Abbaa taayitaa misooma jallisii oromiyaa dokimeentii qorannoo "jbah" adeemsa hojii deegersaa misoomaa fi bulchiinsa qabeenya namaa



Yüklə 404,95 Kb.
səhifə4/11
tarix29.10.2017
ölçüsü404,95 Kb.
#21709
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11

Gurma’ina CaasaaATMJO Amma Jiruu


Hojiiwwaan gurguddoo Abbaatayitichaangaggeeffaman keessaa hojiiwwaan Qorannoo fi Dizaayinii, Bulchinsaa Kotraataa fi To’anno hojiiwwan Ijaarsaa, Bulchinsaa Iskimoota Jallisii, Hojii Eksteenshini Misooma Jallisii, hirmaanaa ummataa fi Qooda Fuudhatootaa fi kkfn sadarkaa duraa irratti kan caqafamaniidha. ATMJON yeroo ammaa hojii tekinikaa shan fi Adeemsaa Hojii Daggersaa shan gurma’ee jira. Waliigalaan yeroo ammaa Abbaatayitichi hojiiwwan armaan olitti caqafaman kan raawwatu dameewwan afur (4) fi Adeemsaa Hojii Daggersaa shan (5), akkasumasii Tajajilaa sera, dhimmaa kiroos katiingii (cross cutting) irrittii kan hojjeetaan gurma’uudhaan hojii isaa raawwachaa jira.

Maapii . Caaseffama Abbaa Taayitaa Misooma Jallisii Oromiyaa yeroo amma




MNO




Abbaa Taayitaa Misooma Jallisii Oromiyaa



Waajjira Misooma Jallisii Godinaa

Waajjira Misooma Jallisii Aanaa

HIV fi dhimmaa dargagootaa

Koorniyaa Idileessuu

Qondaala Namusaa

ICT

I/A Hojii Gaggeessaa Bulchiinsa Iskiimii

I/A Hojii Gaggeess Dhiyeessa Bishaan Jallisii

A/H/Qorannoo fi Dizaayinii

A/H/Bul.Kontiraataa, Ijaarsaa fi Too’annoo.

A/H/Bulchiinsa Iskiimii

I/A H/GaggeessaaEkisteenshinii Qonnaa misooma Jallisii

A/H/Hirmaannaa Ummataa fi qooda fudhatootaa

A/H/ Ekisteenshinii Qonnaa Jallisii

Sagantaa Foyya’insa Sivil Sarvisii

Tajaajila Seera

A/H/Karooraa fi Sagantaa

A/H/ Deegersa Misooma fi Bulchiinsa Qabeenya Namaa QNamaannamaHumna Namaa

A/H/Bul.Qabeenyaa fi Loojistikii

A/H. Odiitiikeessa fi Inispekshinni

A/H dhimmaa Komunikeeshinii

A/H/Bittaa fi Bulchiinsa faayinaansii .abeenyaa.Faayinaansii fi Bittaa

Maapii . Caasaa Sadarkaa Godinaa

Waajjira Abbaa Taayitaa Misooma Jallisii Godinaa

A/H/Dhiyeessa Bishaan Jallisii fi Bulch.Iskiimii

A/H/ Ekisteenshinii Qonnaa Jallisiii
Tajaajila Karooraa fi Sagantaa

,.

A/H/Hirmaannaa Ummataa fi qooda fudhatotaa


A/H/ Deegersa Misooma fi Bulchiinsa Qabeenya Namaa

Waajjira Ab/Taayitaa M/JallisiiAanaa

Abbaa Taayitaa Misooma Jallisii Oromiyaa

I/A I/G fi A/H/Dhiyeessa Bishaan Jallisii

A/H/Bul.Qabeenyaa fi Loojistikii
Qindeesa Yunitii Jallisii Gandaa

Maapii-Waajjira Abbaa Taayitaa Misooma Jallisii Aanaa

A/H/Qu’annoo, Ijaarsa, Too’annoo fi Bul.Iskiimii
Waajjira Abbaa Taayitaa Misooma Jallisii Godinaa
A/H/ Ekisteenshinii Qonnaa Misooma Jallisii
Karooraa fi Sagantaa

Qindeesaa Yunitii Jallisii Gandaa



A/H/Hirmaannaa Ummataa fi qooda fudhatootaa
Caasaa Sadarkaa Aanaa


2. Qaawwaa Adeemsaa Hojii Hubachuu (Understanding Stage)

2.1. Ibsa Hojiiwwaan Adeemsichaa



2.1.1. Hojiilee Gurguddoo Adeemsa Hojichaa

  • Odeeffannoo, ragaa fi karooraa humna namaa mana hojjichaa qopheessuu fi qaama ilaaluuf dhiyeessuu

  • Qo’annoo gurmaa'insaa fi ramaddii hojii gaggeesuu, gageesisiisuu, murteessiisuu fi hojii irra oolchuu

  • Fo'annoo fi filannoo gaggeessuu

  • Hojii Rikkoordii fi Kuusaa Qindeessaa

  • Madaallii raawwii hojii gaggeessuu fi gaggeessisuu

  • Naamuusa hojjatootni hojii irratti qaban hordofuu/ hordofsiisuu

  • Leenjii qindeessuu fi kennuu

  • Naamuusa hojjatootni hojii irratti qaban hordofuu/ hordofsiisuu

  • Tajaajila dheeressuu fi sooroma ba'uu keessumeessuu

  • Xalayoota adda addaa mana hojii galii fi baasii gochuun qaama ilaaluf dhiyeessuu

  • Hojii tajaajila ergamaa waajjira keessaa fi waajjira alaa kennuu



2.1.4. Rakkoolee Ijoo

  • Raawwiin qabeenya bulchiinsa humna namaa ogeessota ga’umsa qabaniin gaggeeffamuu dhabuu,

  • Odeeffannoo fi karoora humna namaa fi caasaa waajirichaa qindeesuu dhabuun qaamoolee odeeffannoo murtee adda addaaf barbaadan irratti dhibbaa uumuu,

  • fo’annoo fi filannoo hojjattootaa yerroo fi ga’umsa irrattii hundaa' uun raawwaachuu dhabu

  • Haalli gurmaa’insa, qabiinsaa fi itti fayyadama ragaalee bulchiinsa qabeenya namaa fi raga waajirichaa ammayyaa’aa ta’uu dhabuu,

  • Xalayaan qaamaa addaa adaatif ergamu fi mana galmeettii galeee qaama ilaaluttii dhiyeessun yeroo dheeraa fudhachuu

  • Haallii hojii fi naannoo hojii haala barbaadameen guutamuu dhabuu,

  • Leenjiin kennamu fedhii irrattii kan hin hundoofnee fi hanqina qindoomina kan qabu ta’uu isaa,

  • Carraa leenjii biyyaa keessaa fi biyyaa alaa kennamu iftoominaa dhabuu

  • Hojjattoonni gita hojii isaanii irratti ga’een hojii adda ba’ee kennamuu dhabuu,

  • Hojjatoota naamusa hojiif qaban uumuuf shoorii gama hoggantootaa fi bulchiinsa humna namaatiin taassifamu laafaa ta’uu

  • Hojjetoota waldorgomsiisuudhan sirni onnaachiiftuu fi badhaasaa dhabamuu

  • Jijiirraa fi sadarkaa guddinaa utuu hojjetoota waajjiraatiif dursa hin kennin qaama alaatiif carraa kennuu

  • Seera ittin bulmaata hojjetoota hojii irraa oolchuu dhabuu

  • Maamila qulqullinaa fi yeroon keessumessuu dhabuu (Sense of ergency)

2.1.4. Yaa’insa adeemsa hojii misooma fibulchiinsa qabeenya namaa amma jiru
Gabatee 2: Yaa’insa adeemsa hojii misooma fibulchiinsa qabeenya namaa amma jiru



Yaa'insa Hojii

Qaama raawwatu

Yeroo fudhatu

Hojii Karoora qabeenya namaa qopheessuu




25

  • Qabeenya namaa hojii irra jiru fi gita hojii duwwaa sakata'uun addaan baasuu,

  • Baajata qabeenya namaaf barbaachisuu murteessuun qopheessuu

  • Karooraa qabeenya namaa qopheessuun qaama ilaaluuf dabarsuu

Adeemsa hojii bulchiinsa qabeenya namaa

Guyyaa 15

Guyyaaa 10

Guyya 10


Hojii Fo'annoo fi filannoo gaggeessuu




60

  • Haala gitini hojii banaan ittin guutamu adda baasuun murteessuu

  • Fo'annoo fi Filannoo gaggeessuun hojii irra oolchuu




Adeemsa hojii bulchiinsa qabeenya namaa

Guyyaa 10

Guyyaa 50



Maddalii raawwii hojii hojjattootaa gaggeessuu




30

  • Madaalliin hojii akkaataa karoora hojii fi safartuu raawwii qophaa’een hojii irra ooluu isaa hordofuu fi mirkaneessuu,

  • Adeemsaaleen hojji raawwii hojii hojjetoota isaani guyyaa guyyaan akka sakkata'an deegarsa kennuu

  • Adeemsaaleen hojii cuunfa madaalii (bu'aa) hojjetoota isaanii yeroo karooran raawwatamu keessattii akka dhiyeefatan deeggarsa ogummaa kennuu

  • Bu'aa hojii dhuunfaa madaalamee argame qindeesuun murteef dhiyeessu




Adeemsa hojii bulchiinsa qabeenya namaa

Guyyaa 30

Hojii Leenjii qopheessuu, qindeessuu fi kennuu/kennisiisuu




Guyyaa 35

  • Fedhii leenjii adda baasuu

  • Sagantaa leenjii qopheessuu

  • Leenjii kennuu/kennisiisuu

  • Bu'aa leenjii irraa argame madaluu

Adeemsa hojii bulchiinsa qabeenya namaa manneen hojii

Guyyaa 15

Guyyaa 5


Guyyaa 10

Guyyaa 5



Hojii Hordoffii Naamusa Hojii hojjetootaa




40

  • Hojjetaa hojii irraa balleessaa raawwate ragaa qabatamaa waliin qaama namusa ilaaluuf dhiyeessuu,

  • Murtee raawwii haaqina naamusaa sirreessuuf fudhatame hojiiirra oolchuu.

Adeemsa hojii bulchiinsa qabeenya namaa fi adeemsaalee hojii biroo manneen hojii

Guyyaa 10
Guyyaa 30



Hojii komiiwwan hojjetootaa keessumeessuu




32

  • Sirna komiin itti dhiyaatu mijeessuu

  • Iyyataa fi komii dhiyyatu fudhachuun qulqulleessuu

  • Komii fi iyyata dhiyaateef deebii kennuu,

Adeemsa hojii bulchiinsa qabeenya namaa fi hoggansa manneen hojii

Guyyaa 2

Guyyaa 10

Guyyaa 20


Hojii tajaajila dheeresuu fi sooroma ba'uu keesumeessuu




50

  • Ragaalee dhimma soorama hojjatootaaf barbaachisu qindeessun qaama dhimmi ilaaluf dabarsuu

  • Ragaa sooramaa guutuu

Adeemsa hojii bulchiinsa qabeenya namaa manneen hojii

Guyyaa 30

Guyyaa 20






Yüklə 404,95 Kb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin