Mootummaa naannoo oromiyaatii


Maappii ol'aanaa Adeemsa Hojii Hordoffii fi Deeggarsa Odiitii Keessaa



Yüklə 413,82 Kb.
səhifə9/10
tarix24.11.2017
ölçüsü413,82 Kb.
#32730
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10

3.5 Maappii ol'aanaa Adeemsa Hojii Hordoffii fi Deeggarsa Odiitii Keessaa


Fedhii(in put)

Kooppiiwwan gabaasaalee fudhachuu (obtaining copy of reports)

Odiitii faayinaansii raawwachuu

Odiitii Qabeenyaa raawwachuu

Wiixinee Gabaasaa qopheessuu

Gabaasa irratti marii taasisuu (exit conference)

Hordoffii gochuu
Gabaasa Qulqulu

Walii galamee Dhiyaatee

Maallaqaa fi Qabeenyaa Qisaasama irraa Bilisa ta'ee , sirni hojimaata kabajamee hojii irra Oolee argame.

Qorannoo baasummaa gaggeessuu (feasibility study)

bakkee odiitii biroo filachuudhaa fi saganticha odiitii addaatiin qulqulleessuu

Iddoo odiitiin irratti gaggeeffamu filachuu (selecting potential audit area)
Karoora tarsimmaa’aa qopheessuu (strategic plan of performance audit)
Bakkee Odiitiin taasifamaa? (is it feasible or not?)
Karoora xiinxalaa qopheessuu (main investigation planning)
Odiitii Raawwii

Karoorsuu
Gabaasaa qopheessuu

Hordoffii gochuu

Odiitii gad-fageenyaan raawwachuu (execution phase)

Miti


Eeyyeen

3.6 Maappii Wal-Quunnamtii Keessaa Ibsu


Manaajmantii ATMJO
Qind. qonddaalaa Namuusaa

Adeemsaallee Hojii Ijoo


A.H. Bittaa fi Bulchiinsa Faaynaansii

A.H. Bulchiinsaa Qabenya Namaa

Adeemsa Hojii Hordoffii fi Deeggersa Odiitii Keessaa
Adee. Hojii Bulchiinsa Qabeenya fi Loojistkii
A.H. Karooraa, Baajataa, hordofi fi gamaagamaa

Garee ICT




3.7 Wal-Quunnamtii Alaa





Lakk.

Qaama quunnamtiin waliin taasifamu

Dhimma itti Wal-quunnamamu

1

Baankii waliin

Hafte madaalli herregaa baankii kennudhaan

2

MMDO

  • Deeggarsa adda addaa kennuudhaan

  • Baajata Waggaa Haayamamuu irratti

  • Gabaasaa oditti faayinaansii fi Qabenyaa adda addaa irratti

  • Leenjii adda addaa irratti

3

Dhiyeessitootaa fi kontiraaktaroota

  • Kaffalamamoowwan maqaa dhiheessitootaatiinii fi kontiraaktarootaatiin qabame qulqulleeffachuuf

  • Walittiqabamoowwan dhiyeessitootaa fi kontiraaktarootaaf durfamee tajaajilli osoo hin kennaminii fi meeshaan osoo hin galiin kaffalame mirkaneessuuf

  • Adeemsaa caalbaasi irratti

4

Manneen Hojii Mootummaa Addaa addaa hojii kana waliin qunnamtii qaban

  • Deeggarsa ogummaa kennuudhaan

  • Raggaa odiitii ibsaa kennu irratti

  • Wal-amansisaa raggaa qabenyaa adda addaa irratti

5

Mana Hojii Odiitara Muummichaa oromiya

  • Odiitaroota leenjii fudhachuu qaban maqaa isaanii

  • eerguudhaan odiitaroota bakka leenjiitti erguudhaan

  • Raggaa gabaasaa odiitti kennu irratti

6

Komishiinii Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Oromiyaa

  • Ajajaa fi ragaa walii dabarsuudhaan

  • Qabeenyaa fi qarshii qisaasamee tarkaanfi fudhachisuu irratti


3.8 Bakka Itti Hojjatamuu Fi Ulaagaa Hojicha (Workflow, Place To Be Performed, Time, Standard & Stretch Objective)


lakk

Yaa’iinsa Hojii

Bakka itti- hojjatamu

Yeroo itti- hojjatamu

Yeroo itti-fudhatu (standard)MHM

Qulqullina itti dhiyaatuu

A

Odiitii faayinaansii

ATMJO

Ji’a ji’aan

(Gu.y.22)

Gu. 5

Dogoggora tokko malee raawwachuu

1

Hordoffii gabaasa odiitii duraan darbee taasisuu

ATMJO

Jiini galee guyyaa jalqabaa

Sa'aatti (6: 00)




2

Argannoo akka fooyya’umsi irratti taasifamu gabaasa duraan darbe irratti ibsaman walitti-qabuu,

ATMJO

Ji’a ji’aan

Sa'aatti 6:00




3

Argannoo tarkaanfiin irratti-fudhatamee fi kan tarkaanfiin irratti hin fudhatamin addaan-baasuu

ATMJO

” ”

Sa'aatti 3:00




4

Marii itti-gala odiitii (entry conference) gaggeessuu,

ATMJO

” ”

Sa'aatti 1:00




5

Ragaalee walitti-qabuu

ATMJO

” ”

Sa'aatti 4:00




6

Sagantaa Odiitii qopheessuu

ATMJO

” ”

Sa'aatti 3:00




7

Odiitii raawwachuu

ATMJO

” ”

(Gu.y.15/Kur.




8

Argannoo argame waraqaa hojii irratti g galmeessuu


ATMJO

” ”

Sa'aatti (5:00)






9

Hojiin hojjatame haala sagantaa baheen

ta'uu isaa waliin ilaalu



ATMJO

” ”

Sa'aatti 3:00





10

Garaagarummaa sirna too’annoo keessaa

mana hojiitiin diriiree ittiin-hojjatamaa jiruu fi

haala hojjatamee argame addaan-baasuu

(The comparing what should be with what is)



ATMJO

” ”

Sa'aatti 1:00





11

Gabaasaa qopheessuu

ATMJO

” ”

Sa'aatti 10:00





12

Wixinee gabaasaa qopheessuu

ATMJO

” ”

Sa'aatti 3:00





13

Wixinee gabaasaa adeemsa hojii odiitiif ddiyeessuu.

ATMJO

” ”

Sa'aatti 1:00





14

Qulqullinni gabaassaa adeemsa hojiitiin mmirkaneessisuu

ATMJO

” ”

Sa'aatti 1:30:00





15

Gabaasaa qopha'ee irratti marii gochu

ATMJO

” ”

Sa'aatti 0:15






16

Qabxilee irratti mari’atamu qopheessuu

ATMJO

” ”

Sa'aatti 4:00




17

Marii ykn konfiransii odiitii raawwachuu

ATMJO

Ji’a ji’aan

Sa'aatti 2:00





18

Marii irratti ragaa qabatamaan dhihaatee wixinee gabaasaa qophaa’ee ture kan jijjiirsisu yoo mudate galmeessanii qabachuu

ATMJO




Sa'aatti 2:00




19

Gabaasa xumuraa dhiyeessuu (exit conference)

ATMJO

” ”

Sa'aatti 4:00




20

Tarkaanfiin sirreeffamaa gabaasa odiitii keessatti ibsame raawwatamuu isaa hordofuu

ATMJO

” ”

Sa'aatti 1:00





B. Istaandaardii fi Yaa’iinsa hojii odiitii qabeenyaa

lakk

Yaa’iinsa Hojii

Bakka itti

hojjatamu

Yeroo itti hojjatamu

Yeroo Fuudhatu (Standered)

Qulqulina ittin dhiyaatuu

B

Yaa’iinsa hojii odiitii qabeenyaa

ATMJO










1

Hordoffii gabaasa odiitii duraan darbee taasisuu

ATMJO

Jiini galee guyyaa jalqabaa

Sa'aatii 6:00







Argannoo akka fooyya’uumsi irratti -taasifamu gabaasa duraan darbe irratti ibsaman walitti-qabuu,

ATMJO

Ji’a ji’an

Sa'aatii 3.00







Argannoo tarkaanfiin irratti fudhatamee fi kan tarkaanfiin irratti hin fudhatamin addaan baasuu

ATMJO

” ”

Sa'aatii 3.00







Marii itti-gala odiitii (entry conference) gaggeessuu,

ATMJO

” ”

2.00







Gabaasa argannoo tarkaanfiin irratti fudhatamee fi kan tarkaanfiin irratti hin fudhatamin addaan baasuudhaan qopheessuu

ATMJO

” ”

1.30




2

Ragaalee walitti-qabuu

ATMJO

” ”

8:00




3

Koppii gabaasa qabeenyaa fudhachuu

ATMJO

” ”

3:00




4

Sagantaa odiitii qopheessuu

ATMJO

” ”

8.00




5

Odiitii raawwachuu

ATMJO

” ”

90.00







Gabaasa qabeenyaa galmee waliin ilaaluu,

ATMJO

” ”

48.00







Gabaasa qabeenyaa, qaamaan jiru waliin ilaaluu

ATMJO

” ”

32.00







Hojii hojjatameef argannoo argame waraqaa hojii (working paper) irratti galmeessanii qabachuu

ATMJO

” ”

10.00




6

Hojiin hojjatamee haala sagantaa ba’een raawwatamuu isaa mirkaneessuuf, tartiiba hojii (check list) waliin ilaaluu

ATMJO

” ”

9.00







Garaagarummaa sirna too’annoo keessaa mana hojiitiin diriiree ittiin-hojjatamaa jiruu fi haala hojjatamee argame addaan-baasuu (Comparing what should be with what is)

ATMJO

” ”

8:00





7

Gabaasa qopheessuu

ATMJO

” ”

18.00







wixinee gabaasaa qopheessuu

ATMJO

” ”

15.00







Wixinee gabaasaa qophaa’e Adeemsa Hojii Odiitiitiif dhiheessuu

ATMJO

” ”

0.45




8

Marii ykn konfiransii odiitii raawwachuu

ATMJO

” ”

14.00







Qabxilee irratti mari’atamu qopheessuu

ATMJO

” ”

8.00







Qabxilee qophaa’an irratti mari’achuu

ATMJO

” ”

4.00







Marii irratti ragaa qabatamaan dhihaatee wixinee gabaasaa qophaa’e ture kan jijjirsisu yoo mudate galmeessanii qabachuu

ATMJO

” ”

2.00




9

Gabaasa xumuraa qopheessuu

ATMJO

” ”

8.00







Yaada marii irratti ragaa qabatamaadhaan dhihaatee irratti walii galame itti dabaluudhaan gabaasa xumuraa qopheessuudhaan Adeemsa hojii /Tajaajila Odiitiitiif dhiheessuu

ATMJO

” ”

8.00




10

Hojii hordoffii (follw up) gabaasa odiitii

ATMJO

” ”

1.00







Tarkaanfiin sirreeffamaa gabaasa odiitii keessatti ibsame raawwatamuu isaa hordofuu

ATMJO

” ”

1.00




C. Istaandaardii Fi Yaa’iinsa Hojii Odiitii Raawwii (Performance Audit Work Flow)

Lakk

Yaa’iinsa Hojii

Bakka itti

hojjatamu



Yeroo itti- ho jja hojjatamu

Yeroo itti-fu d dhatu (standard)

Qulqullina itti dhiyaatu atuu

C

Odiitii Raawwii (performance audit work flow)

ATMJO

Waggatti yeroo tokko

Guyyaa 134

Dogoggora tokko malee raawwachuu

1

Sadarkaa karoorsuu

ATMJO








1.1

Karoora tarsimmaa’aa qopheessuu (strategic plan of performance audit)

ATMJO




Guyyaa 30







Seecce’a walii-galaa gaggeessuu (performing general survey)

ATMJO




Guyyaa 10







Jijjiirama jiru galmeessuu (marking)

ATMJO




Guyyaa 10







Bakka Soodaan kaffaltii Maallaqaa raawwateef bu’aa argameejiru seeceeu (assessing risk to value for maney)

ATMJO



Guyyaa 10






1.2

Iddoo odiitiin irratti gaggeeffamu filachuu (selecting potential audit area)

ATMJO




Guyyaa 2.5




1.3

Qorannoo baasummaa gaggeessuu (Feasibility study)

ATMJO




Guyyaa 24







Kaayyoo fi daangaa qorannoo kaawwachuu

ATMJO




Guyyaa 1.5







Ulaagaa kaawwachuu (establish evaluative criteria)

ATMJO




Guyyaa 5







Yaada irra gahamuun malame addaan-baasuu (identifying likely conclusion)

ATMJO



Guyyaa 3







Yaada fooyya’iinsa ta’uu malan kaa’uu (identifying expected recommendations)

ATMJO




Guyyaa 2







Tooftaa qorannoo filachuu (Delimite methodology)

ATMJO




Guyyaa 2







Ragaaleen barbachisan adda baasu (identify required information)

ATMJO




Guyyaa 2







Ragaaleen jiraachuu isaanii sakata’uu (assess availability of information)

ATMJO




Guyyaa 3







Ragaaleenkan hinjire yoo ta’e tooftaa qorannoo ykn/fi kaayoo fi dangaa qorannoo r-deebianii sakatt’u

ATMJO




Guyyaa o.5







Horataalee barbachisan adda baasu ( Identify requred resources)

ATMJO




Guyyaa o.5







Horataaleen jiraachuu isaanii sakata’uu (assess availability of resouresn)

ATMJO




Guyyaa 1







Horataaleen barbachisan kan hin jire yoo ta’e tooftaa qorannoo ykn/fi kaayoo fi dangaa qorannoo ir-deebianii sakatt’u

ATMJO




Guyyaa o.5







Gumacha fi jijjirama (Coutribution &impact )qorannoon qabu madaalu

ATMJO




Guyyaa 1







Sagantaa hojii, yeroo fi baajata qorannoof oolu qopheessu

ATMJO




Guyyaa 2




1.4

Gumacha fijijjirama (Coutribution &impact ) hin-qabu jeedhamee yoo tilmaamame tooftaa qorannoo ykn/fi kaayoo fi dangaa qorannoo ir-deebianii sakatt’u

ATMJO



Guyyaa 7








Sagantaa hojii, yeroo fi baajata qorannoof oolu qopheessu

ATMJO




Guyyaa 2







Gabaasaa baasummaa qopheesuu

ATMJO




Guyyaa 4







Odiitiinssa hibasu yoo ta’e bakka odiitii biroo filachuudhan saganticha odiitii addaatiin qulqulleesuu

ATMJO




Guyyaa 1




1.5

Karoora Xiinxalaa (main investigation planning) qopheessuu

ATMJO




Guyyaa 9




1.5.1

Qorannoo baasummaa keessa deebi’u

ATMJO




Guyyaa 1.5




1.5.2

Gosaa fi madda ragaalee odiitii adda baasuu (identifying types & sources of audit evidence)

ATMJO




Guyyaa 2




1.5.3

Tooftaa ragaaleen itti-sassaabaman filachuu (select evidence gathering technique

ATMJO




Guyyaa 1.5




1.5.4

Sagantaa odiitii gad-fageenyaa qopheessuu (prepare audit program)

ATMJO




Guyyaa 4






  1. Odiitii Gad-Fageenyaan Raawwachuu (Excusion Phase)

Lakk.

Yaa’iinsa hojii

Bakka itti-hojjatamu


Yeroo itti- hojjatamu


Yeroo itti-fuudhatu (standard)



2.

Odiitii gad-fageenyaan raawwachuu (excusion phase)







Guyyaa 61.5

2.1

Sagantaa Odiitii gad-fageenyaa keessa deebii’anii ilaalu

ATMJO




Guyyaa 1

2.2

Ragaalee odiitii walitti-qabuu ( gathering audit evidences)

ATMJO




Guyyaa 40

2.3

Ragaalee odiitii xiinxaluu (analyzing audit evidences)

ATMJO




Guyyaa 15

2.4

Arganoowwan qorannoo uunka yaada qaama odiiti taasifamutii keenamu (fact-sheet) qopheessuu

ATMJO




Guyyaa 3

2.5

Ragaalee odiitii ( waraaqaa hojii ) faayileessuu (setting document evidence)

ATMJO




Guyyaa 1.5

3

Gabaasa qopheessuu

ATMJO




Guyyaa 15.75

3.1

yaada irra gahame diriirsuu

(derive prelminary audit conclusions)



ATMJO




Guyyaa 3

3.2

Uunka cuunfa Xiinxaalii(Summary sheet ) qophessuu

ATMJO




Guyyaa 5

3.3

Marii ykn konfiransii odiitii raawwachuu

ATMJO




Guyyaa 7.75




  • Qabxilee irratti mari’atamu qopheessuu,

ATMJO




Guyyaa 1




  • Qabxilee qophaa’an irratti mari’achuu,

ATMJO




Guyyaa 1




  • Marii irratti ragaa qabatamaan dhihaatee wixinee gabaasa walii-galame itti-dabaluudhaan gabaasa xumuraa qopheessuudhaan Adeemsa Hojii/Tajaajila Odiitiitiif dhiheessuu

  • Toorrii wixinee gabaasa bu’aa odiitii qopheessuu (Prepare outline & draft report)

  • Wixinee gabaasa bu’aa odiitii qophaa’e qaama odiitii taasifameef (auditee) kennuu)

ATMJO



Guyyaa 0.5

Guyyaa 5


Guyyaa 0.25

3.4

Gabaasa xumuraa qopheessuu

ATMJO




Guyyaa 3




yaada marii irratti-walii-galame itti-dabaluudhaan gabaasa xumuraa dhiheessuu

ATMJO




Guyyaa 3

3.5

Hojii hordoffii (followup) gabaasa odiitii

ATMJO




Guyyaa 9




Tarkaanfiin sirreeffamaa gabaasa odiitii keessatti ibsame raawwatamuu isaa hordofuu

ATMJO




Guyyaa 4




Qabxilee to’ataa qopheessuu (Prepare check lists)

ATMJO




Guyyaa 2




Gumaacha odiitichaan argame xiinxaluu

ATMJO




Guyyaa 3

3.6

Gabaasa goolabame qopheessuu (Wrap-up report/ Executive Summary )

ATMJO




Guyyaa 2





lakk.


Yaa’insa Hojii



Bakka itti hojatamu


yeroo itti hojatamu


yeroo itti fudhatu (istandardii)

sa’a /guyyaa

1

Gamaaggamaa gabaasaa mana hojii tokko

ATMJO

Ji’aa Ji’aan

Guyyaa 1

2

DANDEETII CIMSUU












Fedhii leenjii odiitii fi Kan Biiroo sassaabuu (need assessment)

ATMJO

Waggaatti


guyyaa 15






Mataa duree leenjii qopheessuu

ATMJO

Waggaatti


guyyaa 1




Baajata leenjiif ta’u qopheessuu

ATMJO

Waggaatit


guyyaa 1




Leejjifamtoota waamuu

ATMJO

Waggaatti


guyyaa 1/2



Leenjii kennuu

ATMJO

Waggaatti





Sa’a 80 (Odiitiif)

Sa’a 80 (Herregaaf)

Sa’a 60 (K.fi Bajataa).

Sa’a 60(Bulchinsa qab.)

Sa’a 40 ( Biittaaf)





Bu’aa leenjii gabaasuu

ATMJO




guyyaa 3




Jijjirama leenjiin fide seecee’u ( Impact analysis) gochuu

ATMJO

Waggaatti



guyyaa 10



3

RAGAA QINDESUU

ATMJO










Ragaalee Argannowwan odiitii koree odiitii gamaaggame mirkanaa’e akkaa naannotti qindeessuu


ATMJO

ji’a ji’aan



Sa’a 1


4

ODIITII ADDAA

ATMJO

yeroo barbachisee

guyyaa 40















    1. Yüklə 413,82 Kb.

      Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin