Kutaa Tokko Qabinsa Heerrega


…..Basii Caalmaadhaan kaffalame



Yüklə 232,46 Kb.
səhifə6/8
tarix26.11.2023
ölçüsü232,46 Kb.
#135120
1   2   3   4   5   6   7   8
9. Galmeefama Bu\'aa Odiitii

…..Basii Caalmaadhaan kaffalame


d) Hojjetaan caallmaadhaan kaffalameef irraa ykn kan caalmaadhaan kaffale irraa Yeroo maallaqni bakka bu’u ykn galii ta’u:- N.G (RV)
4101/03 /05 XX
42/XX XX

9. Ragaawwan herreegaa qophaatti saamsamanii jiran

Yeroo Manneen Hojii Mootummaa walitti makamaniin fi addaan ba’an akkasumas yeroo “Disenteralayizeeshinii” ragaaleen herreegaa maallaqni baankii fi saanduqa keessa jiran herreegni kanneen akka walitti qabamaawwanii, kaffalamaawwanii fi kkf hundi qulqulla’anii ramaddii herreega isaanii qabatanii wal-harkaa fuusifni godhamee galmaa’uun osoo irra jiruu sanada mootuummaa bakka tokkotti itti saamsamuudhaan bakka adda addaa jiraachuun isaa ni beekama.

 

…herreegaa qophaatti saamsamanii jiran


Manneen Hojii mootummaa kamiyyuu mana hojii isaa keessatti haalli kana fakkatu yoo jiraate adeemsa qabiinsa Herreega Maallaqa callaa keessatti galmeessuudhaan hordoofamee tarkanfiin akka iraatii fuudhatamu ta’ee, galmeefamn isaa,Waltii-qabama yoo ta’e

…herreegaa qophaatti saamsamanii jiran

  • Waltii qabama yoo ta’e

  • a) Abbaa Sanadni irraa barbadaamuu iratti yommuu galmaa’u:- AGH (JV)

    42XX XX
    5601 XX


…herreegaa qophaatti saamsamanii jiran


b) Abbaa Sanadni irraa barbaadamu irraa maallaqni yommuu bakka bu’u ykn galii ta’u:- N.G
4101/03 XX
42XX XX

10. Galii deebi’ee kanfalamu

Manni hojii mootummaa dogongoraan ykn sabaaba addaa adaatiin maallaqni galii ta’e abbaa mirgaaf akka deebi’u ni danda’a.

Fakkeenya: Galiin adabbiiwwan mana murtii akka deebi’u yommuu murtaa’u:-

….Galii deebi’ee kanfalamu


a) Aadabbiin mana murtii bara baajataa galii ta’e keessatii qaama adaabameef akka deebi’u yommuu murtaa’u, galeefamnii isaa :- NB (PV)
1414 XX
4101/03 /05 XX (Mata duree galii ittin ta’erra deebi’a).

Yüklə 232,46 Kb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin