Goobanaa fayyisaa axinaafuu damissee nigaatuu balaachoo


Ga’ee hojii Adeemsoota Haaraa (PPR)



Yüklə 0,62 Mb.
səhifə13/16
tarix01.11.2017
ölçüsü0,62 Mb.
#26235
1   ...   8   9   10   11   12   13   14   15   16

3.11. Ga’ee hojii Adeemsoota Haaraa (PPR)


Figure Adeemsa Hojii Ijoo Deeggarsa, Hordoffii, To’annoo fi Gamaggama raawwii karooraa Dhaabbolee Misoomaa

Lak

Hojiwwaan Gurguddoo

Tarreeffama Hojii

Gita Hojii

Sada Baru

Muxanno

Gosa Barumsa

Baayy’ina

1.

Oggansa korporeetii dhaabbolee misoomaa cimsuu

Imaammata Dh/Misooma fi Oggansa Dhaabbolee misoomaa Baasanii Hojii irra Oolchuu

  • Hojii daarektoreetichaa ni hoggana ni qindeessa

  • Tarsiimoo fi tooftaalee adda addaa ni maddisiisa

  • Daarektoreetii biro waliin qindominaan nihojjata.

  • Haala hojii ni mijeessa,raawwi hojii ni hordofa,ni too’ata’ ni madaala

Daarektara daarektoreetii


M.A/SC

B.A/SC


Waga-12/14

kan qabu fi hoggansaa irratti kallattiin wagga 5 fi isaa ol kan hojjate



Leader ship, Agricultur

Bus. Administration Management Econ.,Resource Economics, Engineering



1

Qajeelfamoota Oggansa Boordii Qopheesuun hojii irra olchuu

  • -Qajeelfama Filannoo , Ramadii fi hojimaata Boordii

  • -Qajeelfama Madaalii raawwii hojii Boordii fi hoggansa dhaabbolee misoomaa Bu'a irrati xiyyeeffate qopheessu

  • -Qajeelfama kafaltii onnachiistuu Miseensota Boordii fi Hoggansa Dh. Misoomaa baasuu




Ofiisara ol’aanaa dhimma Oggansa Boordii


M.A/SC

B.A/SC


Waga-8 /10 kan

qabu fi hoggansaa korporeetii irratti kallattiin wagga 3 fi isaa ol kan hojjate



Leader ship, Manag ement, Economics, Development, Business Mgt.

1

1.1

Qophii Karoora galmawwan waliigalaa fi Invastmantii Dhaabbolee misoomaa

  • Qabiyyee karoora galmawwan waliigalaa fi invastmantii fi akkasumas karoora waggaa ni qopheesa. Ragaalee fi odeeffanno ni qindeessa ,haala hojii ni mijeessa ,

  • Dhaabbolee misoomaa karoora tarsiima’a (SPM) akka qopheefatan hordofuu,deegaruu fi akka ittin ogganaman taasiisuu

Ofiisara Ol’aana Hordoffi fi Gamaaggama raawwii karoorraa

M.A/SC

B.A/SC


Waga-8/10 kan qabu

Fi hojii (M&E) irratti kallattiin wagga 3 fi isaa ol kan hojjate



Agri. ,Bus.Adm., Mgt ., Econ., Resource Eco. ,Engineering

1







  • Bu’ura karoora tarsima’aatiin karoora waggaa dhaabbolee misoomaa akka qophayuu taasiisuu, xiinxaluun akka mirkanuu ni taasiisa

Ofiisara Hordoffi fi Gamaaggama raawwii karoorraa




Waga-6/8 kan qabu fi hojii (M&E) irratti hubannoo kan qabu

Agri. ,Bus.Adm., Mgt ., Econ., Resource Eco.

1



Lakk

Hojiwwaan Gurguddoo

Tarreeffama Hojii

Waamama Gita Hojii

Sadarkaa Barumsaa

Muxxannoo

Gosa Barumsa

Bay’ina

1.2

Qophii Karoora galmawwan waliigalaa fi Invastmantii Dhaabbolee misoomaa

  • Qabiyyee karoora galmawwan waliigalaa fi invastmantii fi akkasumas karoora waggaa ni qopheesa. Ragaalee fi odeeffanno ni qindeessa ,haala hojii ni mijeessa ,

  • Dhaabbolee misoomaa karoora tarsiima’a (SPM) akka qopheefatan hordofuu,deegaruu fi akka ittin ogganaman taasiisuu

Ofiisara Ol’aana Hordoffi fi Gamaaggama raawwii karoorraa

M.A/SC

B.A/SC


Waga-8/10 kan qabu

Fi hojii (M&E) irratti kallattiin wagga 3 fi isaa ol kan hojjate



Agri. ,Bus.Adm., Mgt. Econ., Resource Eco. Engineering

1


  • Bu’ura karoora tarsima’aatiin karoora waggaa dhaabbolee misoomaa akka qophayuu taasiisuu, xiinxaluun akka mirkanuu ni taasiisa

Ofiisara Hordoffi fi Gamaaggama raawwii karoorraa




Waga-6/8 kan qabu fi hojii (M&E) irratti hubannoo kan qabu

Agri. ,Bus.Adm., Mgt ., Econ., Resource Eco.

1


Daarektoreetii Hojii Ijoo Deeggarsa, Hordoffii - - - - itti fufe

Lakk

Hojiwwaan Gurguddoo

Tarreeffama Hojii

Waamama Gita Hojii

Sadarkaa Barumsa

Muxxannoo

Gosa Barumsa

Baay’ina

3

Sirna Bulchiinsa Fundii qabeenyaa fi Faayinaasii ammaya'aa dhaabbolee misoomaa keessatti hojii irra akka olu taasiisuu


Bulchiinsa Fundii fi Faaynaansii Dh.misoomaa ilaalchisee hojimaanni gahumsa qabu diriiruu isaa fi hojiirra ooluu isaa hordofuu ,deeggaruu

Haala itti fayyadama fundii misoomaa fi industry ni hordofa

Bittaadhaan walqabatee hojimaanni gahumsa qabu diriiruu isaa, kan diriires hojiirra ooluu isaa hordofuu, deeggaruu

Ramadii Odiitara alaa fi Gabaasa odiitii odiitara ala xiinxaluun mirkaneessuu,argannoo bu’aa odiitii irratti tarkaanfiin sirreeffama akka fudhatamu qajeelfama kennuu,raawwii isaa hordofu .




Ofiisara ol’aanaa Faaynaansii fi Bulchiinsa Fandii

M.A/SC

B.A/SC


Wagga-8/10 kan qabu fi hojii Faayinaansii irratti kallattiin wagga 3 fi isaa ol kan hojjate

Dandeettii ‘’double Entry’’fi herreega projektii kan qabu



Accounting , Eco.,Marketi

Bus. Adm. Pro. & supply Mgt.



1

Bulchiinsa Fundii fi Faaynaansii Dh.misoomaa ilaalchisee hojimaanni gahumsa qabu diriiruu isaa fi hojiirra ooluu isaa hordofuu ,deeggaruu

Haala itti fayyadama fundii misoomaa fi industry ni hordofa

Qajeelfama bulchiinsa Qabeenyaa qopheesuu, DhaabboleeMisoomaa tiif raabsuun hojiirraa oolmaa isaa hordofuu fi deeggaruu

Sirna odiitii keessaa xiinxaluu, deeggaruu fi hordoffii itti fufiinsa qabu gaggeessun to’annoon keessaa gahumsa qabu diriiree hojiirra ooluu isaa mirkaneessuu



Ofiisara Faaynaansii fi Bulchinsa Fandii

M.A/SC

B.A/SC


Wagga-6/8 kan qabu

Fi hojii Faayinaansii irratti kallattiin kan hojjate Dandetti ’double Entry’’fi herreega projektii kan qabu




Accounting , Economics Marketing

Bus. Adm. Proc. & supply Mgt



1


Daarektoreetii Hojii Ijoo Deeggarsa, Hordoffii - - - - itti fufe

Lakk

Hojiwwaan Gurguddoo

Tarreeffama Hojii


Waamama Gita Hojii


SadarkaBarumsa

Muxxannoo

Gosa Barumsa


Baay’ina




Sirna Bulchiinsa Fundii qabeenyaa fi Faayinaasii ammaya'aa dhaabbolee misoomaa keessatti hojii irra akka olu taasiisuu


Bulchiinsa Fundii fi Faaynaansii Dh.misoomaa ilaalchisee hojimaanni gahumsa qabu diriiruu isaa fi hojiirra ooluu isaa hordofuu ,deeggaruu

Haala itti fayyadama fundii misoomaa fi industry ni hordofa

Bittaadhaan walqabatee hojimaanni gahumsa qabu diriiruu isaa, kan diriires hojiirra ooluu isaa hordofuu, deeggaruu

Ramadii Odiitara alaa fi Gabaasa odiitii odiitara ala xiinxaluun mirkaneessuu,argannoo bu’aa odiitii irratti tarkaanfiin sirreeffama akka fudhatamu qajeelfama kennuu,raawwii isaa hordofu .




Ofiisara Ol’aanaa Faaynaansii fi Bulchiinsa Fandi

M.A/SC

B.A/SC


Waga-8/10 kan qabu

Fi hojii Faayinaansii irratti kallattiin wagga 3 fi isaa ol kan hojjate

Dandeettii ‘’double Entry’’fi herreega projektii kan qabu


Accounting , Eco.,Marketin

Bus. Adm. Pro. & supply Mgt.



1



Lak

Hojiwwan Gurguddoo

Tarreeffama Hojii

Wamama Gita Hojii

SadarkaBarumsa

Muxxannoo

Gosa Barumsa

Bay’ina







  • Bulchiinsa Fundii fi Faaynaansii Dh.misoomaa ilaalchisee hojimaanni gahumsa qabu diriiruu isaa fi hojiirra ooluu isaa hordofuu ,deeggaruu



  • Haala itti fayyadama fundii misoomaa fi industry ni hordofa



  • Qajeelfama bulchiinsa Qabeenyaa qopheesuu, Dhaabbolee Misoomaa tiif raabsuun hojiirraa oolmaa isaa hordofuu fi deeggaruu

  • Ramadii Odiitara alaa fi Gabaasa odiitii odiitara ala xiinxaluun mirkaneessuu,argannoo bu’aa odiitii irratti tarkaanfiin sirreeffama akka fudhatamu

Ofiisara Faaynaansii fi Bulchiinsa Fandii

M.A/SC

B.A/SC


Waga-6/8 kan qabu Fi hojii

Faayinaansii irratti kallattiin kan hojjate Dandetti ’double Entry’’fi herreega projektii kan qabu




Accounting , Economics Marketing

Bus. Adm. Proc. & supply Mgt



1

6

Humna raawwachiisummaa oggansa Dhaabbolee Misoomaa Cimsu

Imaammanni qabeenya humna namaa qajeelfamnni bulchiinsa qabeenya human namaa fi waliigalteen gamtaa seera hojjataa fi hojjachiisaa faana wal-siman gama Dh.M tiin bahanii hojiirra oolaa jiraachuu isaanii hordofuu ,deeggaruu, qaawwa jiru addaan baasuu fi akka guutaman taasisuu

  • Qaawwa (Gap) humna raawwachiisummaa Dh.misoomaa fi Abbaa Taaytaa xiinxaluun adda baasuu / kan humna namaa, qabeenyafi tekinooloojii

  • Kallattii qaawwi adda bahe itti guutamuu danda’u irratti hojjachuu

  • Dandeetti humna namaa cimsuuf leenjii adda addaa ni qopheessa




Ofiisara Ol’aanaa ijaarsa dandeettii


M.A/SC

B.A/SC


Waga-8/10 kan qabu

Fi hojii Ijaarsa Dandeettii irratti kallattiin wagga 3 fi isaa ol kan hojjate




Economics Management

Bus. Adm., Pro. & supply Mgt. Resource Econ. Development



1







  • Fedhii leenjii adda baasuuf xiinxala ni gaggeessa

  • Dh.misoomaa gidduutti sirni walitti hidhamiinsaa fi qindoominaa akka diriiru ni deggara

  • Muxannoowwan gaarii ni filata ni qindeessa tooftaa ittiin babal’atu ni mijeessa .




Ofiisara ijaarsa dandeettii


M.A/SC

B.A/SC


Waga-6/8 kan qabu fi hoji Ijaarsa Dandettii

irratti kan hojjate




Economics Management

Bus. Adm., Pro. & supply Mgt. Resource Econ. Development



1




Lak

Hojiwwan Gurguddoo

Tarreeffama Hojii

Wamama Gita Hojii

SadarkaBarumsa

Muxxannoo

Gosa Barumsa

Bay’ina









  • Hojiiwwan rifoormii dhaabbolee misoomaa fi Abbaa Taayitaa qindeessuu, hordofuu fi deeggaruu jijjiirama jiru madaaluu fi yeroo yeroon ammayyeessuu

  • Haalaa gurmaawinaan human namaa, itti fayyadama teeknolojii fi sirna hojimaata ammayyaawaa dhaabbolee misoomaa fi Abbaa Taayitaa ni hordofa ni deggar.




Ofiisara Ol’aanaa Sirna Fooya’insa Hjimaataa

M.A/SC

B.A/SC


Waga-8/10 kan qabu

Fi hojii Sirna Fooyya’insa Hojimaataa irratti kallattiin wagga 3 fi isaa ol kan hojjate




Economics Management

Bus. Adm., Leader ship Resource Econ. Development



1







  • Ijaarama raagyaa cimsuudhan raawwii karooraa kallattii kanaan hordofuu fi sirreess

  • Sirna hojimaata adda addaa diriirsuun raawwiin hojii akka dabalu ni hojjata

  • Dhaabboleen Misoomaa hojimaata ammaya’aa akka qabaatan ni deggara hojii irra oolmaa isaa ni hordofa.

  • Hojii irra olmaa JBAH, BSC fi riiformiiwwan adda-addaa

  • Paakeejiiwwan Bulchiinsa gaarii

  • Ijaarama raayyaa fi tokko shanee




Ofiisara sirna foya’insa hojimaataa


M.A/

B.A



Waga-6/8 kan qabu fi hoji

Sirna Fooyya’insa Hojimaataa irratti kan hojjate




Economics Management

Bus. Adm., Leader ship Resource Econ. Development



1


Figure . Daarektoreetii Hojii Ijoo Qo’annoo, Qorannoo fi Dagaagina Bizinasii

Lak

Hojiwwaan Gurguddoo

Tarreeffama Hojii

Waamama Gita Hojii

Sadarka Barumsa

Muuxannoo

Gosa Barumsaa

Bay

1

Qorannoo Qaawwa gabaa fi misoomaa gaggeessuu

   


  • Hudhaalee guddina dinagdee sektaraan adda baasuu

  • Kallattii dhaabboleen misooma amma jiranis ta’ee haaraan itti gurmaa’uu qaban qoratee dhiyeessa

  • Akkaata bu’aa qabeessummaa dhaabbolee misoomaa dabaluu dandeessisu irratti qorannoo gaggeessa

  • Noormiiwwan adda addaa qopheessuu

  • Unite rate adda addaa qorachuun murteessuu

  • Xiinxala Bu’aa qorannichaa gaggeessuu

  • Bu’aa qorannoo irratti marii gaggeesuun fooyyeessuu

  • Bu’aa qorannoo guutuu qopheessuun ragaasisuu




Daarektar

M.A/SC

B.A/SC



Waga-12/14 kan qabu ta’ee hoggansa hojii qorannoo pirojaktii irratti kallattiin waggaa 5 fi isa ol

Economics, Management

Bus. Adm., Leader ship Resource Econ. Sociology Development, Agri. Engeneering ,Stat.,



1

Ofiisara Ol’aanaa Qoran. fi Qo’annoo

M.A/SC

B.A/SC



Waga-8/10 kan qabu

ta’ee hojii qorannoo Pirojektootaa irratti kallattiin wag. 3 fi isa ol kan hojjate



Economics, Management

Bus. Adm,Resource Econ. Sociology ,Engineering,Stat. Kan walfakkatu




2

Ofiisara Qoran. fi Qo’annoo

M.A/SC

B.A/SC



Waga-6/8 kan qabu ta’ee

hojii qorannoo Pirojektoota irratti muxxannoo kan qabu



Economics, Management

Bus. Adm., Resource Econ. Sociology Development, Agri. Econ Kan walfakkatu




2

Ofiisara jalqabaa Qoran. fi Qo’annoo

M.A/SC

B.A/SC



Waga-6/8 ta’e hojii qorannoo Pirojektoota irratti muxxannoo kan qabu

Economics, Management

Bus. Adm., Leader ship Resource Econ. Sociology Development, Agri. Econ Kan walfakkatu




1

2

Qorannoo Bu’a qabeessummaa dhaabbolee misoomaa guddisan gaggeessuu

 

 



Qorannoo Karoora haala ittifayyadama qabeenya gaggeesuu

  • Gatii gabaa kiraa maashinaryii,gatii gabaa bittaa maashinarii,fi gatii gabaa galteewwan adda addaa walitti qabuu ,xiinxaluu fi dhaabboleef rabsuu.

  • Xiinxala qorannichaa gaggeessuu

  • Bu’aa Qorannoo irratti marii’achuun fooyyessuu fi guutuu taasisan baasuu

  • Dhaabboolee adda baasanii hundeessuu ykn walittimaku

Ofiisara ol’aanaa Dagaagina Bizinasii

M.A/SC

B.A/SC



Waga-8/10 kan qabu ta’ee hojii bizinasii irratti kallattiin muxxannoo wag.3 fi isa olkan qabu

Economics, Management

Bus. Adm., Marketing Agri. Business , Sociology ICT and Computer Science



2

3

TOR qorannoo qopheessuun mirkaneessisuu

Saamuda gahaa fudhachuun qorannoo gaggeessuu

Bu’aa qorannoo irratti marii gaggeessuun mirkaneessuu

Bu’aa qorannoo mirkanaa’e irratti hubannoo uumuu



Ofiisara Dagaagina Bizinasii

 

 



M.A/SC

B.A/SC



Waga-6/8 kan qabu ta’ee hojii bizinasii irratti kallattiin muxxannoo kan qabu

Economics, Management

Bus. Adm., Marketing Agri. Business , Sociology ICT and Computer Science



1






Lak

Hojiwwaan Gurguddoo

Tarreeffama Hojii

Waamama Gita Hojii

Sadarkaa Barumsa

Muuxannoo

Gosa Barumsa

Baayy’ina




Karooraa fi Gabaasa qindeessun Dhiyeessu

  • Karooraa fi gabaasa Dh. MM fi mana hojii AT Xiinxalamee dhiyaateef ni qindeessa

  • Dokumentii karooraa fi gabaasaa qopheessee qaama ilaallatu hundaaf ni erga

  • Waltajjii gamaaggama raawwii karooraa sadarkaa AT tti gaggeeffamu ni mijeessa ,qabxii marii /gamaggamaa qopheessee hogganaadhaaf ni dhiyeessa

  • Gamaaggama raawwii karooraa irratti kallattii kenname qindeessee duub-deebii erga

  • Power point ni qopheessa ,gamaggama raawwii hojii waajira prezidantii irrati hirmaachuun kallattii kennamu ni qindeessa

  • Hojii dabalataa hogganaa ol’aanaan kennamu ni raawwata.



Ofiisara ol’aanaa qindeessaa,dhiyeessaa fi dub-deebii karooraa fi gabaasaa


M.A/SC

B.A/SC



Waga-8/10 kan qabu

ta’ee hojii qophii karooraa irratti kallattiin wag. 3 fi isa ol kan hojjate



Economics, Management, stat. Bussines Management,Public Adm. Kan walfakkatu


1




Karoora ,Gabaasaa fi Baajata mana hojichaa qopheessa



  • Kallattii karooraa BMMDO irraa kennamu bu’ura godhachuun karoorri yeroodhaan akka qophaa’u deggarsa ogummaa ni kenna.

  • Karoora baajata mana hojii AT ni qophessa.

  • Raawwii karooraa mana hojichaa ni hordofa , ni gamaaggama

  • Raga bu’uraa walitti qabuu ,xinxaluu fi qindeessuu

  • Gabaasa mana hojii ni xiinxala,ni qindeessa ofiisara ol’aanaadhaaf ni dhiyeessa.

  • Hojii dabalataa hogganaa dhiyootiin kennamu ni raawwata

Ofiisara karooraa fi gabaasaa

M.A/SC

B.A/SC



Waga-6/8 kan qabu

ta’ee hojii qophii karooraa irratti kallattiin kan hojjate



Economics, Management, stat.

Bussines Management,Public Adm. Kan walfakkatu




1



Yüklə 0,62 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   8   9   10   11   12   13   14   15   16




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin