Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Daa’immani Oromiyaa


QUUNNMATII KEESAA FI ALAA ADEEMSICHAA



Yüklə 0,6 Mb.
səhifə8/11
tarix18.08.2018
ölçüsü0,6 Mb.
#72782
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11

3.7 QUUNNMATII KEESAA FI ALAA ADEEMSICHAA

3.7.1 Quunnamtii Keessaa (Internal Interfaces)


Lakk

Qaamota Qooda fudhatan

Dhimma irratti Qooda Fudhatan

01

Adeemsa hojii Bulchiinsa Qabeenya Humna Namaa Biiroo fi Raawwataa Bulchiinsa Namaa Godinaalee/Magaalaa fi Aanaalee/

  • Humna namaa bobbaassuu (Ramaddii, fi sadarkaa guddinaa)

  • qacarrii fi jijjiirraa humna namaa

  • leenjii human namaa

  • ragaa humna namaa

02

Adeemsa hojii deeggersaa Qophii Karoora, bajataa, fi hordoffiifi gamaaggamaa Biiroo

/godinaalee/ Magaalaalee fi Aanaalee



      • Gabaasa raawwii karooraa

  • Qophii karooraa fi baajataa

03

Adeemsa hojii Deeggersaa Bitaa, Bulchiinsa faayinaansii fi Qabeenyaa Biiroo/Garee kaffaltii MMDGodinaalee/ Magaalaallee/Aanaalee

      • Baasii Barbaachisu qopheessuun

  • Kaffaltii addaddaa raawwachuu

  • Loojistikii Mijeessuu

    • Konkolaataafi boba’aa mijeessuu

  • Bittaa meeshaa gaggeessuu

04

Mana galmee

  • Xalyalee galiifi baasii taasisuu

  • Xalayaa qaama bira gahuu qabu qaqqabsiisuu

05

Adeemsota Ijoo mana hojiichaa

  • Fedhii baajataa adda baasuu

  • Proojektoota mirkaneessuu

  • Proojektoota hojiira oolchuu

  • Deggarsa fi hordoffii projektootaa geggeessuu irrattii

  • Dubartootaa fi daa’imman fayydamtoota taasisuu

  • Odeeffannoo fi ragaalee waljijjiiruun

  • leenjiiwwan kennuu irratti

  • hojii garee adeemsota adda addaa qooda fudhachiisu irratti waliin hojjechuu





3.7.2 Quunnamtii Alaa (External Interfaces)


Lak

Qaamota Qooda fudhatan

Dhimma irratti Qooda Fudhatan

01

Mootummaa Naannoo Oromiyaa

02

Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa (koree dhaabbii Dhimma dubartootaa)

  • Seera baasuu

  • Raawwii karooraa waliin madaaluu

  • To’annoofi hordoffii waliin gaggeessuu

  • Baajata mirkaneessuu

03

Ministeera Dhimma Dubartoota,Daa’immanii fi Dargaggoota Federalaa

  • Imaammata, qajeelfamaafi danbii dhimma dubartootaa fi daa’immanii qopheessuu

  • Paakeejii misoomaafi jijjiirama dubaartootaa hojiirra olchuu

  • Humna dinagdee dubartootaa guddisuuf fandii barbaaduu

  • Raawwii karooraa waliin madaaluu

  • Naannoolee biroo waliin muuxannoo wal jijjiiruu

04

Biiroo Maallaqaa fi Misooma Dinagdee

  • Qoodinsa Baajata Biiroof Gaggeessuu

  • To’annoo fi Hordoffii Raawwii karooraa gaggeessuu

  • Projektoota Dhabbilee Miti-Mootummaa Dubartootaa fi Daa’imman irratti hojjetan Gamaggamuufi mirkaneessuu akkasumas waliigaltee waliin mallatteessu

  • Proojektoota Walta’iinsa karoorsuu, hojiirra oolchuu fi gabaasuu

05

Biiroo Siiviil Sarviisii fi Bulachiinsa Gaarii Oromiyaa

  • Baajata Leenjiif Hubannoo addaddaa ramaduu (PSCAP ramaduu)

  • Lenjii Humna raawwii cimsan kennuu

  • Ogeessota leenjii kennan ramaduu

  • Raayyaa siivil sarviisii cimsuu

06

Biiroo Barnoota Oromiyaa

  • Fooramii leenjiif barnoota irratti waliin hojjechuu

  • Barnoota shamaarraniirratti qindoominaan hubannoo hawaasaaf kennuu

  • Gumii shamarraaniifi BMG irratti waliin hojjechuu

  • Barattoota shamarranii carraa barnoota tolaa dhaabbilee miti mootummaa addaddaarra argatan filuurratti waliin hojjechuu

  • Barattoota shamarranii barnootasaaniitiin qabxii olaanaa galmeessisan, maatiisaaniifi barsiisota dubaraa fakkii ta’an badhaasuurratti waliin hojjechuu

07

Eejeensii Waldaa Hojii Gamtaa Ormiyaa

  • Odeeffannoo gurmaa’inaa fi gabaa wal jijjiiruu

  • Muxannoo hojii garii wal jijjiiruu

  • Dubartootta gurmaa’aniif waraqaa seerummaa kennuu

  • Liqii dubartootaaf kennuu

08

Ejeensii Misooma Interpriyizii Maayikroo fi Xixiqqaa

  • IMX dhaan dubartoota gurmeessuu, fi hojiitti galchuu

  • Haala liqii dubartoota gurmaa’aniif mijeessuu

  • Leenjii Ogummaa Dubartoota gurmaa’aniif kennuu

  • Odeeffannoo gurmaa’inaa fi gabaa wal jijjiiruu

  • Muxannoo hojii garii wal jijjiiruu

  • Hojiiwwan misooma madda galii dubartootaa (enterprounership development) irratti waliin hojjechuu

09

Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa

  • Hubannoo BMG fi Fayyaa dubartootaa waliin kennu

  • Barreeffamoota (manuwaalii) leenjji Qopheessuu

  • Sirna walhormaata fayyaa dubartootaa iratti waliin hojjechuu

  • Leenji fi hubannoo akkasumas qorannoo sirna walhormaataa fi “HIV/AIDS” waliin gaggeessu

  • deeggarsa ogummaa leenjii kennuu

10

Biiroo Qonnaa Oromiyaa

  • Hojiiwwan Dinagdee Dubartootaarratti Odeeffannoo Wal jijjiiruufi Waliin hojjechuu

11

Qaamolee seeraa sadan

  • Seera yakkaa fooyya’ee fi Seera maatii Oromiyaarratti hawaasaafi dubartoota hubannoo kennuu

12

Biiroo Bishan, Albuudaafi Inarjii Oromiyaa

  • Teeknooloojiiwwan humnaa fi yeroo dubartootaa qusatan dubartootaaf dhiyeessuurratti waliin hojjechuu

13

Komishinii Qophaa’insaa fi Ittisa Balaa Oromiyaa

  • Liqii Naana’aa Dubartootaaf kennuun dinagdee dubartootaa guddisuu irratti

14

Waldaa Dubartoota Oromiyaa

  • Ijaarsa waldaa dubartootaarratti hubannoo uumuu waliin hojjechuu

  • Mirga namuummaa dubartootaa kabachiisuurratti waliin hojjechuu

  • Dubartoonni mirgasaanii hubatanii filuu fi filatamuurratti bal’inaan akka hirmaatan hubachiisuurratti waliin hojjechuu

15

Biiroo Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa

  • Shamarraan umurii dargagummaarra jiran waldaan ijaaruu irratti waliin hojjechuu

  • Shamarraan hojii dhabeeyii ijaaruun hojii qabsiisuurraati waliin hojjechuu

16

Ejeensii dhimma hojjetaa fi hawaassummaa

  • Odeeffannoo fi muuxannoo Gurmii waljijjiiruu

  • Shamarraan hojii dhabeeyii ijaaruun hojii qabsiisuurraati waliin hojjechuu

  • Mirga dubartootaa warshaalee adda addaa keessatti kabachiisuu irratti waliin hojjechuu

17

Komishinii Misooma Naannoo Horsiisee Bulaa Oromiyaa

  • Hojiiwwan naannoo horsiisee bulaa dubartoota irratti hojjetaman qindoominaan waliin hojjechuu

18

Dhaabbilee Miti-Mootummaa

  • Barmaatilee Miidhaa Geessisan maqsuurratti waliin hojjechuu

  • Dinagdee dubartootaa cimsuurratti waliin hojjechuu

  • Leenjii waliin kennuu

19

Dhaabbilee Maaykiroo faayinaansii

  • Dinagdee dubartootaa cimsuurratti waliin hojjechuu

  • Bu’aa fi faayidaa liqii hubachiisuurratti waliin hojjechuu

  • Akkaataa qabiinsaa fi bulchiinsa qabeenyaa irratti leenjii waliin kennuu

  • Hojiiwwan misooma madda galii dubartootaa (enterprounership development) irratti waliin hojjechuu

20

Komishinii Inveestimeentii Oromiyaa

  • Inveestimeentii baabbal’aachaa jiruu carraalee hojii uumu keessatti dubartoota fayyadamtoota taasisuu irratti waliin hojjechuu

  • Carraa inveestimeentii uumame keesatti odeeffannoo hirmaannaa dubartootaa walii kennuu irratti



Yüklə 0,6 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin