Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Daa’immani Oromiyaa


Yaadoota filannoodhaaf dhiyaatan keessaa gareen kun yaada 1ffaa filaatee hojiimaatnni isaa akka diriiru waliigalteerra gahamera



Yüklə 0,6 Mb.
səhifə4/11
tarix18.08.2018
ölçüsü0,6 Mb.
#72782
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11

1.1Yaadoota filannoodhaaf dhiyaatan keessaa gareen kun yaada 1ffaa filaatee hojiimaatnni isaa akka diriiru waliigalteerra gahamera.



2.4 MAAMILTOOTAA FI DHIMMAMTOOTA


Adeemsa hojii Deggersaa Proojektoota Misoomaa Dubaartootaa fi Daa’immanii maamiltootni fi dhimmamtonni armaan gadii addaan bahaniira.

1.1.12.4.1. Maamiltoota


      1. Dubartoota-

  • Haadholee warraa

  • Daldaltoota

  • Hojjettoota mootummaa

  • Bakka bu’oota waldaalee mirgaa fi diinagdee

  • Barattoota

  • Bakka bu’oota Afooshaalee

      1. Daa’imman

      2. Dhaabbilee miti motummaa

      3. Waldalee Hawaasaa

1.1.22.4.2. Dhimmamtoota


i. Mootummaa Naannoo Oromiyaa

      1. Koree Dhaabbii Dhimma Dubartootaa Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa

      2. Seektaroota Motummaa

      3. Ministeera Dhimma Dubartoota,Daa’immaniifi Dargagootaa Federaalaa

      4. Jaarmiyaalee Dubartootaa

      5. Dhaabbilee Miti mootummaa

      6. Maayikroo faayinaansota



2.5. Rakoolee /Fedhii Maamiltootaa fi Dhimmamtootaa Addaan Baasuu fi Tareessuu


2.5.1. Fedhii Maamiltootaa Adeemsa Hojii Deeggersaa Qophii fi Mirkaneessa Proojektoota Misoomaa Dubaartootaa fi Daa’immanii

T.L

Maammilaa

Fedhii Maammilaa

Rakkoolee Maamilaa

1

Waldaalee Dinagdee Dubartootaa

Dubartoota



Maxxantummaa dinagdee jalaa bahuun galii ofii ummachuu baarbaadu


2

Waldaalee dinagdee bartootaa


Dubartootoota hojii dhabeeyyii

  • Leenjii ogummaa bu’a qabeessa fi hojii galii argamsiisu uumuu dandeessisu argachuun hojiitti galuu

  • Leenjiin kennamaa baajata gahaan kan deegarame ta’uu dhabuu

  • Leenjiiwwan kennamman fedhii dubartootaa fi gabaarratti hundaa’uu dhabuu

3

Dhaabbilee miti mootummaa

Proojektoota Dhaabbilee Miti mootummaarraa dhiyaatan ariitiin akka mirkanaa’uuf barbaadu

  • Projeektii dhiyaatan yeroon mirkanaa’anii abbaa dhimmaatiif deebi’uu dhabuu



4

  • Dhaabbilee miti mootummaa

  • Dubartootaa

  • Daa’imman




Proojektootaa dubartootaa fi daa’immann fayyaduuf qiyyeeffaman akka hordoffaman, deeggeraman fi gamaaggaman barbaadu

  • Hordofii fi deeggersii fi n projeektootaa dhaabbilee miti mootummaf taasifamu sagantaa fit ii yaadamee kan hin kennamne ta’uu

  • Hordofii fi deeggersii taasisuun dubartootnnii fi daa’imman hagam proojektoota irra fayyadamtoota akka ta’an hubachuu dhabuu

  • Projeektootaa mana hoji keenyaan malleetteeffamanii caasaan sadarkaa gadii jiru argachuu dhabuun hordoffii gochuu dadhabuu

5

Raawwattootaa projeektii irratti hojjetan sadarkaa hundatti jiranii

Proojektootaa qopheessuu fi mirkaneessuu irratti hanqinnii dandettii fi oggumaa maqsuuf leenjii argachuu

  • Hubannoon fi ogguummaan proojeektii kalaquu, mirkaneessuu fi hordofii irratti jiru hanqina kan qabu ta’uu

  • Propoozaala Fandiin sochii mana hojiichaatiif barbaachisu haala barbaadamuun qophaa’e fandii maddisiisuu dhabuu

6

Fedhii dhiyeessii akka guutmu barbaadu

  • Liqii dubartoota hojii madda galiitti galchu haala barbaadamuun dhabamuu

  • Fandii leenjii,hubannoo,leenjii fi kkaf haala hojiin mana hojiichaa barbaaduun argamuu dhabuu

7

  • Daa’imman haala rakkisaa keessa jiraatan

Deggarsa qindaa’aa itti fufiinsa qabu argachuu barbaadu

  • Deggarsa messhalee barnootaa, nyaataa, huffataa fi kkf gama mootummaan gutummaa gutuutti huwwisamu hafuu

  • Sababoota adda addaan daa’imman rakkoolee hawaas-dinagdeetiif saaxilamuu



2.5.2. Fedhii Dhimmamtootaa (Stakeholders needs & expectations)


Dhimmamtoota
1.1.2.1.1Fedhii Dhimmamtootaa

Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Seektaroota Mootummaa, Ministeera Dhimma dubartootaa,daa’immanii fi dargagootaa Federaalaa, Waldaa Dubartootaa

  • Hirmaannaan Dubartootaa gama Siyaasaa, Dinagdee fi Hawaassummaa akka cimu

  • Dubartoonni guutumaan guutuutti omishtoota (humna misoomaa) ta’anii duula hiyyuummaa balleessuurratti qooda guutuu akka fudhatan

  • Dubartoonni bal’inaan waldaa addaddaatti akka ijaaraman

  • Haadha qabeenyummaan dubartootaa guutumaan guutuutti akka mirkanaa’uu

  • Paakeejiin misoomaaa fi jijjiirma dubartootaa hojiirra akka ooluu

  • Karooraa fi raawwii hojii waliin madaaluun akka danda’amu

  • Biirooleen naannoolee gamaggama hojii waliin gaggeessuudhaan muuxannoo akka wal jijjiiran

  • Daa’imman rakkinaaf saaxilaman deggarsa gama hundaan argatanii lammii gaarii ta’anii akka guddatan

Dhaabbilee Miti-Mootummaa, Dhaabbilee Maayikiroo faayinaansii


  • Qindoominaan waliin hojjechuu

  • Fandiin kennamu kaayyoo barbaadameef oolee yeroodhaan akka gabaasamu

  • Hojii hordoffiifi to’annaa waliin gaggeessuu

  • Dubartoonni wlga’ii bahanii hubannoo Liqiifi qusannoo akka argatan

  • Dubartoonni liqii aargachuuf akka gurmaa’an

  • Daa’imman rakkinaaf saaxilaman deggaruu




Yüklə 0,6 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin