Galata /Acknowledgement/ Seensa


Iskoorkaardii kaayyolee Tarsiimo’aa Adeemsa Hojii



Yüklə 2,42 Mb.
səhifə19/20
tarix12.01.2019
ölçüsü2,42 Mb.
#96459
1   ...   12   13   14   15   16   17   18   19   20

Iskoorkaardii kaayyolee Tarsiimo’aa Adeemsa Hojii DeeggarsaPirojektoota Misooma Dubartootaafi Daa’immanii (Project Sub-process Strategic Performance Measures)

Adeemsi pirojektii MDD kaayyolee tarsimaa’aa akka mana hojii keenyatti jiran keessaa kaayyolee kallattiidhaan hojii hundaaf Adeemsi pirojektii MDD wal qabatan, kan waliiniifi kan hundaaf qabaman keessaa fudhatee haala itti aanuun iskoorkaardii Adeemsichaa qophaa’ee jira.

Ergama Waajjiricha(Organizational mission):- Godina Lixa Shawaa keessatti; Dubartonni hirmaattootaa fi fayyadamtoota misoomaa akka ta’an, dhiibbaan isaan irra ga’u akka hafu taasisuu, rakkoo hawaas-diinagdee dubartootaa fi daa’immanii furuuf hawaasa barsiisuu,deeggersa kennuu, dhimmamtotafi deeggertoota waliin qindoominaa uumuun hojjechuu fi kenna tajaajilaa fooyyesuuf qorannoo fi sakkatta’iinsa ittifufiinsa qabu gaggeesuu dha.

Mul’ata Waajjiricha (Organizational vision):- Bara 2012ti Godin walqixxummaan korniyaa, gahoominni dubartootaa fi mirgii fi nageenyi daa’iimmaniii keessatti mirkanaa’ee uumuu

Duudhaa (Sona) Muummee Mana Hojichaa (Core values of the organization)

A. Ittigafatamummaa fudhachuu

B. Iftoomina

C. Tajaajila gahuumsa qabu kennuu

D. Beekumsaa fi amntaan hoggenu

E. Hirmaachisummaa

F. Aadaa qusannoo fi bu’a qabeessummaa

G.qophaa’ina jijjiiramaa



H. Aantummaan daa’immaniif

Toora Xiyyeeffannoo Tarsimaa’aafi Bu’aalee Toora Xiyyeeffannoo Tarsimaa’aa


Toora Xiyyeeffannoo

(Strategic Themes)

Bu’aalee Tarsiimaa’aa(Strategic Results)

1. Hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa mirkanessuu

Dubartootaa gama hawaasummaa,dinagdee fi siyaasaan gahoomanii wal qixummaa koorniyaa mirkanaa’e

2.Mirkaneesa,Mirgaafi Nageeyna Daa’immanii

Daa’imman mirgi fi nageenyi isaanii kabajamee guddatanii abdii gaarii egeree biyya ta’an.

Kaayyolee tarsimaa’aa, Safartuu raawwii fi Tarkaanfilee Tarsimaa’aa Adeemsa Hojii Ijoo Koorniyaa Idileessuu

Kalattii madaallii

Ulfaatina kallattii Madaallii

Kaayyoo Tarsima’aa

(strategic objectives)

Ulfaatina kaayyolee Tarsimaa’aa

Safartuulee/Measurments

Ulfaatina safartuulee Tarsimaa’aa

Ka’umsa/ Baseline

Mannii / Target

Manii/Targets




2008-2012

2008

2009

2010

2011

2012

Tarkaanfilee Tarsimaa’aa

Lammii

20

1.Amantaa dubartootni fi daa’imman mootummaa irratti qaban guddisuu

10

1.Amantaa dabale (%n)

10

70

85

73

76

79

83

85

Sagantaa sakatta’insa yaadaa fi itti quufinsa uummataa (public opinion & satisfaction survey

2. Itti quufiinsa dubartootaa fi daa’immanii dabaluu

10

2. Itii qufiinsa dabale (%n)


10

75

90

77


80

83

86

90

Sakatta’insa sadarkaa itti quufiinsa maammilaa

Faayinaansii

15

3. Gahumsaa fi bu’aa qabessummaa baajataa dabalu

8

3. Gahumsa Ittifayyadama baajataa     dabale (%n)

4

82

95

84

85

90

92

95

sagantaa fooyya’iinsa bulchiinsa fi to’annoo baassi motummaa

4.Bu’a qabeessuummaa itti fayyadama baajetaa (%n)

4

82

95

84

85

90

92

95

sagantaa fooyya’iinsa bulchiinsa fi to’annoo baassi motummaa

4 Gahumsa fi itti fayyadama qabeenya fooyyeessuu

7

5..Qisaasama qabeenyaa hir’ate    (%n)

7

15

5

13

11

9

7

5

Sagantaa Foyya’insa Bulchiinsa To’annoo Fi Baassii Motummaa

Adeemsa Keessaa /Internal Process

45


5.Hojiimaata Bulchiinsa gaarii fi kenniinsa tajaajilaa foyyessuu

5

6.Komii ummataa xiqqaate  (%n)

2

20

5

17

14

10

7

5

  • Sakatta’insa kenna tajaajilaa

  • Jijjirama Bu’ura Adeemsa hojii(JBAH) ,BSC

  • Paakejii Bulchiinsa gaarii

Tarsiimoo kiraasassabdummaan ittin gogfamuu

7.Kenna tajaajilaa foyya’e(%n)

3

80

95

83

86

89

92

95

6.Sirna qabiinsa ragaa fi odeeffannoo foyyessuu

7

8.Ragaa Teeknooloojiin Deeggaramee Qindaa’e (Lakk)n

4

50

100

75

80

87

93

80

Sagantaa Baballina Teeknooloojii qunnamtiifi odeeffannoo

9.Ragaalee bu’uuraa walitti qabaman (lakkn)

3

50

80

96

97

98

99

100

Sagantaa Baballina Teeknooloojii qunnamtiifi odeeffannoo

7.Sirna karoora , hordoffii, deeggarsa, to’annoo fi gamaaggamaa foyyeessuu

8

10.Fooyya’iinsa raawwii hojii dabale(%)n

3

85

90

91

92

93

94

95

  • Sakata’iinsa

  • “BSC”

  • Sagantaa fooyya’iinsa ooggansa       qabeenya namaa

SPM

11.Uwwisa duub deebii dabalee(%’n)

2

50




77

79

81

83

80

12.Uwwisa deeggarsa hordoffii fi gamaaggamaa dabale(%’n)

3

50

80

82

84

86

88

80

8.Kunuunsa fi deeggarsa dubartootaa fi daa’imman miidhaa adda addaaf saxilaman guddisuu


10

13.Piroojektota deeggarsa dubartootaafi daa’immaniif qophaa’e (lakk. dokimentii)

2

8

200

40

80

120

160

200

-Sagantaa Qophii Projektii fandii -Misooma dubartootaa fi

daa’immanii






14.Saganta marii hirmaannaa uummataa fi dhimmamtootaa qophaa’e ( lakk )

1

0

8


0

2

4

6

8




14.Qabeenya /Maallaqa maddisiifame

2

352480

22000000

4400000

8800000

13200000

17600000

22000000

15.Piroojektota misooma dubartootaafi daa’immanii mirkanaa’e (lakk. Dok)

5

3

10500

2100

4200

6300

8400

10500

-Sagantaa Piroektii DhMM dhihaatu sakatta’uufi mirkaneesuu

9.Qu’annoo fi qorannoo guddisuu


5

16.Argannoo bu'aalee qorannoo irratti dhimmamtootaa fi qaamolee hawaasaa mari'ate dabalee (lakk)

3

0

184

29

63

101

142

184

  • Sakatta’iinsa Muxannowwan gaggaarii baballisu

  • Projeektii Qo’annoo fi Qorannoo




17.Baayyina sakatta'iinsa mana hojii dabalee (lakk.)

2

10

20

12

13

16

18

20

Ijaarasa Dandeettii /Learning & Growth

20


11.Humna raawwachiisummaa hoggantootaa fi raawwattootaa fooyyeessu

6


19.Raawwii raawwattootaa dabale(%)n

3

80

90

82

84

86

88

90

  • Sagantaa Foyya’insa Oggansa Qabeenya Humna Namaa

  • Sagantaa Fooyya’iinsa siivil servisii

PJMD

20.Baayyina hoggantoota fi raawwattoota leenjii hojiirraa argatan dabale (lakkn.)

3

118

289

57

115

172

229

289





































Uwwisa fi .itti fayyadama teeknooloojii ammayyaa dabaluu

4

21. .Hojjattoota Teeknooloojii ammaayyaan fayyadaman (%) n

4

50

80

56

62

68

74

80

Sagantaa Baballina Teknooloojii

Aadaa fi naannoo hojii foyyessuu

10

22. Itti quufiinsa hojjetootaataa dabale (%)n

2

82

90

84

85

86

88

90

  • Sirna Mdaallii Bu’aa Karoora Trsimoo’aa(BSC)

Sakata’iinsa ittiquufiinsa hojjettootaa(employee satisfaction servey

23.Garee Raayyaa siviil sarvaantii bu’a qabeessa ta’e (Lakk)

3

4

11

6

8

11



11

11

24..Naannoo hojii mijataa uumame dabale (%n)

2

65

90

70

75

80

85

90










25..Deggarsa fi hordoffii raawwattootaaf taasifame dabale (yeroo)

3

2

4

4

4

4

4

4

  • Sagantaa foyya’insa hoggansa qabeenya humna namaa

  • SFSS

Ida’ama Ulfaatina

100 %




100 %




100 %






















Yüklə 2,42 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   12   13   14   15   16   17   18   19   20




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin