Galata /Acknowledgement/ Seensa


Qo’annoo fi Sakatta’insa babal’isuu



Yüklə 2,42 Mb.
səhifə9/20
tarix12.01.2019
ölçüsü2,42 Mb.
#96459
1   ...   5   6   7   8   9   10   11   12   ...   20

Qo’annoo fi Sakatta’insa babal’isuu

Ittifayyadama maallaqaa fi qabeenyaa fooyyeessuu



Adeemsa Hojii

Keessaa


Gurmaa’ina mirgoota diimookraasii dubartootaa fi daa’immanii babal’isan guddisuu



Hirmaannaa uummataa fi dhimmamtootaa guddisuu



Hojiimaata Bulchiinsa Gaarii fi kenna Tajaajilaa fooyyeessuu

Kunuunsa fi deggarsa dubartootaa fi daa’immanii guddisuu




Dhimma koorniyaa fi daa’immanii idileessuun hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii dabaluu
S/K/H/D/T/G fooyyeessuu

Gahumsa Dubartootaa dabaluu




Sirna Qabiinsa Ragaa fi odeeffannoo dubartootaa fi daa’immanii fooyyeessuu



Sirna karooraa ,hordoffii fi gamaggamaa fooyyessuu

Idileessaa dhimmoota seekteroota hundaa guddisuu



Ijaarsa Dandeettii


Dandeettii raawaachiisummaa cimsuu

Aadaa hojii fi naannoo fooyyeeessuu

Fayyadama teeknooloojii hammayyaa dabaluu


GULANTAA SHANAFFAA(STEP 5)

  1. SAFARTUULEE RAAWWII TARSIIMO’AA (Strategic Performance Measures)

    1. Safartuu raawwii fi maniilee (Performance measure and targets at corporet level of the strategic objectives) akkaataa kaayyoo tarsimaa’aa Olaanaa Mana Hojiittin gabatee armaan gadii keessatti tarreffamaniiru.

Kalattii madaallii

Kaayyoo Tarsima’aa

(strategic objectives)

Safartuulee/Measurments

Ka’umsa

/Base line/

(2007)

Manii/Targets

2008-2012

2008

2009

2010

2011

2012

Lammii/maamila

1.Amantaa dubartootni fi daa’imman mootummaa irratti qaban guddisuu


      1. Amantaa dabale (%n)

70

85

73

76

79

83

85

2.Itti quufiinsa dubartootaa fi daa’immanii dabaluu

    1. Itii qufiinsa dabale (%n)




75

90

77


80

83

86

90

Faayinaansii

3.Gahumsaa fi bu’aa qabessummaa baajataa dabalu

    1. Gahumsa Ittifayyadama baajataa     dabale (%n)

82

95

84

85

90

92

95




    1. Bu’a qabeessuummaa itti fayyadama baajetaa (%n)

82

95

84

85

90

92

95




4 .Gahumsa fi itti fayyadama qabeenya fooyyeessuu


5,Qisaasama qabeenyaa hir’ate     (%n)

15

5

13

11

9

7

5

Adeemsa Hojiikeessaa

5.Hojiimaata Bulchiinsa gaarii fi kenniinsa tajaajilaa foyyessuu

    1. Komii ummataa xiqqaate  (%n)

20

5

17

14

10

7

5

    1. Kenna tajaajilaa foyya’e(%n)




80

95

83

86

89

92

95

6.Sirna qabiinsa ragaa fi odeeffannoo foyyessuu

    1. Ragaa Teeknooloojiin Deeggaramee Qindaa’e (Lakk)n

70

100

75

80

87

93

100

  1. Ragaalee bu’uuraa walitti qabaman (lakkn)

95

100

96

97

98

99

100

7.Sirna karoora , hordoffii, deeggarsa, to’annoo fi gamaaggamaa foyyeessuu

  1. Fooyya’iinsa raawwii hojii dabale(%)n

90

95

91

92

93

94

95

  1. Uwwisa duub deebii dabalee(%’n)

75

85

77

79

81

83

85

  1. Uwwisa deeggarsa hordoffii fi gamaaggamaa dabale(%’n)

80

90

82

84

86

88

90

8.Gahumsa Dubartootaa dabaluu


  1. Dubartoota Ogganasa irra jiran humni raawwii isaanii cime (lakk)n

450

615


123

246

369

492

615

  1. .Dubartoota Oggansatti fiduuf humni raawwii isaanii cime (lakk)n

483

6,148


1229

2459

3687

4916

6148

  1. Baayyina dubartootaa hojiiwwan madda galii iratti hirmaatanii(Lakkn.)

54500

200793


40158

80317

120475

160633

200793

  1. Baay'ina Dubartoota Leenjii Ogummaa argatanii hojii uummatanii (lakk)

1467



18,446


3689

7378

11067

14067

18446

  1. .Shamarran harka qalleeyyii deeggarsa argatan (lakkn

1467

14,264



2852

5705

8557

11409

14264



  1. Shamarran Carraa barnoota bilisaa argatan (lakk)n

15

460


92

184

276

368

460

  1. Dub. Teeknooloojiiwwan hummnaa fi yeroo qusatanitti fayyadamtoota ta'an dabalee(lakk)

6,085

122,977


24595

49190

73785

98380

122977

  1. Dubartoota qusannoo irratti hirmaatan(lakk)n

15,519

273,691


54738

109476

164214

218952

273691

  1. Dubartoota fayyadamtoota liqii ta’an (lakk)n

12,090

171,135


34227

68454

102681

136908

171135

  1. Baay'ina dubartootaa miseensota garee walgargaarsaa dabale (lakkn.)

592

342,103


68420

136841

143683

212103

342103

  1.   Baay'ina dub. miseensota WHG dabale (Kum.) (Lakkn.)

6,295

27262


5452

10904

16356

21808

27262




9.Mirgaa fi Nageenya dubartootaa fi daa’immanii irratti hirmannaa Ummataa fi dhimmamtootaatiiin ilaalcha hawaasaa fooyyessuu


  1. Gaggeesitoota marii imaammataa fi waliigalteewwan idil-addunyaa irratti hirmaatan (Lakk)

12880

1,394


278

557

835

1113

1394

  1. Hojjatoota sivil sarvaantii maarii irratti hirmaatan(Lakk)

0

24,595


4919

9838

14757

19676

24595

  1. Namoota marii imaammatootaa waligaltewwana idil-addunya mirgoota dub. fi daa'immanii irratti hirmaatan(Lakk)

12880

157949

31590

63180

94770

126390

157949

  1. Namoota Bakka bu'oota uummataa marii irratti hirmaatan (Lakk)

0

10,330

1,653

3,512

5,682

7,954

10,330

  1. Barmaatilee midhaa gesisaan hir'ate (%n)

35

5

25

20

15

10

5

  1. Baay’ina aanaalee fi gandoota BMG irra bilisa ta'an (%n)

5

60

30

35

45

55

60

  1. Namoota nageenya hawaasummaa dubartootaa fi daa'imaanii mirkaneessuuf hubannoo argatan (Lakk)

12880

157949

31590

63180

94770

126390

157949




  1. Magaaloota sararri bilbila bilisaa hundeeffameef (Lakk)

0

1

0

0

0

0

1

  1. Baayyina Namoota marii hawaasaa irratti hirmaatanii (Lakk)

3900

418,122


83624

167248

250872

334496

745405

  1. Baayyina daa'imman galmee kabajaa irratti galmaa'aanii(%n)

3

50

11

19

29

39

50

  1. Miidhaa daa'immanii hir'ate (%n)

70

30

64

56

48

39

30

  1. Taateewwan dubartootaa fi daa’immankii kabajaman (Lakk)

5

5

5

5

5

5

5

  1. Yeroo qilleensaa ('air time") hojiirra oolee ( Sa’aatii)

0

0

0

0

0

0

0




10,Kunuunsa fi deeggarsa dubartootaa fi daa’imman miidhaa adda addaaf saxilaman guddisuu



  1. Baay'ina miidhaamtoota korniyaa bu'uureffate(GBV) haromsaa fi deeggarsa argatan(lakkn.)

69

330

66

132

198

264

330

Yüklə 2,42 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   5   6   7   8   9   10   11   12   ...   20




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin