Manu’álii hojii



Yüklə 432,84 Kb.
səhifə5/6
tarix18.08.2018
ölçüsü432,84 Kb.
#72833
1   2   3   4   5   6

  1. Hojiiwwan GurguddooA/H/I/TOBG

A/H/I/ TOBG hojiiwwan gurguddoo raawwatu keessa:-







  • Sirna odeeffannoo gabaa diriirsuu: sirna dhiyeessa odeeffannoo gabaa diriirsuuf hojiiwwan hojjataman

  • Odeeffannoo gabaa guuruu, qindeessuu, xiinxaluu fi tamsaasuu

  • Networkii fi odeeffannoo gabaa bulchu



  • Exihibishinii qopheessuu

  • W/tajjii marii mijeessuun kan omishuu fi kan bituu giddutti w/qunnamtii mijeessu

  • Midiyaa adda addaa fayyadamun hjojii beeksiisaa fi promoshinii hojjachuu

  • Maxxansa adda addaatin hojii beeksiisaa fi promoshinii hojjachuu, profaayilii omishaalee qopheesuu

  • Barulee qopheesuu dhaan haala gabaa naanichaa yeroo yeroo dhan baasuu

  • Haala gabaa fi gatii hordofuu dhan yeroo yeroo dhan motumaa naannoo fi qamoolee ilaalatuun beeksisuu fi yaada dhiheesuu

  • Hordoffii fi deeggarsaa taasisuu

Hojiiwwan armaan oli ibsaman akka waligalaa kan raawwatammu yammuu ta’u. Garu hojjiiwwan Sadarkaa Naannoo (Biiroo), Godinaa fi Aanaleetti raawwataman akka arman gadi ta’u.


  1. Sadarkaa Naannootti (Biirootti)

  • Odeeffannoon Omishaale gabaa biyya alaa fi biyya keessatii dorgomaa ta'an adda baasuu,

  • Odeeffannoon Gabaa bu'aa qabuu fi moo'ataa ta'e adda baasuu,

  • Fedhii maamitoota garaagaraa qorachuu fi adda baasuu

  • Gabaalee odeeffannoon irraa sassaabaman (biyya keessaa fi alaa) adda baasuu

  • Toftaalee odeeffannoon itti sassaabamuu fi tamsaa’u adda baasuu (mediyaa

  • Sirna odeff. Itti sassaabamuu fi tamsa’u diirsuu

  • Wirtu odeefannoo gabaa ittin sasaabamuu fi tamsaa’u hundeessu

  • Odeeffanno Sassaabuu Qindeessuu, xinxaluu fi tamsaasuu

  • Wirtulee Meeshaan deegaru

  • Xinxalaa haala gabaa omishaalee filatamanii adeemsiisuu

  • Hirmaatoota sadarkaa sadarkaa irratti jiran, Gahee isaanii bahuuirratti haala jiru, rakkoolee, madda, fala, carraa fi tarkaanfii qorachuu (adda baasuu)

  • Hojjatoota TOG haaraan qaxaraman fi kan turan leenji, marii, workshooppi adda adda qaamoota dhimmi ilaaluf kennuu.

  • Hordoffii fi deeggarsaa keenuu

  • Gamaagama hojii gaggeessuun kan fula duraa foyyeessu

  • Exihibishinii qopheessuu

  • W/tajjii marii mijeessuun kan omishuu fi kan bituu giddutti w/qunnamtii mijeessu

  • Midiyaa adda addaa fayyadamun hjojii beeksiisaa fi promoshinii hojjachuu

  • Maxxansa adda addaatin hjojii beeksiisaa fi promoshinii hojjachuu, profaayilii omishaalee qopheesuu

  • Barulee qopheesuu dhaan haala gabaa naanichaa yeroo yeroo dhan baasuu

  • Haala gabaa fi gatii hordofuu dhan yeroo yeroo dhan motumaa naannoo fi qamoolee ilaalatuun beeksisuu fi yaada dhiheesuu

  • Waljijjirraan odeeffannoo qamolee omishuu fi kan bituu giddutti akka umamuu haala mijeessu

  • Toftaan yaada/ komiin maamiltoota/qooda qabdoota irraa ttin sassaabamu qopheessu

  • Maamiltoota/qooda qabdoota irraa duub-deebii sassaabuu

  • Yaada foyya’insa TOBG fuladuraatif maddisisuu

  • Waltajjii adda addaa umuun ittiqufiinsa maamiltoota/qooda qabdoota madaaluu




  1. Sadarkaa Godinaalleetti

  • Odeeffanno Sassaabuu Qindeessuu, xinxaluu fi tamsaasuu

  • Waljijjirraan odeeffannoo qamolee omishuu fi kan bituu giddutti akka umamuu haala mijeessu

  • Toftaan yaada/ komiin maamiltoota/qooda qabdoota irraa ttin sassaabamu qopheessu

  • Maamiltoota/qooda qabdoota irraa duub-deebii sassaabuu

  • Yaada foyya’insa TOBG fuladuraatif maddisisuu

  • Ragaa sasabuu fi gabasaa aanaalee qindeessuu fi gama biiroo ergu.

  • Hordoffii fi deeggarsaa barbaachisan adda baasu

  • Gamaagama hojii gaggeessuun kan fula duraa foyyeessu yaada dhiiheessu




  1. Sadarkaa Aanaalleetti

  • Odeeffanno Sassaabuu Qindeessuu, xinxaluu fi tamsaasuu

  • Ragaa gabaa aanichaa sasabuu

  • Ragaa Baayina Omishalee sadarkaa qulqullina isaanii sasabuu.

  • Ragaa sasabuu fi gabasaa adda addaa qopheesuu

  • Baabaliinaa gabaa omishalee filataamanii irratti adeemsisuu.

  • Deeggarsa gabaa barbaachisan adda baasu fi kkf
  1. Ibsa Hojjiilee A/H/I/TOBG keessati Raawwatamu

13.1 Bulchinsa Odeefannoo Gabaa Gaggeessu



Ibsa Gabaa omisha qonnaa babal’isuu fi saffisiisuu keessatti tajaajilli odeeffannoo gabaa iddoo ol’aanaa kan qabuu dha. Tajaajila odeeffannoo gabaa yeroo, qulqullinaa fi ballinaan hirmaattota gabaaf dhiyeessuun hirmaattoti gabaa hirmaannaa godhan irratti murtii haqa qabeessa ta’e akka Kennan gargaaruun gama tokkoon bu’a qabeessa akka ta’an kan taasisuu fi gama biroon qonni naannichaa gabaan akka hogganamu gochuun gahee ol’aanaa kan xabatuu dha.

Bulchinsa Odeefannoo gabaa jeechun; ragaalee odeefannoowwan gabaa kan akka gatii, feedhii, dhiheesii, qulqulinaa fi kkf Sasaabu, kurfeesuu, qindeesuu fi tamsaasu dha.



Tartiiba Hojilee gurguddoo sochii hojii ' Bulchinsa Odeeffanno Gabaa ':


  1. Wirtoolee odeeffannoon gabaa irraa guuraman fi/ykn itti tamsaasaman hundeessuu, network diriirsuu:

Naannicha keessatti wirtoolee odeeffannoon gabaa irraa funaanamanii fi/ykn itti tamsaasaman yeroo yeroon baballisaa adeemuun barbaachisaa ta’a. Haaluma kanaan wirtoolee kana babbalisaa adeemuuf hojiiwwan raawwataman

  • Iddoowwan wirtooleen odeeffannoo gabaa itti hundeeffamuu qaban (bara tokkotti) qoratanii adda baasuu;

  • Waajjiraa fi meeshaalee barbaachisanii guutuu;

  • Humna namaa filachuu fi leenjisuu;

  • Wirtoolee kana wirtuu naannoo irra jiru waliin networkiidhaan wal-quunnamsiisuu; ta’u.




  1. Sirna odeeffannoo gabaa diriirsuu: sirna dhiyeessa odeeffannoo gabaa diriirsuuf hojiiwwan hojjataman

  • Akaakuu omishaaleen odeeffannoon irratti sassaabamuu fi gosa isaanii adda baasuu;

  • Gosa odeeffannoo sassaabamuu adda baasuu;

  • Odeeffannoon gabaalee irraa sassaabaman adda baasuu;

  • Odeeffannoowwan yeroo meeqa-meeqaan akka sassaabamu adda baasuu;

  • Unkaalee odeeffannoon ittiin sassaabaman adda qopheessuu;

  • Haala (tooftaa) odeeffannoon ittiin sassaabamu qopheessuu

  • Sistama odeeffannoon wirtoolee irraa itti fudhataman diriirsuu;

  • Sab-quunnamtiiwwan tamsaasa odeeffannoof gargaaran adda baasuu fi haala waliin hojjatamu mijeessu;

  1. Odeeffannoo gabaa guuruu, qindeessuu, xiinxaluu fi tamsaasuu

Tajaajilli Odeeffannoo keennamu omishaalee qonnaa irratti kan xiyyeeffatu yoo ta’u illee, akka barbaachisummaa isaatti omishaalee biroo irrattis ni keennama. Kuniis: gatii omishaalee filataman irratti, hii haaa dhiheessaa fi fedhii omishaalee filataman irratti, ulaagaa sadarkaa fi qulqul’inaa irratti, ulaagaa gabaa (trade barriers), fi kkf irratti ni ta’a.

Tartibnii hojii kanaas;



  • Odeeffannoo gabaa gabaalee irraa sassaabuu;

  • Sadarkaa wirtoleetti qindeessuu

  • Wirtoolee irraa naannoof dabarsuu

  • Sadarkaa naannootti qindeessuu, xiinxaluu, gabaasa qopheessuu;

  • Wirtoolee fi sab-quunnamtiiwwaniif dabarsuu

  1. Networkii fi odeeffannoo gabaa bulchu




























































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































Chaarti Yaa'insa Sochii Hojii ‘Bulchinsa Odeeffanno Gabaa’

























































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































mitti




mitti


















































































Eeyyen




Eeyyen




Eeyyen





































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































































Yüklə 432,84 Kb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin