Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Daa’immani Oromiyaa


Mul’ata, Ergamaa, Itti gaafatamummaa fi Duudhaa seenaariyoo haaraa (Vision, Mission, Authority and Values in the new scenario)



Yüklə 0,6 Mb.
səhifə9/11
tarix18.08.2018
ölçüsü0,6 Mb.
#72782
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11

3.8. Mul’ata, Ergamaa, Itti gaafatamummaa fi Duudhaa seenaariyoo haaraa (Vision, Mission, Authority and Values in the new scenario)


3.8.1 Mul’ata (Vision)
Bara 2012 tti Oromiyaa wal-qixxummaan Koorniyaa ,Gahoominni Dubartootaa fi      mirgii fi nageenyi daa’immanii kessatti mirkanaa’ee umuu.

      1. Ergama (Mission)

Naannoo Oromiyaa keessatti; Dubartonni hirmaattootaa fi fayyadamtoota misoomaa akka ta’an, dhiibbaan isaan irra ga’u akka hafu taasisuu, rakkoo hawaas-diinagdee dubartootaa fi daa’immanii furuuf hawaasa barsiisuu,deeggersa kennuu, dhimmamtotafi deeggertoota waliin qindoominaa uumuun hojjechuu fi kenna tajaajilaa fooyyesuuf qorannoo fi sakkatta’iinsa ittifufiinsa qabu gaggeesuu dha.



      1. Ittigaafatammummaa (Authority)

Adeemsi Hojii Deeggersaa qophii fi mirkaneessaa proketootaa misooma dubartootaa fi daa’immani Ittigaafatammummaa armaan gadii ni qabaata



  • Hojiiwwan qophii fi mirkaneessaa proketootaa misooma            dubartootaa fi daa’immani ilallatan        jalqabaa hanga       dhumaatti abbummaaddhaan ni raawwata

  • Hojiiwwan qophii fi mirkaneessaa proketootaa misooma        dubartootaa fi daa’immani a maara         irratti        murteessuummaa ni qabaata

  • Baajata adeemsichaa ni qopheessa, ni bulcha

  • Qabeenyaafi meeshaalee adeemsichaaf barbaachisan ni        guuchisiisa

  • Xalayoota godinaalee fi qaama dhimmi ilaalltuuf mallatteessee       ni erga

  • Milkaa’ina hojii adeemsichaaf jecha qaamolee addaddaa waliin       quunnamtii ni taasisa, qindoominaan ni hojjeta

  • Odeeffannoo, ragaafi gabaasa adeemsa hojichaa qaama       dhimmi ilaaluuf ni kenna, ni dhiyeessa,

  • Humna raawwii raawwaattoota hojii Adeemsichhaa yeroo      yeroon sakatta’uun ni cimsa,

  • Gaaffiiwwan qooda fudhattoonnifi dhimmamtoonni Addeemsichaaf dhiyeessaniif deebbii ni kenna, ni keessummeessaa




      1. Duudhaalee Haaraa (New Values)

A. Ittigafatamummaa

B. Iftoomina

C. Tajaajila gahuumsa qabu kennuu

D. Qophaa’ina jijjiramaa

E. Beekumsaa fi amntaan hogganu

F. Hirmaachisummaa



G. Aantummaan dubartoota fi daa’immaniif

3.9. Gurmaa’insa Hojii Adeemsa Haaraa Wixineessuu

3.9.1. Adeemsa Hojii Deeggersaa Qophii Fi Mirkaneessa Proojektoota Misooma Dubartootaa fi Daa’imanii Keessatti Tartiiba Raawwii Hojiiwwanii


Ciicata (Input)

Tartiiba gochoota raawwii adeemsichaa jalqabaa hanga xumuraatti (Series of activities & steps from start to finish)

Bu’aa/Galma ga’iinsa (Output/outcome)

Maamilaafi fedhii maamilaa

3.9.1.1. Garee Dhimmaa Qophii projeektootaa misooma dubartootaa fi daa’immanii

  • Fedhii fi kuttannoo Mootummaa Naannoo fi Federaalaa

  • Imaammata dhimma dubartooaa

  • Paakeejii misoomaa fi jijjirama dubartootaa




  1. Hojimaata projektootnnii ittiin qophaa’anii qopheessuu

Iftoomina raawwii hojii dabale

Dhabbilee proojeektii dhiyeeffatan
Tajaajila si’ataa fi qulqullina qabu barbaadu

    1. Ulaagaa qophii proojektootaa

      1. Ulaagaa rakooleen/fedhiin hin guutiin ittiin adda bahanii fi sadarkeeffaman      qopheessuu

1.1.2. Ulaagaa qophaa’ee irratti qaamolee dhimmi ilaalatu waliin marii gaggeessuun      gabbisuu

1.1.3. Ulaagga gabbate maaneejimeentii mana hojiitiin mirkaneessisuu

1.1.4. Ulaagaa mirkaanaa’e irrtti dhimmamtootaa fi maamiltootaaf hubannoo kennuu

    1. Sadarkaa rakkoo/fedhii dubartootaa fi daa’immanii hin guutiin adda baasuu

      1. Foormaattii rakkoon/ Fedhii hin guutaminii itiin sasaabamuu fi qindaa’u qopheessuu

      1. Formaattii qophaa’ee irratti godinaalee fi magalaalotaaf/aanaa maadaqisina kennuun        fi raabsuu

1.2.3. Foormaatii guutuun qindeessuu, rakkoo/fedhhii hin guutiin adda baasuu

1.2.4.Rakkoo/Fedhi hin guutiin gosaa fi idoon(Godina,          Magaalaa,aanaa,ganda) adda bahan       sadrkeessuun          (prioratize) kaa’uu

      1. Rakkoo/ Fedhii hin guutin sadarkeeffaman mirkaneeffachuu

      1. Dokiimeentii rakkowwan/fedhiiwwan hin guutinii qopheessuu

      1. Dokiimeentii rakkowwan/fedhiiwwan hin guutinii qophaa’ee maaneejimeentii mana        hojiitiin mirkaneessuu

      1. Dokimmeentii mirkanaa’ee qaamoleen barbaadan hundi akka argatan taasisuu

  • Fedhii dubartoota hojiiwwan madda galii af argamsiisan hirmaachuuf qaban

  • Fedhii dubartoonni maxxantummaa diinagdee jalaa bahuuf qaban

  • Konveenshinoota mirga dubartootaa fi daa’immanii




  1. Projeektii misooma dubartootaafi daa’immanii qorachuu/ qopheessuu

Rakkollee daa’immanii fi dubartootaa furmaata argatan

Dubartoota-Maxxantummaa dinagdee jalaa bahuun galii ofii ummachuu baarbaadu

Daa’imman-Deeggersa adda addaa argachuu barbaadu




    1. Dokimeentii fedhiiwwaan dubartootaa fi daa’immann hin guutin tarra ka’uun ‘TOR” qorannoo projeektii qopheessuuu

    1. “TOR” qophaa’ee mirkaneessisuu

    1. Qophii duraa xumuruu(haala “TOR’ keessatti taa’een Baajataa,Lojestiikii, H/namaa fi kkf)

    1. Qorannoo projeektii gaggeessuu

2..5. Dokimeentii projeektii misooma dubartootaa fi daa’immanii qophessuu

2.6. Dokimeentii proojeektii qophaa’ee maaneejimeentii mana       hojiitiin dhiyeessuun              gabbisuu

    1. Dookimeentii yaada maaneejimeentiitiin gabbate xumuruu

    1. Dokiimeentii Propoozaala projektii qophaa’ee arjomtoota/ deeggartoota taasisuuf eerguu

    1. Propoozaala arjoomtotaaf/deeggartoota eergamee duukaa bu’uu

2.10. Deeggersa argame haalaa proopoozaala ta’eetiin hojiira oolchuu,hordofuu




  • Fedhii dubartoonni maxxantummaa diinagdee jalaa bahuuf qaban

  • Konveenshinoota mirga dubartootaa fi daa’immanii

  • Fedhii dhiyeessii fandii

3.Propoozaalota maddisiisa fandii qopheessuu (Hubannoo,Leenjii,Liqii/Hojiilee madda galii,deeggersa dubartootaa/shamarran harka qalleeyyii fi daa’immaniif oolu, kabaja ayyaanotaa, meeshaalee hojii(capacity building),

  • Rakkollee daa’immanii fi dubartootaa furmaata argatan

  • Fedhii dubartootaafi daa’immanii guttame

  • Ijaarsa dandeettii mana hojiicha cime

Dubartootaa fi Daa’imman


  • Dhiyessii fandii ball’isuun fedhiihin guutamin ykn rakoon dubartootrra gahu akk salpatu barbaadu

  • Maxxantummaa dinagdee jalaa bahuun galii ofii ummachuu baarbaadu

    1. Qophii poopooaala fandii karoora waggaa irraa sasaabuu

    1. Yaddaa ka’umsa qophii propoozaalaaf adeemsa dhimmi ilaalatuu waliin mar’iachuu

    1. proopoozaala fandii qopheessuu

    1. Propoozaalaa qophaa’ee mirkaneessisuu hojjiirra oolachuu

    1. Propoozaalaa fandii qophaa’ee qaama deeggersa kennuuf dhiyeessuu/eerguu

    1. Propoozaala eergame duuka bu’uu

    1. Fandii argame hoiirra oolchuu, hordofuu

  • Fedhii fi kuttannoo Mootummaa Naannoo

  • Imaammata dhimma dubartooaa

  • Imaammatotta dubartootaa fi daa’imman fayyaduuf bahan

  • Paakeejii misoomaa fi jijjirama dubartootaa

  1. Projeektoota fayyadammumma dubartootaa fi daa’imman mirkaneessuf motummaan fi miti-mootummaa qiyyeefaman hordofuu, deegaruu

  • Fayyadammummaa dubartootaa fi daa’imanii mirkanaa’ee

  • Bu’a qabeessuumma projeektootaa hubatame

Seektrootaa
Deeggersa ogguumaa argachuu


4.1. Proojektootaa motummaan qiyyeeffaman seektraa, godinaa/magaalaa fi gosa          proojeektiitiin adda baasuu

4.2. Dubartootaa fi daa’imman fayyadamtoota projektii ta’an         adda baasuu

    1. Hordoffii gaggeessuu

    1. Gabaasaa hordoffii qopheessuu

    1. Gabaasa qophaa’e tayyabuun qaama dhimmi ilaaluuf erguu

    1. Raawwii projeektootaa godinaalee/ aanaalee/ gandootaa  xinxaaluudhan duub deebii kennuu

  • Immaamattoo,Paakeejota,Sagantaalee fi projeektoota dubartootaa fi daa’imman fayyaduuf qiyyeefaman,

  • Fayyadammummaa dubartootaa fi daa’immanii

  1. Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa mana hojiitiin qiiyyeeffamanii hojiirraa jiranaii sasaabuun qindeessuu,

  • Dokimeentii ragaa qophaa’ee

  • Sadarkaa fayyadammuuma dubartootaa fi daa’immanii beekkame




Caasaalee dhimma dubartootaa sadarkaan jiran, Seektaroota mootummaa

Foormaatii fi tooftaalee ragaaleen saalaan adda bahee ittiin sasaabamuu fiqindaa’uu argachuu barbaadu



5.1. Foormaatii ragaaleen ittiin sasaabaman qopheessuu

5.2. Foormaatii ragaaleen sasaabuuf qophaa’aan irrtti        madaqsina keennuu fi raabsuu

5.3. Foormaatiin raga yeroon guutamee akka deebi’uu        hordoffii taasisuu

5.4. Ragaa godinaale/magaalota/aanaalee fi ganda iraa       dhiyyaatan qindeessuu

5.5. Ragaa qindaa’ee qaamolee dhimmi ilaaluuf        eerguu,beeksisuu

3.9.1.2. Garee Dhimmaa Mirkaneessa projeektootaa

  • Imaammata dhimma dubartootaa

  • Imaammata dubartootaa fi daa’imman fayyaduuf bahan

  • Paakeejii msoomaafi jijjiramaa Dubartootaa

  1. Hojimaata projektootnnii ittiin mirkanaa’an qopheessuu

Iftoomina raawwii hojii dabale

Dubartootfi Daa’imma, Dhabbilee proojeektii dhiyeeffatn
Tajaajila si’ataa fi qulqullina qabu barbaadu



    1. Ulaagaa mirkaneessa proojektootaa

1.1.1. Ulaagaala projektootnni ittiin mirrkanaa’an qopheessuu

1.1.2. Ulaagaa gabbate maaneejimeentii mana hojiitiin mirkaneessisuu

1.1.3. Ulaagaa mirkaanaa’e irrtti dhimmamtootaa fi maamiltootaaf hubannoo kennuu

1.1.4. Ulaagaalee projeektiin ittiin mirkanaa’an maamiltootaa fi          dhimmamtoot  beeksisuu

    1. Unaka/foormaatii projeektootaa akka mirkanaa’aan dhiyaataan ittiin galamaa’an qopheessuu

1.3. Projektoota dhaabbilee miti mootummaa sakatta’uun         mirkaneessuu

1.3.1. Projeektoota dhaabiilee miti mootummaa irra dhiyaatan fuudhuu

1.3.2.Dhaabbata proojeektii dhiyeeffate beellamuun gaggeessuu

      1. Proojeektii dhiyaatee uulagaa taa’ee waliin       ilaaluun xiinxaluu

      1. Yaada siirreeffama kan qabu yoo jiraatee       dhaabbatichi akka sirreeffatu gochuu

      1. Projeektii xiinxalame hooggantuu mana hojiiff        dhiyyeessuun ibsa itti kennuu

      1. Waliigalteen proojeektii(project agreement)        mallatteesisuu

    1. Waliigaltee projeektii mallatta’ee beekksisuu




1.4.1. Waliigaltee maallattaa’ee abba dhimma beeksisuu







      1. Waliigaltee Prokeektii mallattaa’ee garagalcha gochuu

      1. Gargalcha Waliigaltee projeektii caasaa bakka itti raawwatamuuf xalayyaan  beeksisuu

    1. Projektoota waliigalteen raawwate hojiitti galuu hordofuu

1.5.1. Pirojeektoota hojii eegalanii fi hin eegaliin adda baasuu

      1. Projeektoota haala waliigalteetiin hojii hin eegalin qaama dhimmi ilaalatu waliin ta’unn akka hojitti galan taasisuu

      1. Projektotaa hojiitti galan haala waligalteetiin raawwachaa jiraachuu isaanii sakata’uu

      1. Projektoota hojiitti galanii haala waliigalteetiin hin raawwanne sirreffama  kennuu

      1. Dhabbilee deegaarsa taasifameen haala waliigaltee raawwachuu dadhaban       qaama dhimmi ilaalatu waliin ta’uun waligalteen akka diigamu yaada dhiyeessuu

      1. Projeektoota dhaabbilee miti mootummaa yeroo isaanii xumuran hordofuun       qabeenyi isaanii iddoo projektichi itti hojjechaa turetti akka darbu gochuu

  • Immaamattoo,Paakeejota,Sagantaalee fi projeektoota dubartootaa fi daa’imman fayyaduuf qiyyeefaman,

  • Fayyadammummaa dubartootaa fi daa’immanii

  1. Ragaalee fi proofaayilii proojektootaa dhaabbilee miti mootummaa sasaabuun qindeessuu,

  • Dokimeentii ragaa qophaa’ee

  • Sadarkaa fayyadammuuma dubartootaa fi daa’immanii beekkame




Caasaalee dhimma dubartootaa sadarkaan jiran, Dhaabilee Mit Mootummaa

Foormaatii fi tooftaalee ragaaleen saalaan adda bahee ittiin sasaabamuu fiqindaa’uu argachuu barbaadu



2.1. Pirojeektootaa hojiirraa jiranaii(on going projects)

2.1.1. Foormaatii ragaaleen ittiin sasaabaman qopheessuu

2.1.2. Foormaatii ragaaleen sasaabuuf qophaa’aan irrtti madaqsina keennuu fi raabsuu

2.1.3. Foormaatiin raga yeroon guutamee akka deebi’uu hordoffii taasisuu

2.1.4. Ragaa godinaale/magaalota/aanaalee fi ganda iraa dhiyyaatan qindeessuu

2.1.5. Ragaa qindaa’ee qaamolee dhimmi ilaaluuf eerguu,beeksisuu

2.2. Pirojeektootaa xumuramanii(Terminated projects)

2.2.1. Foormaatii ragaaleen ittiin sasaabaman qopheessuu

2.2.2. Foormaatii ragaaleen sasaabuuf qophaa’aan irrtti madaqsina keennuu fi raabsuu

2.2.3. Foormaatiin raga yeroon guutamee akka deebi’uu hordoffii taasisuu

2.2.4. Ragaa godinaale/magaalota/aanaalee fi ganda iraa dhiyyaatan qindeessuu

      1. Ragaa qindaa’ee qaamolee dhimmi ilaaluuf eerguu,beeksisuu

  • Fedhii fi kuttannoo Mootummaa Naannoo

  • Imaammata dhimma dubartooaa

  • Imaammatotta dubartootaa fi daa’imman fayyaduuf bahan

  • Paakeejii misoomaa fi jijjirama dubartootaa

  1. Pirojektootaa dhaabbilee miti motummaa hordofuu, deeggerruu qindeessuu

  • Fayyadammummaa dubartootaa fi daa’imanii mirkanaa’ee

  • Bu’a qabeessuumma projeektootaa hubatame

Dhaabbilee miti mootummaa
Deeggersa fi yaada sirreefamaa/ijaarsaa argachuu barbaadu,


3.1. Propoozaala hordoffii fi deeggersaa qopheessuu

3.2. Hordoffii fi deeggersa gaggeessuu

    1. Dhaabbilee raawwii isaanitiin adda baasuu

    1. Gabaasaa hordoffii fi deeggersaa qopheessuun maneejimeentiitiin mirkaneessisuu

    1. Gabaasaa qophaa’ee qaama dhimmii ilaalatuuf dabarsuu,eerguu, duub deebii kennuu



Yüklə 0,6 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   11




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin