Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Daa’immani Oromiyaa


Adeemsa Hojii Deeggersaa Qophii fi mirkaneessa proojektoota misooma dubartootaa fi daa’imanii Jalatti Hojiiwwan Hojjetaman, Bakka itti raawwataman, fi Istaandaardii Raawwii ibsu



Yüklə 0,6 Mb.
səhifə10/11
tarix18.08.2018
ölçüsü0,6 Mb.
#72782
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11

3.9.2. Adeemsa Hojii Deeggersaa Qophii fi mirkaneessa proojektoota misooma dubartootaa fi daa’imanii Jalatti Hojiiwwan Hojjetaman, Bakka itti raawwataman, fi Istaandaardii Raawwii ibsu


3.9.2.1. Garee Dhimmaa Qophii Projektootaa Mosooma Dubartootaa fi Daa’immanii

T.L

Tartiiba gochoota raawwii adeemsichaa calqabaa hanga xumuraatti

Bakka itti raawwatu

Yoom Raawata (Yeroo Raawwii)

Istaandardii raawwii

Kaayyoo diriiraa

1

Hojimaata projektootnnii ittiin qophaa’anii qopheessuu










-Waggoota 5 dhufan keessatti dubartootaa fayyadamtoota liqii ta’anu 50,000 irraa gara 150,000 ol guddisuun hojiilee madda galii argammsiisan irratti hirmaachuun jireenyi isaanii akka fooyya’u hojjechuu

-Qophii fi mirkaneessa projektootaa iratti wagga t i si’a 2 hojii ijaarsa daandeettii oggeesota projeektii sadarkaa godinn,magaalaa fi aanaa jiraniif kennuu

Proojeektootaa fi proopoozaalota qophaa’nii dhibbaab dhibbatti bu’a qabeessa


    1. Ulaagaa qophii proojektootaa

Biiroo

Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa




      1. Ulaagaa rakooleen/fedhiin hin guutiin ittiin adda bahanii fi sadarkeeffaman      qopheessuu

Biiroo

Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa

Guyyaa 1, Dokimeentii 1

1.1.2. Ulaagaa qophaa’ee irratti qaamolee dhimmi ilaalatu waliin marii gaggeessuun      gabbisuu

Biiroo

Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa

Guyyaa 1,

Dokimeentii 1



1.1.3. Ulaagga gabbate maaneejimeentii mana hojiitiin mirkaneessisuu

Biiroo

Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa

Guyyaa 1,

Dokimeentii 1



1.1.4. Ulaagaa mirkaanaa’e irrtti dhimmamtootaa fi maamiltootaaf hubannoo kennuu

Biiroo

Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa

Guyyaa 1, Dokimeentii 1

    1. Sadarkaa rakkoo/fedhii dubartootaa fi daa’immanii hin guutiin adda baasuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa

Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa-2ffaa

Biiroo- Guyyaa 20,

Dokimeentii 1

God./Magalaa- Guyyaa 15 , Dokimeentii 1

Aanaa =Guyyaa 10

Dookimeentii 1

      1. Foormaattii rakkoon/ Fedhii hin guutaminii itiin sasaabamuu fi qindaa’u qopheessuu

Biiroo

Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa

Guyyaa 1, Dokimeentii 1

      1. Formaattii qophaa’ee irratti godinaalee fi magalaalotaaf/aanaa maadaqisina kennuun        fi raabsuu

Biiroo

Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa

Guyyaa 1, Dokimeentii 1

1.2.3. Foormaatii guutuun qindeessuu, rakkoo/fedhhii hin guutiin adda baasuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaana 1ffaa Ji’a 2ffaa

Biiroo- Guyaa 5

God./Magaa.- Guyyaa 5

Aanaa – Guyyaa 5








1.2.4. Rakkoo/Fedhi hin guutiin gosaa fi idoon(Godina,          Magaalaa,aanaa,ganda) adda bahan                 sadarkeessuun          (prioratize) kaa’uu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaana 1ffaa Ji’a 2ffaa

Biiroo- Guyaa 1

God./Magaa.- Guyyaa 1

Aanaa – Guyyaa 1





      1. Rakkoo/ Fedhii hin guutin sadarkeeffaman mirkaneeffachuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaana 1ffaa Ji’a 2ffaa

Biiroo- Guyaa 5

God./Magaa.- Guyyaa 5






      1. Dokiimeentii rakkowwan/fedhiiwwan hin guutinii qopheessuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaana 1ffaa Ji’a 2ffaa

Biiroo- Guyaa 5

God./Magaa.- Guyyaa 3

Aanaa – Guyyaa 3





      1. Dokiimeentii rakkowwan/fedhiiwwan hin guutinii qophaa’ee maaneejimeentii mana hojiitiin mirkaneessuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaana 1ffaa Ji’a 2ffaa

Biiroo- Sa’aatii 2

God./Magaa.- Sa’aatii 2

Aanaa – Sa’aatii 2





      1. Dokimmeentii mirkanaa’ee qaamoleen barbaadan hundi akka argatan taasisuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaana 1ffaa Ji’a 2ffaa

Biiroo- Guyaa 1

God./Magaa.- Guyyaa 1







2

Projeektii misooma dubartootaafi daa’immanii qorachuu/ qopheessuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa

Kurmaana 1ffaa Ji’a 3ffaa Hanga kurmaana 2ffaa ji’a 2ffaa







    1. Dokimeentii fedhiiwwaan dubartootaa fi daa’immann hin guutin irra ka’uun ‘TOR” qorannoo projeektii qopheessuuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaana 1ffaa Ji’a 3ffaa

Biiroo- Guyyaa 2

God./Magaa.- Guyyaa 2

Aanaa – Guyyaa 2

Dokimeenti 1






    1. “TOR” qophaa’ee mirkaneessisuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaana 1ffaa Ji’a 3ffaa

Biiroo- Sa’aatii 2

God./Magaa.- Sa’aatii 2

Aanaa – Sa’aatii 2





    1. Qophii duraa xumuruu(haala “TOR’ keessatti

        taa’een Baajataa,Lojestiikii, H/namaa fi kkf)

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaana 1ffaa Ji’a 3ffaa

Biiroo- Guyyaa 1

God./Magaa.- Guyyaa 1

Aanaa – Guyyaa 1





    1. Qorannoo projeektii gaggeessuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaana 1ffaa Ji’a 3ffaa Hanga Kurmaana 2ffaa ji’a 1ffaa

Biiroo- Guyyaa 30

God./Magaa.- Guyyaa 25

Aanaa – Guyyaa 15





2.5. Dokimeentii projeektii misooma dubartootaa fi       daa’immanii qophessuu

Biiroo, Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaana 2ffaa Ji’a 2ffaa

Biiroo- Guyyaa 10

God./Magaya.- Guyyaa 7 Aanaa – Guyyaa 5

Dokimeenti 1





2.6. Dokimeentii proojeektii qophaa’ee maaneejimeentii      mana   hojiitiin dhiyeessuun   gabbisuu

Biiroo, Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaana 2ffaa Ji’a 2ffaa

Biiroo- Sa’aatii 2

God./Magaya.- Sa’aatii 2

Aanaa – Sa’aatii 2

Dokimeenti 1






    1. Dookimeentii yaada maaneejimeentiitiin gabbate xumuruu

Biiroo, Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaana 2ffaa Ji’a 2ffaa

Biiroo- Guyyaa 1

God./Magaya.- Guyyaa 1 Aanaa – Guyyaa 1 Dokimeenti 1






    1. Dokiimeentii Propoozaala projektii qophaa’ee arjomtoota/ deeggartoota taasisuuf eerguu

Biiroo, Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaana 2ffaa Ji’a 2ffaa

Biiroo- Guyyaa 2

God./Magaya.- Guyyaa 5 Aanaa – Guyyaa 5 Dokimeenti 1









    1. Propoozaala arjoomtotaaf/deeggartoota eergamee duukaa bu’uu

Biiroo, Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaana 2ffaa Ji’a 2ffaa

Biiroo- Guyyaa 15

God./Magaya.- Guyyaa 10 Aanaa – Guyyaa 8









2.10. Deeggersa argame haalaa proopoozaala ta’eetiin hojiira oolchuu,hordofuu

Biiroo, Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaana 2ffaa Ji’a 3ffaa

Biiroo- Guyyaa 15

God./Magaya.- Guyyaa 10 Aanaa – Guyyaa 10






3

Propoozaalota maddisiisa fandii qopheessuu (Hubannoo,Leenjii,Liqii/Hojiilee madda galii, deeggersa dubartootaa/shamarran harka qalleeyyii fi daa’immaniif oolu, kabaja ayyaanotaa, meeshaalee hojii(capacity building),

Biiroo, Goina/

Magaala, Aanaa

Waggaa guutuu

Biiroo- Guyyaa

God./Magaya.- Guyyaa Aanaa – Guyyaa

Dokimeentii 1

Proojeektootaa fi proopoozaalota qophaa’nii dhibbaab dhibbatti bu’a qabeessa taasisuu

    1. Qophii poopooaala fandii karoora waggaa irraa sasaabuu

Biiroo, Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaanan


Biiroo- Guyyaa 1

God./Magaya.- Guyyaa 1 Aanaa – Guyyaa 1



    1. Yaddaa ka’umsa qophii propoozaalaaf adeemsa dhimmi ilaalatuu waliin mar’iachuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaanan

Biiroo- Guyyaa 1

God./Magaa.- Guyyaa 1

Aanaa – Guyyaa 1


    1. Proopoozaala fandii qopheessuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaana

Biiroo- Guyyaa 3

God./Magaa.- Guyyaa 3

Aanaa – Guyyaa 3

Dokimeenti 1



    1. Propoozaalaa qophaa’ee mirkaneessisuu hojjiirra oolachuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaanan

Biiroo- Guyyaa 1

God./Magaa.- Guyyaa 1

Aanaa – Guyyaa 1

Dokimeenti 1



    1. Propoozaalaa fandii qophaa’ee qaama deeggersa kennuuf dhiyeessuu/eerguu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaana 1ffaa Ji’a 3ffaa

Biiroo- Guyyaa 2

God./Magaa.- Guyyaa 2

Aanaa – Guyyaa 2

Dokimeenti 1



    1. Propoozaala eergame duuka bu’uu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaana 1ffaa Ji’a 3ffaa

Biiroo- Guyyaa 10

God./Magaa.- Guyyaa 5

Aanaa – Guyyaa 5

Dokimeenti 1



    1. Fandii argame hoiirra oolchuu, hordofuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaana 1ffaa Ji’a 3ffaa

Biiroo- Guyyaa 5

God./Magaa.- Guyyaa 4

Aanaa – Guyyaa 3

Dokimeenti 1






4

Projeektoota fayyadammumma dubartootaa fi daa’imman mirkaneessuf motummaan qiyyeefaman hordofuu fi deegaruu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa

Wagaa guutuu



Hojiirra oolmaa projekticha akkaataa waliigaltee taa’een raawwatamuu isaa hordofuun fayyadammummaa dubartootaa fi daa’immanii gutuma guututti mirkaneessu




4.1. Proojektootaa motummaan qiyyeeffaman seektraa, godinaa/magaalaa fi gosa          proojeektiitiin adda baasuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaanan

Biiroo- Guyyaa 10

God./Magaa.- Guyyaa 7

Aanaa – Guyyaa 5

Dokimeenti 1






4.2. Dubartootaa fi daa’imman fayyadamtoota projektii          ta’an         adda baasuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaanan

Biiroo- Guyyaa 5

God./Magaa.- Guyyaa 3

Aanaa – Guyyaa 2

Dokimeenti 1






    1. Hordoffii gaggeessuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaanan

Biiroo- Guyyaa 20

God./Magaa.- Guyyaa 15

Aanaa – Guyyaa 12





    1. Gabaasaa hordoffii qopheessuu,yayyabuu fi qaama dhimmi ilaaluf eerguu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaanan

Biiroo- Guyyaa 3

God./Magaa.- Guyyaa 2

Aanaa – Guyyaa 2

Dokimeenti 1






    1. Raawwii projeektootaa godinaalee/ aanaalee/ gandootaa  xinxaaluudhan duub deebii kennuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaanan

Biiroo- Guyyaa 3

God./Magaa.- Guyyaa 2

Aanaa – Guyyaa 1

Dokimeenti 1



5

Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa mana hojiitiin qiiyyeeffamanii hojiirraa jiranaii sasaabuun qindeessuu,

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa

Waggaa guutuu






5.1. Foormaatii ragaaleen ittiin sasaabaman        qopheessuu

Biiroo


Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa

Biiroo- Guyyaa 2

Dokimeenti 1









5.2. Foormaatii ragaaleen sasaabuuf qophaa’aan irrtti        madaqsina keennuu fi raabsuu

Biiroo, Godina,Magaalaa,

Aanaa



Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa

Biiroo- Guyyaa 1

God./Magaa.- Guyyaa 1

Dokimeenti 1








5.3. Foormaatiin ragaa yeroon guutamee akka deebi’uu        hordoffii taasisuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Ji’a 2ffaa Kurmaanan



Biiroo- Guyyaa 5

God./Magaa.- Guyyaa 5

Aanaa – Guyyaa 5








5.4. Ragaa godinaale/magaalota/aanaalee fi ganda iraa       dhiyyaatan qindeessuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Ji’a 3ffaa Kurmaana

Biiroo- Guyyaa 10

God./Magaa.- Guyyaa 10

Aanaa – Guyyaa 5

Dokimeenti 1









5.5. Ragaa qindaa’ee qaamolee dhimmi ilaaluuf        eerguu,beeksisuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Ji’a 1ffaa Kurmaana itti aanauu

Biiroo- Guyyaa 1

God./Magaa.- Guyyaa 1

Aanaa – Guyyaa 1

Dokimeenti 1






3.9.2.2. Garee Dhimmaa Mirkaneessa Proojektootaa Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii

T.L

Tartiiba gochoota raawwii adeemsichaa calqabaa hanga xumuraatti

Bakka itti raawwatu

Yoom Raawata (Yeroo Raawwii)

Istaandardii raawwii

Kaayyoo diriiraa

1

Hojimaata projektootnnii ittiin mirkanaa’an qopheessuu













    1. Ulaagaa mirkaneessa proojektootaa

Biiroo

Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa




1.1.1. Ulaagaala projektootnni ittiin mirrkanaa’an qopheessuu

Biiroo

Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa

Guyyaa 1, Dokimeentii 1

1.1.2. Ulaagaa gabbate maaneejimeentii mana hojiitiin mirkaneessisuu

Biiroo

Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa

Sa’aatii 2

Dokimeentii 1



1.1.3. Ulaagaa mirkaanaa’e irrtti dhimmamtootaa fi maamiltootaaf hubannoo kennuu

Biiroo

Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa

Guyyaa 1,

Dokimeentii 1



1.1.4. Ulaagaalee projeektiin ittiin          mirkanaa’an maamiltootaa fi          dhimmamtoot  beeksisuu

Biiroo

Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa

Guyyaa 1, Dokimeentii 1

    1. Unaka/foormaatii projeektootaa akka mirkanaa’aan dhiyaataan ittiin galamaa’an qopheessuu

Biiroo

Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa

Guyyaa 1,

Dokimeentii 1




    1. Projektoota dhaabbilee miti mootummaa sakatta’uun

mirkaneessuu

Biiroo/Godinaa/Magaalaa

Wagaa guutuu




Dokiimeentii proojektoot dhiyaatan ulaagaa, yeroo taa’eefi qulqullinaa eegateen %100n mirkaneessuu


!.3.1.Projeektoota dhaabiilee miti        mootummaa irra dhiyaatan fuudhuu

Biiroo/Godinaa/Magaalaa

Yeroo dhiyaatetti

Daqiiqaa b30,

Dokimeentii 1



1.3.2.Dhaabbata proojeektii dhiyeeffate beellamuun gaggeessuu

Biiroo/Godinaa/Magaalaa

Yeroo dhiyaatetti

Daqiiqaa 30

Dokimeentii 1




      1. Proojeektii dhiyaatee uulagaa taa’ee waliin       ilaaluun xiinxaluu

Biiroo/Godinaa/Magaalaa

Yeroo dhiyaatetti

Guyyaa 2,

Dokimeentii 1









      1. Yaada siirreeffama kan qabu yoo jiraatee       dhaabbatichi akka sirreeffatu hubachiisuu

Biiroo/Godinaa/Magaalaa

Akkuma xiinx alli xumurameen

Sa’aatii 2

, Dokimeentii 1






      1. Projeektii xiinxalame hooggantuu mana hojiiff        dhiyyeessuun ibsa itti kennuu

Biiroo/Godinaa/Magaalaa

Akkuma xiinx alli xumurameen

Biiroo- Sa’aatii 1

God./Magaa.- Sa’aatii 1

Aanaa –Sa’aatii 1

Dokimeenti 1






      1. Waliigalteen proojeektii(project agreement)        mallatteesisuu

Biiroo,Goina/Magaalaa

Akkuma mallataa’een

Biiroo- Sa’aatii 1

God./Magaa.- Sa’aatii 2

Aanaa – Sa’aatii2

Dokimeenti 1






    1. Waliigaltee projeektii mallatta’ee beekksisuu













1.3.1.Waliigaltee maallattaa’ee abba         dhimma beeksisuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Akkuma mallataa’een

Biiroo- Sa’aatii2

God./Magaa.- Sa’aatii2

Aanaa – Sa’aatii2

Dokimeenti 1






      1. Waliigaltee Prokeektii mallattaa’ee garagalcha akka beekan taasisuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Akkuma mallataa’een

Biiroo- Guyyaa 1

God./Magaa.- Guyyaa 1

Aanaa – Guyyaa 1

Dokimeenti 1






      1. Gargalcha Waliigaltee projeektii caasaa bakka itti raawwatamuuf xalayyaan  beeksisuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Akkuma mallataa’een

Biiroo- Sa’aatii2

God./Magaa.- Sa’aatii2

Aanaa – Sa’aatii2

Dokimeenti 1






    1. Projektoota waliigalteen raawwate hojiitti galuu hordofuu










Hojiirra oolmaa projekticha akkaataa waliigaltee taa’een raawwatamuu isaa hordofuun fayyadammummaa dubartootaa fi daa’immanii gutuma guututti mirkaneessu

1.4.1. Pirojeektoota hojii eegalanii fi hin eegaliin adda baasuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Yeroo Waliigalteera taa’een ji’a 1 booda

Biiroo- Guyyaa 2

Godina - Guyyaa 1

Magaala -Gguyyaa 1

Aanaa – Guyyaa 3

Proojeektii 1


      1. Projeektoota haala waliigalteetiin hojii hin eegalin qaama dhimmi ilaalatu waliin ta’unn akka hojitti galan mari’achiisuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Yeroo Waliigalteera taa’een ji’a 1 booda

Biiroo- Guyyaa 1

Godina - Guyyaa 1

Magaala -Gguyyaa 1

Aanaa – Guyyaa 1

Proojeektii 1


      1. Projektotaa hojiitti galan haala waligalteetiin raawwachaa jiraachuu isaanii sakata’uu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Yeroo Waliigalteera taa’een ji’a 2 booda

Biiroo- Guyyaa 5

Godina - Guyyaa 3

Magaala -Gguyyaa 1

Aanaa – Guyyaa 2

Proojeektii 1





      1. Projektoota hojiitti galanii haala waliigalteetiin hin raawwanne sirreffama  kennuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Yeroo Waliigalteera taa’een ji’a 1 booda

Biiroo- Sa’aatii2

Godina - Sa’aatii2

Magaala - Sa’aatii2

Aanaa – Sa’aatii2

Proojeektii 1


      1. Dhabbilee deegaarsa taasifameen haala waliigaltee raawwachuu dadhaban       qaama dhimmi ilaalatu waliin ta’uun waligalteen akka diigamu yaada dhiyeessuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Yeroo Waliigalteera taa’een ji’a 1 booda

Biiroo- Guyyaa 2

Godina - Guyyaa 2

Magaala -Guyyaa 1

Aanaa – Guyyaa 1

Proojeektii 1


      1. Projeektoota dhaabbilee miti mootummaa yeroo isaanii xumuran hordofuun       qabeenyi isaanii iddoo projektichi itti hojjechaa turetti akka darbu gochuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Yeroon Waliigaltee xumuramee ji’a 1 keessatti

Biiroo- Guyyaa 5

Godina - Guyyaa 2

Magaala -Gguyyaa 1

Aanaa – Guyyaa 2

Proojeektii 1





2

Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa sasaabuun qindeessuu,













2.1. Pirojeektootaa hojiirraa jiranaii(on going projects)













2.1.1. Foormaatii ragaaleen ittiin           sasaabaman qopheessuu

Biiroo


Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa

Biiroo- Guyyaa 2

Dokimeenti 1






2.1.2. Foormaatii ragaaleen sasaabuuf           qophaa’aan irrtti madaqsina           keennuu fi raabsuu

Biiroo, Godina,Magaalaa,

Aanaa



Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa

Biiroo- Guyyaa 2

God./Magaa.- Guyyaa 2

Dokimeenti 1





2.1.3. Foormaatiin raga yeroon          guutamee akka deebi’uu hordoffii         taasisuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Ji’a 2ffaa Kurmaanan



Biiroo- Guyyaa 10

God./Magaa.- Guyyaa 10

Aanaa – Guyyaa 8





2.1.4. Ragaa godinaale/magaalota/                    aanaalee fi ganda irraa dhiyyaatan  qindeessuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Ji’a 3ffaa Kurmaana

Biiroo- Guyyaa 5

God./Magaa.- Guyyaa 5

Aanaa – Guyyaa 5

Dokimeenti 1









2.1.5. Ragaa qindaa’ee qaamolee dhimmi ilaaluuf eerguu,beeksisuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Ji’a 1ffaa Kurmaana itti aanauu

Biiroo- Guyyaa 2

God./Magaa.- Guyyaa 3

Aanaa – Guyyaa 2

Dokimeenti 1







2.2. Pirojeektootaa xumuramanii       (Terminated projects)













2.2.1. Foormaatii ragaaleen ittiin           sasaabaman qopheessuu

Biiroo


Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa

Biiroo- Guyyaa 1

Dokimeenti 1






2.2.2. Foormaatii ragaaleen sassaabuuf            qophaa’aan irrtti madaqsina            keennuu fi raabsuu

Biiroo, Godina,Magaalaa,

Aanaa



Kurmaana 1ffaa Ji’a 1ffaa

Biiroo- Guyyaa 1

God./Magaa.- Guyyaa 1

Dokimeenti 1





2.2.3. Foormaatiin raga yeroon                    guutamee akka deebi’uu hordoffii          taasisuu fi sassaabuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Ji’a 2ffaa Kurmaanan



Biiroo- Guyyaa 10

God./Magaa.- Guyyaa 5

Aanaa – Guyyaa 2





2.2.4. Ragaa godinaale/magaalota/           aanaalee fi ganda iraa dhiyyaatan           qindeessuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Ji’a 3ffaa Kurmaana

Biiroo- Guyyaa 5

God./Magaa.- Guyyaa 5

Aanaa – Guyyaa `3

Dokimeenti 1






      1. Ragaa qindaa’ee qaamolee dhimmi ilaaluuf eerguu,beeksisuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Ji’a 1ffaa Kurmaana itti aanauu

Biiroo- Guyyaa 1

God./Magaa.- Guyyaa 1

Aanaa – Guyyaa 1

Dokimeenti 1






3

Pirojektootaa dhaabbilee miti motummaa hordofuu, deeggerruu qindeessuu













3.1. Propoozaala hordoffii fi deeggersaa       qopheessuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaanan

Biiroo- Guyyaa 1

God./Magaa.- Guyyaa 1

Aanaa – Guyyaa 1

Dokimeenti 1






3.2. Hordoffii fi deeggersa gaggeessuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaana

Biiroo- Guyyaa 2

God./Magaa.- Guyyaa 2

Aanaa – Guyyaa 1

Proojektii 1






    1. Dhaabbilee raawwii isaanitiin adda baasuu qindeessuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaanan

Biiroo- Guyyaa 5

God./Magaa.- Guyyaa 5

Aanaa – Guyyaa 2

Proojeektii 1






    1. Gabaasaa hordoffii fi deeggersaa qopheessuun maneejimeentiitiin mirkaneessisuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaanan

Biiroo- Sa’aatii 2

God./Magaa.- Sa’aatii 2

Aanaa – Sa’aatii 2

Dokimeenti 1









    1. Gabaasaa qophaa’ee qaama dhimmii ilaalatuuf dabarsuu,eerguu, duub deebii kennuu

Biiroo,Goina/

Magaala, Aanaa



Kurmaanan

Biiroo- Guyyaa 1

God./Magaa.- Guyyaa 1

Aanaa – Guyyaa 1

Dokimeenti 1






Yüklə 0,6 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin