Kutaa Tokko Qabinsa Heerrega



Yüklə 232,46 Kb.
səhifə2/8
tarix26.11.2023
ölçüsü232,46 Kb.
#135120
1   2   3   4   5   6   7   8
9. Galmeefama Bu\'aa Odiitii

2. Caalmaa


2.1 Maallaqa caalmaadhaan argame
Yeroo odiitii maallaqni caalmaan yoo argame, haalli galmeeffama isaa bara baajataa kam irratti iyyuu nagahee galii irratti:NG (RV)
4101 xx
1489 xx
 

..Caalmaa

  • 2.2 Meeshaa caalmaadhaan argame
  • Yeroo odiitii meeshaan caalmaan yoo argame, haalli galmeeffama isaa bara baajataa kam irratti iyyuu nagahee galii meeshaa (M19) irratti galii ta’a.

3.Basii seeraan alaa


baasiiwaan odiitaraan fudhatama dhaban
Herreegni mana hojii tokkoo odiitaraan xiinxalamee baasiin isaa seeraan ala ta’uun isaa mirkanaa’ee marii ba’umsaan (exist conference) erga irratti walii-galamee booda, baasiin maallaqaa odiitaraan fudhatama dhabe kun akka bakka-bu’u ta’a.

…Basii seeraan alaa


Haaluma kanaan osoo baasichi bakka hin bu’in maallaqichi yommuu galii ta’u madda isaa kan agarsiisu tokko hundeessuun barbaachisaa-dha. Bu’uuruma kanaan raawwichi yommuu galmeeffamu maallaqichi eenyu irraa akka barbaadamuu fi kan bara baajata kamii akka ta’e haala ibsuu danda’uun teessisuunis barbaachisaadha.

…Basii seeraan alaa


Fakkeenya: 1 baruma baajataa sana keessatti baasii durgoo oolmaa nama tokkoo seeraan ala bahii ta’uun isaa kan bira gahame yoo ta’e, haalli galmeeffamni isaa :-
 

…basii seeraan alaa


Durgoo Seeran alaa
A. Hojjetaan durgoo fudhatee irratti yommuu galmaa’u:- AGH (JV)
4211/XX XX
6231 XX ni hundeeffama.
 

…basii seeraan alaa


B. Hojjetaan durgoo fudhate irraa Yeroo maallaqni bakka bu’u ykn galii ta’u:-
N. /G(RV)
4101/03 /05 XX
4211/XX XX

…Basii seeraan alaa

Fakkeenya: 2 Barii baajataa kan darbe yoo ta’ee, haalli galmaa’insi isaa :-


Yüklə 232,46 Kb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin