Bulchinsa Faayinaansii


Maappii adeemsa kaffaltii adda addaa amma jiru agarsiisu



Yüklə 0,87 Mb.
səhifə2/9
tarix09.01.2019
ölçüsü0,87 Mb.
#93723
1   2   3   4   5   6   7   8   9

2.7.2.1. Maappii adeemsa kaffaltii adda addaa amma jiru agarsiisu

Abbaan dhimmaa Kaffaltii mirkana`ee gaafachuu

Hogga.

Heyyame

Ykn ….

I/G kaffaltii mirkaneesse hojjetaa herregaa ajaja kaffaltii qopheessutti ni dabarsa.

Hojjetaan herregaa ajaja kaffaltii qopheessuun mallateesse I/G kaffaltii tiif ni dhiyeessa.

Hoogganaan herrega baankii faayinaansii waliin mallateessuuf aangoo qabu ni mallateessa.



Kutaa

Baajataa

Maallaqa qabduu maallaqaa biraa ykn baankii dhaquunbaafata.



(Current disbursement high level mapping)



Qabduu


Abbaan dhimma ajaja kaffaltii ykn ajaja kaffaltii cheekii fi cheekii mallateessuun ni fudhata.

Maallaqaa/

Baankii

2.7.2.2. Adeemsa kaffaltiin faayinaansii adda addaa ittiin raawwatamu

Adeemsii kaffaltiiwwan adda addaa IIHBO keessatti ittiin adeemsifamaa jiran yeroo ilaalaman ibsa hojii, walitti dhufeenya (Interface) fi qaama raawwatu adda baasuun kan dhiyaatu yoo ta`uu,



  • kaffaltii kiraa maashinarii,

  • Kaffaltii durgoo,

  • Kaffaltii mindaa fi faayidaalee,

  • Kaffaltii mana yaalaa,

  • Kaffaltii bittaa duubee,

  • Kaffaltii bittawwanii,

  • Kaffaltii barumsaa,

  • Kaffaltii hojii sa`aa idileen alaa,

  • Kaffaltii dursaa,

  • Kaffaltii dhimoota seeraa,

  • Kaffaltii durgoo olmaa, fi kan biro yaada keessa galchuun kan ijoo ta`aan haala armaan gadiitiin kan gabatee armaan gaditti tarreeffamani dha.



2.7.2.3. Ibsa Hojii fi Yeroo fixuu

Sadarkaa

Ibsa hojii (Activity)

Walitti dhufeenya (Interface)

Qaama hojii raawwatu (Responsible functional unit)

Yeroo fixuu

Daqiiqaan



1

Herrega baankii banuu fi cufuu (Input).







450min

/7.5hrs/.

1.1

Xaalayaa baankitti barreessuun mallateessisuu.

-Hojii adeemsisaa.

-Faayinaansii

120

1.2

Xaalayaan mana galmee dhaqa.

-Mana galmee.

-Ergamtuu.

90

1.3

Xaalayaa baankii geessuu.

-Ergamtuu.

-poostessaa ykn abbaa dhimma.

120

1.4

Naamunaa mallattoo kennuu.

-Baankii.

-Abbaa dhimma.

120




Herregni baankii banamuu fi cufamuu (Out Put)










2

Kaffaltii adda addaa raawwatamu (In put).







600min

/10hrs/.

2.1

-Abbaan dhimmaa (users) gaaffii kaffaltii dhiyeessaa.

-Adeemsota hojii adda addaa.

- Abbaa dhimmaa.

-Hojjetaa kaffaltii.



30

2.2

- I/G dhihoon/Abbaan heeyyamuuf aangoon kennameef/ gaaffii kaffaltii ni heyyama.

-Adeemsota hojii adda addaa.

- Abbaa dhimmaa.

-Hojjetaa kaffaltii.



60

2.3

-Gaaffii heyyamame kutaa baajataatii dhiyeessuun baajatni jiraachuun hubatamee ni ragaasifama.

-Kutaa baajataa.

-Abbaa dhimmaa.

- Hojjetaa kaffaltii.



60

2.4

-Hojjetaan herregaa gaaffii raga`ee baajata irraa darbeef sirrumma qulqulleessuun mallateesse I/G kaffaltii ykn damee faayinaansii tiif ni dhiyeessa.

- Abbaa dhimmaa.

- Hojjetaa kaffaltii.

60

2.5

- I/G kaffaltii mirkaneesse hojjetaa herregaa ajaja kaffaltii /payment voucher/ ykn ajaja kaffaltii cheekii /Check Payment Voucher/ qopheessutti ni dabarsa.

- I/G kaffaltii.

- I/G faayinaansii.



- Hojjetaa kaffaltii.

60

2.6

Hojjetaan herregaa herregaa ajaja kaffaltii ykn ajaja kaffaltii cheekii qopheessuun I/G tiif ni dhiyeessa.

- Abbaa dhimmaa.

- Hojjetaa kaffaltii.

60

2.7

Hoogganaan herrega baankii faayinaansii waliin mallateessuuf aangoo qabu ajaja kaffaltii cheekii /Check Payment Voucher/ fi cheekii ni mallateessa.

-Hogganaa faayinaansii waliin mallateessuu.

- Hojjetaa kaffaltii.

60

2.8

-Abbaan dhimma /users/ Ajaja kaffaltii /payment voucher/ ykn ajaja kaffaltii cheekii /Check Payment Voucher/ fi cheekii mallateessuun hojjetaa herregaa harkaa ni fudhata.

-Baankii.

-Qabduu maallaqaa.



- Hojjetaa kaffaltii.

60

2.9

Abbaan dhimma /users/ Ajaja kaffaltii /payment voucher/ kan mallateessef maallaqa qabduu maallaqaa biraa ni fudhata ykn ajaja kaffaltii cheekii /Check Payment Voucher/ fi cheekii mallateessuun fudhate baankii dhaquun maallaqa baafata.

-Baankii.

-Qabduu maallaqaa.



- Hojjetaa kaffaltii.

60/120

2.10

-Hojjetaan herregaa sanada herregaa sanada herregaa foormii wal harkaa fuudhiinsaa irratti galmeessee leejara mataa isaa qabachuun gara div. herrega walii galatti ni dabarsa.

- Hojjetaa herregaa.

- Hojjetaa kaffaltii.

60




Kaffaltii adda addaa raawwachuu (Out Put).









3

Gaaffii kaffaltii mindaa (Input)







11190min

/186.5h/.

3.1

Facaatii hojjettoota mindaa wajjin kompiwutara irratti sirreeffachuu.




-Hojjetaa peeroolii

480

3.2

Ragaan hojjettoota hojii irratti hirmaatanii humina namaa irraa fuudhama.

-Humina namaa


-Hojjetaa peeroolii

120

3.3

Gabatee kaffaltii mindaa hojjechuu.

- Humina namaa

-Hojjetaa peeroolii

2400

3.4

Ajaja kaffaltii qopheessuu.

-I/G kaffaltii

-Hojjetaa peeroolii

60

3.5

Kutaan baajataa ni mirkaneessa

-Kutaa baajataa

-Hojjetaa peeroolii

30

3.6

Cheekii mindaa qopheessuu.

-I/G faayinaansii

-Hojjetaa cheekii

60

3.7

Cheekii mallateessisuu

-I/G faayinaansii

-Nama mallateessuu



-Hojjetaa cheekii

60

3.8

Maallaqa baankii baasuu

Baankii

Qabduu maallaqaa

120

3.9

Mindaa kaffaluu

Hojjetaa herregaa

Qabduu maallaqaa

1920

3.10

Mindaa hin kaffalamine shallaguun baankitti deebisuu.

Baankii

Qabduu maallaqaa

960

3.11

Herrega buusuuf baajata mallateessisuu.

Kutaa baajataa

Qabduu maallaqaa

30

3.12

Gabatee kaffaltii mindaa kutaa kaffaltitti dhiyeessuu.

Hojjetaa herrega kaffaltii

Qabduu maallaqaa

60

3.13

Herrega buusuuf koodii gochuu.

I/G kaffaltii

Hojjetaa herrega

30

3.14

Kaffalamaawwan qaama dhimmi ilaaluuf raawwachuu.

I/G kaffaltii

Hojjetaa herrega

4800

3.15

Herrega buusuuf dabarsuu.

I/G herrega waliigalaa.

Hojjetaa herrega

60




Kaffaltii mindaa raawwachuu (Out put).










4

Dabarsa maallaqaa (Transfers) taasisuu(Input)







1680min

/28hrs/.

4.1

Gaaffiin maallaqaa piroojektota irraa dhiyaata.

Adeemsaawwan ijaarsaa

Waajjira piroojektii

300

4.2

Ijaarsii ilaaluun foormaatii dabarsa maallaqaa qopheessaa

Adeemsa ijaarsaa

Injinaroota

360

4.3

Foormaatiin qophahee baajatni ni mallateessa.

Kutaa baajataa

Injinaroota

60

4.4

Hojjetaan herregaa xaalayaa dabarsa maallaqaa (TT) qopheessaa.

I/G kaffaltii

Hojjetaa herrega kaffaltii

120

4.5

Faayinaansiin mallateessuun nama faayinaansii waliin mallateessuutti ni dabarsa.

Hojjetaa herrega kaffaltii

-I/G kaffaltii.

- I/G faayinaansii



360

4.6

Namni faayinaansii waliin mallateessuu ni mallateessa.

-I/G kaffaltii.

- I/G faayinaansii



-Hogganaa mallateessuu.

60

4.7

Xaalayaan dabarsa maallaqaa (TT) mana galmee dhaqa.

-Barreessituu

-Ergamtuu

60

4.8

Ajajni dabarsa maallaqaa(TT) baankii dhaqa.

Baankii

-Hojjetaa herregaa

-Abbaa dhimma



180

4.9

Dabarsii maallaqaa ni raawwatama (Transfers).

-Hojjettoota baankii

- Hojjettoota baankii

180




Dabarsa maallaqaa piroojektotaaf taasisuu

(Out Put).










5

Madaala herrega baankii ji`aa hojjechuu (Input).







3840min

/64hrs/.

5.1

Nagahee galii(RV), ragaa galii baankii (deposit slip), fi ragaa madaalsisa baankii (bank statement) fudhachuu

-Kutaa galii.

-Baankii.



-Hojjetaa herrega kaffaltii

480

5.2

Ragaalee qinqeessuu.




-Hojjetaa herrega kaffaltii.

480

5.3

Galmeeffama galmee herregaa taasisuu (Ledger recording).




-Hojjetaa herrega kaffaltii

960

5.4

Ragaa baankii fi galmee waliin ilaaluu.




-Hojjetaa herrega kaffaltii.

480

5.5

Garaagarummaa adda addaa baasuu.




-Hojjetaa herrega kaffaltii.

240

5.6

Madaala herrega baankii

Hojjechuu(bank reconciliation).



-Kutaa galii

-Baankii



-Hojjetaa herrega kaffaltii.

960

5.7

Gabaasa madaala herrega baankii (Bank reconciliation) dhiyeessuu.




-Hojjetaa herrega kaffaltii.

240




Madaala herrega baankii hojjetame (Out Put).











2.7.3.1. Maappii Adeemsa Herrega Buusuu Amma Jiru Agarsiisu

Gaaffii herrega buusuu mirkana’ee dhihaate

Yüklə 0,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin