Gabaasa Raawwii Karoora Waggaa emtqoo



Yüklə 0,65 Mb.
səhifə6/6
tarix28.10.2017
ölçüsü0,65 Mb.
#18562
1   2   3   4   5   6

Suphaa dursaa fi boodaa moosaajii fi jibaajii meeshaalee TQO sadarkaa EMTQOOtti argamaniif raawwachuu

Lakk

105

55

40

72.2

105

90

85.7

85.7




Suphaa Cimdaa manneen hojiif Gaggeessuu

Lakk

48

12

10

83.3

48

40

83.33

83.3



Maanuwaalii Itti fyadamaa meeshaalee TQO Office machine irratti qopheessuun qaama dhimmi ilaallatuun gamaggamsiisuun seektaroota naannoofi godinaaleef raabsuu

Dok

3

-

-

-

3

2

66.7

66.7




Fedhii adda bahe irratti hunda’udhaan meeshaalee TQO sadarkaa godinaalee fi aanaaleetti suphaa humnaa olii qunnaman (laptop, desktop,office machines..kkf) ogeessota godinaalee leenjii suphaa olaanaa fudhatan waliin qindaa’ uu dhaan /raayyaadahaan/ raawwachuu Meeshaalee TQO sada rkaa naannootti tajaajilaa ala ta’an adda baasuun ‘’upgrade’’fi “replacement” kan barbaachisuuf yaada furmaataa waliin dhiyeessuu

marsaa

2

-

-

-


2

-

-

-

fedhiin humnaa ol ta’e akka dhufu gaafatamus kan dhiyaate hinjiru.

Meshaa jijjirraa barbaadaniif bittaan gaafatamullee hinraawwatamne



Suphaa meeshaa school netii ilaalchisee deeggarsa barbaachisoo taasisuu

Godina

18

-

-

-

18

10

55.5

55.5




Meeshaalee kan akka janareetaraafii Air conditioner ballaa’anii hojii dhaaban akka suphaman taasisuudhaan, nageenyummaa meeshaalee TQO wiirtuulee daataa sentarii sadeen keessa jiran hordofuun tajaajila walirrraa hincinne akka kennamu taasisuu

Lakk

3

2

2

100

3

2

66.7

66.7




4.Piroojektii Dandeettii Raawwachiisummaa hojii cimsuu

Raayyaa Siivil Sarvisii gurmaaye cimee akka itti fufuu taasisuu,

%

100

100

92

92%

100

97

97%

97%




Dhimma dargaggoo fi HIV/AIDS irratti qixa barbaadameen hojjechuu,

%

100

100

82

82%

100

83

83%

83%




Rifoormiiwwan adda addaa qixa barbaadameen hojiirra oolchuu,

%

100

100

90

90%

100

91

91%

91%




Ga’umsa Oodiitii keessaa Cimsuu

%

100%

100%

100%

100%

100%

100%

100%

100%




Hojiirratti seerootaa fi qajeelfamoota faayinaansii eegun itti fayyadamuu

%

100%

100%

100%

100%

100%

100%

100%

100%



Qajeelfamootaa fi seerota Bulchiinsa humna namaa baye sirnaan hojii irra oolchuu

%

100%

100%

100%

100%

100%

100%

100%

100%




Hirmaannaa dubartootaa fi dargaggootaa raawwii karoora keessatti qaban guddisuu

%

100%

100%

100%

100%

100%

100%

100%

100%




Hojiilee Rifoormii fi Naamusa waliin walqabatan hojjachuu

%

100%

100%

90%

90%

100%

90%

90%

90%




Dhimma koorniyaa idileessuu irratti hojjachuu

%

100%

100%

100%

100%

100%

100%

100%

100%



5.Pirojeektii itti fayyadama miidiyaa guddisuu

STVO,EBC, Radiofi maxxansa adda addaatti fayyada muun raawwii hojii ejansichaa uummataaf ibsuu

Kurmaana

4

1

1

100

4

4

100

100




Tajaajila poortaalittti fayyadmuun hojiilee mana hojichaa keessati hojjataman beeksisuu

%

100%

100%

100%

100%

100%

100%

100%

100%




Biroshariiwwan Qopheessuun raabsuu

Lakk.

1000

500

610

122%

1000

1000

100%

100%



6.Pirojeektii Hirmaannaa fi itti fayyadamummaa ummataa cimsu gaggeessuu

Taajaajila Walitti Hidham iinsa Gandoota Baadiyyaa CDMA 1xs wireless (Rural connectivity) akka babal’atu taasisuun fayadamummaa hawaasaa cimsuu

%

100

100

86

86%

100

86

86%

86%



Piroojektii Tajaajila Kaffaltii Biilii bishaanii, bilbiilaa fi ibsaa bakka tokko ta’anii kanfaluu magaala adaama hordofuu, deeggarsa barbaachisoo kennuu.

Lakk.

4

1

1

100%

4

3

75%

75%


Ummataa fi manneen hojii mootummaa tajaajila bilbila tola “free call center,888” bakka jiran taa’anii akka argataniif Ethio Telecom wajjin hojjechuu

%

100%

100%

100%

100%

100%

100%

100%

100%




Manneen hojii mootummaa tajaajila bilbila tolaa “Free Call center,888” keessa galchuu

lakk

2

-

-

-

2

0

0

0

Sagantaan hojii walirra bu’uun hin raawwatamne

Waldaa ICT (ICT coopratives) Gandoota 18 irratti haala qajeelfama ‘MCIT’ irraa ergameetiin akka hundeeffaman taasisuu

lakk

18

6

0

0

18

2

11%

11%

Deeggarsa Federaalaan kan hojjatamuudha

7. Pirojektii Misooma Bu’uura Cimdaa Fi Moosajii TQO

7. 1 Pirojektii Misooma Bu’uura Cimdaa

Fedhii cimdaa manneen hojii naannichaa irraa dhufan adda baasuu

Dok

-

-

-

-

1

1

100

100%




Sarvee hojii cimdaan walqabate gaggeessuu

Dok

1

-

-

-

1

1

100

100%




Dizaayinii cimdaa fi “specification” meeshaalee cimdaa hojjechuu(1)

Dok

1

-

-

-

1

1

100

100




Hojii cimdaa diriirsuu gaggeessuu

Lakk

363

100

100

100

363

363

100

100




Cimdaa diriire irratti yaalii gaggeessuun hojiiirra oolchuu

%

100

100

85

85

100

89

89

89




7.2 Pirojeektii Misooma mosajjiwwan adda addaa

Sektoora mootummaa filataman Afuriif (4) sirna bulchiinsa odeeffannoo (MIS) haaraa qorachuu

Lakk

4

1

0

0

3

0

0

0




doggoroota siistemootaa adda baasuu(Application source code and Database objects)

Lakk

3

0.75

0.75

100

3

3

100

100




Dogoggoroota siistemoota adda bahanii sirreessuu(Fixing Application and database errors)

Lakk

3

0.75

0.75

100

3

3

100

100




Haala Walii Galaa Siistemoota MIS Hundaa xiinxaluu

Lakk

80

20

20

100

80

80

100

100




“DMS” maamileessuun mana hojii keenyaaf hojiirra oolchuu

Lakk

1

0.5

0.25

50

1

0.5

50

50

Rakkoo Database server mudate irraan kan ka’e

8.Pirojektii Qorannoo, Misooma Qabeenyaa Nama Fi WHO

8.1 Pirojektii Misoma Qabeenya Namaa TQO

Qormaata Gahumsaa Ogeessota TQOf kennuu

%

%100

%25

%25

%100

%100

%100

100%

100

Waajjiraalee gaaffii dhiyeessan hundaaf kennameera

Leenjii ol’aanaa Kompiwutaraa ogeessota TQOf kennuu

lakk

82

-

-

-

82

82

100%

100




Giddu galeessaawwan leenjii TQO sadarkaa Godinaa , Aanaa fi Bul.Magaalaa Jajjabeessuu

lakk

19

9

9

100%

19

19

100%

100




Wiirtuu leenjii TQO Sadarkaa Naannoo /Regional ICT Training center/ hundeessuu

lakk

1

1

0

0

1

0

0

0




Dhaabbilee dhuunfaa tajaajila TQO kennan cimsuu

lakk

50

-

-

-

50

328

%100

100


9. Pirojektii sirna qo’annoo fi qorannoo gaggeessuu

Optical fiber, VSAT fi ADSL tajaajila irratti jijjiirrama fide (impact assessement) qorachuu.

Dok

1

1

1

100

1

1

100

100




Itti-fayyadama leecaloo TQO (ICT resource usage) ilaalchisee ogeessotni salphatti dubbisanii hojjachuu akka danda’aniif dokumantii itti fayyadama meeshaalee VC fi Kenna Tajaajilaa irratti qopheessuu

dok

1

1

1

100

1

1

100

100




Tekinooloojiwwan wiirtuu data ammayyaa ta’e qorachuun akka naannoo keenyatti haala ittin hojiirra ooluu danda’uu irratti qorannaa gaggeessu

dok

1

-

-

-

1

-

-

-

Rakkoo humna namaa


10.pirojektii Muuxannoowwan Gaarii Gaggeessuu

Muxannoowwan gaggaarii Biiroolee Naannoo keenyaa, Godinaalee fi Aanaalee sakatta’uun babal’isuu

Doc

1

-

-

-

1

1

50

50

Akkaataa karoorfameen ta’uu baatu illee sakkatta’ameera garuu hinbabal’isine

‘Study Tour’ naannoolee adda addaa irratti gaggeessun Muxannoowwan gaggaarii gama Misooma Qabeenyaa Nama Fi WOH TQO irratti jiran qindeessuu fi hojii irra oolchuu(%2)

lakk

3

1

0

0

3

0

0

0

Sababa dhiphina sagantaan osoo hin raawwatamin kan hafe

Gabatee8. Itti fayyadama Baajata waggaa Bara 2007 EMTQOO

Lakk

Mata Dureewwan Baajataa

Safartuu

Raawwii Bajata waggaa

yaada

Baajata Hayyamame

Baajata Hojii irra oole

Raawwii Baajataa %n



Baajata Kaappitaalaa

Qarshii

22,500,919.00

8,934,119.52

39.71

Bajatni guddaan bittaa meeshaaleef kan ramadamee fi bittaan yeroon raawwachuu dhabuu



Baajata idilee:-

‘’

26,286,655.00

22,437,724.08

85.36

Bajatni guddaan gargaarsaa bittaa meeshaaleef kan ramadamee fi bittaan yeroon raawwachuu dhabuu



  • Mindaa

‘’

3,685,387.00

3,399,953.61

92.25

  • Hojii Adeemsiftuu

‘’

22,601,268.00

19,037,770.47

84.23




Ida’ama Baajata Kaappitaalaa fi Idilee



48,787,574.00

31,371,843.60

64.30

3

Baajata Gargaarsaa(PSCAP)



10,388,000.00

263,023.29

2.53




Baajata Waliigalaa




59,175,574.00

31,634,866.89

53.46


Yüklə 0,65 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin