Manu’alii A/H/Funca Dudhaa-2003


Hojiiwwan GurguddooA/H/I/Misooma Funca Dudhaa



Yüklə 276,29 Kb.
səhifə5/6
tarix18.08.2018
ölçüsü276,29 Kb.
#72832
1   2   3   4   5   6

Hojiiwwan GurguddooA/H/I/Misooma Funca Dudhaa


A/H/I/Misooma Funca Dudha hojiiwwan gurguddoo raawwatu keessa:-

  • Omishaale gabaa biyya alaa fi biyya keessatii dorgomaa ta'an adda baasuu,

  • Gabaa bu'aa qabuu fi moo'ataa ta'e adda baasuu,

  • Xinxala carraa addaa nannoon qabu gaggeessu (Analysis of comparative and competitive advantage),

  • Ulaagaalee gabaan barbaaduu adda baasuu fi qindeessu (Investigate market requirements and specifications),

  • Haala omisha fi qabiinsa omisha boodaa gabaan barbaadu adda baasuu,

  • Deeggarsa gabaa barbaachisan adda baasu,

  • Bu'uura gabaa barbaachiisu adda baasuu,

  • Qorannicha ilaachisee Hubannoo Uumuu

  • Gabaan Wal-hidhaminsa fi itti fufinsa akka qabaatu mirkaneesu

Hojiiwwan armaan oli ibsaman akka waligalaa kan raawwatammu yammuu ta’u. Garu hojjiiwwan Sadarkaa Naannoo (Biiroo), Godinaa fi Aanaleetti raawwataman akka arman gadi ta’u.

  1. Sadarkaa Naannootti (Biirootti)

  • Omishaale gabaa biyya alaa fi biyya keessatii dorgomaa ta'an adda baasuu,

  • Gabaa bu'aa qabuu fi moo'ataa ta'e adda baasuu,

  • Xinxalaa haala dinagdee funcaa duudha(economic analysis) geegeesuu

  • Xinxala carraa addaa nannoon qabu gaggeessu (Analysis of comparative and competitive advantage),

  • Ulaagaalee gabaan barbaaduu adda baasuu fi qindeessu (Investigate market requirements and specifications),

  • Haala omisha fi qabiinsa omisha boodaa gabaan barbaadu adda baasuu,

  • Qorannicha ilaachisee Hubannoo Uumuu

  • Gabaan Wal-hidhaminsa fi itti fufinsa akka qabaatu mirkaneesu

  • Mapii qorannoo fuuncaa duudha Qopheesuu

  • Xinxalaa haala gabaa omishaalee filatamanii adeemsiisuu

  • Haala Bulchiinsa garee ‘value chain’ii omishichaa qorachuu

  • Hirmaatoota sadarkaa sadarkaa irratti jiran, Gahee isaanii bahuuirratti haala jiru, rakkoolee, madda, fala, carraa fi tarkaanfii qorachuu (adda baasuu)

  • Bu'aa qorannoo jalqabaa qindeessuu fi mareen gabbisuu

  • Leenji, marii, workshooppi adda adda qaamoota dhimmi ilaaluf kennuu.

  1. Sadarkaa Godinaalleetti

  • Baayina Omishalee akka godinatii jiran fi qulqullina isaanii addan baasuu

  • Buuraa misooma gabaa kan akka mana kuusa,iddoo gabaa,geejibaa fi kknf akka godinatii jiru addan baasuu

  • Baayinaa daldaltootaa Waldaalee buuraa fi ‘’Union’’ godina addan baasuu

  • Ragaa sasabuu fi gabasaa aanaalee qindeessuu fi gama biiroo ergu.

  • Hirmatoota gabaa fuuncaa duudhaa adda addaa akka godinaattii jiraan addan baasuu

  • Baabaliinaa gabaa omishalee filataamanii irratti adeemsisuu

  • Deeggarsa gabaa barbaachisan adda baasu fi kkf



  1. Sadarkaa Aanaalleetti

  • Ragaa basii omishaa (production cost) aanichaa sasabuu

  • Bu’uuraa misooma gabaa kan akka mana kuusa, iddoo gabaa fi geejibaa akka Aanatii jiru addan baasuu

  • Ragaa Baayina Omishalee sadarkaa qulqullina isaanii sasabuu.

  • Hirmatoota gabaa fuuncaa duudhaa adda addaa akka aanaattii jiraan sasabuu.

  • Ragaa sasabuu fi gabasaa adda addaa qopheesuu

  • Hirmatoota gabaa fuuncaa duudhaa adda addaa akka godinaattii jiraan addan baasuu

  • Baabaliinaa gabaa omishalee filataamanii irratti adeemsisuu.

  • Deeggarsa gabaa barbaachisan adda baasu fi kkf


  1. Ibsa Hojjiilee A/H/I/MFDG keessati Raawwatamu

13.1 Qorannoo Funca Dhudhaa Gabaa Gaggeessu


Ibsa:- Kaayyoon hojii kana qorannoo fedhii gabaa omishoota carraa bal’aa gabaa biyya keessaa fi biyya alaa qabanii fi omishtootaafis bu’aa garrii argamsiisuu danda’an addaan baasuu fi maamiltoonni bal’inaan gara omishaatti akka seenan kakaasuuf akka tolu gabaa amansiisaa fedhiin isaa beekamu dursee mijeessuudha. Kanaafuu, bu’aan dhumaa (output) adeemsa kana omisha addaan bahee fi gabaa fedhii isaa waliin addaan bahee dha.

Tartiiba Hojilee gurguddoo sochii hojii ‘Qorannoo Fedha Gabaa Gaggeessu’



  • Omishaalee misoomni Funca Dudhaa ittin gaggeefamuu filachuu

  • Omishaalee adda bahan irratti xinxaala gaggeesuu

  • Maapii Funca Dudhaa

  • Baayinaa fi humna hirmaatoota funca dudhaa adda baassuu

  • Xinxaala haala Dinagdee/ ’Economic Analysis’

  • Xinxaala gabaa dhumaa fi dorgomtumaa

  • Haala Bulchiinsa garee ‘value chain’ii omishichaa qorachuu

  • Hirmaatoota sadarkaa sadarkaa irratti jiran, Gahee isaanii bahuuirratti haala jiru, rakkoolee, madda, fala, carraa, tarkaanfii, qaama, gahee isaanii qorachuu (adda baasuu)

  • Bu'aa qorannoo jalqabaa qindeessuu fi mareen gabbisuu

Chaarti Yaa'insa Sochii Hojii 'Qorannoo Funca Dudhaa Gabaa Gaggeessu''

Lakk

Hojiiwwan raawwataman



Qorannoo Funca Dudhaa gaggeessuu



-Omishaalee misoomni Funca Dudhaa ittin gaggeefamuu filachuu.




Ulaagaalee filannoo omisha qopheessuu




Poteenshaala gabaa biyya keesaa fi biyya alaa xinxaalu dhan, omishaalee Fillannoo misooma funca dudhaatiif dorgoman adda baassuu.




Ragaalee barbaachisanii fi burqaalee isaanii adda baasuu




Tooftaa ragaa sassaabbii fi qabeenya barbaachisu adda baasuu




Ragaa guuru, qindeessuu fi xiinxaluu




Bu’aa xinxaala irratti hundaa’un omishaalee madaaluu




Omishaalee madaalamaniif sadarkaa keenuu fi filachuu.



Omishaalee adda bahan irratti xinxaala gaggeesuu.



Maapii Funca Dudhaa




Omishaalee filatamaniif iddoo ittin omishaman (gandaa, aanaa, godina fi kkf) fi gabaa adda baassuu (final product and end market)




Saddarkaa funcaa adda addaa irratti hojilee hojjataman adda baassuu (hirmaatoota gabaatiin)




Hirmaatoota ijoo funcaa dudhaa adda baassuu (micro level actors)




Hirmaatoota funca sadarkaa sadarkaatiin ka’u.




Walitti dufeenya funcaa madaalu/xinxaaluu




Deegartoota funca dudhaa fi gahee isaanii adda baassuu.




Misooma funca dudhaatiif qoda qabdoota haala mija’aa uman adda baasuu




Ragaalee sasaabaman qindeesuu




Maapii dhumaa qopheesuu



Baayinaa fi humna hirmaatoota funca dudhaa adda baassuu.




Ragaalee barbaachisanii fi burqaalee isaanii adda baasuu




Tooftaa ragaa sassaabbii adda baasuu




Ragaa guuru, qindeessuu fi xiinxaluu




Bu’aa xinxaala irratti hundaa’un hirmaatoota fi gahee isaanki sadarkaa sadarkaatiin jiran lakkofsaan, dibeentaan fi kkf ka’u.



Xinxaala haala Dinagdee/ ’Economic Analysis’




Xinxaala Gahee gabaa funca dudhaa

  • Xinxaala omishaa fi itti fayyadama (production and consumption) gaggeessuu

  • Xinxaala al-erge fi al-galee funca dudhaa gaggeessuu.

  • Xinxaala funca dudhaa gahee al-ergee irra qabuu.




Funca dudhaa keesatti dabala dudhaa hirmaatootni qaban xinxaaluu.




Fayyadamuumaa gahee taphatoota funca dudhaa (pirofitablity) xinxaaluu




Ulaagaa safartuulee funca dudhaatiif ka’u.

-‘unit cost of production’

-‘labour cost’

-‘comparative advantege’ fi kkf





Xinxaala gabaa dhumaa fi dorgomtumaa

  • ‘unmet market dd’

  • ‘trend’

  • ‘Grouth potential’ and so on.



Haala Bulchiinsa garee ‘value chain’ii omishichaa qorachuu



Hirmaatoota sadarkaa sadarkaa irratti jiran, Gahee isaanii bahuuirratti haala jiru, rakkoolee, madda, fala, carraa, tarkaanfii, qaama, gahee isaanii qorachuu (adda baasuu)



Bu'aa qorannoo jalqabaa qindeessuu fi mareen gabbisuu




Gabaasa qorannoo jalqabaa qindeessuu




Hirmaattota waltajjii maree adda baasuu




sagantaa waltajjii maree qopheessuu fi waamicha dabarsuu




Bu'aa qorannoo dhiyeessuu




yaada fudhachuu




qaawwaa qorannicha adda baasuu




qaawwa duuchuuf ragaalee guuramuu qaban adda baasuu




Ragaa barbaachisuu guuruu, qindeessuu fi xiinxaluu


Ibsa Yaa'insa Sochii Hojii 'Qorannoo Funca Dudhaa Gabaa Gaggeessu':

  1. Omishaalee misoomni Funca Dudhaa ittin gaggeefamuu filachuu

Tartiiba Hojilee Gurguddoo sochii hojii kana keessatti hammataman

  • Ulaagaalee filannoo omisha qopheessuu

  • Omishaalee madaalamaniif sadarkaa keenuu fi filachuu

  • Ragaalee barbaachisanii fi burqaalee isaanii adda baasuu

  • Tooftaa ragaa sassaabbii fi qabeenya barbaachisu adda baasuu

  • Ragaa guuru, qindeessuu fi xiinxaluu

  • Bu’aa xinxaala irratti hundaa’un omishaalee madaaluu

  • Poteenshaala gabaa biyya keesaa fi biyya alaa xinxaalu dhan, omishaalee Fillannoo misooma funca dudhaatiif dorgoman adda baassuu.

  1. Omishaalee adda bahan irratti xinxaala gaggeesuu

  2. Maapii Funca Dudhaa

Tartiiba Hojilee Gurguddoo sochii hojii kana keessatti hammataman

  • Saddarkaa funcaa adda addaa irratti hojilee hojjataman adda baassuu (hirmaatoota gabaatiin)

  • Omishaalee filatamaniif iddoo ittin omishaman (gandaa, aanaa, godina fi kkf) fi gabaa adda baassuu (final product and end market)

  • Hirmaatoota ijoo funcaa dudhaa adda baassuu (micro level actors)

  • Misooma funca dudhaatiif qoda qabdoota haala mija’aa uman adda baasuu

  • Walitti dufeenya funcaa madaalu/xinxaaluu

  • Deegartoota funca dudhaa fi gahee isaanii adda baassuu

  • Hirmaatoota funca sadarkaa sadarkaatiin ka’u

  • Maapii dhumaa qopheesuu

  • Ragaalee sasaabaman qindeesuu




  1. Baayinaa fi humna hirmaatoota funca dudhaa adda baassuu

Tartiiba Hojilee Gurguddoo sochii hojii kana keessatti hammataman

  • Bu’aa xinxaala irratti hundaa’un hirmaatoota fi gahee isaanki sadarkaa sadarkaatiin jiran lakkofsaan, dibeentaan fi kkf ka’u

  • Tooftaa ragaa sassaabbii adda baasuu

  • Ragaa guuru, qindeessuu fi xiinxaluu

  • Ragaalee barbaachisanii fi burqaalee isaanii adda baasuu

  1. Xinxaala haala Dinagdee/ ’Economic Analysis’

Tartiiba Hojilee Gurguddoo sochii hojii kana keessatti hammataman

  • Xinxaala Gahee gabaa funca dudhaa

  • Xinxaala omishaa fi itti fayyadama (production and consumption) gaggeessuu

  • Xinxaala al-erge fi al-galee funca dudhaa gaggeessuu.

  • Xinxaala funca dudhaa gahee al-ergee irra qabuu.

  • Funca dudhaa keesatti dabala dudhaa hirmaatootni qaban xinxaaluu.

  • Fayyadamuumaa gahee taphatoota funca dudhaa (pirofitablity) xinxaaluu

  • Ulaagaa safartuulee funca dudhaatiif ka’u.

-‘unit cost of production’

-‘labour cost’



Yüklə 276,29 Kb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin