Mootummaa naannoo oromiyaatii


Maappii Adeemsa Hojii Odiitii Keessaa ( Higher level Map)



Yüklə 413,82 Kb.
səhifə5/10
tarix24.11.2017
ölçüsü413,82 Kb.
#32730
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10

2.3 Maappii Adeemsa Hojii Odiitii Keessaa ( Higher level Map)



Gaaffii Gamaaggama To’annoo Keessaa

(Internal control evaluation questionnaire) Qopheessuu




Lakkoofsa Raawwachuu


Lakk. Maallaqa Callaa (haftee)

Lakk. Meeshaa (haftee)





Kooppiiwwan gabaasaalee fudhachuu (obtaining copy of reports)





Odiitii Raawwii (performance)

Odiitii Qabeenyaa raawwachuu

Odiitii faayinaansii raawwachuu



Wiixinee Gabaasaa qopheessuu



4




Gabaasa irratti marii taasisuu (exit conference)




Gabaasa Qulqulu

Walii galamee Dhiyaatee





5


2.4 Maamiltootaa fi Dhimmamtoota Adeemsaa



2.4.1 Maamiltoota


  • Manaajimantii,

  • Hojatonii ATMJO

2.4.2 Dhimmamtoota


    • BMMDO

    • Mana Hojii Odiitara Muummichaa oromiaa

    • Komishiinii Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa ormiyaa

    • Komishiinii Poolisii Oromiyaa  







    • Mana Murtii

    • Arjoomtota (Donors)

 

2.4.3 Rakkoolee Maamiltootaa fi Dhimmamtootaan Ibsaman





Rakkoolee

    • Bu’aa odiitii irratti tarkaanfii fi murtee fudhachuu dhabuu,

    • Ragaalee odiitii yeroo argachuu dhabuu

  • Hordoffiin bu’aa odiitii irratti godhamu laafaa ta’uu isaa,

    • Uwwisii hojii odiitii baayee xiqaa ta’uu ( uwwisn hojii odiitii Qabeenyaa , Fandiwwa adda addaa, Ijaarsaa Projeekiit adda addaa kan hin jiree ta’uu isaa)

    • xiyyeffanoo hojii odiitiif keenamuu laafaa ta;u isaa



2.4.4 Fedhii Adeemsa Ijoo Hordoffii fi Deeggarsa Odiitii Keessaa Maamiltootaa fi Dhimmamtootaan Ibsame





Fedhii

    • Odiitiin keessaa haala bilisa ta’een akka gurmaa’u,

  • Humni nama hojii odiitii irratti ramadamu dandeetti fi muxxanno kallatti hojii odiitii akka ta’uu

  • Uwwisiin hojii odiitiif Caasaa humni nama gaha fi oggumaa barbaachiisa ta’ee akka kaawwamu,

  • Gabaasa ragaa barbaachisaadhaan deeggarame, ifaa fi gabaabaa ta’e akka qophaa’uuf (dhihaatuuf) barbaadu.


2.5 Wal-Quunnamtii (Interface) Adeemsi Hojichaa Qaamolee Adda Addaa Waliin Qabu

2.5.1 Kan Keessaa


Qaamota waliin wal-qunnaman

Dhimma wal-qunnamtii

Hogganaa ATMJO




  • Qajeelfamootaa fi kallattiiwwan hojii kominikeeshinii odeeffannoo mootummaa kennuu

  • Karooraa hojii mirkaneessuu fi raawwii hojii yeroo yeroon hordofuu, to’achuu fi gamagamuu

  • Rakkoolee adeemsa hojii keessatti uumamuuf furmaata tarsiimoo kennuu

  • Karoora fi tooftaalee raawwii tarsimoo abbaa taayiticha irratti qajeelfamaa fi murtiiwwan kennuu

  • Tooftaalee fi tarsiimoo hojii abbaa taayitichaa baballisuu irratti kallatti fi odeefannoo kennuu

I/A/Hogganaa

  • Qajeelfamootaa fi kallattiiwwan hojii adeemsichaaf kennuu

  • Karooraa hojii mirkaneessuu fi raawwii hojii yeroo yeroon hordofuu, to’achuu fi gamagamuu

  • Rakkoolee adeemsa hojii keessatti uumamuuf furmaata tarsiimoo kennuu

  • Karoora fi tooftaalee raawwii tarsimoo adeemsichaa irratti qajeelfamaa, odeefannoo fi murtiiwwan kennuu

  • Tooftaalee fi tarsiimoo hojii abbaa taayitichaa baballisuu irratti kallatti fi odeefannoo kennuu

A.H.Dhiyeessaa Bishaan Jallisii

  • Deegarsaa ogummaa kennu irratti

A.H.Eksteenshini misooma jallisii

  • Deegarsaa ogummaa kennu irratti

A.H. Bulchinsaa Iskimootaa

  • Deegarsaa ogummaa kennu irratti

Adeemsa Hojii Bulchiinsa Qabenyaa Namaa

  • Ragaalee xiinxalaaf barbaadaman kennuudhaan,

  • Ibsa hojiiwwan raawwatamanii kennuudhaan,

  • Marii waliin taasisuudhaan

  • Gabaasa fudhachuudh

Adeemsa Hojii Qophi Karooraa, Baajataa, Hordofi fi Gamaagamaa

  • Ragaalee xiinxalaaf barbaadaman kennuudhaan,

  • Ibsa hojiiwwan raawwatamamanii kennuudhaan,

  • Marii waliin taasisuudhaan,

  • Gabaasa fudhachuudhaan

Loojestikii fi Bulchiinsa Qabeenyaa

  • Bittaa meeshaalee fi bulchiinsa qabeenyaa

  • Taajila dhiyeessii fi raabsa meeshalee adda addaa

  • Tajaajila bobbaa konkolaataa fi dhiyeessii loojestikii

  • Tajaajila dokumentii ba’isuu fi gabaasa adda addaa walitti hidhuu

Adeemsa Hojii Bittaa fi Bulchiinsa

Faayinaansii



  • Ragaalee xiinxalaaf barbaadaman kennuudhaan,

  • Ibsa hojiiwwan raawwatamanii kennuudhaan,

  • Marii waliin taasisuudhaan,

  • Gabaasa fudhachuudhaan

  • Loojistiikii mijeessuudhaan

Manaajimantii ATMJO


  • Marii waliin taasisuudhaan

  • Gabaasa fudhachuudhaan

  • Tarkaanfii fudhachuudhaan

Tajaajila Seeraa

Waajjiraalee Godinaa

  • Qajeelfamootaa fi kallattiiwwan hojii kenname sadarkaa godina hojii irra olchuu

  • Karooraa hojii sadarkaa godina fi raawwii hojii yeroo yeroon hordofuu, to’achuu fi gamagamuu

Waajjiraalee Aanaa

  • Qajeelfamootaa fi kallattiiwwan hojii kenname sadarkaa aanaa hojii irra olchuu

  • Karooraa hojii sadarkaa aanaa fi raawwii hojii yeroo yeroon hordofuu, to’achuu fi gamagamuu

2.5.2 Wal-Quunnamtii Alaa





Lakk.

Qaama quunnamtiin waliin taasifamu

Dhimma itti wal-quunnamamu

1

Baankii waliin

Hafte madaallii herrega baankii kennuudhaan

2

MMDO

Deeggarsa adda addaa kennuudhaan

3

Dhiyeessitootaa fi

Kontiraaktaroota



  • Kaffalamamoowwan maqaa dhiheessitootaatiinii fi kontiraaktarootaatiin qabame qulqulleeffachuuf

  • Walitti qabamoowwan dhiyeessitootaa fi kontiraaktarootaaf durfamee tajaajilli osoo hin kennaminii fi meeshaan osoo hin galiin kaffalame mirkaneessuuf

4

Mana Hojii Odiitara Muummichaa oromiyaa

Deeggarsa ogummaa kennuudhaan




Yüklə 413,82 Kb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin