Dokumaantii Qo’annoo Fooyya’insa jbah (Recalibrated) Adeemsa Hojii Ijoo Idileesaa Korniya



Yüklə 1 Mb.
səhifə4/48
tarix05.01.2022
ölçüsü1 Mb.
#67584
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   48
1.3.2 Xinxalaa Aangoo fi Gahee Hojii

Maandeetii mana hojiichaaf akka armaan olittii tarreeffameen kennamana yemuu xiinxalu:-



  1. Maandeetiin mana hojii keenyaaf kenname kan hojjechiisuu danda’uu fi kenna tajaajila maniichii kennuu malu kan keennisiisuu dandeessisuu

  2. Mandeetii keenname Haala qabatamaa jiruun ni hojjisiisa

  3. Keewwatttoota 29/1, 29/3, 29/12, 29/17 haala barbaadamuuna hojiirra oolchaa kan hin jirre ta’uu isaa hubatameera.

  • 29/1 qorannoon yeroo yeroon gaggefamee rakkollee hawaasa diingdee dubartootaa fi daa’immanii adda bahee yaada furmaataa qaamaa dhiimi ilaalatutti dhiyeessuuun argannoorran qorannicha hojiirra akka oolu guchuu irratti hanqinaalen ni jiru

  • 29/3 ragaaleen mana hojiichaa ibsuu danda’an akkaakuu fi baayyinaan bifa guutuu ta’een qindaa’aanii kan hin jirreefii qaamolee ragaalee barbaadan bira akka barbaadametti kan hin geenye ta’uu isaa,

  • 29/12 mandeetii kun falmii harooroo hawaasaa fi yakka dubartootaa fi daa’immanii haala seeratiin raawwatamu isaa akka hordofuu yeroo dhiyootti kennamuf illee haalli raawwii isaa ifa ta’e diriiruu dabuun hanga ammaatti kan itti hindeemamin ta’uun isaa caasaalee mana hojichaa sadarkaan jiran tajaajila kana akka hin kenname taasisuu isaa,

  • 29/17 ilaachisee mandeetiin kun kan kenname yeroo gababaa waan ta’eef haala barbaadameen hawaasaa fi dhimmatoota bira gahuu hindandeenye

  1. Maandeetiin mana hojiichaa maandeetiitii maanneen hojii biroo waliin walitti bu’iinsaa fi iraa deddeebii kan hin qabne ta’uun isaa hubatameera

Kanaafuu gara fuulaaduratti gahee mana hojiichaaf kenname qixaan hojiirraa oolchuun dubartootaa fi daa’imman fayyadamtootaa taasisuun kenna tajaajila maamiltoota mana hojiichaa fooyyeessuun ittiifufiinsa caasichaatiif gumaacha gudaa Kan taasisuu waan ta’eef xiyyeeffannoon ittii deemuuun murteessaa dha.


Yüklə 1 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   48




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin