Qorannoo jbah adeemsa hojii ijoo bulchiinsa kontiraata fi karoora


Walqunnamtii ala fi keessa fi dhimma wal qunnamtii Adeemsa Hojii Haarawaa (Interface)



Yüklə 1,2 Mb.
səhifə14/26
tarix07.01.2019
ölçüsü1,2 Mb.
#91804
1   ...   10   11   12   13   14   15   16   17   ...   26

Walqunnamtii ala fi keessa fi dhimma wal qunnamtii Adeemsa Hojii Haarawaa (Interface)


Walqunnamtii dhimmamtoota fi maammiltoot alaa Adeemsa haaraa

Qaama qunnamtii

QaamoleeWalqunnamtiiwallin umamu

Dhimmoota walqunnamtii

Bu’aa Walquunnamtii

Dhimmamtoota

Abbaa Taayitaa

  • Hordoffii hojii gaggeessuu fi DhabbatichaMotummaa Nannoo bakka bu’udhan Hordofu,Qajeelfama Mootumma hojii irraa olchu irraatti.

  • Dambii baasuu fi Raggaasisuu




  • Qajeelfamoota adeemsa hojichaa fayyadan hojii irra ooluu isaa, Interpiraayizii Qajeelfama mootummaa kayoo hundeeffameen wajjin walsimsiisudhan hojii irraani olcha.

  • Ummatas fayyadama ni taasisa.

Dhimmamtoota

Boordii

  • Gamaggama hojii raawwachuu irratti

  • Kallatii haaraa hojii diriirsuu irratti ykn

  • Hogantoota Muudu

  • Waligaltee adda addaa sadarkaa Boordi tiin rawwatamu galu irraatti

  • Gamagamma hojii gageesudhan kallatti sirii ta’e diriirsu.

  • Hogantoota gahumsa qaban madaludhan muudu.

  • Dhimootaa Murtii ol’aana barbaadan irraatti murtii dabarsudhaf

Dhimmamtoota

Uummata




  • Deeggarsa hawasummaa adda addaa kennu irratti

  • Hojii abbummaadhaan akka ilaalanii fi mancaatii adda addaa hambisuu irratti shoora isaan irraa eegamu akka baa’aniif

Maammiltoota

Waajjiraalee Dhuunfaa/Dhaabbilee adda adda


  • Hojii kennuu fi fudhachuu irratti

  • Deeggarsa oogummaa walii kennuu irratti

  • Muuxannoo waljijjiiru irratti

  • Hojii bu’a qabeessa ta’e hojjetee kaappitaala isaa akka guddisuuf qaama hojii fi deeggarsa kennuu wajjiin hojjechuun bu’a gaarii ni qaba.


Walqunnamtii keessaa Adeemsa haaraa

Qaamolee qunnamtii waliin uumamu

Dhimmoota walqunnamtii

Bu’aa walquunnamtii

Hogantoota Mana hojii IIHBO

  • Karoora hojii haala keessa fi ala irratti hunda’e qopheessee

  • Hordoffii fi gamaggana pirojektoota,fi kallatti hojii ka’uu ykn diriirsuu irratti

  • Dhiheesiui adda addaa irraatti

  • Gabaasa hojii dhiheessuu irratti

  • Rammadi fi muudama adda addaa mirkaneessu irraatti

  • Hojiin kallattii sirrii irra akka deemu ni taasisu

Waldaa Hojjetoota

  • Hojjetooni mirga fi dirqama isani barudhan Waltii dhufeenya hojjetaaf hojjechiisa giddu jiru cimsu irraatti

Hojjetoota

  • Gahee hojii kennamu irratti ykn dirqamaa fi itti gaafatamuu hoji /naamuusa hojii/ jiru irratti hundaa’ee

  • Hojji hojjetamu keessaatti abbummaa fudhachudhaf

Adeemsaalee Hojii biroo







Adeemsa hojii Bulchiinsaa fi misooma humna namaa


  • Humna namaa/ogeessaa/ adeemsi hojichaaa barbaadu dhiheessuu fi ga’umsa hojjetoota misoomsuu akkasumas adeemsa hojichaa teekinoliijii wajjin tarkaanfachiisu irratti.




  • Humna namaa barbaachisu rammadu fi ogummaa isani cimsu irraatti.

Adeemsa hojii Bulchiinsa Faayinaansii

  • Maallaqaa hojiif oolu kaffaluu ykn Maallaqa hoji raawwachiiftu gara pirojekitootatti erguu

  • Kaffaltii hojii funaanu

  • Galii fi baasii adeemsa hojichaa olaantummaadhaan waan too’achuu fi deeggarsa keennuf

Adeemsa hojii Bulchinsaa qabeenya fi lojistikii

  • Mashinarii fi Meeshaalee hojiif gafataman/barbaachisan dhiheessi, bituu fi bulchuu




    1. Yüklə 1,2 Mb.

      Dostları ilə paylaş:
1   ...   10   11   12   13   14   15   16   17   ...   26




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin