-
|
Odeefannoo gabaa sasaabuu, qindeesuu fi tamsaasuu
|
|
8870
|
|
|
-
|
Fedhii Odeeffannoo Gabaa adda baasuu (Gosa odeef. Fi madda adda baasu)
|
|
|
|
|
-
|
Fedhii maamitoota garaagaraa qorachuu fi adda baasuu
-
Ragaalee barbaachisan sasaabu
-
Ragaalee sasaabaman qindeesuu fi xinxaaluu
-
Shortlistii feedha odeefannoo gabaa qaamoolee adda addaa qopheessuu
-
Dokumantii qophaa’e irratti manejimantii waliin mari’achuu
-
Dokumantii dhumaa qopheesuu
|
Jalqaba wagaa irratti
|
106
|
Naannoo
|
-
|
Gabaalee odeeffannoon irraa sassaabaman (biyya keessaa fi alaa) adda baasuu
-
Ragaalee barbaachisan sasaabu
-
Ragaalee sasaabaman qindeesuu fi xinxaaluu
-
Dokumantii wixinee qopheessuu
-
Dokumantii qophaa’e irratti manejimantii waliin mari’achuu
-
Dokumantii dhumaa qopheesuu
|
Feedhiin maamiltootaa erga adda bahee booda kan hojjatamuu ta’a
|
106
|
Naannoo
|
-
|
Toftaalee odeeffannoon itti sassaabamuu fi tamsaa’u adda baasuu (mediyaa dabalatee)
-
Ragaalee barbaachisan sasaabu
-
Ragaalee sasaabaman qindeesuu fi xinxaaluu
-
Dokumantii wixinee qopheessuu
-
Dokumantii qophaa’e irratti manejimantii waliin mari’achuu
-
Dokumantii dhumaa qopheesuu
|
Iddo odeefannoon ittin sasaabamuu erga adda bahee booda
|
114
|
Naannoo
|
-
|
Sirna odeff. Itti sassaabamuu fi tamsa’u diirsuu
|
Toftaa odeefannoon ittin sasaabamuu fi tamsaa ‘u adda bahee booda
|
|
|
-
|
Wirtu odeefannoo gabaa ittin sasaabamuu fi tamsaa’u hundeessu
-
Qaamoolee waajira keenuu danda’an wajji mari’achuu
-
Waajira haayamsisuu fi iddoo qopheessuu
|
Toftaa odeefannoon ittin sasaabamuu fi tamsaa ‘u adda bahee booda
|
84
|
Naannoo/Goodina/Aanaa
|
-
|
Humna namaa qaxaruu
-
Sadarkaa fi muxannoo barbaachisuu qopheessuu
-
Beeksisa baasuu fi dorgomtoota galmeessuu
-
Dokmantii dorgoomtootaa calaluu
-
Dorgomtoota filataman waamu
-
Dorgomtoota filataman qorachuu
-
Dorgoomtoota qorannoo darban waamuu
-
Dorgoomtoota moo’atan wajii waligaltee seenuu
|
Erga Wirtu odeefannoo gabaa ittin sasaabamuu fi tamsaa’u hundaa’e booda
|
296
|
Naannoo/Goodina/Aanaa
|
-
|
Hojjatoota TOG haaraan qaxaraman fi kan turan Leenjjisuu
-
Maanuwaalii leenjii qopheessuu
-
TORii qopheessuu
-
Iddoo leenjiin ittin keenamuu qopheessuu
-
Hojjatoota leenjii’aniif waamicha dabarsuu
-
Leenjii keenuu
|
Hojjatootni TOG erga qaxaramanii booda
|
200
|
Naannoo
|
-
|
Wirtulee Meeshaan deegaru
-
Meeshaaleen barbaachisan akka bitaman ‘spheesifikeeshni’ qopheessuu fi gaafii dhiheesuu
-
Meshaalee geejibu fi raabsuu
|
Hojjatootni TOG erga qaxaramanii booda
|
560
|
Naannoo/Goodina/Aanaa
|
-
| -
Sirna odeeffannoon itti sassaabamuu fi tamsa’u qopheessuu/foyyeessu
|
|
|
|
-
|
Odeeffanno Sassaabuu Qindeessuu, xinxaluu fi tamsaasuu
-
Toftaalee odeeffannoon itti sassaabamuu fi tamsa’u adda baasuu
-
Odeeffannoo gabaalee irraa guuruu fi naannoof dabarsuu
-
Odeeffannoo gabaalee irraa darban qindeessuu
-
Xiinxalla odeeffannoo gabaa yeroo adda addaa gaggeessu
-
Odeeffannoo mediyaa adda addaatin tamsaasuu (gatii, qulqul’ina, dhiheessaa fi fedhii omishaa irratti)
|
Erga Hojjatootni TOG leenji’an booda
|
7424
|
Naannoo/Goodina/Aanaa
|
|
Hojii babal’isa gabaa fi w/qsisa gabaa
|
|
5455
|
|
|
|
Exihibishinii qopheessuu
|
Erga wamamni hirmaatootaaf godhamee booda
|
480
|
Naannoo/Godina
|
|
W/tajjii marii mijeessuun kan omishuu fi kan bituu giddutti w/qunnamtii mijeessu
|
Sodaan rakoo gaba yoo mul’atu
|
1440
|
Naannoo/Godina/Aanaa
|
|
Midiyaa adda addaa fayyadamun hjojii beeksiisaa fi promoshinii hojjachuu
|
Erga ragaaleen xinxaalaman booda
|
480
|
Naannoo/Goodina/Aanaa
|
|
Maxxansa adda addaatin hjojii beeksiisaa fi promoshinii hojjachuu, profaayilii omishaalee qopheesuu
|
Erga ragaaleen xinxaalaman booda
|
480
|
Naanno
|
|
Barulee qopheesuu dhaan haala gabaa naanichaa yeroo yeroo dhan baasuu
|
Erga ragaaleen xinxaalaman booda
|
480
|
Naannoo
|
|
Haala gabaa fi gatii hordofuu dhan yeroo yeroo dhan motumaa naannoo fi qamoolee ilaalatuun beeksisuu fi yaada dhiheesuu
|
Erga ragaaleen xinxaalaman booda
|
365
|
Naannoo/Godina/Aanaa
|
|
Hordoffii fi deeggarsaa
|
Kurmaan akurmaanaan
|
320
|
Naannoo/Goodina
|
|
Gamaagama hojii gaggeessuun kan fula duraa foyyeessu
|
Erga hordofiin gaggeefamee boda
|
320
|
Naannoo/Goodina/Aanaa
|
|
Waljijjirraan odeeffannoo qamolee omishuu fi kan bituu giddutti akka umamuu haala mijeessu
|
Kurmaan akurmaanaan
|
320
|
Naannoo/Goodina/Aanaa
|
|
Hordoffii fi gamaagama TOG
|
|
|
|
10.1.
|
Toftaan yaada/ komiin maamiltoota/qooda qabdoota irraa ttin sassaabamu qopheessu
|
Jalqaba wagaa irratti
|
100
|
Naannoo/Goodina/Aanaa
|
10.2.
|
Maamiltoota/qooda qabdoota irraa duub-deebii sassaabuu
|
Erga odeefannoon tamsaa’e booda
|
200
|
Naannoo/Goodina/Aanaa
|
10.3.
|
Waltajjii adda addaa umuun ittiqufiinsa maamiltoota/qooda qabdoota madaaluu
|
Kurmaana kurmaanaan
|
320
|
Naannoo/Goodina/Aanaa
|
10.4.
|
Yaada foyya’insa TOG fuladuraatif maddisisuu
|
Waltajiin erga gaggeefamee booda
|
150
|
Naannoo
|