Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa



Yüklə 1,97 Mb.
səhifə11/42
tarix03.01.2022
ölçüsü1,97 Mb.
#39165
1   ...   7   8   9   10   11   12   13   14   ...   42
IV. Faasiliitiwwaan

  • Gamoo Waajjira, Meeshaalee Waajjiraa fi Konkolaatotaa, maashinarii, light plant(janareetara, kompireesara fi kkf)

  • Faasiliitiwwan kan akka Waajjiraa, Meeshaalee waajjiraa fooya’aa ta’uu isaa.

  • Meeshaalee wal-quunnamtii kan akka Bilbilaa, Faaksii, Intarneetii fi kkf fooyya’aa ta’uu isaa

  • Qabiinsi, itti fayyadamnii fi bulchiinsi qabeenya dhaabataa fi dhumataa laafaa ta’uu

  • To’annoo fi hordoffiin laafaa ta’u isaa




V. Qabeenya Humna Namaa

  • Ogummaa fi Dandeettii




  • Duudhaalee, Ilaalchaa fi Aadaa




  • Humna nama itti fufiinsaa fi bu’aa qabeessuumaa Intarpiraayizichaaf haawii guddaa qaban jiraachuu




  • Namoota dandeettii qaban humna isaani duguugani itti fayyadamu dhabuu,

  • Aadaan hojii fi ilaalchi tajaajiltummaa uummataa rawwaattoota biratti sadarkaa barbaadamutti jiraachuu dhabuu isaa

  • Humna namaa teekinooloojii ammayyaa fayyadamuu irratti ogummaa fi dandeettii gahaa qabu sadarkaa barbaadameetti uumamuu dhabuu

  • Eeggattummaan jiraachuu fi kaka’umsa ofiitiin hojjachuun akka aadaatti baratamuu dhabuu

  • Sirna qabiinsa hojjetaa laafaa ta’u

  • Hojii misooma qabeenya humna namaa

  • Bulchiinsa qabeenya humna namaa

  • Haalli mijaawaan naannoo hojii uumuuf jalqabbiin jiraachuu isaa

  • Dhaabiilee walfakkaatan irraa muuxannoo hojii fudhachuuf jalqabbiin jiraachu

  • Misooma humna namaa cimisuuf carraa leenjii biyya alaa fi biyyaa keessaa duguuganii itti fayyadamu dhabuu

  • Humna namaa gahumsaafi baay’inaan barbaadamuun yeroon guutamu dhabuu,

  • Sirni madaallii fi badhaasa raawwii hojii mana hojii, garee fi hojjettootaa jiraachuu dhabuu.




  • Mindaa fi Faayidaa







  • Kaffaltii mindaa fi faayidaaleen oggeessota hojiirra tursiisuu fi gabaarraa harkisuu dandeessisu dhabuu

  • Turtii hojjataa(tasgabii hojjettoota)(Staff stability)





  • Sirni oggeessota oggummaa fi dandeettii qaban hojiirra tursiisuu diriiruu dhabuu


Yüklə 1,97 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   7   8   9   10   11   12   13   14   ...   42




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin