Mootummaa naannoo oromiyaatii


Garaagarummaa Hojichi Ittiin Hojjatamaa Jiruu Fi Fedhii Maamiltootaa (Performance Gap)



Yüklə 413,82 Kb.
səhifə6/10
tarix24.11.2017
ölçüsü413,82 Kb.
#32730
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10

2.6 Garaagarummaa Hojichi Ittiin Hojjatamaa Jiruu Fi Fedhii Maamiltootaa (Performance Gap)


Lak

Hojii Hojjatamu

Hojii hojjatamaa ture

Fedhii maamilotaa

Garaagarumaa

Yeroon (Guyyaa)

Qulqullinaan

Yeroon

Qulqullinaan

Yeroon




Xiinxala







Ji’a 1 keessatti







1

Xiinxala faayinaansii

44

Hojji hojjetame sirna diriire waliin madaluu dhabuu,




Gu.14

Hojji hojjetame sirna diriire waliin madaalamee akka dhiyaatu,

Gu.30

2

Xiinxala Qabeenyaa

22

Gu.7

Gu.13

3

Xiinxala Tasaa

Waggaatti 4

Ji’atti gu.1

Gu.8

4

Xiinxala addaa (dhimma tokko)

Gu. 7

Kan ji’aa, gu.4

Gu.3

5

Gamaaggama Gabaasa mana hojii tokko

Gu.2.5

Gabaasa dhiyaatu guutuu ta’uu, yeroon dhiyaachuu dhabuu fi karoora waliin ilaalame gamaaggamuu dhabuu

Gu.1

Gabaasa guutuu, yeroo kan eeggatee fi karoora waliin kan sime akka ta’u

Gu.1.5

6

Hubanno Cimsuu

Waggatti marsa 2f Gu.60

Jijjiiramni leenjiin argamsiise gamaaggamamuu dhabuu ( impact analysis)

Waggatti marsaa 2f Gu.30

Leenjii kennameen jijjiirama argame beekuu

Gu.30

7

Hordoffii

Xalayaa yeroo 3 barreesuu fi qaamaan dubbisuudhaan mana hojii tokkof sa’aatii 2:00

Deebii kennamu gamaaggamuu dhabuu


Bu’aa bahii xalayaa barreessuu dhiisuudhaan dhuma ji’aa wal- amansiisa fudhachuu fi dabarsuu

sa’aatii 0:20



Deebii kennamee akka gamaaggamuu ..


Sa’aa 1:80





2.7 Hubannoo Waliigalaa Adeemsichaa Irra Deebii Jijjiirama Bu’uuraa Dura (Senario Before Recalebretion)

Adeemsa hanga ammaatti raawwateen akkaataa mala qorannoo kaa’ameetti walitajiiwwan adda addaa marii maamiltootaa fi dhimmamtoota waliin taasisuudhaan, akkasumas, dokumantii jijjiirama bu'uuraa qophaa’a, ragaalee fi barreeffamoota fayyadamuudhaan tajaajila adeemsichi kennu, maamiltootni, dhimmamtootni, itti galli, bu’aa fi galmi adeemsichaa maal akka ta’e hubatamee jira.


Gaheen hojii Adeemsa Ijoo Hordoffii fi Adeemsa Odiitii Keessaa gamaaggama hojii odiitii gaggeessuu fi dandeettii hojii odiitii cimsuudha. Haaluma wal-fakkaatuun, Adeemsi Hojii Odiitii Keessaa manneen hojii ATMJO keessatti raawwii hojii mirkaneessuu (asurance) fi tajaajila gorsaa (consultancy service) kennuu akka ta’e beekamaa dha.
Haaluma kanaan rakkooleen maamiltootaa fi dhimmamtootaa ibsaman keessaa isaan gurguddoon:

    • Bu’aa odiitii irratti tarkaanfii fi murtee fudhachuu dhabuu,

    • Ragaalee odiitii yeroo argachuu dhabuu fi sababaa hojii odiitii raawwatan miidhaan odiitaroota irra gahuu jiraachuu isaa, (Gurmaa’insi odiitii haala odiitaroota bilisa taasisuun diriiruu dhabuu)

    • Hojii odiitii irratti humni ramadamu gahaa fi dandeettii gahaa (in number and in qualification) kan hin qabne ta’uu,

  • Hordoffiin bu’aa odiitii irratti godhamu laafaa ta’uu isaa,

    • Uwwisii hojii odiitii baayee xiqaa ta’uu ( uwwisn hojii odiitii Qabeenyaa , Fandiwwa adda addaa, Ijaarsaa Projeekiit adda addaa fi galii kan hin jiree ta’uu isaa)

Gabaasni himatni (charge) akka irratti dhiyaatu, ragaalee barbaachisaan kan deeggarame, ifaa fi kan goolabamee dhihaate (summary) ta’uu dhabuu, yammuu ta’an, rakkoolee kana guutummaan guutuutti dhabamsiisuudhaan tajaajilli saffisiisaanii fi qulqullinaan akka kennamuun danda’amu, JBAH adeemsicha irra barbaachisaa ta’ee argamee jira. Akkasumas, garaagarummaan hojii hojjatamaa jiruu fi fedhii maamiltootaa jidduu jiraachuun isaas hubatamee jira.


Yüklə 413,82 Kb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin