Qorannoo jbah adeemsa hojii ijoo bulchiinsa kontiraata fi karoora


Yaa’insa hojiilee Div.Bulchiinsa Kontiraata (Maapii ol’aanadhan agarsisu)



Yüklə 1,2 Mb.
səhifə4/26
tarix07.01.2019
ölçüsü1,2 Mb.
#91804
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   26

Yaa’insa hojiilee Div.Bulchiinsa Kontiraata (Maapii ol’aanadhan agarsisu)

  1. Yaa’insa hojii caalbaasii dorgomuu dha hanga waliigaltee galuutti jiru


Adeemsi hojiicaalbaasii dorgomuu irraa ka’ee hanga waliigaltee galuttii jiru damee adda addaa keessa kan darbuu fi waliquunnamtii maamilaas of keessati kan qabatu dha.
Adeemsa Qunnamtii

Bitta fi Bul.Qabeenyaa

Fedhii/gaafii mamaili ijaarsaf qabu

Caalbasii dorgomu

Gati gutu

‘Proposal’ waligaltee qopheesu

Waligaltee Ijaarsaa Galu

Maamila


Ijaarsa

Bul.Maashinarii fi Workshopii

Bul.Humna Namaa

Faayinaansii

Oditii

Seeraa


Input

Sub out put




      1. Yaa’insa hojii Kaffaltii hojii hojjetame gaafachufi hayyamsisu





  • Kaffaltiin hojii hojjetamee saayitii irraatii guuttamee gorsa dhaan mirkana’ee wajjira pirojektii tiif ni dhihaata

  • Wajjiri Pirojektii gara wajjira ol’aana damee Ijaarsa ni erga

  • Dameen Ijaarsa Damee Bulchinsaa Kontraataa tiif ni dabarsa

  • Dameen Bul.Kontraataa xinxala barbaachisu hundaa taasisudhan gorsa dhaf ni dhiheessa

  • Gorsaan yoo sirri ta’e mirkaneesudhan mamilaaf ni dhiheesa

  • Dameen faayinaansii maamilaan hayyamamu isaa hordofudhan kaffaltii walitti ni qaba

Mappii ya’insaa kaffaltii hojii gaafachu

Hojii Hojjetame

Ragaa qindeesu

Xinxala ragaa

Kaffaltii mirkaneessisuu

Kaffaltii hayyamsiisuu

Saayitii

Wajjira Pirojektii

Damee Ijaarsaa

Damee Bul. Kont.

Gorsaa

‘Mamilaa’



Adeemsa Qunnamtii

      1. Yaa’insaa hojii waliigalaa Damee Bulchinsaa kontraataa fi Hordofii Mapii ol’aanaadhan agarsisu (Higher level map).

i.


Adeemsa Qunnamtii

Div.seera

Feedhii Ijaarsaa mamilaa

Caalbasii Dorgomuu

Waliagltee Galuu

Pirojektii mamilaa irraa fudhudhan Ijaarsaf dabarsu

Hordofii Rawwii hojii

Pirojektii Xummurame Dabarsani kennu

Ciccata

Bu’aa dura



Hojilee

  • Raga mash,Humna Nama ,Oditi, Faayinansii fi rawwai hojii waga3/4 qindeessu

  • Xalayaa Moo’achu Fudhachu

  • ‘Financial’ fi ‘Technical Proposal’ Qopheesu.

  • Saganta hojii Qopheesu

  • ‘Performance Bond’Qopheesu.

Hojilee

  • ‘Document’ bitu

  • ‘Document’ Bittame Qaccesu

  • ‘Site’ daawwachu fi gatii meesha fi mash.Waliti qabu.

  • Gati gutu

Hojilee

  • Hojiin haala waligaltee tiin rawwatama jirachu

  • Kaffaltiin gaafatamu isaa

  • Garagaruma hojii, Dabalatagatii fi yeroo dabalata gaafachu

maamilaa

Damee Bitta, Bul. Qabeenya fi dhi.Meesha

Damee Bul.Mash fi Workshopii

Damee Bul.Humnaa fi Ijaarsa Dandetii

Div.Oditii

Damee Ijaarsa

Damee faayinaansii

Wajjira Pirojektii



Managalmee (IIHBO)

      1. Yaa’insaa hojii Div. Karoora fi Baajataa





Lak

Hojiiwwan hojjataman

I

Karoora fi Baajata Qopheessu

1.1

Karooraaf foormaatii ragaan bu'uuraa fi fedhii ittiin sassabamu qopheessuu/fooyyeessuu,

1.2

Foormaatii ragaalee bu'uuraa fi fedhiin ittiin sassaabamu kutaawwani fi wajjira pirojeektotiif rabsuu,

1.3

Ragaalee bu'uraa fi fedhii maamiltoota sassaabuu, qindeessuu fi xiinxaluu, duub deebii kennuu

1.4

Raawwii karoora bara darbee fi kan bara karoora keessa jiru xiinxaluu fi qindeessuu,

1.5

Ragaalee tilmaama baajataaf gargaaran sassaabuu, xiinxaluu,fi kutaawwani rabsu

1.6

Tarreeffama hojii(ToR) qabiyyee qophii karoora, kallattii misoomaa /development targets/, akkaata baajatiin itti qopha’u fi ...kkf agarsiisu qopheessuun adeemsalee fi wajjira pirojeektootatiif ragaa sassabame waliin ergu,

1.7

Akkaataa TOR kanaan oggeessa ka’umsaa koroora hojii fizikaalaa fi baajata qopheessaan filaachuu ykn ramaduu gochu

1.8

Oggeessonii filaataman kun ragaa hojii hojjatamee fi hin hojjataamne sassabatanni akka adeemsalee keessatti hojjataan waliin mari’ataan gochuu

1.9

Akkaataa 'ToR'ii qophaa'een hojimaata fi qophii karoora fizikaalaa fi baajata irratti mari’achuu fi ibsa kennuu,

1.10

Raawwii bara darbee yaadaa keessa galchuun karoora fiizikaala fi baajata qopha’ee dhiyaatu gochuu (hordofuu,deeggarsu kennuu),

1.11

Karoora fiizikaalaa fi baajataa walsimee akka qophaa’u gochuu, deeggaruu

1.12

Karoora fiizikaalaa dhiyaate xiinxaluu fi qindeessuu,

1.13

Wixinee karoora fi baajata dhihaatee kallattii misoomaa /development targets/ naannoo fi karoora tarsimoo interpiraayizii wagga shani waliin walqabachu isaa mirkaneessisuu,

1.14


Wixinee karoora fiizikaalaa fi baajataa dhiyaate hanqina kan qabu akka sirra’uu gochu, deeggaruu, hordofu fi yeroo xumurame fudhachuu

1.15

Dokumantii wixinee karooraa hojii fizikaalaa fi baajata sirra’ee dhiyaate qindeessuu

1.16

Wixinee karooraa fi baajataa irratti manajimeetii mari’achisuu, yaanni dabalataa yoo jiraate fudhachuun sirreessuu, fi mirkanneesisuu

1.17

Wixinee karooraa fi baajataa qopha’ee boordiif dhiheessuun akka ragga'u gochuu,

1.18

Karoora hojii fi baajata ragga'e kana qaama hojii irra olchuu beeksisuu fi rabsuu

1.19

Karoora ragga’ee kana kaayyoo isaa fi akkaata raawwii isaarratti hojjatoota fi manajimeenti mari’achisuun akka hubannoo tokko qabatamu tasissuun hojii irra olchuu

1.21

Gaaffii sirreeffama karooraa fi dabalataa baajaataa qaama raawwatu irra dhihaachuu isaa mirkanneefachuu

1.22

Gaaffii sirreeffama karoora qajeelfama fi bu`aa hordooffii fi gamaggama raawwii karoora dhiyatuu irratti hundaa'uun raawwachuu

1.23

Bu’aa hordoffii fi gamaggama raawwii hojii dhihaate irratti hunda’udhaan karoorii akka irra deebi’amee hojjatamu qabu manajiimeentii amaansisaanni mirkaneesissuu

1.24

Hojiin karooraan qabamee akka sirreeffamu murta’ee kun gadifageenyaan akka oggeessotaan qopha’ee dhihaatuu gochu

1.25

Dabalata baajataa gaaffatame qindeessuun duraa, baajatiin ramadamee haala qajeelfamatiin raawwatame hanqni mudachuu isa mirkanneessuu fi ragaa qabatama waliin akka dhihaatu tasisuu

1.26

Gaaffii baajata dabalataa dhiyaatu fudhachuun qindeessuu

1.27

Baajata dabalataa dhiyaate(akka waligaalaatti) qindeessuun hojii adeemsisaa ol’anaatiif dhiheessuun, mirkaneesissuu,

1.28

Wixinee karoora foyya’ee fi baajata dabalataa qopha’ee qindeessuun boorditti dhiyaatee akka ragga'u gochuu

1.29

Karoora hojii fi baajata foyya’ee ragga'ee kana qaama ykn adeemsa hojii irra olchuu beeksisuu fi rabsuu

II

Hojii Hordoffii, fi Gamaaggaaamaa

2.1

Karoora ragga'ee fi sagantaa raawwii isaa fudhachuu.

2.2

Foormaatii gabaasinni hordooffii fi gamaggama rawwii karooraa fi baajata ittiin gabaafamu qopheessuu fi foyyeessuun rabsuu

2.3

Saganta hordoffii, fi gamaaggama raawwii karooraa fi baajata qopheessuu

2.4

Sagantaa hordooffii fi gamaggama rawwii karooraa fi baajata irratti oreenteeshini gahumsa qabu keennuu,

2.5

Gabaasa raawwii hojii pirojeektoota fi idilee sassaabu, qindeessuu, fi qopheessun qamoolee dhimmii ilaaluuf dabarsuu,

2.5.1

Gabaasa raawwii torbanni kan pirojeektoota raawwatoota irra dhihaatu

2.5.2

Gabaasa raawwii torbanni kan pirojeektoota qindeessani fi qopheessani manajimeetiif rabsuu

2.5.3

Gabaasa raawwii ji’a kan pirojeektoota raawwatoota irra dhihaatu

2.5.4

Gabaasa raawwii ji’a kan pirojeektoota qindeessani fi qopheessani manajimeetiif rabsuu

2.5.5

Gabaasa raawwii ji’a kan pirojeektoota manajimeentiin murteesse fooyyeessanii boordiif dhiheessuu

2.5.6

Gabaasa ji’a kan pirojeektoota boordiin murta’ee abba taayita to’annoof dhiheessu

2.5.7

Gabaasa raawwii hojii kurmaana raawwatoota irra dhihaatu

2.5.8

Gabaasa raawwiihojii kurmaana qindeessu fi qopheessani manajiimentiif rabsu

2.5.9

Gabaasa raawwiihojii kurmaana manajimeentiin murta’ee qindeessun boordiif dhiheessuu

2.5.10

Gabaasa raawwiihojii kurmaana boordiin murta’ee qindeessun abba taayitaa to’annotiif dhiheessu

2.5.11

Gabaasa raawwiihojii wagga raawwatoota irra akka yeroo karoorame keessatti dhihaatu gochu

2.5.12

Gabaasa raawwiihojii wagga qindeessu fi qopheessani manajiimentiif rabsu

2.5.13

Gabaasa raawwiihojii wagga manajimeentiin murta’ee qindeessun boordiif dhiheessuu

2.5.14

Gabaasa raawwiihojii waggaa boordiin murta’ee qindeessun abba taayitaa to’annotiif dhiheessu

2.6

Haala sagantaa qopha’een dirree naannoo hojiin ijaarsa jiru deemuun gamaaggamuu fi to’annoo pirojeektotaa oggeessota oggumaa adda addaa qabaanii qindeessun raawwachu

2.7

Bu’aa gamaggama fi to’anno kana kan pirojeekti irratti furmaata kennamu qabu kennuu, kan murtii barbachisuu immoo haala qindoomina qabun qopheessuun manajiimetiif dhihaatee irrattii akka mari`aatamu fi rakkoolee quunaman irratti tarkaanfiin sirreeffamaa akka fudhatamu gochuu,

2.8

Bu'aa gamaaggama raawwii karooraa ilaalchisee dub-deebii kennuu,

2.9

Qajeelfamni tarkaanfii sireeffamaa akka hojii irra oluu darbe hojiirra ooluu isaa hordofuu,

2.10

To’annoo hojii walqabate adeemsa hojii rakko qabu fi qabeenya badee jedhame eeruun gahee irratti gareedhaan qorannoo gaggeessu

2.11

Bu’aa to’annoo kana qindeessanni manajimeentii fi qaama dhimmi ilaalu dhiheessun akka furmaata argatu gochuu fi raawwii isaa hurdoffu

2.13

Hordoffii fi gamaaggama bifa addaatiin akka gaggeefamu yoo barbaachise raawwachun gabaasa qaama dhimmii ilaaluf dhiheessun akka hanqinni sirreefamu taasissuu,

2.14

Raawwii hojii fi hanqinoota muldhataniin walqabsisuun qo’annoo waliigalaa qopheessuun wajjirii fulduraatti kallatti kamiin deeme akka bu’aa argatuu fi fedhii maamilaa fi dhimmama itti gutu gareedhaan qoratee kutaa isaa fi wajjiraa ni dhiheessa, ni mirkanneesisaa, hojii irra akka oluu taarsimoo qopheessun raawwii isaa ni hordoffa

2.15

Haala bu’aa qabeessuma ijaarsa pirojeektoota (market research) itti fooyya’uu danda’uu qo’achudhaan wajjiraaf ni dhiheessa,

2.16

Raawwii karoora hojii qopha’ee kan waligala, hanqinnoota fi karoora bara dhufuu hojjatootiin akka irratti mari’atani mirkanneessan ni taasissaa

III

Hojii To’annoo Sodaa gaggeessuu

3.1

Raawwataa to`annoo sodaa faayinaansii fi qabeenyaa

3.1.1

Ragaa faayinaansii fi qabeenya sodaaf saxilaaman sassabuu

3.1.2

Ragaa to’annoo sodaa ta’uu danda’aan sassabamee xinxaluu

3.1.3

Ragaa xinxalame kana kutaawwan hojii faayinaansii fi qabeenyaa karoora akka irratti qopheessan rabsuu

3.1.4

Karoora to`annoo sodaa qaamootni adda addaa qopha’ee qindeessuun fi gamaagamee qaama dhimmi ilaalu dhiyeessuu

3.1.5

Karoorii kun manajimeentii fi boordiin akka mirkan’uu tasisuu

3.1.6

Karoora fedha maallaqaa ji`aa fi waggaa qophaahee (Monthly and annual cash flow plan) kana irratti hunda ‘ee qopha’ee mirkana’ee kana qaama dhimmi ilaaluuf ibsuu, gorsa barbaachiisaa fi tofitaa ittiin hojjetamu irratti hubannoo kennuu

3.1.7

To`annoo sodaa gaggeessudhaan toftaa sodaan kun ittiin maqfamuu danda`uu ni qopheessuu fi diriirsa.

3.1.8

Gabaasa to`annoo sodaa fi qabeenya kan ji`a, kurmaanaa fi waggaa qopheessuu

3.1.9

Duubdeebii gabaasa kana irratti hunda’uu hanqinnoonnin ummaman akka sirra’aan gochuu fi hordoffii isaa gaggeessu

3.2

Yaa’iinsa hojii to`annaa sodaa ijaarsaa

3.2.1

Ragaa pirojeektoota raawwii, kaffaltii, qileensaa naannoo, robaan, balaa adda addaa fi kkf to’anno sodaaf waliin walqabataan fi saxilamaan sassabuu

3.2.2

Ragaa sassabamee kana akkaata fedhii fi karoora hojii ijaarsa waliin simuun xinxaluu

3.2.3

Ragaa xinxalame kana kutaawwan hojii ijaarsa karoora akka irratti qopheessan rabsuu

3.2.4

Karoora to`annoo sodaa ijaarsaa qaamootni adda addaa karoorfatan qindeessuun gamaagamee ni dhiyeessaa.

3.2.5


Karoora hojii waggaa qophaahee raawwii waliin ilaaluun gorsa barbaachiisaa fi tofitaa ittiin hojjetamu ni ibsaa.

3.2.6

To`annoo sodaa gaggeessudhaan toftaa sodaan kun ittiin maqfamuu danda`uu ni qopheessuu fi diriirsa.

3.2.7

Gabaasa to`annoo sodaa ijaarsaa kan ji`a, kurmaanaa fi waggaa ni qopheessaa.

3.2.8

Bakka barbaachiisaa ta`eetti koree waliin ta`uun ijaarsa raawwatamaa jiru ni gamaagama.



      1. Maappii Ol’aana hojii Karoora fi Baajata amma hojjatamu

Yaa’iinsa hojii kun fedhii qophii hojii karoora (input) irra jalqabee hanga gabaasa bu’a qabeessa ta’e (Output) qopheessuutti jiru kan qabudha. Yaa’insii hojii kun maappii dhaan (Higher level map) haala armaan gadiitiin kan dhiyaate dha.



  • Karooraa hojii baajatan madalamee qopheessuu, raawwii hojii hordoffuu fi gamagamu,

  • Karooraa hojii fi baajata qopha’ee irratti hubannoo waliigalaa uumuu fi hojiitti galchuu

  • To’annoo Sodaa faayinaansii, qabeenya fi ijaarsa gaggeessu,

  • gabaasa hojii hojjatame qophessuun qaama dhimmii ilaaluu dhiheessuu dha.

Maappii adeemsa hojii karoora fi baajata




Fedhii fi gaaffii qophii karoora fi baajata dhihaate




Fedhii dhihaate irratti hunda’un ragaa karoora, baajata, to’annoo sodaa sassabu, fi raawwii hojii bara darbee qindeessu fi xinxaluu



Karoora fizikaalaa, baajata, to’annoo soda, hordoffii fi gamagaamma qopheesuu, mirkanneesisuu, kan mirkanna’ee hubannoo uumuu fi rabsuu, fi hojii hojiira olchuu



Raawwii karoora fi baajata hojii irra olee hordoffu fi gamaaggama gaggeessun rakkina qunnamef tarkanfii sirreefama fudhachu


Karoora qopha’ee hojiira olchuun galma ga’insaa fedhii mirkanneessee


      1. Yüklə 1,2 Mb.

        Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   26




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin