Goobanaa fayyisaa axinaafuu damissee nigaatuu balaachoo


Mul’ata, Ergama fi Duudhaa Adeemsa hojii haaraa



Yüklə 0,62 Mb.
səhifə12/16
tarix01.11.2017
ölçüsü0,62 Mb.
#26235
1   ...   8   9   10   11   12   13   14   15   16

Mul’ata, Ergama fi Duudhaa Adeemsa hojii haaraa

  1. Ergama


  1. Dhaabbolee misooma mootummaa naannichaa itti fufiinsaan deeggaruu, hordofuu, to’achuu fi gamaggamuutiin oggansa ammayyaa’aa fi gahumsa qabu keennuu, dandeettii humna raawwachiisummaa isaanii cimsuun sadarkaa dorgomummaa fi bu’a qabeesummaa isaanii amansiisaa gochuu

  2. Bakkeewwan qaawwa ykn hanqina gabaa fi misoomaa abbootiin qabeenyaa keessatti hirmaachuu hin dandeenye keessaatti qorannoo fi qo’annoo irraatti hundaa’uudhaan dhaabbolee haaraa hundeessuu fi akka babal’atan taasisuu
      1. Mul’ata


Bara 2015tti Dhaabbolee Misooma Mootummaa gahumsaan dorgomaa ta’anii, hanqina gabaa fi misoomaa guutuu keessatti hirmaachaa guddina dinagdee ariifataa fi ittifufiinsa qabu mirkaneessuu keessatti gahee ol’aanaa qabanii fi beekamoo akka ta’an taasisuu.
      1. Duudhaa


ATTDhMMNO duudhaawwan ykn sonawwan (values and operating principles) armaan gadii qaba



  1. Amnataa balaaleffannaa kiraa sassaabdumma fi hojimaata badaa

  2. Hawwii jijjiiramaa

  3. Komitimantii hojii

  4. Qulqullina hojii

  5. Aantummaa ummataa

  6. Al-logummaa

  7. Iftoomina

  8. Hirmaachisummaa

  9. Amantaa hojii garee /team spirit

  10. Amantaa wal-qixxummaa saalaa (gender equality)



    1. Adeemsa hojii haaraa gurmeessuu


Figure . Yaa’insa hojii, Ijoo Hordoffii, To’annoo, Deggarsaa fi Gamaaggama Raawwii Karoora dhaabbolee Misoomaa

Laka

Hojii Hojjataman

Iddoo itti raawwatamu

Yeroo itt raawwatamu

Sadarkaa raawwii isaa

Kaayyoo hiixataa

Baasii

Qulqullina

Yeroo (guyaa)

Stepi




1

Sirna Oggansa kaampaanii driirsuun Humna raawwachiisummaa oggansa Dh/Misoomaa Cimsuu

Adeemsa

/ATT/


2005-2007




Gahumsa oggansaa







Oggansa tarsiima’aa ta’e kennuudhaan, dandeettiin human raawwachiisummaa Dhaabbolee misoomaa sadarkaa amansiisaa irra gahee, galma gahiinsa KGTMNO keessatti gumaacha olaanaa akka taasisan dandeessisuu

1.1

Imaammata Dh/Misooma MNO Baasanii Hojii irra Oolchuu

Adeemsa

/ATT


2005-2007




Sadarkaa isaa eeggatee

55

4

1.2.

Dambii hundeeffama dhaabbolee misoomaa Labsii 163/2003 wajjin wal simsiisuun qopheessuu

Adeemsa

/ATT/


2005-2007




Sadrkaa isaa eeggatee

17

4

1.3

Qajeelfamoota adda-addaa baasuu

Adeemsa

/ATT


2005-2007




Sadarkaa isaa eeggatee

25

4

1.4

Hojii deeggarsa fi Ijaarsa dandeettii oggansa dhaabbolee misoomaa

Adeemsa

/ATT/


2005-2007




Dandeetti raawwachiisummaa

58

12

1.5

Sirna walitti hidhamiinsa, qindoominaa fi waldeeggaru uumuu

Adeemsa

/ATT/


2005-2007




Haala hojii mijaawaa uumamee

109

10

2

Abbaa Qabeenyummaa Mootummaa kabachiisuu

Adeemsa

/ATT/


2005-2007




Faayida argamee

30

4

3

Qophii karooraa

Adeemsa

/ATT/


2005-2007




Ergama mana hojichaan walsimuu

21

15

4

Sirna deeggarsa, Hordoffii fi gamaggama raawwii karooraa fi duub- deebii diriirsuu.

Adeemsa

/ATT/


2005-2007




Yeroon raawwatamuu

40

6




Ida’ama

355

59






Figure . Yaa’insa hojii, Ijoo Qo’annoo, Qorannoo Fi Dagaagina Bizinasii DhaabboleeMisoomaa

Lak

Hojii Hojjataman

Iddoo itti raawwatamu

Yeroo itti raawwatamu

Sadarkaa raawwii isaa

Kaayyoo hiixataa

Basi

Qulqullina

Yeroo

(Guya)


Stepi

1

Hudhaalee guddina dinagdee seektaraan adda baasuun tartiiba barbaachisummaa isaatiin kaa’uu fi Karooraa Hojii Qorannoo fi Qo’annoo qopheessuu

Adeemsa/ATT)

2005 - 2007




Sadarkaa kan eege

10

6

Qo’annoo fi Qorannoo bu’aqabeessummaa dhaabbolee misoomaa fi qaawwa misoomaa guutan, guutumaan guutuutti xumuuruun galama gahiinsa KGTMNO keessatti gumaacha gahaa taasisuu

2

Hojii Qorannoo fi Qo’annoo gaggeessuu

Adeemsa/ATT

2005 - 2007













2.1

Qorannoo fi Qo’annoo qaawwa misoomaa fi gabaa gaggeessuu

Adeemsa/ATT

2005 - 2007




Qaawwa misoomaa gutame

60

8

2.2

Dhaabbolee/pirojaktootaa /haaraa hundeessuu

Adeemsa/ATT

2005 - 2007







30

6

2.3

Qorannoo Babal’ina pirojaktoota dhaabbolee misoomaa

Adeemsa/ATT

2005 - 2007




Bu’a qabeessummaa dhaabbolee

35

9

2.4

Pirojaktoota /dhaabbolee adda baasuu/ haaraa hundeessuu

Adeemsa/ATT

2005 - 2007




Galii argame

45

6

2.5

Qorannoo muuxannoo gaarii gaggeessuu

Adeemsa/ATT

2005 - 2007




Qaawwa raawachiisumma gutame

90

12

2.6

Qorannoo haalaa hojmaataa fi sadrkaa dhaabbolee gaggeessuu

Adeemsa/ATT

2005 - 2007




Sadrkaa dhaabbolee adda bahe

50

8

2.7

Qorannoo fi Qo’annoo Dagaagina Bizinasii gaggeessuu

Adeemsa/ATT

2005 - 2007




Odeeffannoo gahaa argame

32

10





Yüklə 0,62 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   8   9   10   11   12   13   14   15   16




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin