Galata /Acknowledgement/ Seensa


Iskoor kaardii Mana Hojii



Yüklə 2,42 Mb.
səhifə15/20
tarix12.01.2019
ölçüsü2,42 Mb.
#96459
1   ...   12   13   14   15   16   17   18   19   20



    1. Iskoor kaardii Mana Hojii

Mana Hojii( Waajjiraa ):- Dhimma Dubartootaa Fi Daa’imman Godinaa Lixa Shawaa

Ergama Waajjiricha(Organizational mission):- Godinaa Lixa Shawaa keessatti ; Dubartonni sochii siyaasaa,dinagdee fi hawaasummaa taasifamu kessatti bal’inaan hirmaattootaa fi fayyadamtoota akka ta’an , seektaroota mootummaa keessatti korniyaan akka idilaa’uu haala mijessuu, dhaabbilee mootummaa fi miti -mootummaa qindeesuun dhiibbaan dubartoota fi daa’imman irra ga’u akka maqfamu taasisuu, akkasuumas daa’imman mirgii fi nageenyi isaannii kabajamee, lammii gaarii ta’anii akka guddatan rakkoo hawaas-diinagdee isaanii furuuf hawaasa barsiisuu,deeggersa kennuu fi dhimmamtota waliin hojjechuu.

Mul’ata Waajjiricha (Organizational vision):- Bara 2012 ti Godinaa Lixa Shawaa walqixxummaan korniyaa, gahoominni dubartootaa fi mirgii fi nageenyi daa’iimmaniii keessatti mirkanaa’ee uumuu

Duudhaa (Sona) Muummee Mana Hojichaa (Core values of the Organization)

A. Ittigafatamummaa fudhachuu

B. Iftoomina

C. Tajaajila gahuumsa qabu kennuu

D. Beekumsaa fi amntaan hoggenu

E. Hirmaachisummaa

F. Aadaa qusannoo fi bu’a qabeessummaa

G. Qophaa’ina jijjiramaa



H. Aantummaan daa’immaniif

Toora Xiyyeeffannoo:- 1.Hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa

2.Mirkaneessa Mirga fi nageenya daa’immani

1. Hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa mirkanessuu 2. Mirkaneessa mirgaafi nageenya daa’immanii

Bu’aa Mul’ataa(Vision Result):- Hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa fi kabaja mirga fi nageenya daa’immanii mirknaa’e .

Lammii

/maamila



Amantaa dubartootni fi daa’imman mootummaa irratti qabanu guddisuu

Ittiquufiinsa dubartootaa fi daa’immanii dabaluu
\


Gahumsa fi bu’a qabeessummaa baajataa fooyyeessuu
Fayina

ansii


Qo’annoo fi Sakatta’insa babal’isuu

Ittifayyadama maallaqaa fi qabeenyaa fooyyeessuu



Adeemsa Hojii

Keessaa


Gurmaa’ina mirgoota diimookraasii dubartootaa fi daa’immanii babal’isan guddisuu



Hirmaannaa uummataa fi dhimmamtootaa guddisuu



Hojiimaata Bulchiinsa Gaarii fi kenna Tajaajilaa fooyyeessuu

Kunuunsa fi deggarsa dubartootaa fi daa’immanii guddisuu




Dhimma koorniyaa fi daa’immanii idileessuun hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii dabaluu
S/K/H/D/T/G fooyyeessuu

Gahumsa Dubartootaa dabaluu




Sirna Qabiinsa Ragaa fi odeeffannoo dubartootaa fi daa’immanii fooyyeessuu



Sirna karooraa ,hordoffii fi gamaggamaa fooyyessuu

Idileessaa dhimmoota seekteroota hundaa guddisuu



Ijaarsa Dandeettii


Dandeettii raawaachiisummaa cimsuu

Aadaa hojii fi naannoo fooyyeeessuu

Fayyadama teeknooloojii hammayyaa dabaluu



Kalattii madaallii

Kaayyoo Tarsima’aa

(strategic objectives)

Safartuulee/Measurments

Ka’umsa

/Base line/

(2007)

Manii/Targets




2008-2012

2008

2009

2010

2011

2012

Tarkaanfilee Tarsimaa’aa

Lammii/maamila

1.Amantaa dubartootni fi daa’imman mootummaa irratti qaban guddisuu


1.Amantaa dabale (%n)

70

85

73

76

79

83

85

Sagantaa sakatta’insa yaadaa fi itti quufinsa uummataa (public opinion & satisfaction survey

2. Itti quufiinsa dubartootaa fi aa’immanii dabaluu

2.Itii qufiinsa dabale (%n)


75

90

77


80

83

86

90

Sakatta’insa sadarkaa itti quufiinsa maammilaa

Faayinaansii

3. Gahumsaa fi bu’aa qabessummaa baajataa dabalu

3.Gahumsa Ittifayyadama baajataa     dabale (%n)

82

95

84

85

90

92

95

sagantaa fooyya’iinsa bulchiinsa fi to’annoo baassi motummaa

4.Bu’a qabeessuummaa itti fayyadama baajetaa (%n)

75

90

77


80

83

86

90

sagantaa fooyya’iinsa bulchiinsa fi to’annoo baassi motummaa

4 Gahumsa fi itti fayyadama qabeenya fooyyeessuu


5.Qisaasama qabeenyaa hir’ate     (%n)

15

5

13

11

9

7

5

Sagantaa Foyya’insa Bulchiinsa To’annoo Fi Baassii Motummaa

Adeemsa Hojiikeessaa

5.Hojiimaata Bulchiinsa gaarii fi kenniinsa tajaajilaa foyyessuu

6.Komii ummataa xiqqaate  (%n)

20

5

17

14

10

7

5

  • Sakatta’insa kenna tajaajilaa

  • Jijjirama Bu’ura Adeemsa hojii(JBAH) ,BSC

  • Paakejii Bulchiinsa gaarii

  • Tarsiimoo kiraasassabdummaan ittin gogfamuu




7.Kenna tajaajilaa foyya’e(%n)

80

95

83

86

89

92

95

6.Sirna qabiinsa ragaa fi odeeffannoo foyyessuu


8.Ragaa Teeknooloojiin Deeggaramee Qindaa’e (Lakk)n

70

100

75

80

87

93

100

  • Sagantaa Baballina Teeknooloojii qunnamtiifi odeeffannoo

9.Ragaalee bu’uuraa walitti qabaman (lakkn)

95

100

96

97

98

99

100

  • Sagantaa Baballina Teeknooloojii qunnamtiifi odeeffannoo

7.Sirna karoora , hordoffii, deeggarsa, to’annoo fi gamaaggamaa foyyeessuu

  1. Fooyya’iinsa raawwii hojii dabale(%)n

90

95

91

92

93

94

95

  • Sakata’iinsa

  • “BSC”

SPM

  1. Uwwisa duub deebii dabalee(%’n)

75

85

77

79

81

83

85

  1. Uwwisa deeggarsa hordoffii fi gamaaggamaa dabale(%’n)

80

90

82

84

86

88

90

8. Gahumsa Dubartootaa dabaluu


  1. Dubartoota Ogganasa irra jiran humni raawwii isaanii cime (lakk)n

450

615


123

246

369

492

615

  • PMJD)/ PMDNHB)

  • Dhimmoota Sektaroota Hundaa Idileessuu

Sagantaa Qophii Projektii fandii Misooma dubartootaa fi daa’immanii

  1. .Dubartoota Oggansatti fiduuf humni raawwii isaanii cime (lakk)n

483

6,148


1229

2459

3687

4916

6148

  1. Baayyina dubartootaa hojiiwwan madda galii iratti hirmaatanii(Lakkn.)

54500

152,210


30442

60884

91326

121768

152210




  1. Baay'ina Dubartoota Leenjii Ogummaa argatanii hojii uummatanii (lakk)

1467



14,264



2852

5705

8557

11409

14264




  1. .Shamarran harka qalleeyyii deeggarsa argatan (lakkn

1467

18,446


3689

7378

11067

14067

18446






  1. Shamarran Carraa barnoota bilisaa argatan (lakk)n

15

50


16

32

48

64

80




  1. Dub. Teeknooloojiiwwan hummnaa fi yeroo qusatanitti fayyadamtoota ta'an dabalee(lakk)

6,085

122,977


24595

49190

73785

98380

122977




  1. Dubartoota qusannoo irratti hirmaatan(lakk)n

15,519

273,691


54738

109476

164214

218952

273691




  1. Dubartoota fayyadamtoota liqii ta’an (lakk)n

12,090

171,135


34227

68454

102681

136908

171135




  1. Baay'ina dubartootaa miseensota garee walgargaarsaa dabale (lakkn.)




592

342,103


68420

136841

143683

212103

342103




  1.   Baay'ina dub. miseensota WHG dabale (Mil.) (Lakkn.)

6,295

231,688


46337

92675

139052

185389

231688







9. Mirgaa fi Nageenya dubartootaa fi daa’immanii irratti hirmannaa Ummataa fi dhimmamtootaatiiin ilaalcha hawaasaa fooyyessuu


  1. Gaggeesitoota marii imaammataa fi waliigalteewwan idil-addunyaa irratti hirmaatan (Lakk)

12880

1,394


278

557

835

1113

1394




  1. Hojjatoota sivil sarvaantii maarii irratti hirmaatan(Lakk)

0

24,595


4919

9838

14757

19676

24595




  1. Namoota marii imaammatootaa waligaltewwana idil-addunya mirgoota dub. fi daa'immanii irratti hirmaatan(Lakk)

12880

157949

31590

63180

94770

126390

157949




  1. Namoota Bakka bu'oota uummataa marii irratti hirmaatan (Lakk)

0

10,330

1,653

3,512

5,682

7,954

10,330




  1. Brmaatilee midhaa gesisaan hir'ate (%n)

35

5

25

20

15

10

5




  1. Baay’ina aanaalee fi gandoota BMG irra bilisa ta'an (%n)

5

60

30

35

45

55

60




  1. . Namoota nageenya hawaasummaa dubartootaa fi daa'imaanii mirkaneessuuf hubannoo argatan (Lakk)

12880

157949

31590

63180

94770

126390

157949







  1. Magaaloota sararri bilbila bilisaa hundeeffameef (Lakk)

0

1

0

0

0

0

1




  1. Baayyina Namoota marii hawaasaa irratti hirmaatanii (Lakk)

3900

418,122


83624

167248

250872

334496

745405




  1. Baayyina daa'imman galmee kabajaa irratti galmaa'aanii(%n)

3

50

11

19

29

39

50




  1. Miidhaa daa'immanii hir'ate (%n)

70

30

64

56

48

39

30




  1. Taateewwan dubartootaa fi daa’immankii kabajaman (Lakk)

5

5

5

5

5

5

5




  1. Yeroo qilleensaa ('air time") hojiirra oolee ( Sa’aatii)

0

0

0

0

0

0

0






10,Kunuunsa fi deeggarsa dubartootaa fi daa’imman miidhaa adda addaaf saxilaman guddisuu



  1. ,Baay'ina miidhaamtoota korniyaa bu'uureffate(GBV) haromsaa fi deeggarsa argatan(lakkn.)

69

330

66

132

198

264

330





  1. Baayyina Namoota kunuunsa daa'immanii hawaasa bu'uureffate irratti hubannoo argatan (Lakk)

10471

650,247

130049

260098

390147

520196

650247




  1. , Daa'imman deeggarsa hawaasa bu'uureffate argatan(Lakk)

28632

76,945

15389

30778

46167

61556

76945




  1. Baayyina qabeenya deeggarsaa fi kunuunsaaf walitti qabamee(Lakk)

6,992,500

35,799,838

7,159,967

14,319,935

21,479,902

28,639,869

35,799,838




  1. Maatii hayyamamaa qophaa'ee,

(Lakk)

68

1009

202

404

606

807

1009




  1. Daa'imman deeggarsa maatii imaanaa ("foster family") argatanii(Lakk)

0


190

30

65

105

146

190




  1. Daa'imman guddifachaa biyya keessaa argatan(Lakk)

30

491

98

196

295

393

491




  1. Dh.M.M. hayyamni hojii kennameef fi haaromsame(Lakk)

0

0

0

0

0

0

0




  1. Daa'imman maatii isaanitti deebi'anii makaman(Lakk)

46

494

98

197

296

395

494






  1. Dhaabbilee guddisa daa'immanii sakatta'amanii(Lakk)

3

3

3

3

3

3

3




  1. Daa'imman guddifacha biyyaa alaa kennaman hir'ate(Lakk)

0

0

0

0

0

0

0




  1. Manneen sirreesaa haalli deegarsii daa'imaanii mijateef(Lakk)

2

2

2

2

2

2

2




  1. Deeggarsa daa'imman daandii irra jiraataniif mijateef(Lakk)

0

100

16

34

55

77

100




  1. Daa’imman balaa tasaaf (emergency ) saaxilamanii deggaraman (Lakk)

0

260

40

140

180

220

260




  1. Baay’ina daa’imman dhaabbata keessatti kununsa hunda galeessa argatnii dabale (Lakk)

0

0

0

0

0

0

0




  1. Piroojektota deeggarsa dubartootaafi daa’immaniif qophaa’e (lakk. dokimentii)

8

200

40

80

120

160

200




  1. Maallaqa maddisiifame (Qarsh.)

352480

22000000

4400000

8800000

13200000

17600000

22000000




  1. Piroojektota misooma dubartootaafi daa’immanii mirkanaa’e (lakk. Dok)

3

10500

2100

4200

6300

8400

10500



11, Gurmaa’insa dubartootaa fi daa’immanii mirgoota diimookraasii isaanii dagaagsanii fi kabachiisan cimsu




  1. Baay'ina jaarmiyaalee dubartootaa deeggaramani dabale (Lakkn

2

3

3

3

3

3

3




  1. Baay'ina dubartoota ijaarama irratti hubannoo argatan(lakk)n

31,736

262,082


52416

104832

157248

209664

262082




  1. Daa'imman ijaarama isaaniitiin hubannoo argatanii dabale (lakk.)

0

307,443

49,191

104,531

169,094

236,731

307,443




  1. Jaaramoota mirga daa'immanii kabachiisaan manneen barnootaa fi magaalota keessatti hundeeffaman (lakk.)

0

246

39

84

135

189

246




  1. Baayina Miseensota paarlaamaa daa'immanii dandeettiin isaanii cime Lakk




180

90

166

149

131

111

90




  1. Baayina dubartoota miseensa RMDD tiin ijaaramanii dabalee (lakk.)

368,966


30,709


6141

12283

18425

24567

30709




12,Qu’annoo fi qorannoo guddisuu


  1. Baayyina muuxannoowwan gaarii akka Birootti qindaa’an babaldhatanii (Lakk)n

3

13

5

7

9

11

13




  1. Baayyina Qorannoowwan gaggeefamanii(lakk.)

3

13

5

7

9

11

13




  1. Argannoo bu'aalee qorannoo irratti dhimmamtootaa fi qaamolee hawaasaa mari'ate dabalee (lakk)

0

184

29

63

101

142

184




  1. Baayyina sakatta'iinsa mana hojii dabalee (lakk.)

10

20

12

13

16

18

20




  1. Idileessa Dhimmoota seektarootahunda guddisuu




  1. Baayyina dhimmoota seektaroota hundaa ulaagaa kennameen mana hojii keenyaa keessatti idilaa’anii (Lakk.)

4

4

4

4

4

4

4




14. Idileessa dhimmota Koorniya fi daa’immaniitiin hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii guddisuu

  1. Karoora seektarootaa keessatti dhimmi dubartoota fi daa’immanii galuu mirkaneesuu(sektaroota lakkn)

29

32

32

32

32

32

32




  1. Raawwii seektarootaa gama hirmaanaa dubartootaa fi daa’immanii hordofuufi gamaaggamuu (kurmaanaan)

2

4

4

4

4

4

4




  1. Fooramii mariifi gamaaggama see ktaroota waliin hundeesuu fi yeroo yeroon geggesuu.(waltajjii)

2

4

4

4

4

4

4




  1. Xiinxala raawwii seektarootaa kallattii fayyadamummaa dubartootaa .fi daa’immaniin qopheesuu (dokimentii)

0

4

4

4

4

4

4




  1. Haala raawwii isaanitiin sadarkeesa seektarootaa (Leveling Of Sectors) geggesuu

1

2

2

2

2

2

2




  1. Baayyinna seektaroota " Gender Audit" geggeessee

0

2

2

2

2

2

2










  1. Baayyina daa'imman deggarsa baajata Idilee "HIV" %1 dabale (Lakk)

898

4102

820

1641

2462

3282

4102







15, Humna raawwachiisummaa hoggantootaa fi raawwattootaa fooyyeessu


  1. Raawwii raawwattootaa dabale(%)n

80

90

82

84

86

88

90





Ijaarsa dandeettii

  1. Baayyina hoggantoota fi raawwattoota leenjii hojiirraa argatan dabale (lakkn.)

118

289

57

115

172

229

289




  1. Baayyina hoggantoota fi raawwattoota barnoota hojiirraa argatan dabale (lakkn.)

1

20

4

4

4

4

4




16, Uwwisa fi .itti fayyadama teeknooloojii ammayyaa dabaluu

  1. Hojjattoota Teeknooloojii ammaayyaan fayyadaman (%) n

50

80

56

62

68

74

80




  1. MIS mana hojii kessatti diriire (%n.)

60

85

65

70

75

80

85





17. Aadaa fi naannoo hojii foyyessuu

  1. Itti quufiinsa hojjetootaataa dabale (%)n

82

90

84

85

86

88

90




  1. Garee Raayyaa siviil sarvaantii bu’a qabeessa ta’e (Lakk)

4

11

6

8

11



11

11




  1. Naannoo hojii mijataa uumame dabale (%n)

65

90

70

75

80

85

90




  1. Deggarsa fi hordoffii raawwattootaaf taasifame dabale (yeroo)

2

4

4

4

4

4

4




Yüklə 2,42 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   12   13   14   15   16   17   18   19   20




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin