Mootummaa naannoo oromiyaatii


Adeemsa Hojii Kurfeessuu (Organizing the Process)



Yüklə 413,82 Kb.
səhifə10/10
tarix24.11.2017
ölçüsü413,82 Kb.
#32730
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10

Adeemsa Hojii Kurfeessuu (Organizing the Process)

Adeemsaa hojii kurfeessuun ykn hojii gurmeessuun sadarkaa sadii (3) of keessaa qaba:



      1. Hojiiwwan gurguddoo tartiiban tarreessuu (following its natural order)

      2. Hojiiwwaan adeemsichaa bali’naan tarreessuu

      1. Hojiiwwan walfakkatan bakka tokkotti gurmeessuu

  • Hojii bali’ina fi tartiban tarreessuu,

  • Hojii walfakkatu bakka tokkotti gurmeessuu;

  • Dandeetii raawwataa hojichaa barbaachisu ka’uu;

  • Maqaa ga’ee hojii fi baayyina raawwatootaa addaan baasuu



3.10 Hojiiwwaan Hojjataman, Dandeettii Fi Sadarkaa Barumsaa Barbaachisu



Gabatee …:- Hojiiwwaan hojjataman, Dandeettii fi Sadarkaa Barumsaa Barbaachisu sadarkaa ATMJO

Lak

Tarreeffama Hojii Gurguddoo

Hojiiwwan wal-fakkaatan gurmesssu

Ogummaa fi muxannoo barbaadamu

Qaama raawwatu

Waamama Gita hojii

Baa’ina

1




  • Oodiitii Faayinaansii

  • Oodiitii Qabeenyaa

  • Odiitii Raawwii (Performance Audit Work Flow)

  • Odiitii Gad-Fageenyaan Raawwachuu (Excusion Phase)

  • Gamaaggamaa Gabaasaa Mana Hojii Tokko

  • Dandeetii Cimsuu

  • Ragaa Qindesuu

  • Odiitii Addaa gaggeesisuu




Hojiiwwan hordofi fi oodiitii keessaa Gabatee istaandardii qopha’e irratti lakk. A, B, C, D fi E jallatti tarreffaman sadarkaa ATMJO ni qindeessa, hojii adeemsichaa haaluma karoorfameen hojii irra akka oolu ni hordofa, qaama adda addaa waliin hojjachuuf sadarkaa ATMJO waligaltee ni uuma


Digirii calqabaa fi isaa ol baruumsa Ikonoomiiksii, accounting, Manajimantii, Istaatistiiksii....kkf
2. Muuxannoo waggaa 5 fi isaa ol kallatiidhaan hojii waliin walsimu qabu
3.Leenjii komputaraa kan qabu,

4.Dandeettii Oodiitti fi inspekshinii gaggeessuu kan danda’u



Abbaa Adeemsa Hojii hordofi fi oodiitii keessaa

1












Haalaa Mijeesituu IV


1

2

  • Oodiitii Faayinaansii

  • Oodiitii Qabeenyaa

  • Odiitii Raawwii (Performance Audit Work Flow)

  • Odiitii Gad-Fageenyaan Raawwachuu (Excusion Phase)

  • Gamaaggamaa Gabaasaa Mana Hojii

  • Dandeetii Cimsuu

  • Ragaa Qindesuu

  • Odiitii Addaa gaggeesisuu




Hojiiwwan hordofi fi oodiitii keessaa Gabatee istaandardii qopha’e irratti lakk. A, B, C, D fi E jallatti tarreffaman sadarkaa ATMJO fi caasaa sadarkaa sadarkaa jiran irratti hojii oodiitii

  • Oodiitii Faayinaansii

  • Oodiitii Qabeenyaa

  • Odiitii Raawwii (Performance Audit Work Flow)

  • Odiitii Gad-Fageenyaan Raawwachuu (Excusion Phase)

  • Gamaaggamaa Gabaasaa Mana Hojii

  • Dandeetii oggeesootaa cimsuu

  • Ragaa Qindesuu , xinxalu fi gabaasaa dhiyeesuu

  • Odiitii Addaa gaggeesisuu




Digirii calqabaa fi isaa ol baruumsa accounting, Istaatistiiksii....kkf
2. Muuxannoo waggaa 4 fi isaa ol kallatiidhaan hojii waliin walsimu qabu
3.Dandeetti fi gahumsaa komputaraa kan qabu,

4.Dandeettii Oodiitti fi inspekshinii kan qabu



Raawwata Hojii Odiitii Faayinaansi, Qabeenyaa fi Raawwii

2



3.11 Adeemsa Hojii Odiitii Keessaa Garaagarummaa Adeemsa Hojii Ammaa Fi Haaraa Diriiree


lakk.

Adeemsa hojii ammaa (As is)

Adeemsa hojii haaraa (To be)

1



Odiitii faayinaansii fi qabeenyaa irratti qofa xiyyeeffatama.Diinagdummaa, Bu’aa-qabeessummaa fi Ga’umsa kaffaltii maallaqaa raawwateef bu’aan wal-gitu argamuu isaa hin mirkaneessu

Odiitiin raawwii waan hojjetamuuf; Diinagdumaa, Bu’aa- qabeessuumaa fi ga’umsa kaffaltii maallaqaa raawwateef bu’aa walgitu argamuu isaa ni mirkaneessa.

2

Gabaasni odiitii ji’a sadiin fi isaa oliin waan dhiyaatuuf manaajimantiin yeroon tarkaanfiin akka fudhatu hin taasisu.

Gabaasni odiitii ji’a ji’aan waan dhiyaatuuf manaajimantiin yeroon tarkaanfiin akka fudhatu ni taasisa.










4

Odiitarri mana hojii keessatti koree adda addaa kessatii miseensa ta’udhaan kan hirmaatuu fi eeyyama maxxansaa nagahee adda addaa kan dhimmi isaa odiitaraan akka mirkanaa’u taasifamu irratti ni hirmata

Odiitarri mana hojii keessatti miseensa koree kamiyyuu waan hin taaneef bilisa ta’ee raawwii hojii mirkaneessuu ni danda’a. Akasuumas eeyyama maxxansaa nagahee adda addaa iraatii hin- hirmatu.

5

Cufiinsi saanduqaa fi man-kuusaa waggaa waggaan odiitaraan ni raawwata ture

Adeemsi cufiinsi saanduqaa fi man-kuusaa odiitaraan raawwatamu bu’aa dabalataa waan qabneef ji’a ji’a ni gaggeeffamu.

6

Mariin jalqabaa (Entery Conference) odiitii irratti hin raawwatamu ture

Mariin jalqabaa (Entery Confrence) waan raawwatamuuf hojiiwwan odiitii duraan raawwatamanii ilaaluu fi hojii itti aanuuf haala ni mijeessa.

7

Bu’aa odiitii irratti tarkaanfiin akka fudhatamu Waajjira Bulchiinsa Mootummaatiif qofaatii qophaa’ee hindhiyaatu.

Waajjira Bulchiinsa Mootummaa Naannootiif bu’aan odiitii qindaa’ee waan dhiyaatuuf tarkaanfii fudhatamuf ni gargaara.

8

Raawwatoonni hojii odiitarri hojii isaanii tasgabaahan akka hojjatan offitti amantumaan hin qaban.

Manaajimentii manneen hojii haala odiitaroonni hojii irra ka’an waan mirkaneessuuf hojii isaanii tasgabummaa fi amantummaan akka hojjachuu danda’an ni godha.

9

Dandeetti odiitaroota cimsuu fi haala hojii odiitii itti gaggeefamu irratti ”Impact analysis” hin hojjatamu

Dandeetti odiitaroota cimsuu fi haala hojii odiitii itti gaggeefamu irratti haalli hojiin haaraa itti gurmaa’e kan dirqisiisu waan ta’eef ”Impact analysis’’ni taasifama.

10

Bu’aa gabaasni odiitii irratti tarkaanfii yeroon hin fudhatamu.

Bu’aa gabaasa odiitii irratti guyyoota 3 keessati murtee argatee, guyyaa 30 keessatti hojii irra akka oolu ni taasifama.

11

Odiitarri dogoggora raawwateef itti gaafatamummaa hin qabu ture

Qulliquliina dhabuu irraa kan ka’e oli iyyanno dhiyatee hojii odiitii dogoggora ta’uu isaa yoo mirkanaa’e baasii bahee odiitarri akka kaffalu gochuun ni danda’ama

3.12 Mappii Gurma’ina Caasaa Garee Hordoffi Dagaagina Naamusaa


Adeemsaallee Hojii Ijoo

A/H/Qophii Karooraa, Baajataa, Hordofi fi Gamaagama


A/H/Bittaa fi Bulchiinsa Faayinaansii
A/H/Misooma fi Bulchiinsa Qabeenya Namaa
A/H/Bul.Qabeenyaa fi Loojistikii
A/H. Hordofi fi Deggarsa Odiitii keessa
A/H dhimmaa Komunikeeshinii
SFSS
Korniyaa Idileesuu
Tajaajila Seera
Hojii Gaggeessa Ol-aanaa

Dhimma Dargagootaa fi HIV AIDS


Garee ICT
Garee Hordoffi Dagaagina Naamusaa

Fakkii- Mappii Gurma’ina Caasaa Garee Hordoffi Dagaagina Naamusaa


3.13 Kallattii Hojiin Hordoffii fi Deeggarsaa Ooditii Keessaa





  1. Odiitaroonni ogummaa, muuxannoo fi ga’umsa barumsaa qaban ramadamananii hojii odiitii qulqullinaan raawwachuu

  2. Odiitii raawwiitiif maanuwaaliin qophaa’ee leenjiin kennamuu qaba

  3. Ogganaa ATMJO maallaqnii fi qabeenyi mootummaa akka eegamu to’achuu qabu, maallaqnii fi qabeenyi mootummaa yoo qisaasame, tarkaanfiin naamusaa akka fudhatamu taasisuu

  4. Qisaasina qabeenyaa fi maallaqa mootummaa ilaalchisee murtiin manaajimantii manneen hojii mootummaatiin murtaa’an hordofamanii raawwatamuu/hojii irra ooluu qabu,

  5. Tajaajilli seeraa to’annoo keessaa gargaaru manneen hojii mootummaa keessatti cimuu qaba,

  6. himannaa yakkaa, hir’ina maallaqaa fi qabeenya mootummaa irratti Mana Murtii waliin wal-deeggaranii hojjachuu qabu,

  7. Teeknolojiin odeeffannoo (Information Techniology-IT) irratti leenjii gahaan kennamuu qaba,

  8. Sirni to’annoo keessaa amansiisaa fi hammayyaa ta’e diriiree yeroodhaa yerootti irra-deebi’amee fooyya’uu (update) ta’uu qaba,

  9. Itti-gaafatamtoota manneen hojii ATMJO malaammaltummaan irratti dhaqqabame tarkaanfiin seeraa barbaachisaan hatattamaan irratti fudhatamuu qaba,

  10. Sirna qabeenyaa fi maallaqa mootummaa eeguu keessatti wal-quunnamtiin manneen hojii mootummaa fi Komishiinii Farra Malaammaltummaa cimuu qaba,

  11. Qabeenyii fi maallaqni mootummaa kaayyoo karoorfameef oolee misooma ariifachiisaa fiduudhaan uummnni akka itti fayyadamu, qaamooleen gaggeessitootaa hojii odiitii akka hojii idilee isaaniitti hordofuu qabu,

  12. Sirni to’annoo keessaa diriiru, qabeenya mootummaa badii irraa kan eegu ta’uu qaba,

  13. Adeemsi hojii odiitii keessaa Adeemsawwan biroo kanneen waliin net-workiidhaan waal-quunnamuu qabu,

  14. Sadarkaan to’annoo keessaa (internal control standard) ba’uu

3.14 Yaada Waligalaa (Conclusion)

Hojiwwaan Qindoomina Dhimmoota Seektara hundaa hojjataman keessaa hojii Hordoffi Dagaagina Naamusaa isa tokkodha. Haaluma kanaan, garee kana keessatti hojiiwwan hin hammatamin hafan, bifa bittinnaa’een adeemsota hojii biroo jalatti gurmaa’anii turan gara tokkotti fiduudhaan yaalameera. Qarannicha keessatti kaayyoo qorannichaa, barbaachisummaa, daangaasaa, galmasaa, mala qorannichaaf, faayidaa qorannichaa, ergamaa fi mul’ata agarsiisuuf yaalameera.

Jalqabaa fi dhuma adeemsa hojichaa dhimmoota milkoomsan waliin walqabsiisuudhaan ciicataa hanga bu’aa fi galma gahiinsaatti walitti hidhuudhaan qorannicha keessatti mul’isuuf yaalameera. Sanada qarannichaa keessatti hojiiwwan gurguddoo adeemsa hojichaa ta’an adda baafamanii kaa’amaniiru.

Adeemsa hojii qoratame kana rogeessuuf jalqabarratti qajeelfamootaa fi seerota furtuu ta’an sakkata’uun hojii hojjetamu irratti kan waliigalame yoo ta’u, Itti aansuudhaanis garee kanaaf yaadolee haaraa maddisiisuudhaan yaadota barbaachisoo ta’an walitti hidhuudhaan akka qindaa’an taasifameera.



Qorannoo dookuimentti kana kessatti hojiileen ciicataa hanga bu’aatti akkasumas hanga bakka galma gahiinsasaaniitti fedhii itti fayyadamtootasaanii eeganii akka ijaaraman godhameera. Itti aansuudhaanis, hojiiwwan gurguddoo ta’an bakka tokkotti qindeessuudhaan hojiisaanii yeroo itti fudhatuun shallagamee humni namaa barbaachisu adda baheera. Gaheen hojii ogeeyyii dhuunfaas adda bahee ifatti kaa’ameera.



Yüklə 413,82 Kb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin