Goobanaa fayyisaa axinaafuu damissee nigaatuu balaachoo


Table Adeemsa Hojii Faayinaannsii fi Odiitii Dhaabbolee Misoomaa



Yüklə 0,62 Mb.
səhifə4/16
tarix01.11.2017
ölçüsü0,62 Mb.
#26235
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   16




Table Adeemsa Hojii Faayinaannsii fi Odiitii Dhaabbolee Misoomaa

Sabsii/Ciicata

Bu’aa/Output

Milkaa’ina /Outcome

Qajeelfamoota odiitii, bulchiinsa faayinaansi fi qabeenyaa qophaa’nii Dhaabbolee Misoomaatiif kennaman

Hojimaata fayya qabeessummaa odiitii, bulchiinsa faayinaansii fi qabeenyaa Dhaabbolee Misoomaa mirkanaa’e

Dhaabbolee Misoomaa Bu’a qabeessaa fi dorgomtoota ta’an

Haala hojiirra oolmaa sirna odiitii, bulchiinsa faayinaansii fi qabenyaa Dhaabbolee Misoomaa hordofame, too’atamee fi kenname deeggarsa

Gabaasa raawwii karooraa bulchiinsa faayinaansii fi qabeenya Dhaabbolee Misoomaa xiinxalamee duub deebbi kenname

Gabaasa odiitii alaa Dhaabbolee Misoomaa xiinxalamee tarkaanfii fudhatame
    1. Hojiiwwan Gurguddoo Adeemsa Adeemsaan (list of major activities under each process)


  1. Adeemsa Hojii Qorannoo, Karoora, Hordoffii fi Gamaggama Raawwii Hojii Dhaabbolee Misoomaa

  1. Karooraa galamawwan waliigalaa fi invastmantii dhaabbolee misoomaa akka qophayuu ni taasiisa

  • Qabiyyee karoora galmawwan waliigalaa fi invastmantii fi akkasumas karoora waggaa ni qopheesa.

  • Dhaabbolee misoomaa karoora tarsiima’a (SPM) akka qopheefatan hordofuu,deegaruu fi akka ittin ogganaman taasiisuu

  • Bu’ura karoora tarsima’aatiin karoora waggaa dhaabbolee misoomaa akka qophayuu taasiisuu, xiinxaluun akka mirkanuu ni taasiisa.

  1. Hordoffii fi gamaaggama raawwii karoora dhaabbolee misooma ni gaggeesa.

  • Xiinxala gabaasa raawwii karooraa dhaabbolee misoomaa ji’aa fi kurmaanaa ni gaggeesa.

  • Gamaaggama gabaasa raawwii karoora dhaabbolee misoomaa gaggeefamee irratti dubi deebbii ni kena.

  • Gamaaggama raawwii hojii pirjektootaa ni gaggeesa, ni xiinxala, duub deebbii ni kena.

  1. Qorannoo pirojektoota qaawwa misoomaa fi gabaa guutuu dandeesiisan ni gaggeesa, raawwii isaas ni hordofa.

  • Qorannoo babal’ina dhaabbolee misoomaa ni gaggeesa,

  • Qorannoo pirojektoota haaraa qaawwa misoomaa fi gabaa guutuu danda’an ni gaggeesa, hojii irra olmaa isa ni hordofa.

  • Qorannoo haalaa qabeenya ( resource potential) ni gaggeessa, ni xiinxalaa, qaama dhimmi ilaaluuf dhiyeesuun hojii irra akka oluu ni taasiisa.

  • Dandeetii raawwachiisummaa dhaabbolee misommaa cimsuuf haala hojimaata dhaabbolee misoomaa ni qorata, sirna ykn hojimaata fooya’aa hojii irra akka oluu ni taasiisa.

  • Qorannoo sirna bulchiinsa tajaajila bishaan dhugaatii magaalaa fi baadiyyaa gaggeessuu fi hojii irra oolmaa isaa hordofuu

  1. Deegarsa adda-addaa dhaabbolee misomaatiif ni kena.

  • Deegarsa oggumaa

  • Ragaa odeefannoo gabaa fi kkf

  1. Qindoomina dhaabbolee misooma giduti umuu

  • Sirna walti hidhamiinsa, waldeegaruu fi waliin hojachuu dhaabbolee misoomaa giduti akka jiraatu karoorfatee ni hojata

  1. Adeemsa Hojii Qo’annoo, Qorannoo fi Ijaarsa Dandeettii Dhaabbolee Misoomaa

  • Imaammanni qabeenya humna namaa qajeelfamnni bulchiinsa qabeenya human namaa fi waliigalteen gamtaa seera hojjataa fi hojjachiisaa faana wal-siman gama Dh.m tiin bahanii hojiirra oolaa jiraachuu isaanii hordofuu ,deeggaruu qaawwa jiru addaan baasuu fi akka guutaman taasisuu

  • Qaawwa (Gap) humna raawwachiisummaa Dh.misoomaa fi Abbaa Taaytaa xiinxaluun adda baasuu/ kan humna namaa, qabeenyaa,tekinooloojii fi faaynaansii/

  • Kallattii qaawwi adda bahe itti guutamuu danda’u irratti hojjachuu

  • Hojiiwwan rifoormii dhaabbolee misoomaa fi Abbaa Taayitaa qindeessuu, hordofuu fi deeggaruu jijjiirama jiru madaaluu fi yeroo yeroon ammayyeessuu

  • Ijaarama raayyaa cimsuudhan raawwii karooraa kallattii kanaan hordofuu fi sirreessu

  • Hojiiwwan Ijaarasa dandeetii raawwachiisummaa dhaabbolee misoomaa cimsan ni hojata

  • Qabxiilee hanqinaalee dandeetti fi deeggarsa dhaabbolee misoomaa tiif kennamuu qaban qorachuun addaa baasee irratti hojachuu

  • Karoora haalaa gurmaawinaan, misooma human namaa, teeknolojii fi sirna hojii ammayyaawaa dhaabbolee misoomaa akka qabaatan taasiisuu, hordofuu fi deegaruu, akkasumas raawwii isaa hordofuu, xiinxaluu.

  • Hojimaata dhaabbolee misoomaa irratti qorannoo adda-addaa gaggeesuun sirna/ hojimaata ammaya’aa akka qabaatan ni taasiisa

  • Qorannoo muxannoowwan gaarii gaggeesuun hojii irra akka oluu taasiisuu fi raawwii isa hordofuu

  • Qoranna hanqinaalee dandeettii jiran addaan baasuu fi deeggarsa ijaarsa dandeetti taasifamuu qaban addaan baasuuf taasifaman dhimmamtoota wajjin irratti ni mari ata, ni xiinxala, gabbisee akka mirkanaawu ni taasisa, hojii irra oolmaa isaa ni hordofa

  1. Adeemsa Hojii Odiitii fi Faayinaansii Dhaabbolee Misoomaa

  • Bulchiinsa Faaynaansii Dh.misoomaa ilaalchisee hojimaanni gahumsa qabu diriiruu isaa fi hojiirra ooluu isaa hordofuu ,deeggaruu , qaawwa jiru addaan baasuu fi akka guutamu taasisuu .

  • Bittaadhaan walqabatee hojimaanni gahumsa qabu diriiruu isaa, kan diriires hojiirra ooluu isaa hordofuu, deeggaruu fi qaawwa jiru addaan baasuu fi akka guutamu taasisuu

  • Sirna odiitii keessaa xiinxaluu, deeggaruu fi hordoffii itti fufiinsa qabu gaggeessun to’annoon keessaa gahumsa qabu diriiree hojiirra ooluu isaa mirkaneessuu, qaawwa jiru addaan baasuu fi akka guutamu taasisuu

  • Filannoo Odiitara alaa dhaabbolee misoomaa mirkaneessuu

  • Ulaagaa gabaasni odiitii alaa ittiin mirkanaa’u baasuu fi isatti gargaaramuudhaan gabaasa odiitii alaa boorddiin mirkaneesse raggaasisuu .

  • Qajeelfama bulchiinsa Qabeenyaa qopheesuu, Dhaabbolee Misoomaa tiif raabsuun hojiirraa oolmaa isaa hordofuu fi deeggaruu

  • Qajeelfamoota odiitii, bulchiinsa faayinaansi fi qabeenyaa qophaa’nii Dhaabbolee Misoomaatiif kennaman

  • Qajeelfama filannoo odiitii alaa qopheessuu, Dhm f raabssuu fi hojii irraa oolmaa isaa hordofuu

  • Herregin dhaabbolee misoomaa waggaa waggaatti odiitara alaan sakkatta’amuu isaa hordofuu

  • Qabiinsa heeragaa DhM hordofuu, too’achuu fi deeggaruu

  • Bulchiinsaa fi itti fayyadama faayinasii DhM hordofuu, too’achuu fi deeggaruu

  • Herreegni Dhaabbolee misoomaa yeroo yeroon cufamuu isaa fi Odiitii ta’uu isaa hordofuu



    1. Yüklə 0,62 Mb.

      Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   16




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin