Out come/ osoo hin ta’in hojii irratti qofa /task based


GAHEE HOJII HOJJETTOOTA ADEEMSA HOJII DEEGGARSA MISOOMA INDUSTIRII (SADARKAA MAGAALOTA SADARKAA 1FFAA FI 2FFAA ATTI)



Yüklə 0,83 Mb.
səhifə8/8
tarix03.01.2019
ölçüsü0,83 Mb.
#89859
1   2   3   4   5   6   7   8

GAHEE HOJII HOJJETTOOTA ADEEMSA HOJII DEEGGARSA MISOOMA INDUSTIRII (SADARKAA MAGAALOTA SADARKAA 1FFAA FI 2FFAA ATTI)


Itti waamamni isaa Kantiibaa Magaalichaatiif ta’ee, hojiwwan armaan gaditti tarreeffaman ni raawwata;

  • Karoora adeemsa hojichaa ni qopheessa, hojiirra oolmaa isaas ni hordofa,

  • Maanuwalotaa hojii hojiirraa ni oolcha, rakkoo adeemsa keessatti mul’atan Ittigaafatamaa waajjiraatiif ni gabaasa,

  • Ogummaa fi humna namaa Adeemsa hojichaaf barbaachisu guutuuf toftaa addaa addaa ni qopheessaa, hojii irra akka oolu ni taasisa,

  • Odeeffannoo qabeenyaa misooma industiriif oolan akka sassaabaman ni taasisaa, qamolee odeeffannoo barbaadaniif ni kenna, qaama olaanuufis ni dabarsa,

  • Odeeffannoo misooma industirii yeroosaa eeggate/updated information/ ni tamsaasa,

  • Deeggarsa ogummaa fi teekinikaa abbootii industiriif ni gumaacha,

  • Leecalloo /resource/ fi bajata adeemsa hojii ni bulchaa, fooyya’insi yoo barbaachise ni qorata,

  • Hojii adeemsa hojichaa ni qindeessa, hojii tuutaa ni jajjabeessaa, deeggarsa ni kenna, haala raawwiif gargaaruu danda’u ni mijeessa,

  • Fedhii leenjii adda baasa, leenjii barbaachisu Biiroo waliin ni miijessa,

  • Raawwii hojii godinichaa/bulchiinsa magaalichaa ni gamaggama, rakkoowwan mul’ataniif fala ni kaa’a,

  • Toftaalee adeemsa hojichaa fooyyessuu danda’an baasudhaan hojjettoota mari’achiisuun haala hojii irra ooluu Biiroo waliin ta’ee ni mijeessa,

  • Ogeessota gidduutti miirri garee/team spirit/ akka uumamu ni jajjabeessa,

  • Madaallii hojii bu’aa irratti xiyyeeffate ni geggeessa, qabxii bu’aa madaallii hojjettoota waliin irratti waliigaluun, yeroodhaan ni ibsa,

  • Bu’aa /dantaa/ hojjettootaa ni eega, ni eegsisa

  • Gabaasa raawwii hojii yeroo yeroon ni dhiyeessa,

  • Hojiiwwan dabalataa qaamolee adda addaa irraa kennamu ni raawwata,




    1. Raawwataa Hojii Bu’uura Ragaalee Industirii Qindeessuu Bulchuu

Itti waamamni isaa abbaa adeemsa hojiitiif ta’ee, hojiiwwan armaan gaditti tarreeffaman ni raawwata;

  • Karooraa fi sagantaa hojiiwwan gurmeessuu fi bulchiinsa bu’uur-ragaa miseensota waliin ni qopheessa, hojii irra ni oolcha,

  • Qophii ragaa sassaabuuf barbachisan hunda ni raawwata,

  • Ragaa sassaabame ni qindeessa, ni kuusa qaama oliifis ni gabaasa,

  • Gaaffii ragaa keessaa fi alaa irraa dhiyaatu kessummeessa,

  • Tooftaa/siistama sassaabii, qindeessa ragaa fi tamsaasa isaa hojiirra ni oolcha,

  • Leenjii/ workishooppii haala qabiinsa ragaa irratti ni hirmaata,

  • Ragaa industirii fi industirii waliin walitti dhufeenya qaban bifaa fi baay’inan ni qindeessa, akkaataa barbaachisaa ta’een yeroodhaa gara yerootti ni fooyyessa,

  • Hojiiwwan qindoominaa qaamolee biroo/tuuta kanneen waliin ni raawwata,

  • Gabaasa raawwannaa hojii ni qopheessa, qaama dhimmi ilaaluuf ni dabarsa,

  • Hojiiwwan dabalataa abbaa adeemsa hojii fi qaama biroo irraa kennamu ni hojjeta,




    1. Raawwataa Hojii Piromooshinii Industirii

Itti waamamni isaa abbaa adeemsa hojiitiif ta’ee, hojiiwwan armaan gaditti tarreeffaman ni raawwata;

  • Karooraa fi sagaantaa hojiiwwan bebbeeksisa industirii ni qopheessa, akka hojii irra oolu ni taasisa

  • Bu’aalee qorannoo biiroo irraa darban fayyadamtootaaf bebbeeksisuu,

  • Pirofaayilii pirojektii industiriiwwanii qophaa’anii jiran bebbeeksisuu fi gatii wal-madaaluun gurguruu,

  • Odeeffannoo carraalee misooma invastimantii industirii magaalichaa bebbeeksisuu fi fayyadamtootaaf hubannoo uumuu,

  • Guyyaa industirii kabajuu, muuxannoowwan gaarii wal-jijjiiruu,

  • Seeminara/workishooppii adda addaa qopheessuuaandh carraalee jiran bebbeeksisuu,

  • Hojiiwwan qindoominaa qaamolee mootummaa fi miti-mootummaa waliin raawwachuu,

    • Gabaasa hojii qopheessuu fi dabarsuu,

  • Hojiiwwan dabalataa qaamolee adda addaa irraa kennaman ni raawwata,


GAHEE HOJII HOJJETTOOTA ADEEMSA HOJII DEEGGARSA MISOOMA INDUSTIRII (SADARKAA MAGAALAA SADARKAA 2FFAABTTI)


    1. Qindeessaa Bu’uura Ragaa fi Piromooshinii Industirii

Itti waamamni isaa Kantiibaa Magaalichaatiif ta’ee, hojiiwwan armaan gaditti tarreeffaman ni raawwata;

  • Karooraa hojiiwwan ragaalee bu’uuraa fi hojiiwwan piromooshinii/bebbeeksisuu/ ni qopheessa,

  • Bu’aalee qorannoo biiroo irraa darban fayyadamtootaaf bebbeeksisuu,

  • Pirofaayilii pirojektii industiriiwwanii qophaa’anii jiran bebbeeksisuu fi gatii wal-madaaluun gurguruu,

  • Odeeffannoo carraalee misooma invastimantii industirii magaalichaa bebbeeksisuu fi fayyadamtootaaf hubannoo uumuu,

  • Guyyaa industirii kabajuu, muuxannoowwan gaarii wal-jijjiiruu,

  • Seeminara/workishooppii adda addaa qopheessuuaandh carraalee jiran bebbeeksisuu,

  • Hojiiwwan qindoominaa qaamolee mootummaa fi miti-mootummaa waliin raawwachuu,

    • Gabaasa hojii qopheessuu fi dabarsuu,

  • Hojiiwwan dabalataa qaamolee adda addaa irraa kennaman ni raawwata,

  • Karooraa fi sagantaa hojiiwwan gurmeessuu fi bulchiinsa bu’uur-ragaa miseensota waliin ni qopheessa, hojii irra ni oolcha,

  • Qophii ragaa sassaabuuf barbachisan hunda ni raawwata,

  • Ragaa sassaabame ni qindeessa, ni kuusa qaama oliifis ni gabaasa,

  • Gaaffii ragaa keessaa fi alaa irraa dhiyaatu kessummeessa,

  • Tooftaa/siistama sassaabii, qindeessa ragaa fi tamsaasa isaa hojiirra ni oolcha,

  • Leenjii/ workishooppii haala qabiinsa ragaa irratti ni hirmaata,

  • Ragaa industirii fi industirii waliin walitti dhufeenya qaban bifaa fi baay’inan ni qindeessa, akkaataa barbaachisaa ta’een yeroodhaa gara yerootti ni fooyyessa,

  • Hojiiwwan qindoominaa qaamolee biroo/tuuta kanneen waliin ni raawwata,

  • Gabaasa raawwannaa hojii ni qopheessa, qaama dhimmi ilaaluuf ni dabarsa,

  • Hojiiwwan dabalataa abbaa adeemsa hojii fi qaama biroo irraa kennamu ni hojjeta,



XUMURA
GARAAGARUMMAA HOJMAATA DURII (AS IS) FI HOJMAATA HAARAA (TO BE)


Ulaagaa

Hojmaata Durii (AS IS)

Hojmaata Haaraa (TO BE)

Yeroo







Qulqullina







Gurmaa’insa



Gochoota ciccittuu (individual tasks) irratti kan hundaa’e

Adeemsa hojii bu’aa dhumaa irratti xiyyeeffate

Hojiiwwan bu’aa tokko fidan iddoo gara-garaatti ciccitanii gurmaa’an

Hojiiwwan bu’aa tokkotti geessan hundi bakka tokkotti gurmaa’an

Hojiin kallattiin maamila wajjin walqabatuu fi kan walhinqabanne walmakatee gurmaa’e

Hojiin maamila wajjin kallattii walqunnamuu fi kan walhinqunnamne addaan bahee gurmaa’e

Yüklə 0,83 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin