Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Karooraa fi Raawwii Ijaarsaa fi Suphaa Daandii Bara 2003-2007, Kmn



Yüklə 1,97 Mb.
səhifə4/42
tarix03.01.2022
ölçüsü1,97 Mb.
#39165
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   42
Karooraa fi Raawwii Ijaarsaa fi Suphaa Daandii Bara 2003-2007, Kmn

Gosa hojii

2003

2004

2005

2006

2007

(2003-2007)

Karoora

Raawii

Karoora

Raawii

Karoora

Raawii

Karoora

Raawii

Karoora

Raawii

Karoora

Rawwii

Daandii Bonaa Gannaa

223.89

222.37

183.64

192.89

274.21

321.42

312.17



244.29

278.15



262.22

1,272.06

1,243.19

Suphaa Daandii

4,265.70

4,250.46

4,893.50

4,232.51

5,413.83

4,522.41

5,744.44


181.90

6,096.62


-

26,414.10

13,187.28

Cimaa

1,043.50

1,074.12

1,097.26

1,104.15

1,170.79

1,309.35

1,251.66



171.90

1,337.82

-


5,901.03

3,659.52

Salphaa

3,222.20

3,176.34

3,796.24

3,128.36

4,243.05

3,213.06

4,492.78

10.00

4,758.81




20,513.07


9,527.76

Gabate- 3

Karooraa fi Raawwii hojii 2003-2007 Qr’ 000n


    1. Gosa hojii

      2003

      2004

      2005

      2006

      2007

      2003-2007

      Karoora

      Raawii

      Karoora

      Raawii

      Karoora

      Raawii

      Karoora

      Raawii

      Karoora

      Raawii

      Karoora

      Rawwii

      Daandii Bonaa Gannaa

      350,054.19

      324,181.58

      328,163.19

      341,629.69

      680,230.78

      618,205.97

      868,365.95

      852,052.38



      920,325.06

      1,094,159.72



      3,147,139.18

      3,230,229.34

      Suphaa daandii

      90,928

      92,446.56

      111,455

      96,415.68

      124,573

      108,556.13

      131,905

      4,029.58

      139,704


      -

      598,566

      301,447.95



      Cimaa

      64,257

      64,755.20

      27,265

      66,889.23

      30,474

      83,001.34

      32,267

      3,685.82

      34,167

      -

      188,430

      218,331.59

      Salphaa

      26,671

      27,691.36

      84,190

      29,526.45

      94,099

      25,554.79

      99,638

      343.76


      105,538

      -

      410,136

      83,116.36



      Pirojektii xiqaa




      34,291.89




      16,446.74




      25,209.49



      16,300





      -




      92,248.12

      Ida’ama

      440,982.19

      450,920.03

      439,618.19

      454,492.11

      804,803.78

      751,971.59

      1,000,270.95

      872,381.96

      1,060,029.06

      1,094,159.72

      3,745,705.18

      3,623,925.41
      Humna Intapiraayizichaa Cimsuu

Intarpiraayizichi dandeetti raawwachiisummaa isaa cimsuuf waggoottan shanan keessatti bittaa maashinarii fi konkolaatota gosa adda addaa akkasumas meeshaale dhaabbataa adda addaa hojiif barbaachisan raawwachaa turee jira. Haaluma kaanaan waggoottan kanneen keessatti bittaan Gireedara 6, Doozara 6, Roolara 5, Boottee Bishaanii 6, Konkolaataa Xixiqqaa 24, Lobedii 2, kireenii 1 fi konkolaataa sarvisii hojjatootaa 2 raawwatee jira. Kana malees meeshalee laaboratorii fi qiyyasaa adda addaa bituun Hojii irra olfamaa tureera.

Gabate-4

Raawwii Humna Intarpiraayizichaa cimsuu, ( 2003-2007)


Lakk

Gosaa Meeshaa

Safara

2003

2004

2005

2006

2007

Ida'ama

1

Konkolaataa Xiqaa

Lakk

12.00







12.00




24.00

2

Rollara

"

5.00













5.00

3

Dozara

"










5.00




5.00

4

Gireedara

"










6.00




6.00

5

Konkolaataa Boottee Bishaanii

"










6.00




6.00

6

Konkolaataa Sarviise













2.00




2.00

7

Kireenii

"










1.00




1.00

8

Loobedii













2.00




2.00

8

Meeshaalee Laboratorii

Set

8.00

4.00










12.00

9

Total Station

Set

12.00




5.00




7.00

24.00

10

Level

Set

10.00




5.00







15.00

11

Handheld GPS

Lakk

5.00













5.00

12

Generetara

Lakk

5.00




1.00




6.00

12.00


Gabatee- 5

Maashinarii fi Konkolaataa IIDOn Qabu , Baayyinaan



Lakk.

Gosa Ikuupimentii

Bara 2003 dura turan

2003-2007 kan bitaman

Dhuma 2007 kan jiran

1

Dozara

41

5

46

2

Greedara

50

6

56

3

Loodara

48




48

4

Roolara

42

6

48

5

Loobeedii

4

2

6

6

Eksikavatara

2




2

7

Boottee Bishaan

23

6

29

8

Konk. Sarviisii

5

2

7

9

Konk. garagalchaa

116




116

10

Konkolaataa fe'insaa

15




15

11

Boottee Boba'aa

7




7

12

Konkolaataa Xixxiqqaa

119

24

143

13

Tiraakatara

95

0

95

14

Kireenii




1

1

15

Fork liftii

1

0

1




Ida’ama

568

52

620


Gabate-6

Raawwii Dhiheessii Maashinarii fi Konkolaataa Bara, 2003-2007


Gosa Ikupmantii

Kan Ofii fi Kiraa Hojii Irra Turan

2003

2004

2005

2006

2007

Ofii

Kiraa

Ofii

Kiraa

Ofii

Kiraa

Ofii

Kiraa

Ofii

Kiraa

Dozara

21

34

25

15

23

25

15

47

21

52

Gireedara

33

10

32

15

31

12

15

11

19

19

Loodara

30

6

32

8

31

15

28

10

19

16

Roolara

32

5

29

5

26

10

18

11

18

14

Loobeedii

1




1




4




2




4




Eksikavatara

2

6

1

9

2

17

1

19

2

29

Boottee Bishaan

23

7

18

13

19

16

18

14

27

11

Sarviisii

5




5




4




6




6




Konkolaataa garagalchaa

62

78

55

76

43

115

27

90

64

156

Konkolaataa fe'insaa

7




8




9




7




8




Boottee Boba'aa

7




7




8




4




9




Konkolaataa Xiqqaa

84

26

87

16

85

34

47

24

90

30

Tiraakatara

48




42




36




24




18




Kireenii

























1




Fork liftii

1




1




1




1




1




Wagan Dirlii




1




1




3




3




2

Ida’ama

356.00

173.00

343.00

158.00

322.00

247.00

213.00

229.00

307.00

329.00




    1. Sochii Faayinaansii Bara 2003-2007

Karoora hojii galmaan gahuu keessatti gaheen maallaqni qabu murteessaa waan ta’eef sirna itti fayyadama maallaqa keenya guddisuun maallaqa muraasa qabnuun hojii bu’a qabeessaa fi fedhii Intarpiraayizichaa guutuu danda’u raawwachuu qabna. Kana dhugoomsuufis karoorri qophaa’u hojiiwwan ijoo ta’an wal duraa duubaan kaa’uun baajata murtaa’aa jirutti fayydamuun bu’aa ol’aanaa argamsiisuuf maallaqa ramadamu akkaataa seera faayinaansii eeggateen hojii ramadame qofaaf oolchuun barbaachisa dha.

Gabate 7

Sochii Faayiinaansii Waliigalaa (Qarshii Miiliyoonan)

Bara

Qabeenya Dhaabbataa

Qabeenya Horatamaa (Kaappitaala)

Galii

Baasii

Bu’aa Maraa

Galii Taaksiif

Bu’aa Qulqulluu

2003

170.6

366.9

448.8

448.7

0.11

0.03

0.08

2004

148.6

540.3

484.0

464.9

19.1

5.80

13.30

2005

128.1

569.3

767.6

726.2

41.4

12.50

28.90

2006

180.7

569.5

820.5

760.5

60.0

18.00

42.00

2007

160.0

611.5

1019.0

929.0

90.0

27.0

63.00

Ida'ama

3,539.90

3,329.30

210.60

63.40

147.50




    1. Hojii Investimentii

Hojii ijaarsa daanditiin ala Intarpiraayizichi babal’ina hojii investmentii adda addaa keessati hirmaachudhaan hanga ammaatti qarshii Mil. 6.95 sheerii Aksiyoona Eleemtuu fi ‘Oromia Investment Group International’ irraa biiteera.


    1. Deeggarsa Qaamolee Adda Addaaf Taasifame


1.7.1. Deeggarsa Teeknikaa

Intarpiraayiziin Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa deeggarsa teeknikaa qaamoota garaagaraatiif kennaa tureera. Deeggarsi kennamaa turees kaffaltii tokko malee humna namaa Intarpiraayizichaa fayyadamun magaalota Oromiyaa garaagaraatiif deeggarsi teeknikaa kan akka ispeesifikeeshinii qopheessuu, yeroo konkolaataa fi maashinariin bitaman sakata’insa, gorsa garaa garaa kennuuf kkf dha. Deggarsi kun maallaqaan gara Qr 206,745tti tilmaamama.




1.7.2. Deeggarsa maashinarii

Intarpiraayizichi mashinarii muraasa ofii qabu ofii qofa kan itti fayyadamu osoo hin taane qaama mootummaa deeggaruudhaan guddiina biyyattiin qabattee deemtu galmaan gahuu keessatti shoora mataa isaa taphachaa tureera. Haaluma kanaan baroota darban keessaa qaamolee adda addaatiif (bulchiinsa magaalota, Godiinaalee, aanaalee adda addaa, Yuunivarsitoota fi kkf) deeggarsi maashinarii fi ogeessaa kan Qr Miiliyoona 1.12 ta’utti herregamu (boba’aa fi durgoo hojjatootaa ofii danda’anii) kafaltii malee godhameeraaf.



1.7.3. Carraa hojii uumuu

IIDOn hanga hojiin daandii kontiraata seenamu raawwatutti ummata naannoo hojiitti argamaniif carraa hojii ni uuma. Haaluma kanaan, hojjattootnii heddun pirojaktoota adda addaa irratti hojii garaa garaa irratti qacaramanii hojjachaa jiraniif carraa hojii uumaa turee ammas uumaa jira.Haaluma kanaa bara 2003-2007tti namoota 26,930 ta’aniif carraa hojii uumee jira. Kun immoo gaheen hojii dhabdummaa hir’isuu keessatti taphatu salphaa akka hin taane mul’ata. Dabalataaniis muxannoo adda addaa akka gargaaraa gimbeessaa, hojjataa anaaxii fi kkf irratti hojjachuun ogummaa jiruu isaanii itti foyyeefachu danda’aan horachaa jiru.



      1. Sochii Atileetiksii Jajjabeessuu

Sochii atileetiksii naannichaa jajjabeesuuf atileetota baay’inni isaanii 58 ta’an bara 2003 hanga ammaatti qarshii Miiliyoona 4.80 itti baasuun IIDO’n Kilabii Atileetiksii mataa isaa danda’e hundeessudhan leenjisun atileetoota biyyattii wamsiisan akka uumaman hirmaannaa guddaan taasifamaa jira.

    1. Ciminaalee, Hanqinaalee fi Rakkoolee Waliigalaa Barreen Darbanii

1.8.1. Ciminaalee Waliigalaa

  • Karoora hojjechisisuu danda’u qopheesuu,

  • Karoora qophaa`e hoggansa gidu galeessaatiif, adda duree fi hojjataa bal’aaf

dursanii waltajjii uumuudhaan irratti hirmaachisuu,

  • Rakkoolee hudhaalee sadan (ilaalcha, dandeettii fi dhiyeessii) yeroo yeroon hiikaa adeemuu,

  • Tooftaalee deeggarsaa fi hordoffii sadan; gabaasa, gamaaggama fi supparviizyinii gaggeessuu,

  • Meeshaalee riiformii (JBAH, SMBKT, RJD fi Kaayizanii) amantaadhan fudhachun hojii irra olchuu.

  • Hojiin hordoffii fi raawwii suphaa kunuunsaa/ittisaa (Preventive Maintenance) ciminaan waan hojjetamaa tureef baasiin Suphaa ‘Corrective Maintenance’ jedhamu akka hir’atu taasiisameera, kun ammoo baasiin IIDO akka hir’atu guumaacha taasiseera.

  • Ragaa kaffaltii dhiyaate gorsaa irraa hanga abbaa hojiiti hordoofuun rawwachisuu

  • Piroojeektoota murta’aaniif gatiin baal-tokkee waligalteen itti galame gadi aanaa waan tureef IIDO’s kisaaraaf waan saaxilef, xinxala gabaa alaa gaggeessuun gatii baal-tokkee hojjachuun abbaa hojiif dhiyyeessanii amansiisuudhaan akka murtaa’u gochu.

  • Formaatiwwaan addaa addaa hojii haala salphaan ittin hordofamuu danda’amu fayyadamuuf jalqabameera

  • Rawwaataan kaffaltii dabalataa tokkoo malee yeroo hojii dheerreessee akka hojjatuu kaka’umsi guddaan gama waajjira ol’aanaatiin waan taasifameef raawwin baroota darban irraa caalaa galma’eera

  • Kilaastariin wajjira ol’aanaa fi piroojeektoota, waliin qindeessuu hojii irra oleera. Kunis qabeenyaawwan addaa addaa harcaatii tokkoo malee piroojektootni akka wal irraa ergifatanii fi qabeenya jiruun daguuganii fayyadamuun haalli hojii gaarii umameera

  • Muxannoo guddaa dhaabbilee ijaarsaa gurguddaa kan akka dhabbataa ijaarsaa Sur, dhabbata sukkara wonjii, ‘bishftu Automotive Engineering’ fi k.k.f fudhatameera

  • Normii IIDO hojjatameera hojii irra oluu jalqabeera


1.8.2. Hanqinaalee Waliigalaa

  • Karoora tarsimoo’aan hoogganamuurra hojii guyyaa guyyaarrattii xiyyeefachu

  • Namoota dandeettii qaban humna isaani duguugani itti fayyadamuu dhabuu,

  • Humna namaa ogummaan, gahumsaa fi baay’inaan barbaadamuun yeroon guutamu dhabuu

  • Ilaalcha Eeggattummaan jiraachuu fi kaka’umsa ofiitiin hojjachuun akka aadaatti baratamuu dhabuu

  • Ragaan gahuumsa dandeetti (Efficiency) tokkoon tokko mashinariitiif yeroo yeroon galmaahee qabamuun bu’aa qabeessumaa isaa addaa baasuun murtiif dhiheesuu irratti humna guutuun hojjechuurratti hanqinnii jiraachuu

  • Dhiheesii meeshaalee konistiraakshini (siminitoo, sibiila fi kkf) akaataa karooraa gocha hojiitiin duguuganii dhiheesuu irratti hanqinnii jiraachuu

  • Qabinsaa herrega amayyaa’aa ta’e qabachuu dhabuu

  • ’Design’ fi ‘Specification’ hojiilee tokko tokkoo gara gorsitootaatiin hojjatamee dhihaachuu qaban yeroon dhayaachuu dhabuu irraatti akkaata bulchiinsa kontiraataatin deemuu dhabu .(Fkn.Daandii, Riqaa fi Kalvartoota adda addaa)

1.8.3. Rakkoolee Mudatan

  • Yeroo hundeeffamaa Kaapitaala hojiif ramadamee guutummaa guutuutti osoo hin kaffalamiin waan haafeef Rakkoo Dandeettii raawwachiisummaa (Capacity Building) Intarpiraayizichaa cimsuu dhabuu.

  • Baajata gahaa hojii yeroo waliigaltee keessatti xumuruudhaaf barbaachisu

  • wagga waggaan ramaduu dhabuu /Ramadii baajataa/

  • Fedhii ummataa irraa kan ka’e hojii ijaarsa daandii adeemsa irra osoo jiru tajaajila waan kennuuf deebiisanii sirreessuuf yeroo fudhachuu.

  • Kafaltiin hojii hojjatameef yeroodhaan raawwatamuu dhabuu irraa kan ka’e maallaqa gahaa hojiidhaaf barbaachisu dhabuu/working capital/

  • Hanqina meeshaalee jijjiirraa ikupmantootaa .

  • Hanqina mashinarii fi konkolaataa (kan IIDO duulloomaa waan ta’aniif deddeebi’anii miidhamuun suphaa barbaaduu.

  • Ikupmantiin kiraa caal-baasiin gar tokkeen argamanillee dhiyeessii irratti gara abbaa qabeenyaatiin yeroo keessatti dhiyessuu dadhabuu

  • Rakkoo Dizaayinii, caalmaatti kan straakicharootaa.

  • Rakkoo mirga daangaa kabachiisuu.

  • Hanqina Humna namaa (Mahaandisii, teknishiyaaanii garaajii, opareetara ikupmantii, kkf)

  • Daandiiwwan ATDO jalqabee gara Intarpiraayizichaatti dabarsee hojjataman walharkaa-fudhuu irratti waliigaluun dhibuu,

  • Daandiiwwan dhedheraa irratti walakkaan dabarsuun (partial handover) daandiiwwan tajaajila ummataa akka keennan godhuun osoo danda’amuu ofitti fuudhuuf Abbaan piorjakttii fedhii agarsiisuu dhiisuu, Kun ammoo Intarpiraayizichaa baasii guddaaf saaxiluu.



    1. Tarkaanfii fudhatame




  • Hanqina maashinarii fi konkolaataa uumame kiraan galchuu fi kan ofii suphuun gahoomsuun itti adeemamee jira.

  • Rakkoo dizaayinii fi mirga daangaa kabachisuu ilaalchisee ummataa, abbaa pirojaktii fi gorsaa waliin ta’uun irratti hojjatamaa ture jira.

  • Hanqina meeshaalee ijaarsaa caal baasiin irra daddeebi’ame akka ba’u ta’ee guutuuf Yaalame.

  • Humna namaa jiru gahoomsuu, bakka hanqinni jirutti ogeesota qaxarriin guutuun hojjatamee jira.

  • Kafaltii hojii raawwatame fi bule ilaachisee qaamota ilaallatu (ATDO, MMDO fi Gorsaa hojii pirojaktootaa…) waliin mari’achuun fala barbaaduuf tattaffiin guddaan godhameera.

    1. Bu’aawwan Hojii Baroota Darban Argaman

Muuxannoowwan keessaa fi alaa (Dhaabbilee adda addaa hojii Intarpiraayizichaa waliin wal fakkaataan irraa akkasumas Pirojaktotaa gara pirojaktotaatti) fudhatameen bu’aawwan waggoota shanan argaman haala kana gadiitti tarra’aniiru.

  • Noormiin Itti fayyadama maashinaroota qophaa’ee ittiin hojjatamaa jira.

  • Mala hojii ekupimantootaa (Maashinoota jiran gahoomsuun itti fayyadamuun) bu’aa qabeessumma ol guddisuuf yaalamee jira.

  • Eegumsa ekupimantii irratti muuxannoo fudhatameen hojiitti hiikamee bu’aa argamsiisaa jira.

  • Dandeetti raawwachiistummaa Intarpiraayizichaa cimsuuf gama human namaa fi maashinarii guutachuuf hojiin hojjatame jajjabeessaa dha. Kanaanis raawwii hojii bara baraan jiru fooyya’insa agarsiiseera.

  • Hojii ilaalchaa jijjiruu hojjetaa irratti hojjetameen ilaalchaa hojjetaa jijjiruun hubannoon fi kutannoon hojiif qabu dabaleera.

  • Hojiin riifoormii lafa qabsiisuu jalqabii gaariirra jiraachuu,

  • Hojii ijaarsa daandii bifa kilaastariitiin gurmaa’anii hojii pirojektootaa haal itti fuffiinsa qabuun hordoffuun deeggarsa barbaachisu taasifamuun bu’a qabeessa ta’uu.

Wiirtuu Tajaajila Suphaa Ikupmantii fi Omishalee keessatti hojiiwwan kaayizaniin hojjatamaa Jiraniin faayidaawan argaman keessaa kan kanaa gaditti tuqaman caqasuun ni danda’ama.

  • Qisaasama qabeenyaa hir’achaa jira.

  • Kaka’uumsi hojii dabalaa dhufee jira, kanaanis hojjataan hojii isaa qaama biraa irraa osoo hin eegin ofiin hojjachuu.

  • Hojiiwwan kalaqa adda addaa mul’achaa jiru.

  • Meeshaaleen fi Konkolaatonni tajaajila malee bakka qabatanii dhaabachaa turan adda bahanii waan haala mijataan akka ta’ani godhameef bakka hojii dabalataa argachuun danda’ameera.



  1. Yüklə 1,97 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   42




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin