gochuu
|
Formanii
|
Erga hojin dhume booda
|
|
100%
|
02:00
|
2
|
|
5.6.Cirracha filatamaa omishuu 800m3: Doozara (250-305FWHP)-1
|
Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu
|
Mahaandisaa fi formaanii
|
Eerga karoorfame booda
|
|
100%
|
00:05
|
2
|
Omishuu
|
Oppiretara
|
Erga bakki hojii barame
|
|
95% -100%
|
08:53
|
3
|
Safaruu, galmeessuu fi gabaasa gochuu
|
Formaanii
|
Erga hojjetame booda
|
|
100%
|
00:15
|
2
|
5.7.Bu’uura qooffaruu ( Minor structural excavation) 40m3: Exikavaatara(250-300CL), meeshaalee harkaa, Foormaanii gimbeessaa-1, hojjataa guyyaa-8,
|
Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu
|
Mahandiisaa fi foormaanii
|
Eerga karoorfame booda
|
|
100%
|
0:05
|
2
|
Hojii sarveeyaraa hojjachuu
|
Sarvayeera
|
Eerga bakki hojii beekame booda
|
|
100%
|
1:00
|
3
|
Qooffaruu (excavation)
|
Oppiretara
|
Eerga hojiin sarvayeera dhume booda
|
|
95% - 100%
|
4:00
|
2
|
Safaruu, galmeessuu fi gabaasa gochuu
|
Formaanii
|
Erga hojin dhume booda
|
|
100%
|
0:15
|
2
|
5.8.Ujummoo hidhuu (Pipe installation)Loodara (2.0-2.5m3)-1, ujummo 8, =42” formaanii ijaarsaa-1 ginbeessaa -4, H/guyyaa-16, opiretara lodaraa-1, gargaaraa-1, sarvayeera-1
|
Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu
|
Mahaandisaa fi formaanii
|
|
|
95% - 100%
|
0:05
|
2
|
Hojii sarveeyaraa hojjachuu
|
Sarvayeera
|
Eerga bakki hojii beekame booda
|
|
100%
|
0:55
|
3
|
Bedding and placing
|
Oppiretara
|
Eerga hojiin sarvayeera dhume booda
|
|
95 % -100%
|
2:25
|
2
|
Deebisanii guutuu(backfill)
|
“
|
Erga hojjatame booda
|
|
95% – 100%
|
3:10
|
3
|
Damaddamuu
|
“
|
Erga hojiin dhume booda
|
|
|
0:55
|
2
|
Jabeenya isaa mirkaneeffachuu (ensuring quality)’
|
Materiyaaliistii
|
Erga hojin dhume booda
|
|
100%
|
0:50
|
3
|
Safaruu, galmeessuu fi gabaasa gochuu
|
Formaanii
|
Erga hojiin dhume booda
|
|
100%
|
0:48
|
2
|
5.9.‘Class ‘A’ concrete-16m3, Garee:-lodara -1(2.5-3m3),Konkolaaataa garagalchaa-1,bishaan boottee(12000-14000), Mikserii(Concrete Mixer)-2, ‘Concrete Vibrator-1’, Meeshaalee harkaa(wheel barrows, wire pliers, crowbars etc.,) Formaanii istiraakcherii-1, Hojjetaa humnaa-80, Op. Mikseerii-1,Gimbeessaa-2, Anaaxii-2,Konkolaachisaa garagalchaa-1.opiretara lodara-1, Gargaaraa-1
|
Qabeenya adda baasuu fi bobbaasuu
|
|
|
|
|
0:05
|
|
Hojii konkiiritii
|
Formaanii
|
Eergaa qabeenyii bbakka hojii gahee booda
|
|
|
3:25
|
3
|
Safaruu, galmeessuu fi gabaasa gochuu
|
Formaanii
|
Erga hojiin dhume booda
|
|
100%
|
0:48
|
2
|
6.Hojii hojjatame safaruun ragaa kaffaltii qopheessuu fi mirkanessisuu
|
H/G Piroojektii
|
Erga xumurame booda
|
|
100%
|
18:00
|
3
|
7.Hordoffii fi gamaggama raawwii hojii pirojeektootaa yeroo yeroo dhaan taasisuu
|
“
|
Yeroo hojii piroojektii
|
|
95% -100%
|
|
3
|
8.Gabaasa raawwii hojii qophessuu
|
“
|
Erga xumurame booda
|
|
100%
|
4:30
|
3
|
9.Ergaa piroojektiin xumurame qabeenyaa bakka hojiitii deebisuu (demobilization)
|
A/H/D/ dulchinsa qabeeyaa fi dhiyeessaa
|
Erga piroojektiin xumurame booda
|
|
100%
|
40:00
|
3
|
10.Xalayaa akka wal harkaa fudhiinsii taasifamu barreessu
|
Ijaarsa Daandii
|
Erga piroojektiin xumurame booda
|
|
100%
|
00:30
|
2
|
11.Abba hojii wajjin hojii hojjetame walharkaa fudhinsa duraa fi xumuraa taasiisuu
|
Ijaarsaa fi bulchinsa koontiraataa
|
“
|
|
100%
|
16:00
|
2
|
Dostları ilə paylaş: |
|
|