Galata /Acknowledgement/ Seensa



Yüklə 2,42 Mb.
səhifə17/20
tarix12.01.2019
ölçüsü2,42 Mb.
#96459
1   ...   12   13   14   15   16   17   18   19   20



      1. Score card”ii Adeemsa Hojii Ijoo Korniyaa Idileessuu

Ergama Waajjiricha(Organizational mission):- Naannoo Lixa Shawaa keessatti; Dubartonni hirmaattootaa fi fayyadamtoota misoomaa akka ta’an, dhiibbaan isaan irra ga’u akka hafu taasisuu, rakkoo hawaas-diinagdee dubartootaa fi daa’immanii furuuf hawaasa barsiisuu,deeggersa kennuu, dhimmamtotafi deeggertoota waliin qindoominaa uumuun hojjechuu fi kenna tajaajilaa fooyyesuuf qorannoo fi sakkatta’iinsa ittifufiinsa qabu gaggeesuu dha.

Mul’ata Waajjirichaa (Organizational vision):- Bara 2012ti Lixa Shawaa walqixxummaan korniyaa, gahoominni dubartootaa fi mirgii fi   nageenyi daa’iimmaniii keessatti mirkanaa’ee uumuu

Duudhaa (Sona) Muummee Mana Hojichaa (Core values of the Organization)

A. Ittigafatamummaa fudhachuu

B. Iftoomina

C. Tajaajila gahuumsa qabu kennuu

D. Beekumsaa fi amntaan hoggenu

E. Hirmaachisummaa

F. Aadaa qusannoo fi bu’a qabeessummaa

G. Qophaa’ina jijjiramaa



H. Aantummaan daa’immaniif

Toora Xiyyeeffannoo:- Hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa mirkanessuu

Maappii Tarsimaa’aa:-

Adeemsa Hojii Ijoo :- Idileessa koorniyaa




Lammii

/maamila




Amantaa dubartootni mootummaa irratti qabanu guddisuu

Ittiquufiinsa dubartootaa dabaluu

Gahumsa fi bu’a qabeessummaa baajataa fooyyeessuu

Ittifayyadama maallaqaa fi qabeenyaa fooyyeessuu



Fayina

ansii



Hojiimaata Bulchiinsa Gaarii fi kenna Tajaajilaa fooyyeessuu

Qo’annoo fi Sakatta’insa babal’isuu




Adeemsa Hojii

Keessaa





S/K/H/D/T/G fooyyeessuu



Idileessaa dhimmoota seekteroota hundaa guddisuu




. Idileessa dhimmota Koorniyaatiin hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa guddisuu

Hirmaannaa uummataa fi dhimmamtootaa guddisuu



Sirna Qabiinsa Ragaa fi odeeffannoo daa’immanii fooyyeessuu



Ijaarsa Dandeettii




Aadaa hojii fi naannoo fooyyeeessuu

Dandeettii raawaachiisummaa cimsuu

Fayyadama teeknooloojii hammayyaa dabaluu





Kalattii madaallii

Ulfaatina kallattii

Kaayyoo Tarsima’aa

(strategic objectives)

Ulfaatina kaayyolee

Safartuulee/Measurments

Ulfaatina safartuulee

Ka’umsa

/Base line/

(2007)

Manii/Targets




2008-2012

2008

2009

2010

2011

2012

Tarkaanfilee Tarsimaa’aa

Lammii/maamila

20

1.Amantaa dubartootni fi daa’imman mootummaa irratti qaban guddisuu


10

1.Amantaa dabale (%n)

10

70

85

73

76

79

83

85

  • Sagantaa sakatta’insa yaadaa fi itti quufinsa uummataa (public opinion & satisfaction survey

2. Itti quufiinsa dubartootaa fi daa’immanii dabaluu

10

2.Itii qufiinsa dabale (%n)


10

75

90

77


80

83

86

90

  • Sakatta’insa sadarkaa itti quufiinsa maammilaa

Faayinaansii

15

3. Gahumsaa fi bu’aa qabessummaa baajataa dabalu

10

3.Gahumsa Ittifayyadama baajataa     dabale (%n)

5

82

95

84

85

90

92

95

sagantaa fooyya’iinsa bulchiinsa fi to’annoo baassi motummaa

4.Bu’a qabeessuummaa itti fayyadama baajetaa (%n)

5

75

90

77


80

83

86

90

sagantaa fooyya’iinsa bulchiinsa fi to’annoo baassi motummaa

4 Gahumsa fi itti fayyadama qabeenya fooyyeessuu


5

5.Qisaasama qabeenyaa hir’ate     (%n)

5

15

5

13

11

9

7

5

Sagantaa Foyya’insa Bulchiinsa To’annoo Fi Baassii Motummaa

Adeemsa Hojiikeessaa

45

5.Hojiimaata Bulchiinsa gaarii fi kenniinsa tajaajilaa foyyessuu

8

6.Komii ummataa xiqqaate  (%n)

4

20

5

17

14

10

7

5

  • Sakatta’insa kenna tajaajilaa

  • Jijjirama Bu’ura Adeemsa hojii(JBAH) ,BSC

  • Paakejii Bulchiinsa gaarii

  • Tarsiimoo kiraasassabdummaan ittin gogfamuu




7.Kenna tajaajilaa foyya’e(%n)

4

80

95

83

86

89

92

95

6.Sirna qabiinsa ragaa fi odeeffannoo foyyessuu


4

8.Ragaa Teeknooloojiin Deeggaramee Qindaa’e (%)n

2

50

80

56

64

70

75

80

  • Sagantaa Baballina Teeknooloojii qunnamtiifi odeeffannoo

9.Ragaalee bu’uuraa walitti qabaman (%)

2

75

85

77.5

79.5

81

83.5

85

  • Sagantaa Baballina Teeknooloojii qunnamtiifi odeeffannoo




7.Sirna karoora , hordoffii, deeggarsa, to’annoo fi gamaaggamaa foyyeessuu

6

10.fooyya’iinsa raawwii hojii dabale(%)n

2

85

90

86

87

88

89

90

  • Sakata’iinsa

  • “BSC”

SPM

11.Uwwisa duub deebii dabalee(%’n)

2

50

80

56

64

70

75

80

12.uwwisa deeggarsa hordoffii fi gamaaggamaa dabale(%’n)

2

50

80

56

64

70

75

80

8.Mirgaa fi Nageenya dubartootaa fi daa’immanii irratti hirmannaa Ummataa fi dhimmamtootaatiiin ilaalcha hawaasaa fooyyessuu

2

13.Taateewwan dubartootaa kabajaman (Lakk)




2


2


2

2

2

2

2

2







9,Qu’annoo fi qorannoo guddisuu


8

14.Baayyina muuxannoowwan gaarii akka Waajjiraatti qindaa’an babaldhatanii (Lakk)n

3

13

5

7

9

11

13

3

  • Sakatta’iinsa Muxannowwan gaggaarii baballisu

  • Projeektii Qo’annoo fi Qorannoo




15.Baayyina Qorannoowwan gaggeefamanii(lakk.)

3

13

5

7

9

11

13

3

16.Argannoo bu’aalee qorannoo irratti dhimmamtootaa fi qaamolee hawaasaa mari’ate dabalee (lakk)

0

184

29

63

101

142

184

0

17.Baayyina sakatta’iinsa mana hojii dabalee (lakk.)

2

10

20

12

13

16

18

20

10.Idileessa Dhimmoota seektarootahunda guddisuu


2

18.Baayyina dhimmoota seektaroota hundaa ulaagaa kennameen mana hojii keenyaa keessatti idilaa’anii (Lakk.)

2

4

4

4

4

4

4

4

Sagantaa Dhimmoota Sektaroota Hundaa Idileessuu




11. Idileessa dhimmota Koorniya fi daa’immaniitiin hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii guddisuu

15

19.Karoora seektarootaa keessatti dhimmi dubartoota galuu mirkaneesuu(sektaroota lakkn)

3

29

32

32

32

32

32

32




  • PMJD)/ PMDNHB

  • Sagantaa deeggarsaa fi hordoffii

  • Maanuwaalii idileessa koorniyaa

  • Qajelfama Koorniya Idileessuu

20.Raawwii seektarootaa gama hirmaanaa dubartootaa hordofuufi gamaaggamuu (kurmaanaan)

2

2

4

4

4

4

4

4

21.Fooramii mariifi gamaaggama,koonfaransii seektaroota waliin hundeesuu fi yeroo yeroon geggesuu.(waltajjii)

2

2

4

4

4

4

4

4




22.Xiinxala raawwii seektarootaa kallattii fayyadamummaa dubartootaatiin qopheesuu (dokimentii)

3

0

4

4

4

4

4

4

23.Haala raawwii isaanitiin sadarkeesa seektarootaa (Leveling Of Sectors) geggesuu

2

4

4

4

4

4

4

2

24.Baayyinna seektaroota ” Gender Audit” geggeessee

0

10

2

3

6

8

10

0




25.Baayyina deggarsa baajata Idilee ”HIV” %1 dabale (Lakk)

898

4102

820

1641

2462

3282

4102

898

  • Qajeelfama deeggarsaa fi kunuunsa warra HIV waliin jiraatanii


Ijaarsa dandeettii

20

12, Humna raawwachiisummaa hoggantootaa fi raawwattootaa fooyyeessu

6


26. Raawwii ogeessotaa dabale(%)n

3

80

90

82

84

86

88

90

27.Baayyina hoggantoota fi raawwattoota leenjii hojiirraa argatan dabale (lakkn.)

3

118

289

57

115

172

229

289

13, Uwwisa fi .itti fayyadama teeknooloojii ammayyaa dabaluu

4

  1. 4

28.Hojjattoota Teeknooloojii ammaayyaan fayyadaman (%) n

4

50

80

56

62

68

74

80

  • Sagantaa Baballina Teknooloojii


14. Aadaa fi naannoo hojii foyyessuu

10

  1. 10

29.Itti quufiinsa hojjetootaataa dabale (%)n

2

82

90

84

85

86

88

90

  • Sakata’iinsa ittiquufiinsa hojjettootaa(employee satisfaction servey)

  • Sagantaa foyya’insa hoggansa qabeenya uman namaa

  • SFSS

30.Garee Raayyaa siviil sarvaantii bu’a qabeessa ta’e (Lakk)

2

1

1

1

1

1

1

1

31.Naannoo hojii mijataa uumame dabale (%n)

2

65

90

70

75

80

85

90




32.Deggarsa fi hordoffii raawwattootaaf taasifame dabale (yeroo)

4

2

4

4

4

4

4

4

Yüklə 2,42 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   12   13   14   15   16   17   18   19   20




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin